This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
it is coming
Notcoin dhufaa jira jedhu maltu dhufa jira laataπ³
Walumaan ilaala waan ta'uπ€©
Like
πππππ β² @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS Gurguruuf kaneen fedhii qabdan na dubisaa ammayyuu bitaan jiraπ
Hubadhaa π comment irraan scammer waan jirachuu danda'uuf username koon kanaan qofa kootaa
As tuqaa
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Telegram
Mr.ELSAY
MY NAME IS ELSAY LIVING IN ETHIOPIA YOUTUBER BLOGGER AND WEB DESIGNER
When I joined, there were barely few players, but now it's nearing 5 million. This is explosive growth
Binance is a big name, so they probably wouldn't risk their reputation with a bad airdrop.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π°Catizen gara bybit withdraw warri gootan ilalladhaa seenaa jira.
Namnii Catizen Token 20 ol argate jiraa?
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Namnii Catizen Token 20 ol argate jiraa?
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Yeroo Ton fee 0.50 kaffaltaan ELIGIBLE isiniin jedha kana jechuun Airdrop irraa ni argatu jechuu barbaadetu nati fakkata
Sababiin isan akka dirqamatti ka'aniif namni bayyeen itti rakkatee hojjechaa waan jiruf amma kana itti dadhabee hin dhisuu ni kaffalaa jedhanii waan yaadan fakkataπ
Ani kaffalaas Dhisaas hin jedhuu yoo itti amantaan yoon bu'a guddaa dhabees rakkoo hin qabu jettani yoo yaadan kaffalaa waan ta'u hin beekani
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
If youβve already become eligible, thereβs no need to worry! However, if you havenβt completed your eligibility yet, please make sure to check the FAQs below for assistance.
This is a final opportunity for those who haven't yet completed the eligibility process for the RBTC airdrop. Don't miss your chance!
FAQ:
What happens if I don't complete the eligibility steps?
I haven't completed the eligibility tasks, how can I do that?
I sent TON multiple times, what will happen to my extra TON?
I sent TON without a memo, what should I do?
I sent TON, but I'm still not eligible.
**Updated Schedule:**
September 21: πΈ Snapshot and review of activities of eligible users and airdrop distribution.
September 22: π Airdrop distribution to eligible users.
September 23:π° Activation of withdrawal options, π launch of trading on major exchanges, π° unveiling the new Rocky Rabbit version, and π entering an exciting new world with Play-to-Earn (P2E) games..
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rocky Rabbit π€ π€ π€ π€ dha?
π Rocky Rabbit yeroo amma sa'ati 24 itti dabalee jira β
Akka isan jedhanitti yoo ta'e guyyaa borii September 21 Snapshot fi Airdrop distribution ni godhama jedhu kana jechuun warra Ton kaffaleef task hojjete caalaalu eegalu jechudhaπ₯
September 22 Airdrop ni keenu namoota Eligible ta'aniif qofaπ
September 23. List ta'a major Exchangeπ± irratti π
Guyyaan iaan murteesan kun waliiti siqee jira ga'as mitti jedhen yaada community amma kana ga'u manage gochuun ni ulfaataπ
Ani akka yaada kooti Project kana hin jalaneenπ‘ Airdrop gariin Legit ta'e qarshii dursee nama hin gafatu fakkenya DOGS fudhachuu dandeessuπ
Wanti guddaan nama aarsu sababiin inni guddaan isan TON 0.50 fudhachaa jiran ilee hin beekamu wanuma VERIFIED ta'eef amanamaadha jechuun hin danda'amu MOONORIX illee osoo verified ta'e jiru ummaata samee badeπ
Kun yaada dhunfaa koodhaπ«‘ yaada keessan comment irratti naf barreessaaβ‘οΈ
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Akka isan jedhanitti yoo ta'e guyyaa borii September 21 Snapshot fi Airdrop distribution ni godhama jedhu kana jechuun warra Ton kaffaleef task hojjete caalaalu eegalu jechudha
September 22 Airdrop ni keenu namoota Eligible ta'aniif qofaπ
September 23. List ta'a major Exchange
Guyyaan iaan murteesan kun waliiti siqee jira ga'as mitti jedhen yaada community amma kana ga'u manage gochuun ni ulfaata
Ani akka yaada kooti Project kana hin jalaneenπ‘ Airdrop gariin Legit ta'e qarshii dursee nama hin gafatu fakkenya DOGS fudhachuu dandeessu
Wanti guddaan nama aarsu sababiin inni guddaan isan TON 0.50 fudhachaa jiran ilee hin beekamu wanuma VERIFIED ta'eef amanamaadha jechuun hin danda'amu MOONORIX illee osoo verified ta'e jiru ummaata samee bade
Kun yaada dhunfaa koodhaπ«‘ yaada keessan comment irratti naf barreessaa
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πΉ Hamster exchange kam irratti claim gootan?
Anonymous Poll
41%
Binance
3%
OKX
5%
Bybit
37%
Telegram wallet
15%
Tonkeeper
Ethiofree π§.sip
6.8 KB
New socksip file.π€©
Import this on socksip app and use free internetπ₯π₯
Apk https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.sockstunnel
For How to import this file on socksip app watch this video https://www.tg-me.com/oromooTech/2828
For more free internet file join this channelπ₯π₯
πππππ
https://www.tg-me.com/Damina_tech

ELSAY TECH
πΉ Hamster exchange kam irratti claim gootan?
β
Wallet kam irratti withdraw yoo goone filatama dha? Jettani namoonni gaaffi dhiyeessitan...
πΉ Earn 300% APY on $HMSTR in Wallet
πTelegram wallet irratti utu withdraw gootani filatama natti fakkaata.π₯π₯
π²Sababni isas namoonni hamster Kombatin telegram wallet irratti withdraw godhan stake gochudhan TOKEN dabalta argachuu akka danda'an beeksiseera.
β©Stake gochun kan eegalamu september 24.
πKunis guyyaa 7 f kan turu dha.
πππππ β² @oromooTech
@oromooTech
πΉ Earn 300% APY on $HMSTR in Wallet
πTelegram wallet irratti utu withdraw gootani filatama natti fakkaata.π₯π₯
π²Sababni isas namoonni hamster Kombatin telegram wallet irratti withdraw godhan stake gochudhan TOKEN dabalta argachuu akka danda'an beeksiseera.
β©Stake gochun kan eegalamu september 24.
πKunis guyyaa 7 f kan turu dha.
πππππ β² @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatiin Catizen itti List ta'e gariidha garuu maal godha community isaniif Token 2 haga 50 kan hin caale keenanπ€―
Yeroo Amma 1.09$ irratti argama gatiin Catizen 1 π₯±
Retest dhaf 1.18$ ga'e gadii debi'a jedhen yaadaπ―
Like share β² @oromooTech
@oromooTech
Yeroo Amma 1.09$ irratti argama gatiin Catizen 1 π₯±
Retest dhaf 1.18$ ga'e gadii debi'a jedhen yaada
Like share β² @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
βπ Happy Saturday, CEOs!
π€ We are continuing to talk about the ways you can claim your $HMSTR tokens.
π One of the options is Wallet in Telegram!
π It is the easiest way to get your coins, since you donβt even need to leave Telegram.
π₯ Within Wallet you will be able to trade your tokens on the P2P market, exchange them to other crypto, and send them to other Telegram users without fees!
π Wallet has also announced exclusive bonus campaigns for $HMSTR holders with more details to be revealed later, so stay tuned!

Hamster coin πͺ waliitti qabachuu dhabbatee jiraπ³
Amma kan itti fuufu Token amma nuf keenamu hojjii keenya irratti hunda'un calculate godhamee nu beeksiisu ta'aπ
Mee namni wallet hin godhatiin yeroon irra darbe jira?π
Like share β² @oromooTech
@oromooTech
Amma kan itti fuufu Token amma nuf keenamu hojjii keenya irratti hunda'un calculate godhamee nu beeksiisu ta'a
Mee namni wallet hin godhatiin yeroon irra darbe jira?π
Like share β² @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM