Telegram Web Link
Hamster kombat ๐Ÿšจ๐Ÿšจ๐Ÿšจ
WALLET adda addaa kan akka BINANCE, OKS fi BYBIT itti dabalee waan jiruuf kan fedhii keessanii filachuun connect gochuu ni dandeessu ๐Ÿ’ฑ๐Ÿ’ฑ๐Ÿ’ฑ

Yeroo amma Profit per hour keessan meqaa irra jira comment godhamee๐Ÿ‘‹

Like share: @OromooTech
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ€‹๐Ÿ”ฅ $HMSTR ONLINE AND OFFLINE ๐Ÿ”ฅ

๐Ÿน Dear CEOs,

๐Ÿค“ In addition to getting your Airdrop on-chain directly to your TON wallet, weโ€™re introducing an option of off-chain deposits for you to claim your $HMSTR tokens directly on exchanges.

๐Ÿ‘‰ Here are the exchanges where you are now able to do that:

โ€ข Binance
โ€ข OKX
โ€ข Bybit
โ€ข Ebi (no KYC exchange)
โ€ข Wallet on Telegram

*Make sure to choose a primary withdrawal method that works best for you in the Airdrop section of the game

โ—๏ธKeep in mind that you can only choose one option and cannot change it afterwards!
Nama gamachiisa ๐Ÿ›‘
Bayyeen keessan hamster irratti Profit per hour keessan million 3 hanga million 8 geessanii jirtu kana jechuun Airdrop Hamster irraa haala gaariin fayyadamaa ni tatu jedhen yaada๐Ÿซฐ

Garuu kan isin ammallee irratti xuyyeefachuu qabdan daily activity fi task akkasumaas Skin bitachuu irratti haa ta'u guyyaa muraasa booda gatii garii argchuuf๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Like share: @oromootech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘‹Hamster irratti maltu isin rakkisee jira maal akkaan isin agarsiisu barbaadu?โ–ถ๏ธ

Account connect gootani jirtu isa kamiin akkaata isaa walaaltan?
Video isiniif hojjedhu?
๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ

Like share: @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkaata itti Hamster keessan wallet adda addaa irratti connect gootan๐Ÿ”ด dawwadhaa

Haala kanaan salphaati wallet keessan isan armaan gadii irratti connect gochuu dandeessu akkaatan isaa wal fakkata kanaan filaanoo keessaniin wallet barbaaddan filadhaa๐ŸŒโœ”๏ธ

ByBit
OKX
Binance
FI kaneen biro irratti ni dandeessu โœ”๏ธ

Merree Like fi Love keessan๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ

Like share๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””
@OromooTech
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoota Platform kan akka BINANCE BYBIT fi OKX Verified hin goone ykn hin fayyadamneef furmaani TELEGRAM WALLET dha kanaaf telegram wallet keessan irratti connect godhaaโœ”๏ธ

Tonkeeper ammaaf connect ta'aa hin jiru! dhihooti itti ni dabaluun jedhe yaada๐Ÿค๐Ÿค

Wallet amma connect gootanii jirtaan jijjiruu ykn DEFAULT irra ka'achuu ni dandeessu โœ”๏ธ๐Ÿ””

Gafa yeroo List itti ta'u ga'e isa ofiisan TOKEN isiniif ergaa akkuma DOGS kanaaf hin dhiphatiina โœ”๏ธ

#ELSAY_TECH
madda oddefanoo keessan๐Ÿค

Share Likeโšก
@OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŽฎ$CATI premarket on Bitget

0.62$ ๐Ÿ”ฅ
Woow cays yeroo amma haala kanaan verified ta'e jira๐Ÿ“ฑ

Airdrop qarshiin garii itti argama jedhe yaadu keessa tokko isa kanadha.๐Ÿ””
Hojii addallee hin qabu seentanii task qofa hojjechudha yeroo keessan daqiiqa 5 qofa fudhata

Eegalaaโœ”๏ธ
www.tg-me.com/catsgang_bot/join?startapp=BpQ_UNGelanbvCRP8dURC

Like Share: Elsay Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Share for more โ„๏ธ.sip
7.3 KB
File kana socksip app irratti import gochun balance 0.00 birr dhan social media hunda fayyadama!!!

๐ŸงฉsockslP tunnel file

๐ŸงฉFast speed

๐ŸงฉWith 00 birr

๐ŸงฉFor ethiotelecom

โš ๏ธ expired after 24 hrs

App socksip namoonni hin qabnne link gadi kanaan play store seenuun download godhachuu dandeessu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.sockstunnel

Akkaata Itti fayyadama isaf ammo vidiyoo daqiiqaa muraasa kana link kanaan Seentanii ilaalu dandeessu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/oromooTech/2828

Reactโค๏ธ

Channel keessan kana share gochuu hin dagatinaa!

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ @oromooTech
@oromooTech
๐Ÿ”ดCATIZEN guyyaa har'a amma galgalaati maintenance irra nu tura sababni isaas
saddarkaa fi Airdrop nuf keenamu danda'u tilmaamuun SNAPSHOT ni godhama.

Guyyaa borii irraa kaasee Token keenya claim gochuun gara wallet adda addaati erguun ni eegalaama๐Ÿš€

Akkasumaas hagna September 24 tti stake gochuun Token dabalata argachuun ni danda'ama jedhani jiru๐Ÿ•ฏ

Oddefanoo dabalataa ilaaleen post isiniif godha๐Ÿ“Œ

Like share: @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Setup keenya foyyeesu eegaleera ๐Ÿ–ฅ๐Ÿ–ฅ
https://vm.tiktok.com/ZMhRYPmRC/
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ji'a kana guyyaa 7 booda kan List ta'u Rocky Rabbit ๐Ÿ‡ kaneen hin eegaliin dafaa amma jalqaba sirritti task fi daily combo achirra jiraan hojjedhaa โฐ โฐ

Guyyoota hafan muraasa kanaa keessati coin hedduu argachuu ni dandeessu dafaa eegalaa qarshii ji'a kana itti argattu๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต

Coin hedduu karaa itti argattan dafee dafeen post isiniif godha๐Ÿš€๐Ÿš€
As tuqaa eegalaa ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId608598600
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from OTS ELSAY
Namooni DOGS keessan gurgurachuu barbaaddan ammayyuu bitaan jira na dubisaa ๐Ÿ‘‹

๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค ๐Ÿ’ต ๐Ÿ’ต

Hubadhaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“Asin qofa kootaaโœ”๏ธ
๐Ÿ”– @MrElsay2 โœ…
@MrElsay2. โœ…


SHARE@oromooTech
             @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Amma kaastanii Hamster irraa wallet change gochuu ykn Reset gochuun irraa deebiin wallet barbaaddan kan isinitti tole irratti connect godhachuu ni dandeessu ๐Ÿ†’


SHARE@oromooTech
             @oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿน HAMSTER hojjechuu eegalera seena ilaalladha. ๐Ÿน


๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ @oromooTech
@oromooTech
Akkuma arga jirtan Ton Blockchain yeroo amma Busy ta'e jira obsaan eegadhaa๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ

Yeroo Ton Blockchain Busy ta'u Deposit fi Withdraw ni dhabbata ykn yeroo namaaf Kan akka dogs notcoin fi kaneen biro ergitaan qileensa irra ni ture kanaaf hanga sirratuuti obsaan eegaa๐Ÿ™

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ @oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/21 09:56:36
Back to Top
HTML Embed Code: