Ofegannoo godhaaπ¨π¨π¨
DOGS fakkachuun Bot Fake ta'e hedduu jira kanaaf kaffaltiin withdraw gochuu keessan dura Bot DOGS isa sirrii ta'u adda bafadhaβοΈ βοΈ βοΈ
DOGS fakkachuun Bot Fake ta'e hedduu jira kanaaf kaffaltiin withdraw gochuu keessan dura Bot DOGS isa sirrii ta'u adda bafadha
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbaan Telegram hikame jira ta'uus community hedduu Post gochaa hin jiran π± π± π±
TONCOIN fi Notcoin waan gatiin isaa dabaluu isinitti fakkataa?
Mee maal jettu?
TONCOIN fi Notcoin waan gatiin isaa dabaluu isinitti fakkataa?
Mee maal jettu?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS irraa Qarshii π΅ hagamii argattan?π¨
Anonymous Poll
31%
1000+
10%
3000+
14%
5000+
10%
8000+
14%
10000+
21%
50000+π₯°
Hamster LIST ta'uuf deemaβΆοΈ
September 26
Maliif guyyaa achii fageesanπ
Ammaas oduun isanii qubsaa mitti anaafπ
maliif yoo jettan akkuma beekamu DOGS turtii ji'a 2 gadiiti Hojii seene LIST ta'e hamster waggaaf deemaπ³
Amma immoo ji'a 1 eegna ganaπ€
Meqaa nuuf keenuf deemu dollarππ΅ π°
September 26
Maliif guyyaa achii fageesanπ
Ammaas oduun isanii qubsaa mitti anaaf
maliif yoo jettan akkuma beekamu DOGS turtii ji'a 2 gadiiti Hojii seene LIST ta'e hamster waggaaf deema
Amma immoo ji'a 1 eegna gana
Meqaa nuuf keenuf deemu dollarπ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Qarshiiti jijjirattaniitu DOGS Keessan?
Asiin π nu duubisaa ππ
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Asiin π nu duubisaa ππ
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Anonymous Poll
31%
Eyyeeπ
32%
Lakki ka'uun barbaade!π
37%
Akkaata isan walaale narra bitiπ΅
DOGS MILLION 2.1 Kan ta'u Hanga amma namoota channel keenya irra jiran qofa irraa bine jiraβΆοΈ π₯³ π₯³ π₯³
Ammaas nu duubisuu ni dandeessu namooni qarshiiti jijjirachuuf isin rakkisee jiruπ€π€
β‘β‘β‘β‘β‘β‘
Contact us: βοΈπ
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Ammaas nu duubisuu ni dandeessu namooni qarshiiti jijjirachuuf isin rakkisee jiruπ€π€
β‘β‘β‘β‘β‘β‘
Contact us: βοΈ
https://www.tg-me.com/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Telegram
Mr.ELSAY
MY NAME IS ELSAY LIVING IN ETHIOPIA YOUTUBER BLOGGER AND WEB DESIGNER
Hamster kombat osoo list ta'e dollar π° hagamiin jettanii of yaadu?π€
Emoji dhan mira keessan ibsadhameeπ
Emoji dhan mira keessan ibsadhameeπ
Anonymous Poll
22%
10$
6%
20$
9%
50$
18%
200$π€
45%
500$π
Kaneen hin eegale eegalaa akka booda hin gabine
https://www.tg-me.com/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_608598600__s_628001
Maaltu adda isa godhaa?
1ffaa. Airdrop amanamaa kan akka NOTCOIN fi dogs waliin tokko waan ta'eef
2ffaa. Hojii addaa hin qabu guyyaati si'a tokko seenuun CARD filachuu qofa
3ffaa. Yeroon itti list ta'u guyyoota muraasa keessatidha
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Meybe it's Golden opportunity π€
Mee maal jettu haala gaba crypto yeroo amma?π π π¬
Mee maal jettu haala gaba crypto yeroo amma?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maliif Namooni Bayyeen Airdrop irraa qarshii argachaa hin jiran?π€©
Sababiin isaas kana jedhen yaadaπ
Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenuπ€
Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuuπ garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aaraπ€£
Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaaπ
Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?
1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..π€π€
2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.π
3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eefπ¬
Hubachisaπ± Airdrop yeroo amma hojjechaa jirtaan hundaa dhisaa jechuu koo mitti
Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidhaπ’π’
Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.
π π Tuqaa
Share: oromooTech
Sababiin isaas kana jedhen yaadaπ
Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenuπ€
Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuuπ garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aara
Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaa
Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?
1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..π€π€
2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.
3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eef
Hubachisa
Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidhaπ’π’
Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.
Share: oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS namooni CLAIM godhiin jirtaan waan haaraan isiniif ummamee jiraπ
Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a
Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessuπ
Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessuπ π π
Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaaπ’
β‘ Faster withdrawal with a small fee in SDOGS
β‘Slower withdrawal without fees
Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a
Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessu
Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessu
Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaaπ’
β‘ Faster withdrawal with a small fee in SDOGS
β‘Slower withdrawal without fees
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π² Guys Free internet without balance 0.00birr dhan fayyadamu ni barbaadduu? Wowww speedπ₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
Anonymous Poll
92%
Eeyyee kun gaaffi hin qabu
8%
Lakki ammaf
ELSAY TECH
π² Guys Free internet without balance 0.00birr dhan fayyadamu ni barbaadduu? Wowww speedπ₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
π²Harki caalaan keessan FREE INTERNET fayyadmu barbaanna jettanittu akkaata Itti fayyadama isaf hal dureewwan kana hordofaa.ππππ
1. Dursa app "socksip" play store irraa download godhachun kaawwaattu.
Linkππππ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.newtoolsworks.sockstunnel
2.app kana qofan miti kan isin Free internet fayyadamtan file hojjetamutu jiran file kana app kana irratti import gochuun fayyadamtu.π
3. File kana daily isinif qopha'aa isin import itti gochu qofaa dha.
π²Kanaaf file kun utu upload hin ta'in dursaa app kana download godhadha. qopha'aa!!
βοΈChannel keessan kana ammoo share gochuu hin dagatinaa! ππππ
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech

Google Play
SocksIP Tunnel - Apps on Google Play
This application allows you to create a VPN tunnel (SSH,DNS,HTTP/TLS) Free and fast
ELSAY TECH
π²Harki caalaan keessan FREE INTERNET fayyadmu barbaanna jettanittu akkaata Itti fayyadama isaf hal dureewwan kana hordofaa.ππππ 1. Dursa app "socksip" play store irraa download godhachun kaawwaattu. Linkππππ https://play.google.com/store/apps/details?idβ¦
Namoonni file isa nuf gadhiisi app download godheera jettan jirtu?
React πππ₯π€©β€οΈ..
File upload ta'uf jedha.
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
React πππ₯π€©β€οΈ..
File upload ta'uf jedha.
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
FREE.sip
6.7 KB
π²File kana socksip app irratti import gochun data bilisaa fayyadamaa!!!
Wowww speed qabaπ₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
#HUB
File kun sa'ati 46 booda expired ta'a.
Namoonni maaloo import isa naf galu dide jettan yaada keessan comment irratti barreessaa.π¬
Channel keessan kana like , sher gochu akka hin daganne!!!πππ
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Wowww speed qabaπ₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
#HUB
File kun sa'ati 46 booda expired ta'a.
Namoonni maaloo import isa naf galu dide jettan yaada keessan comment irratti barreessaa.π¬
Channel keessan kana like , sher gochu akka hin daganne!!!πππ
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Ok namoonni haala isa hin hubanne gara app socksip seenun tuqaa sadii screen gubatti argamu altokko cuqaasuun iddoo import jedhu tuquun file keessan yoo download gootan telegram file Jala fudhachuun itti buutu ofin import ta'a.
Itti aansuun start gochun second 30 keessatti connected success isinin jedha.
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech
Itti aansuun start gochun second 30 keessatti connected success isinin jedha.
πππππ β²@oromooTech
@oromooTech