Telegram Web Link
✉️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbaan Telegram PAVEL DUROV hidhame jedhama jira waan haaraa adda bafane isin biran geenya 🔴😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatiin Notcoin fi Toncoin bayyee gadii bu'e jira🔴

Akkumaan halkaan eeda isiniif ibsee ture Abbaan qabeenya Telegram PAVEL DUROV biyya France keessati hidhame jira

Kana ilaalchisuun gatiin Notcoin fi Toncoin gadii bu'era namooni bitanii ka'achuu barbaaddan carraa kanati fayyadamaa 🕯

One it gonna comeback 🤑
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😎Sababa tateen kun umaamee irraan kan ka'ee GATIIN DOGS itti List ta'u xiqqoo gadii bu'u danda'a jedhen yaada akka tilmamaa mata kooti👨‍💻

Yaada qabdan ibsadhaa mee😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs seene jira BINANCE irra kan keessan ilaaladhaa🔔
Platform hundii BONUS waada galanii jiru✔️

Binance waada isa eege jira itti dabalee nuf gasheera💥

Namooni Binance irratti withdraw gootan jirtu?
Comment 👍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dogs Bybit irras seene jira kan keessan ilaaladhaa🔴
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS TELEGRAM seene jira😮😮😮

Garuu Tonspace osoo hin tane Direct telegram wallet irra seene kana jechuun salphaati gurguruu ni dandeenya jechudha🆒🆒🆒
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Good News👍👍👍
DOGS guyyaa Borii sa'ati 9 booda bakka hunda (All major exchange) irratti LIST Ni ta'a eegadhaa✔️✔️😮

Namooni Tonkeeper fayyadamtan immoo boruma osoo List hin ta'in isiniif seena garuu TONCOIN Muraasa isa osoo wallet irraa qabdu ta'e gariidha Fee gafachuu danda'a Meybe 😎
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wa'ee DOGS irratti Gaffii keessaniif deebii😎😎😎
👇👇👇👇
https://vm.tiktok.com/ZMrcDAey9/ https://www.tiktok.com/tiktoklite
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DOGS wallet kam irraa qabdu?
Deebii keessan filadhaa🥰🥰
Anonymous Poll
45%
Telegram wallet
21%
Binance
6%
Bybit
4%
OKX
2%
BitGet
22%
Tonkeeper irratti baasuuf boor eegan jira🤔
Dhageefadhaa yaada keessan barreessaa🔔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sa'ati 4 qofatu hafe List ta'uuf DOGS to the moon habibi har'a guyyaa keessa sa'ati 9🚶‍♂️🙏🙏🙏
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
DOGS Yoom Yoo Gurgurree gariidha?
Deebiin isa kanadha dhageefadhaa 🔥🔥🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni Tonkeeper irratti bafachuu barbaaddan amma eegalee jira 🔔🔔
Garuu akkuman kana dura isiniif ibsee ture FEE Gafata yeroon Tola dhumeera😳

Kanaaf Tonkeeper keessan Irraa 0.50 Ton yoo qabattaan gariidha📢📢
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gatii DOGS yeroo amma 0.00113🤔🤔🤔
My target is 🎯 0.0020 - 0.0022🚶‍♂️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH
DOGS Yoom Yoo Gurgurree gariidha? Deebiin isa kanadha dhageefadhaa 🔥🔥🔥
Video kanarratti wantiin dubbadhee dhugaa ta'ee argitaanitu jedhen yaada😐😐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namooni DOG'S Gurguruu barbaaddan na dubbisaa
Asii. @MrELSAY21 ✔️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akka scam hin tane offeegadhaa✔️
My username: @MrELSAY21
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/23 21:30:07
Back to Top
HTML Embed Code: