Telegram Web Link
Guyyaa har'a Badhaasni nuf qopha'ee Million 200,000,000 AVACN dha๐Ÿ˜ƒ

Badhaasa kana keessati hirmachuuf wanti gootan nama 3f ahare gochuun akka eegalan gochudha dhumaratti ga'een keessan isiniif hirama๐Ÿ˜ฎ

Sa'ati 3 qofatu hafe dafaa๐Ÿซฐ๐Ÿซฐ

Eegaluuf as tuqaa๐Ÿซด
https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=c71c829c05cdf78e83b9
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#AvacoinListing ๐Ÿ“ฑ

Osoo gurguramuu hin eegaliin Dursa wanti godhamu malii?

Dursanii  Token Real ta'e nuf keenu qabu ykn gara Ton wallet keenyi erguu qabu sababiin isa List gochuun dura token ni keenina jedhani waan turaniif๐Ÿ“Š๐Ÿ”ผ

Ergii Token keenya fudhanee Gurguruuf filanoo 2 qabna๐Ÿ“ˆ๐Ÿ“‰

1ffaa. BitGet ykn BITmart irratti transfer gochuun gurguruu dandeenya ๐Ÿ’ต๐Ÿ’ธ๐Ÿ’ธ

2ffaa STAKE goone parsantii muraasa akka nuf dhalu gochuu dandeenya ykn gafa gatiin isa akka gariiti dabalee gurgurachuu dadeenya โญ๏ธ

Wantoota gochuu qabdan isiniifan ibsa waan haaraa dhufus isin biran nan ga'a obsan na eegaa๐Ÿ‘‘๐Ÿ”–

Gatii isa irratti tilmamaa akkami qabdu? comment godhaaโฌ†๏ธ
@avacoingold

Join: #OromooTech
#share #share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Avacoin claim gochuuf Fee xiqqoo ni gafata deposit godha ton wallet keessan irratti 0.05 Ton or 0.3 usd
Ava koo claim godhen jira๐Ÿ‘
Isin keessa namnii claim godhe jiraa?
Anonymous Poll
16%
Eyyee claim godhera!
35%
Lakki ganan Claim godha!?
50%
Akkamitti Claim goona?
Kanati fayyadamaa
Ava keessan baasuf Gas fee irratti gafii qabdaniif deebiin kun dhageefadhaa๐Ÿ“ฃ๐Ÿ”ˆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Let's goooo๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Safuudha aboooo๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

Abshira maaltu beeka debi'ee gatiin isa guddaa ta'u danda'a obsaan eegna
From ๐Ÿ“‰to this๐Ÿ“ˆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Airdrop 2 kan List ta'uuf guyyaan 3 hafe Akkasumaas guyyaan 18 hafe eegaluu ni barbaadu?

Filadha๐Ÿ‘๐Ÿซฐ
Anonymous Poll
87%
Eyyee ni yaala๐Ÿคฉ
13%
Lakkii๐Ÿ˜Œ
Namnii hundii kan eegaluu qabu guyyaan 18๐Ÿ—“ qoftii kan hafe Airdrop Yescoin๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Haali hojii fi itti fayyadamni isa Notcoin waliin kan wal fakkatu kana dafaa eegalaa keessattu namooni Notcoin irraa qarshii osoo hin argatiin darbiitan carraa kanati fayyadamaa๐Ÿ†—๐Ÿ”ผ

Akkatan hojii isa salphadha sa'ati 24 keessati coin kuma 173 isiniif keena isa walitti qabachuun akkasumas task hojjechuu fi namaf share gochuun coin hedduu argachuu dandeessu!๐Ÿ‘

Kan List ta'u BitGet irratti dha๐Ÿ“ฃ
Probably something....๐Ÿ’ก๐Ÿ’ก

As tuquun eegalaa๐Ÿ“Œ
https://www.tg-me.com/realyescoinbot/something?startapp=r_608598600

Join: @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Baga gammadan namooni WhiteBunny hojjechaa jirtan ๐Ÿซฐ

Guyyaa borii sa'ati 7 irra kaasee presell gurguramu ni eegala sana booda Airdrop white bunny List ni godhuu kanaaf qopha'aan isiniin jedha๐Ÿคœ

Guyyaa guyyaati Taskota haaraa inni isiniif keenu fudhadha akkasumas hanga dandeessan Taptap gochuu ykn auto clicker fayyadamuus ni dandeessu๐ŸŒ

Wallet solan keessan CONNECT gochuus akka hin daganee guyyaa muraasa booda qarshiin itti argama Qopha'aa ๐Ÿ˜


Eegaluuf as tuqaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/whitebunnywtf_bot?start=ref667291b402eae129d99735bb
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โฐ Guyyaa 3 qofatu hafe List ta'uufโ˜น๏ธ๐Ÿ‘€๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””

Karaalee 5 coin kan irraa argachuu dandeessan kan qabu akkasumas guyyaan 3 qofti kan hafe kaffaltiin karaa wallet keessanii Bitget kan ta'e Airdrop bareeda kana ammuma eegalaa๐Ÿ‘

Tomatket kan jedhamu Airdrop kun karaa 5 coin isiniif keena๐Ÿ–ฅ

1ffaa. TapTap dhan coin hedduu argachuu dandeessu.

2ffaa. Farming kan jedhu tuquun ofii isan coin akkani walitti isiniif qabu gochuu dandeessu.

3ffa Taskota adda adda waan qabuuf isarra coin argachuu dandeessu.

4ffaa. Daily Gift ๐ŸŽ waan qabuuf code guutun argachuu dandeessu.

5ffaa namaaf share gochuun coin bayyee argachuun ni danda'ama ๐Ÿ˜ฎ

Amma dafaa eegala kan hafe guyyaa 3 qofa โšก๏ธ๐Ÿซด๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘
https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000fIKx

Share Join: @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hello good morning my family ๐ŸŒž
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkuma arga jirtan NFT koo claim godhen jira Pixelvers yeroo amma kaffaltii gafata TON. 0.50 birrii 500 tti kan siqu๐Ÿค”

Wallet keessaniin kaffaltiin isuma irratti nft keessan isiniif keenu๐Ÿ†—

Akkamitti akka NFT keenya gurguruu dandeenyu fi gara qarshiiti jijjiruu isinaan agarsiisa na eega๐Ÿ˜ฎ๐Ÿ‘

Haala CLAIM itti gootaniif kaffaltaan video tiktok irratti nan gadhisa na eega
elsaytech

Join / share: โœจ @OromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/22 17:24:14
Back to Top
HTML Embed Code: