Telegram Web Link
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Tooftaalee HATTOOTA Finfinnee fi iddoo biroo
Gama Danda'emeen Yaada kee Fuudhuu
1) Yeroo Konkolaataa/taaksii seennu Waldhiibuun akka uumamu taasisuun yaadni keenya bakka qabachuutti yoo qabamu kiisiikee ykn Borsaa kee iddoo kamiyyuu Seenanii fudhatu
2) yeroo Taaksii/bajaajii keessa jirru Hiixattee balbala ykn foddaa akka bantu ykn cuftu si gaafatu garuu kan hin cufamne ykn hin banamne dha. Ati dhugaa seetee Hiixattee yaalta yeros sikeessaa fudhatu akka fudhataniin bu'i tiraafikii ykn wayi tokko jedhanii si buusu ykn sibiraa bu'u
3) Geejjiba/taaksii keessa karaa danqaa irra darbi siin jedhu ykn na dabarsi jedhanii akka Malee si dhiibanii waan fedhan baafatanii/fudhatanii darbu akka ati daftee hin yaadanneef waan biraa sitti odeessu ykn si arrabsu.
4) Sitti tufu ykn Waa sitti dibanii ykn wayyaakee tuksiisanii Sooftiin siif haxaawu achumaan sikeessaa baafatu
5) Nan rakkadhe kana Sooftii/ sigaaraa... narraa biti jedhanii asiif achiin nama lama ykn sadii ta'anii akka humnaa..
ITTI FUFA

T.me/odaa_Electronics

.
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Tooftaalee HATTOOTA Bara Kanaa
5)
..... akka humnaatti sirraa hatu

6) SAAMICHA Iddoo rakkootti dirqiin fudhachuu hudhuu, cuupheen waraanuu fi kkf
7) Motoraa/doqdoqqeen sirraa butanii sokkuu
8) Geejjiba/Taaksii keessatti Borsaa Naaf Qabi Jedhanii Sirra Kaawwachuu Karaa Jalaan Kiisii kee keessaa Dhiibanii baafachuu
9) Qarshii Ykn Waa tokko Lafa Buusanii Gadi Jedhii Naaf fuudhi, Achi Naaf jedhi, as Jedhi... Jechuun Qalbii Si Fuudhanii Gara ati Meeshaa barbaadan baatturraa eeggachuu akka hin dandeenye Godhanii Qalbii kee fuudhanii Sirraa fudhatu. Akkuma Fudhataniin Geejjiba Dhaabsifatanii bu'u

tooftaan itti of eegan
1) Bilbila kee harkatti qabadhu kessumaa yeroo taksii seentuu fi buutu
2) Qaamaan namni akka sidhiibu hin eeyyamiin
3) yeroo geejjibas ta'e lukaan deemtu yaadaan hin badiin
4) nama duuba kee deemu yaadaan caqasi si hordofaa jira taanaa karaakee ykn kallattii jijjiiri
5) Yoo namni geejjiba keessaa Sibiraa bu'uuf ka'u Dafii Waan qabdu/meeshaalee kee ilaalladhu

....itti fufa
Join @odaa_Electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Samsung Galaxy A21s
Model 2021
Camera 48Mp rear 20mp Selfie
Storage 64GB
RAM 4GB

Price ... 11,199

Join us T.me/odaa_Electronics

0911430007
0917716557
๐Ÿ“ Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Hp probook 430 G3 Dubai New
core i3
Screen size 14inch
Storage 500GB
RAM 4GB

Price 14,800 ETB

For more Follow us
T.me/odaa_Electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Haareffameera/Updated @OdaaElectronics Finfinne Boolee OROMIA TOWER 1st floor S-08
1) Toshiba (Slightly Used) Core i3 15.6inch Screen Storage 500GB
Ram 4GB
Price 9,400

3) Hp probook 410 G1 New core i3 4th gen Screen size 12inch Storage 500GB RAM 4GB
Price 12,700 ETB

4) Hp probook 430 G3 New core i3 6th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and above
Price 14,800 ETB

5) Hp probook 640 G1 New core i5 4th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and above
Price 15,800 ETB
640 G1 Storage 1TB 4GB RAM battery 4hr and Above
Price 16,900 and
price for 1TB by 8Gb 17,800

6) Hp Elitebook 840 G1 Dubai New Processor core i5 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 16,500 ETB

7) Hp Elitebook 840 g2 Dubai New Processor core i5 14inch 5th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 17,200 ETB

8) Hp probook 450/650 G1 New core i5 4th gen Screen size 15.6inch Storage 1TB HDD RAM 8GB battery 3hr and above
Price 19,500 ETB

9) Hp probook Core i7 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 1TB RAM 8GB battery 3hr and Above
Price 21,999

10) Hp Elitebook 840 G3 core i5 New 14 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.3Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage best Battery Life
#Price 21,800

11) Hp Elitebook 850 G3 core i5 New 15.6 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.5Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage Good Battery Life
#Price 23,800

12) Lenovo thinkpad core i7 Slightly used 1TB by 8GB Ram
Price 19,900


13) Brand New Hp Core i5 8th gen Screen Size 15 inch Storage 1TB By RAM 8GB
Price 34,600

Hp Pavillion Core i7 10th gen 15 inch 1TB By 8GB RAM iris proPlus Graphics
Price 46,600

Join us T.me/odaa_Electronics

0911430007
0917716557
๐Ÿ“ Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
laptopponni gostii baay'een galaa jiru

0911430007 / 0917716557
www.tg-me.com/odaa_electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Brand (Almost New ) Hp Pavillion Core i5 7th gen
Screen Size 15 inch
Storage 1TB By
RAM 8GB

1pc Only

Price 27,800

0911430007 / 0917716557
Join us www.tg-me.com/odaa_Electronics

๐Ÿ“ Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Brand New Hp Core i5 8th gen
Screen Size 15 inch
Storage 1TB By
RAM 8GB

Price 34,600

0911430007 / 0917716557
Join us www.tg-me.com/odaa_Electronics

๐Ÿ“ Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
New New A32 8GB RAM
#Samsung _A32/8GB /2021/ (128GB )

๐Ÿ”ฐNew Orignalยฎ

๐Ÿ“ถ Dual Sim

๐Ÿ“ธCamera: 48Mp + 12Mp+ 5Mp+ 5Mp Quad Rear Camera
Front : 13Mp

โณ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ 8GB Ram ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ“ผStorage :- 128GB ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ‘‰ Dust & Water Resistance

โ˜ข 5000 mAh Battery

๐Ÿ’ตPrice 16,600 Birr

Samsung _A32/6GB /2021/ (128GB )

๐Ÿ”ฐNew Orignalยฎ

๐Ÿ“ถ Dual Sim

๐Ÿ“ธCamera: 48Mp + 12Mp+ 5Mp+ 5Mp Quad Rear Camera
Front : 13Mp

โณ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ 6GB Ram ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ“ผStorage :- 128GB ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ‘‰ Dust & Water Resistance

โ˜ข 5000 mAh Battery

๐Ÿ’ตPrice 15,700 Birr

Call_โ˜Ž๏ธ 0911430007 Txt @odaasmart
โ˜Ž๏ธ 0917716557

Telegram Channel Link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Odaa_Electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Photocopy Matchine Canon 1133 Imagerunner

1pc Only

Slightly used

Price 28,000

Call 0911430007
0917716557

T.me/odaa_Electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Haareffameera/Updated @OdaaElectronics Finfinne Boolee OROMIA TOWER 1st floor S-08
1) Toshiba (Slightly Used) Core i3 15.6inch Screen Storage 500GB
Ram 4GB
Price 9,400

3) Hp probook 410 G1 New core i3 4th gen Screen size 12inch Storage 500GB RAM 4GB
Price 12,700 ETB

4) Hp probook 430 G3 New core i3 6th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and above
Price 14,800 ETB

5) Hp probook 640 G1 New core i5 4th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and above
Price 15,800 ETB
640 G1 Storage 1TB 4GB RAM battery 4hr and Above
Price 16,900 and
price for 1TB by 8Gb 17,800

6) Hp Elitebook 840 G1 Dubai New Processor core i5 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 16,800 ETB

7) Hp Elitebook 840 g2 Dubai New Processor core i5 14inch 5th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 17,500 ETB

8) Hp probook 450/650 G1 New core i5 4th gen Screen size 15.6inch Storage 1TB HDD RAM 8GB battery 3hr and above
Price 19,500 ETB

9) Hp probook Core i7 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 1TB RAM 8GB battery 3hr and Above
Price 21,999

10) Hp Elitebook 840 G3 core i5 New 14 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.3Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage best Battery Life
#Price 22,500

11) Hp Elitebook 850 G3 core i5 New 15.6 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.5Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage Good Battery Life
#Price 23,800

12) Lenovo thinkpad core i7 Slightly used 1TB by 8GB Ram
Price 19,900

13) Brand New Hp Core i5 8th gen Screen Size 15 inch Storage 1TB By RAM 8GB
Price 34,600

Hp Pavillion Core i7 10th gen 15 inch 1TB By 8GB RAM iris proPlus Graphics
Price 46,600

Join us T.me/odaa_Electronics

0911430007
0917716557
๐Ÿ“ Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Warreen Haqummaa fi Dhugaa Keenya Maatiif Hiriyyoota Keessanitti Beeksistanii Akka Maamila Ta'an Gootan Hundi
GALATOOMA! 100%



Yaadaaf Kamuu Yoo qabaattan
@Odaasmart irratti Nuun Ga'aa

@odaa_electronics
@Odaa_Electronics
Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
๐Ÿ”ท๐Ÿ”ด๐Ÿ“ฒ Iphone_12_pro_Max (256gb)

๐Ÿ”ฐ Brand New Sealed

๐Ÿ”ดColor : pacific blue

๐Ÿ‘‰ 64 GB Storage : 73,000 Birr๐Ÿ’ฐ

๐Ÿ‘‰256 GB Storage: 79,800 Birr๐Ÿ’ฐ

โ˜Ž๏ธ 0911430007 / Txt @odaasmart
โ˜Ž๏ธ 0917716557

Telegram Channel Link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Odaa_Electronics
2024/10/02 08:29:31
Back to Top
HTML Embed Code: