Telegram Web Link
#Eyasped Tesfaye

Team Girriሳ Jirtu?
ስለዚህ Campaign ያልሰማ ሰው አለ ወይ? አርብ ምሽት 2 ሰአት ሲል
ይጀምራል!

........በእያንዳንዱ የምርጫ ወረዳ የታሰሩ የኦነግ እና ኦፌኮ አመራሮች ስም ዝርዝር ለየብቻ በአንድ በአንድ ትዊት ተዘጋጅቷል። ብዙ የተደከመበት Campaign ነው።

........እንደምታውቁት የብልጥግና መንግስት እና ምርጫ ቦርድ የኦነግ እና ኦፌኮ አመራሮች በታሰሩበት፣ቢሮዎቻቸው በጉልበት በተዘጉበት ሁኔታ ምርጫ ለማካሄድ ሽር ጉድ እያሉ ይገኛሉ። የምርጫው አላማ በአለም መንግስታት ፊት በዴሞክራሲያዊ መንገድ የተመረጠ እና ቅቡልነት ያለው መንግስት መስሎ መቅረብ ነው።የእኛ ስራ ደግሞ ተቃዋሚ የተባለ ሁሉ በየወረዳው ሳይቀር ተለቅሞ በታሰረበት የሚደረግ ምርጫ መሆኑን ለአለምአቀፉ ማህበረሰብ ማሳወቅ ነው።

.........ትዊተር የሌላችሁ ክፈቱ! ያላችሁ አቀባብላችሁ ጠብቁ! እንደተለመደው ሰአቱ ሲደርስ ትዊቶቹ የሚቀመጡበትን ዌብሳይት እናስተዋውቃለን።
From #Eyasped Tesfaye and #Semuel Bekele

@infosanews
Team Girriisaa jirtuu

Waa'ee Twitter Campaign kana Enyutu hin dhagahin guyyaa Jumma sa'a 2 irra egalaaa

..... Buffatalee filannoo hundaa irratti Qadhimmamtoni paartii ABO fi KFO Kan hidhaman tokkon tokkon isaanitiif twitten qophaa'e jirra

... Mootummaan amma biyyaa bulchaa jiruu yeroo miseensonni Paartille Morkaattoota bayyen hidhamanii jirran fi birrolen issani cufamani jirran kanati filannoo gaggeessin jechun akka hin dandenne addunyaa dhageesusufi

..... filannoon demokartawa fi haqa qabeessa akka ta'uu dhibba gochuu qabana

From #Eyasped Tesfaye and #Semuel Bekele

@infosanews
ነገ ሀገርህ ላይ በሰፊው ማየት የምትፈልገውን ዛሬ ጀምር። ነገ ጥላ ከፈለክ ዛሬ ትከል። ነገ ሰላም ከፈለክ ለሰላም ዛሬ ትጋ። ሰው የዘራውን ራሱኑ መልሶ ያጭዳል ነውና ዛሬ የምታደርገው እያንዳንዱ ነገር የነገ ማንነትህን ይወስናል።

መልካም ዛሬ
Boru biyyakee irratti waanta arguu barbaaddu har’a eegali.
Boru gaaddisa yoo barbaadde har’a biqiltuu dhaabi.
Boru nagaa yoo barbaadde har’a irratti hojjeedhu.
Namni waan facaase deebisee haamaatii har’a waanti gootu hunduu boru si ibsa.

Guyyaa gaarii!
#FDREDefenseFORCE

Hooggantoota TPLF bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.

Leetanaal Jenaraal Asiraat Denneeroo guyyaa har’aa akka ibsanitti hooggantoota TPLF yeroo gabaabaa keessatti too’annoo jala oolchuuf carraaqqii taasifamuuf badhaasni qophaa’uu beekisaniiru.

Maddi: FBC

#FDREDefenseFORCE

የህወሓት አመራሮች የሚገኙበትን ለጠቆመ የ10 ሚልዮን ብር ሽልማት ማዘጋጁትን የኢፌዴሪ ሀገር መከላከያ ሠራዊት ማስታወቁን የኢትዮጵያ ቴሌቪዥን ዘግቧል።

ሌ/ጀነራል አስራት ዴኔሮ እንደተናገሩት የህወሓት አመራሮችን በአጭር ጊዜ በቁጥጥር ስር ለማዋል የሚደረገውን ጥረት ለማገዝ ሽልማቱ መዘጋጀቱን ገልፀዋል።

በዚህም የመከላከያ ሠራዊት በህግ የሚፈለጉትን የህወሓት አመራሮች ያሉበትን ቦታ ለጠቆመ የ10 ሚሊዮን ብር ሽልማት እንደሚሰጥ አመልክተዋል።

@infosanews
@Barattootaoromo
@infosanewsbot
#Finfinnee

የኦሮሞ ታጋዮች ፋውንዴሽን በFinfinee በ1 ቢሊየን ወጪ ብር ባለ 15 ወለል ህንፃ ሊያስገነባ መሆኑ አስታውቋል።

ፋውንዴሽኑ የኦሮሞ ታጋዮችን ማህበራዊ እና ኢኮኖሚያዊ ችግሮች ለመቅረፍ የሚሰራ መሆኑ ተገልጿል፡፡

በ2008 ዓ.ም የተመሰረተው ፋውንዴሽኑ የራሱን ባለ 15 ወለል ህንፃ በ1 ቢሊየን ብር በFinfinnee ካዛንችስ አካባቢ የሚገነባ ይሆናል፡፡

ለሚያስገነባው ህንጻም በዛሬው እለት ከኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ጋር ስምምነት ተፈራርሟል፡፡

የግንባታ ስራው በሁለት አመት ተኩል ጊዜ ውስጥ ይጠናቀቃል ተብሏል፡፡

ምንጭ፦ ኤፍ ቢ ሲ
@infosanews
@infosanewsbot
Faundeshinnin Qabsa'oota Oromo birr Billioona 1n gammo abba darbii 15 ijarsisuf deemaa.

Bara 2008 kan hundeffame Faundeshinnin kun rakkoolee Mattii Qabsa'oota mudatan furufi kan hunda'ee.

Ijaarsi projaktii kana wagga 2 fi walakkaa keessatti xumuurama jedhamee jeraa
Team Giriiሳ ዝግጁ?
ከ 1 ሰአት በኋላ ልክ 2 ሰአት ሲል ሁላችንም ወደ ትዊተር እንተማለን።
ሁላችንም እኩል እንጀምራለን!
ከስር በተቀመጡት ሊንኮች ውስጥ እየገባችሁ Tweet Now የምትለዋን
መጫን ብቻ!!!
እረፍት እየወሰድን ለ24 ሰአት ትዊተርን ወርረን እንቆያለን!
Team Girriisaa jirtuu ?
Sa'a I Booda Kan egaluu duula Twitter link asii gadii jiruu Kan irratii arkatuu jedhanii jiruu qopheesitooni
https://oromocause.org/plus178candidatesbehindbars/

@infosanews
Boordiin Filannoo Biyyaaleessa Itoophiyaa waldhabdee
miseensota hoggantootaa Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti
uumaame ilaalchisee murtoo dabarseera.
Boordichi miseensonni kunneen iyyannoo garaagaraa akka
dhiyyeeffachaa turan ibseera.
Hagayyaa 1, 2012 irraa eegalee miseensonni koree hojii
raawwachiiftuu murasaani fi itti aanaan dura taa'aa paartichaa
xaalayaa barreessaniin dura taa'aan paartichaa aangorraa
dhorkamuu boordicha beeksisaniiru.
Dabalataan miseensonni kunneen irra deddeebiin hoggansa
paartichaarratti iyyannoo dhiyeessaa turaniiru.
Gama biroon dura taa'aan addichaa walga'ii mana maree
Fulbaana 2, 2013 taa'een itti aanaa dura taa'aa fi miseensota
koree hojii raawwachiiftuu fi koree giddugaleessaa muraasa
hanga yaa'ii waliigalaa itti aanutti itti gaafaamummaa
isaanirraa kaasuu xaalaayaa barreesseen boordicha
beeksiseera.
Boordichi bu'uruma aangoo seeraan laatameefiin koreen
ogeeyyii xaalaayaawwanii fi iyyannoowwan qaamolee lamaanii
qoratu akka hundaa'u murtoo dabarsuun isaa ni yaadatama.
Haaluma kanaan gama obbo Araarsoofaan ogeessi
ramadamus ,obbo Daawud faan ogeessa dhiyeessuuf fedhii
dhaburra darbee dhimmichi dambii keessaa paartichaan waan
xumuramuu qabu jechuun deebii laataniiru.
Dabalataan ogeessa dhimmicha ilaaluuf fedhii qabu argachuun
hin danda'amne.
Sababa kanaan boordichi dhimicha ofiif qoratee murtee
laachuuf dirqameera.
Waldhabdeen jiru keessoo paartichan furamuu akka hin
dandeenye fi murtoo boordichaa akka barbaachisu hubachuun
murtoowwan gurguddoo armaan gadii kans dabarsera.
1. Iyyannoon obbo Araarsoon faan dhiyeessan adeemsa
guutuu qabu waan hin guunneef fudhatama kan hin qabne
ta'uu hubateera.Yaa'ii hayyu duree addichaa hojirraa dhorkuuf
ta'ameratti miseensonni koree hojii rawwachiiftu 8 jiran keessa
5 akka argama eeramera. Ha ta'u malee tokko sababaa
lammumma isaan miseensa koree hojirachiiftu ta'uuf kan
gaaffiin irratti ka'edha.
Ta'us garuu hayyuu dureen paartichaa aangoorraa dhorkamuu
isaanii xaalayaan koree hojii raawwachiifturraa ergame
fudhatama seeraa kan hin qabne ta'uu murteessera.
2.Mallattoo obbo Daawudiin murtoo kora saba jechuun itti
aanaan dura taa'aa paartichaa fi miseensonni gumii shaneefi
kanneen biroo ilaalchisee boordichaaf dhiyaates dhimmoota
guutamuu qabu guutee waan hin dhiyaannef seeraan
fudhatama kan hin qabne ta'uu murteessera. Xalaan kun korri
sabaa ku akkamitti akka murteessee, namoonni hagaam akka
irratti argamaan,sagaleen akkamiin akka kennamee murta'e hin
ibsuu jedheera boordichi.
Kanaaf Miseensonni koree hojii raawwachiiftuu kunneen
miseensummaa isaaniin akka itti fufan murteesseera.
3. Qaamoleen lameen yaa'ii waliigala waloon akka gaggeessan
boordichi murteessuu ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessaarra
a argame ni muul'isa.
Muddee 22, 2013 eegalee Teeleviizhinii Faanaa dabalatee teeleviizhinii Waldaalee Damee Broodkaastaroota Ityoophiyaa argachuuf :-

Ityoosaatiitti makamaa!

Saatalaayitii NSS 12 57° E

Chaanaalii HD argachuuf:-

Firiikweensii 11115/11165
Siimbool Reetii 45000
Poolaaraayzeeshinii H

Chaanaalii SD argachuuf:-
Firiikweensii 11545
Siimbool Reetii 30000
Poolaaraayzeeshinii H
ከታህሳስ 22 ቀን 2013 ዓ.ም ጀምሮ ፋና ቴሌቪዥንን ጨምሮ ሌሎች የኢትዮጵያ ብሮድካስተሮች ዘርፍ ማህበራት ቴሌቪዥኖችን ለማግኘት፡-

ኢትዮሳትን ይቀላቀሉ!

ሳተላይት NSS 12 57° E


HD ቻናላችንን ለማግኘት
ፍሪክዌንሲ 11115/11165
ሲምቦል ሬት 45000
ፖላራይዜሽን H


SD ቻናላችንን ለማግኘት
ፍሪክዌንሲ 11545
ሲምቦል ሬት 30000
ፖላራይዜሽን H
#WoalitaSodo


ዛሬ በወላይታ ሶዶ የደረሰውን የእሳት አደጋ የሚያሳዩ ተጨማሪ ምስሎች ከወላይታ ሶዶ ቲክቫህ ኢትዮጵያ አባላት ተልከዋል።

የእሳት አደጋውን ሙሉ በሙሉ ለመቆጣጠር ርብርብ እየተደረገ መሆኑንም አሳውቀዋል።

#Tariku #Natnael #Tikursew
@infosanews
@infosanews
2025/02/23 23:44:52
Back to Top
HTML Embed Code: