#Haramayaa
Barattoota kadhiimamtoota Eebbifaman hudafa
Dhimii: Galmee Seemistaraa kana ilaala
Seemistaraa kana Galma'auuf sooftweerrii qoophaa'ee kana http://studentportal.haramaya.edu.et/ fayyadamuun Galma'auu qabduu jedhee jiraa.
@infosanews. @infosanewsbot

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"አል-ሸባብ እና ኦነግ ታጣቂዎችን ከቀጠናው ብናስወግድ ሕብረታችን ይጠነክራል" ጠ/ሚ ዐብይ
ጠቅላይ ሚንስትር ዐብይ አሕመድ ኬንያ እና ኢትዮጵያ የአል-ሸባብ እና የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ታጣቂዎችን ከቀጠናው ቢያስወግዱ የሁለቱ አገራት ሕብረት እንደሚጠናከር ተናግረዋል።
የኦሮሞ ነጻነት ጦር ከኦነግ ተገንጥሎ በመውጣት በምዕራብ ኢትዮጵያና ኢትዮጵያ ከኬንያ ጋር በምትዋሰንበት ደቡባዊ ክፍል የትጥቅ እንቅስቃሴ ላይ እንደሆነ ይነገራል።
ፕሬዝደንት ኡሁሩ ኬንያታ በቀጠናው ኢኮኖሚያዊ እድገት ለማምጣት የአካባቢው ደህንነት ማረጋገጥ ግድ መሆኑን ተናግረዋል።
"የደኅንነት ችግር እያለብን ኢኮኖሚያዊ ድል ማስመዝገብ አይቻለንም" ያሉት ፕሬዝደንት ኡሁሩ፤ "እንደ ሁለት ጎረቤት አገራት በውስጣችን እየኖሩ የኢትዮጵያንም የኬንያንም ሰላም የሚያውኩት ላይ መስራት ይኖርብናል" ብለዋል።
ከዚህ በተጨማሪም ጠቅላይ ሚንሰትር ዐብይ "መሰረተ ልማቶች ላይ በጋራ እንደምንሰራው ሁሉ የአከባቢውን ደህንነት ለማረጋገጥ እንድንሰራ" ለፕሬዝደንት ኡሁሩ መልዕክቴን አስተላልፋለሁ ብለዋል። (📹 Sultan Aba Gisa , BBC)
* የጠቅላይ ሚኒስትር ዐብይ አሕመድ (ዶ/ር) አጭር ንግግር ከላይ በቪዲዮ የቀረበው ነው።

INFOSA News
"አል-ሸባብ እና ኦነግ ታጣቂዎችን ከቀጠናው ብናስወግድ ሕብረታችን ይጠነክራል" ጠ/ሚ ዐብይ ጠቅላይ ሚንስትር ዐብይ አሕመድ ኬንያ እና ኢትዮጵያ የአል-ሸባብ እና የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ታጣቂዎችን ከቀጠናው ቢያስወግዱ የሁለቱ አገራት ሕብረት እንደሚጠናከር ተናግረዋል። የኦሮሞ ነጻነት ጦር ከኦነግ ተገንጥሎ በመውጣት በምዕራብ ኢትዮጵያና ኢትዮጵያ ከኬንያ ጋር በምትዋሰንበት ደቡባዊ ክፍል የትጥቅ እንቅስቃሴ…
.......Alshabaabiifi OLF naannoo kanaa yoo dhabamsiifne uummata kana gara maatii tokko, biyya tokkoofi uummata gammachuuf waltuumsuun jiraattutti ceesisuun ni danda'ama'' jedhan.
.......MM Abiy Ahimed ABO isa kamiin akka jedhan adda baasanii ibsuu baatanis ABO'n erga mootummaa waliin waliigalee gara biyyaatti deebi'ee akka paartii tokkootti galmaa'uun siyaasa biyyattii keessatti hirmaachaa jira.
Qaama waraanaa dhabaa ABO kan tureefi dhaabichi hariiroo waliin qabu adda kutuu ibsuufi mootummaan Itoophiyaa ABO-shanee jedhee qaamni waamu naannoo daangaatti sochii hidhannoo gaggeessaa jiraachuu eeruun isaan dhabamsiisuuf tarkaanfii fudhachaa akka jiru irra deddeebiin ibsa.
... As irratti MM.Dr Abiy ABO isaa kam Akka ta'ee hin ibsinee ABO -Shane mo ABO filannoo irratti Hiramachuf deemuu ?
@infosanews @infosanewsbot

Magaalaa Kaaba-Dhiha Itoophiyaa Maayikaadiraatti ajjeechaan jumlaa lubbuu namoota 600 olii galaafate kan raawwate ji'a tokko har'aa ture. Gartuuleen mirgoota namoomaa namoonni haleellaa irra gaheen ajjeefaman 600 ol ta'uu akka malu ibsaa turan.
Ajjeechaan kun raawwatee hanga ji'a guutuutti BBCn jiraattota magaalattii qunnamee waan mudate hubachuu hin dandeenye.
Amma malooti qunnamti akka telefoonaa fi intarneetii gariin deebi'ee jennaan jiraattota dubbisuu dandeenyeerra.
Haleellaan lubbuu namoota dhibbaan lakkaa'amanii galaafate kun kan eegale A.L.I Onkoloolessa 30 waaree booda sa'aatii 9 irratti yoo ta'u hanga ganama guyyaa itti aanuutti itti fufe.
***
Tirfaay Girmaay dhalattuu Tigraay yoo taatu nama sabaan Amaara ta'etti heerumtee waggoota 12f Maayikaadiraa keessa jiraatte. Ilmoo tokko waliin qabu.
Abbaan warraa isii kan hojii qonnaa hojjetu harmee isii dabalatee maatii kan jiraachisu isa.
Waggaa 12 achi jiraatte keessatti taatee akka gaafasii takkaahuu argitee akka hin beekne dubbatti.
Abbaan warraa isii fi maatii isii jiraachisaa ture gara jabinaan mana isaa fuula duratti ajjeefame. "Abbaan warraa koo nama tokko hin ajjeesne, waanuma Amaara ta'eef na duraa ajjeesan jedheen yaada" jetti.
Ofiin rakkoo fayyaa akka qabdu ka himtu Tirfaay, duuti abbaa warraa isii jireenya isii akka gogoleesse himti. Haadhaa fi daa'ima isii jiraachisuuf maal gootu wallaaluu isii dubbatti
Haa ta'u malee dhalattoonni Tigraay gara Sudaan baqatani fi haleellaa kanaan miidhamuu himan, garee Faannoo jedhamuu fi milishaa naannoo Amaraan haleelamuu himatu.
Mootummaan federaalaa Itoophiyaa ajjeechaa Maayikaadiraa kanaaf TPLF yakke. Hogganaan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa'el garuu ajjeechaa kana raawwachuu haalanii, qaamni walaba ta'e akka qoratu gaafatan.
KOmiishinarri mirgoota namoomaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Misheel Baachileet ajjeechaan kun akka qoratamu gaafatanii, "ajjeechaan kun kan mirkanaa'u yoo ta'e, yakka waraanaa ta'uu mala" jedhan.
@infosanews

.....Biyya kanatti gartuun wayii 'nu qofa barreessaan, nu qofa daldalaan, nu qofarraa waan hundi bareeda' kan jedhaniin qabamee jira. Warra kanaaf dantaa hin qabu.
''Dirree akkanatti gartuun tokko ittiin dhaadatu kanan cabsee seenuu barbaada. Kana keessatti olollii fi duulli amma duraa namudachuu mala. Kanaaf harka hin kennu," jetti.
Fuula duratti kitaabota biroo hedduu barreessuuf fedhii qabaachuulleen BBC'tti himteetti.
Beetiin Sagantaa gaaffiifi deebii LTV irratti dhiheessaa turte sababa dhaabbaticha waliin waliigaluu hin dandeenyeef jecha akka adda kutte ji'ootan dura BBC'tti himtee turte.
Abbaan qabeenyaa miidiyichaa Luba Dr. Gammachiis Dastaa yeroo sanatti BBCtti akka himanitti, komii gaazexeessituun kun kaastu furuuf yeroo adda addaatti yaalii gochaa akka turan himan.
''Beetiiidhaaf ammas balballi keenya banaadha,'' jechuun wayita san dubbatan.

Hordoftoota keenya duula tokko irratt akka hirmaatan waamicha isiniif goona channel kun miseensa 900 ol qaba .miseensi as keessa jirruu hunduu channel kana hiriyyoota keenyaf nama yoo xiqqaate 10 yoo ergine hammam akka tilmaamun salphaadha. Kanaafuu ammummarra hiriyoota keessanif channel kana forward godhaaf
Nuttis gama keenyan waan hojjechu qabnu ni hojjanna
@infosanews
Nuttis gama keenyan waan hojjechu qabnu ni hojjanna
@infosanews
#Xiyyeeffannoo
Akkuma Beekamu Yerroo Amma kana Barattootni Yuunivarsiitii Gara Morra issani akka Debi'an Ministeeraa Barnoota irraa ergan darbee jiraa Kanuumman wal Qabatee Barattootini Godina Wallagga Aanaalee Muraasa keessa jiran Sababa Networkiin fi data mobaayilii hin hojjane odeeffannoo Gahaa Wan hin qabneef Guyyaa seensa Morra issani yoo jijjirame beekuf rakkisaa akka ta'e Barattootni dursanii Morra galaana himani jiruu

#SHARE #ሼር
የኢፌዴሪ ጤና ሚኒስቴር እና የኢትዮጽያ የሕብረተሰብ ጤና ኢንስቲትዩት የኮቪድ-19 ምርመራ ማድረግ ለሚፈልጉ የማህበረሰብ ክፍሎች ከላይ በተዘረዘሩት ጤና ጣቢያዎች እና ሆስፒታሎች ከክፍያ ነፃ ናሙና በመስጠት ምርመራ ማድረግ እንደሚቻል አሳውቋል።
@infosanews
የኢፌዴሪ ጤና ሚኒስቴር እና የኢትዮጽያ የሕብረተሰብ ጤና ኢንስቲትዩት የኮቪድ-19 ምርመራ ማድረግ ለሚፈልጉ የማህበረሰብ ክፍሎች ከላይ በተዘረዘሩት ጤና ጣቢያዎች እና ሆስፒታሎች ከክፍያ ነፃ ናሙና በመስጠት ምርመራ ማድረግ እንደሚቻል አሳውቋል።
@infosanews
INFOSA News
Photo
Finfinneetti namoonni Covid-19 qoramuu fedha qaban bilisa qoratamuu 'danda'u'
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa, Ministeera Fayyaa waliin ta'uun iddoo qorannoon itti taasifamu 30 ol tarreessee jira.
Kanneen keessa buufataaleen fayyaa kutaalee magaalaa Finfinnee akkasumas hospitaalonni mootummaa gurguddoo magaalattii keessa jiran eeramaniiru.
Namni qoratamuuf fedhii qabu kamuu gara buufataalee fayyaa fi hospitaalota eeraman kanaa dhaquun kaffaltii malee saamuda kennuu akka danda'u Inistiitiyuutichi beeksiseera.
Itoophiyaan amma dura nama miliyoona 1.6 ol kan qoratte yoo ta'u kana keessaa nama 115,000 ta'u irratti vaayirasichi argame.
Kanneen vaayirasichi irratti argame keessaa 1,769 yoo du'an 87,000 ol bayyanatanii jiru.
Ammatti namootni vaayirasichaan qabamanii yaalamaa jiran 25,000 ol ta'uu ragaan Ministeera Fayyaa ni mul'isa.
(BBC)

አቶ ልደቱ በ30 ሺህ ብር ዋስ ከእስር እንዲለቀቁ ተወሰነ !
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት ምስራቅ ምድብ ችሎት ዛሬ ጠዋት ባስቻለው ችሎት የኢዴፓ መስራችና ምክር ቤት አባል አቶ ልደቱ አያሌው በ30 ሺ ብር ዋስ እንዲወጡና የኦሮሚያ ዓቃቤ ህግ "የፌዴራል እና ክልል መንግስታትን በማፍረስ" በሚል የከፈተባቸውን ክስ በውጭ ሆነው እንዲከታተሉ ወስኗል።
ከዚህ ቀደም የምስራቅ ሸዋ ዞን ከፍተኛ ፍርድቤት "ሕገወጥ የጦር መሳርያ ይዞ በመገኘት" በሚል የተከፈተባቸውን ክስ እንዲሁ በመቶ ሺህ ብር ዋስትና በውጪ ሆነው እንዲከታተሉ የፈቀደላቸው ቢሆንም ገንዘቡን ካስያዙ በኋላ ፖሊስ ሳይለቃቸው በማቆየት ሁለተኛውን ክስ እንደመሰረተባቸው ይታወቃል።
ምንጭ፦ ኢዴፓ

Olmaa Dhaddachaa # Lidatuu Ayyaaloo
___
Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Dhaddachi Bahaa Obbo
Lidatuu Ayyaaloof Wabii Qr. 30,000.00 (kuma soddomaan)
akka bahan ajajeera.

አቶ ልደቱ አያሌው ከእስር ተለቀቁ።
የኢዴፓ መስራች እና ም/ቤት አባል አቶ ልደቱ አያሌው በ30 ሺህ ብር ዋስ ከእስር ተለቀዋል።
(Cominist Tsehaynesh,Ewnet Emnet)