Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Waggaa 1436 dura Halkan walakkaa Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Saahiba isaanii wajjiin nama lama qofaan makkarraa baqatan…
Har’a,bara 1446 keessa halkan walakkaa bakka Makkaa san qofatti hordoftoota isaanii Mil. 3,4 oltu dhaabbatee salaate…
صلوات ربي وسلامه عليك يا رسول الله
Join 👇
@bishaara_4

Akka waan Ramadaana dhumaa ta'ee 💔🥺
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Ummatni Islaamaa kan sirna Umraatiif Makka seenan,hanga Ramadaana 27 tti nama Miliyeena 70 tahuu Miidiyaan Mootummaa Sa’uud Arabiyaa gabaaseera.
Kuni seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif jedhame!
﴿ وَإِذْ جَعَلْنَا الْبَيْتَ مَثَابَةً لِّلنَّاسِ وَأَمْنًا وَاتَّخِذُوا مِن مَّقَامِ إِبْرَاهِيمَ مُصَلًّى ۖ وَعَهِدْنَا إِلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَإِسْمَاعِيلَ أَن طَهِّرَا بَيْتِيَ لِلطَّائِفِينَ وَالْعَاكِفِينَ وَالرُّكَّعِ السُّجُودِ﴾
Join 👇
@bishaara_4
Kuni seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif jedhame!
﴿ وَإِذْ جَعَلْنَا الْبَيْتَ مَثَابَةً لِّلنَّاسِ وَأَمْنًا وَاتَّخِذُوا مِن مَّقَامِ إِبْرَاهِيمَ مُصَلًّى ۖ وَعَهِدْنَا إِلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَإِسْمَاعِيلَ أَن طَهِّرَا بَيْتِيَ لِلطَّائِفِينَ وَالْعَاكِفِينَ وَالرُّكَّعِ السُّجُودِ﴾
Join 👇
@bishaara_4
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Eiddi Guyyaa boruu tahuun mirkanaawee jira Baga Geessan 🥰
Eid Mubarak
Eid Mubarak
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
"Namni Ji'a رمضانا Soomee Eeganaa Guyyaa Jaha Baatii Shawwaalaatirraa Jala oofe Akka Nama Ganna Tokko Soomeetii." Je'an Nabiin ﷺ
Join 👇
@bishaara_4
Join 👇
@bishaara_4
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Suuraa fi jecha akkaan akka malee garaa na roraase.😔
"ذهب الضيوف.. وبقي الأهل"
“Keessummoonni deemanii, maatiin garuu hafanii!”
Dhugumatti ji'a Ramadaanaa qofa akka waan gabbaruutti, gaafa inni dhufe masjida guunnee ibaadaaf toltuu adda addaa irratti wal dorgoma turre. Gaafa jiiyni gala ka'e nulleen isaa waliin bakka gaarii fi jajjabinaa tana irraa keessummaa taanee wajjiin gala deemuun nama naasifti. Jiiyni Ramadaanaa mana barumsaa kan leenjii qaamaa fi qalbiiti.
Ilmi namaa tokko gaafa mana barumsaatti barumsaaf galu, waan baratuu fi hubatu qaba. Ergasii guyyoota mana barumsaatti dabrsaa deemu kana keessatti leenjiilee fudhateen sadarkaa xumuraarra gaafa gehu, gosa barumsaa tokkoon eeybifamee baha. Ji'a kana keessatti nulleen akkasuma tahuudha qabna.
Inni keessummaadha. Ni dhufa, niis ni dabra. Garuu nuti warri maatii mana kanaa ta'e barumsa isa keessatti leenji'amneen cimnee hojiilee teenyatti fufnee carraaqii hojii cimsuutu nurra jiraata. Akkuma ji'a milkkii fi gaarii dabarfanne kana keessatti qabsoo ibaadaatii fi hojiilee gaggaarii hojjataa turre sanitti itti fufuutu nurraa eeggama. Muuxannoo fi leenjiilee isa keessaa arganneen jireenya keenya jijjiiruuf qabsoo teenya itti fufnaan!!🙏
Rabbiin warra bara hegeree nuhaa godhuu!🤲

Nama guddaa ta'uuf beekamaa ta'uu hin qabdu (dirqama miti).
📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢
Irra caalaan keenya Sheek Abdurahaman Sudeeysi dinqisiifanna, ni beekna; Garuu Fatihaa eenyu akka isaan barsiise hin beeknu.
Irra caalaan keenya Ibnu Teymiyyaa ni beekna. Garuu dubbisuufi barreessuu eenyu akka isaan barsiise hin beeknu!
Rabbiin nabiyyoota gurguddoofi kabajamoo kuma dhibbaan lakkaa'aman nuuf ergera, garuu kan inni nuuf hime 25 hin caalan!
Akkanas jedheera
(وَرُسُلًۭا قَدْ قَصَصْنَٰهُمْ عَلَيْكَ مِن قَبْلُ وَرُسُلًۭا لَّمْ نَقْصُصْهُمْ عَلَيْكَ..)
Hasan Al-Basrii irraa, Shafi'ii irraa, Ahmed irraa,
Abuu Hanifaa irraa, Nawaawi irraa, Ibnu Haje irraa, Ibnu Baz irraa, Ibnu Usaymin irraa, Dr. Jailan irraa, Hajii Raafii irraa, Hajjii Sani Habib irraa... eenyutu isaan duuba akka ture, eenyu akka isaan gargaareefi eenyutu kanaaf isaan akka geesise ni beeknaa? Hin beeknu! Erga isaan hin beeknee hoo maaltu isaanitt hafa? Homaa!! Kanaaf..
Obboleessa kiyya Rabbiin yoo si beeke siif gahaa waan taheef waan sirraa barbaadamu hojjedhu. Nama kamirraayyuu homaa osoo hin eegin Ashaaraa kee kaa'i!
Barruun kan Ustaaz
Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
Join us 👇

Namni suuraa tee profile gubbaa kaayate hundi najaalate jettee hin yaadin, suuraan titichaatu Filiitii gubbaa ni jira.😁
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Odeeffannoo tokko maxxansuu dura adda baafachuun dhaamsa RABBIIN Qur’aanaan nuuf dhaame.
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Namni waan hiriyyoomfatu yoo sirritti adda filate bu'a qabeessa taha.
Hiriyyummaan bakka itti kufaniisi bakka itti ka'aniiisi. Hiriyyummaan hiriyyummaa caale tan karaa Rabbii irratti wal gargaaruufii badii irraa harka wal qabuu irratti taateedha. Hiriyyummaan dhimma duniyaa qofa irratti wal guddisuu irratti hundooyte, tan wanti Rabbii xiqqollee keessa hin jirre dhumni isii fokkotaadha. Yeroon yaadannaa isii hamma wal bira jiran qofa. Gaafa ta Rabbii walitti nama hiite garuu jiruudhaan karaa Rabbii irra wal gargaarta, du'aan yoo wal biraa deemte immoo du'aa'ii waliif goota, maatii ofii bira waliif dhaabbatta. Boru immoo Arshii Rahmaan jalatti waliin gaaddiseeyfachuu kajeelta !
Eenyu hiriyyoomfattee jirta?
Walitti fafakkeessu jirra moo dhugaa Rabbiitu walitti nu hidhe? Duuba keenyatti waan gaariin wal dubbannaa? Dura keenyattoo badiirraa wal qabnaa? Bakkaan an hin jirretti namoota keessatti na guddisa janne wal yaannaa kana taanaan hiriyyummaan milkii qabu keessa jirra ! Ykn ni gabbina💔
Join us

Mee akka nama dhunfaa tokkotti yoo namoota umriin walitti dhihaataniif dhaamsa dhaami/yaada khanni siin ja'anii maal jattaan.?
Dhiirafi Dubartiinis hirmaadha yaada kheeysa hunda dubbisuuf qophiidha.!
Join share 👇
@bishaara_4
Barakallahufiikum commetn isiniif banaadha.👇
Dhiirafi Dubartiinis hirmaadha yaada kheeysa hunda dubbisuuf qophiidha.!
Join share 👇
@bishaara_4
Barakallahufiikum commetn isiniif banaadha.👇
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
𝐘𝐨𝐨𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞 𝐚𝐫𝐫𝐚𝐛𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧.. ❤️
Ka gama mirgaatiin jiru Musxafaa Suleeymaan ja’ama Asliin isaa biyya Suuriyaa irraahi.
Dhaabbata Microsoft keessatti itti gaafatama waahe Artaficial intelegencyti.
Artaficial intelegency fayyadamuun Israa’el akka Ummata filisxiin fixxuuf isaan basaasuufi isaan fixuu keessatti haalduree mijjeeysaafi ture.
Ta gama bitaa irraa jirtu tun Ibtihaal Abu Sa’ad ja’amti.
Asliin isii biyya Moroco irraahi.
Dhaabbata microsofti kana keessa hojjatti ,hojii isii keessatti nama faayidaa guddaa dhaabbatichaaf buusuufi hireen isiitis fuulduratti bakka guddaa gahuu tan dandeeysuudha.
Bakka namni hedduun keessa hojjachuu kaayyoof qaban keessa hojjachutti jirti.
Arraan tana oggaa dhaabbatni microsofti waggaa 50ffaa isaa eega hundeeyfame kabajutti jiru bakka itti gaafatamtoota fi Abbootiin qabeenyaa hedduun jiranitti ol kaatee akkana jattee dhugaa jiru himte..
“Dhaabbatni Microsoftii fi Musxafaaniis nama Kuma 50 ka filisxinitti dhume keessa qooda qaban ,harka isaanii irra dhiiga Filisxinootaatu jira jatte.”
Wanni Ibtihaal dalayde tun hojii isii akka dhabsiisu biyya Ameerkaa keessahillee akka isii arihu ni beeyti garuu obboleeyyan isii ka ghazzaa cinaa dhaabbachuuf dhaabbata guddaa kana addunyaa duratti dirree baaftee qaanyeeysite.
Sa’a 24 osoo hin geenye accountii isii hunda duraa cufan.
Waan Mootonni arabaa hojjachuu dadhaban isiin hojjatte.
Rabbiin hamtuu isii irraa haa qabu.
Video isiin gurbaa dura dhaabbatte dhugaa jiru dirree itti baaftu commentii jalatti laalu ni dandeeysan

Dachiin Gazzaatuu kan akkana taate, Nama isii maal irraa dubbatta? Yaa Rabbi qabbana teetiifi tasgabbii tee irratti buusi. Ummata isaanii nagaya nuuf taasisi.