Telegram Web Link
'Oromo Graphya' fi seenaa Oromoo akka Arabootni barreessanitti

Muraad Ahimad namoonni hedduun maqaa fuula Facebook isaa 'Oromo Graphya' kan jedhuun beekan. Suuraalee ganna hedduun dura kaafaman, seenaa Oromoo himan fuula Facebook irratti maxxansuun beekama.

Dhiyeenya kana ammoo biyyatti deebi'uun kitaaba FUGUG jedhamu maxxansisuun eebbisisuuf jedha.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Baratootaaf Ni barbaachisaa👍

🏆Universiti Keessatti Milkaa’uf🏆!!!!


Universitiin iddoo dhaloonni beekumsa itti kuufate biyyaa fi
addunyaa ofii itti ijaarudha. Wantoota adda addaa irraa fagaachun
beekumsa fi akkamitti biyya akka jijjiran irratti iddoo itti
xiyyeefataniidha. Kanaafu yuniversitiin iddoo jijjiramaa fi isa
seenun carraa guddaadha jechuu dandeenya. Garuu yuniversitii
seenuun qofti gahaadha? Jijjiramni Universitii keessatti
adeemsifamuu hoo maaliidha? Of gaafanne beeknaa?
Eeti yuniversitiin iddoo jijjiramaati. Yookaa nama badaa irraa gara
nama gaariitti yookiin immoo nama gaarii irraa gara nama badaatti
itti jijjiramtuudha. Yookiin immoo gaarummaa ykn badummaa kee
akkasumatti itti fuftuudha, jijjiramni yoo jiraates xiqqoodha.
Barattoota meeqatu gaarummaan guddatanii yommuu yuniversitii
seenan hiriyyaa badaatti makamuun namoota babadoo fi gadhee
keessaa ta’an.
Naannootti nama gaarii akkamii osoo jedhamuu yuniversitii
yommuu seenu fedhii ofiiti fi hiriyyaa badaatin lakkafame
/lakkafamte. Akkasumas, namoonni badaa jedhaman yommuu
yuniversitii seenan hiriyyaa gaariitti makamuun jireenya ofii
jijjiranii fi foyyeessan baay’eedha. Kanaafu yuniversitii keessatti
akkamitti nama milkaa’a ta’uu dandeessaa?
Namoota haarawa gara yuniversitii seenaa jiranii fi amma jireenya
yuniversitii gaggeessaa jiraniif mee tuqaalee ijoo armaan gadii haa
eerru.

1.Yommuu yuniversitii seentu/deemtu of eeggadhu– yommuu
gara yuniversitii deemtu meeshaalee fi mi’a si barbaachisaan qabadhu
deemi. Gara yuniversitii yommuu deemtu nama waliin deemtu filadhu.
Fakkeenyaf, saala faallaa waliin deemun rakkoo guddaa irra nama buusa.
Seexaanni wanta badaatti isin kakaasun yuniversitii osoo hin seenin
jireenya keessan hidda kuttu. Dubartii yoo taate dubartii qofa waliin,
dhiira yoo ta’e dhiira qofa waliin deemi. Dhiirri adda deemu danda’a.
Garuu yommuu dubartiin adda deemtu rakkoo guddaa irra of buusti.
Yookaa maatiin ishii, ishii gaggeessu qaba yookiin immoo dubartoota
waliin deemu qabdi.
Akkuma yuniversitii seenten hiriyyaan jalqaba qunnamte hiriyyaa
jireenyaa ta’uu danda’a. Yommuu ani jalqaba gara yuniversitii
seenu wanti jalqaba na sodaachise hiriyyaa na qeebalee (na
keessumeessedha). ‘Mucaan kuni sigaaraa kan xuuxu way ta’aa?
Achumaan analle way balleessaa?” jechuun sodaacha ture.
Alhamdulillah mucaan nama sigaaraa xuxu hin turre.
Kanaafu yommuu yuniversitii seentu namni jalqaba qunnamte
sigaaraa kan xuuxu yookiin Wantoota badaa Hojjatuu ta’ee dafii irraa
fagaadhu. Natti mufata jette hin sodaatin .

2--Ittii fufaa............


Kutaa 2ffan Yeroo ittii Anuutti itti fufaa


Share share godhaa
👇👇👇👇👇
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Foon keeti malee lubbuu tee hidhuu hin danda'anii, baga nagaan manaa fi hawaasa keetitti dabalamte.
@OROMOTOO
Carraa bayyee gaariidha itti fayadamaa. Galma'aa ittii fayadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://GramFree.cc/?r=16356804
Yaadannoo wareegamu Haacaaluu Hundeessaa ilaalchisee ibsa KFOrraa kenname!

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFO) yaadannoo waggaa tokkoffaa wareegamu Artisti Haacaaluu Hundeessaa ilaalchisee har'a Waxabajjii 20, 2013 ibsa baaseera.

KFOn ibsa kanaan, "wareegamuun Haacaaluu Hundeessaa aarsaa qabsoo bilisummaaf kanfalameefi abdii injifannoo egeree waliin kan yaadatamudha" jedhe.

Akkasumas, "Haacaaluun ni ajjeefame malee hin duune," kan jedhe ibsi KFOn baase kun, ajjeefamuusaa qofa osoo hin taane 'haqa dabuunsaa' akka isa gaddisiisu ibseera.

"Haacaaluun artiistii, qabsa'aa fi falmataa ummata Oromoo xobbeetti cabeedha" jechuun kan ibse KFOn, Waxabajjii 23, 2013 ALH (Waxabajjii 30, 2021) ummanni hundumtuu bakka jiruutti maqaa Haacaaluutin dungoo yaadannoo akka ibsu waamicha dhiyesseera.

* Guutummaa ibsichaa walqabsiifameera.
Ergaa: Oromoota biyya alaa jirtaniif!

Albamii 3ffaa Haacaaluu Hundeessaa iTunes irratti bituuf dolaara 5 qofa. Akkuma namoota biyya alaa jirtan yaadattanitti Albama 2ffaa Haacaaluun bara 2013 (waggaa 8 dura) biyya Ameerikaatti gadhiise ture 'WAA'EE KEENYA' jedhu iTunes fi Amazon irratti dolaara 12n gurguramaa ture. Minnesotaatti ammoo CDdhaan dolaara 20n gurguramaa ture. Sanuu namni heddu gammachuudhaan bitataa ture.

Gatiin ammaa (Albamii 'Maal Mallisaa') garuu waggaa 8 booda gatiinsaa dabaluu osoo irra jiru akkana hir'achuun kun haala yeroo fi isa (Haacaaluu) kan hin madaalle ta'uu hubatamu qaba. Garuu maatiin Haacaaluu ummata isaani baay'ee waan safeeffataniifi ummanni hojii Hacee gatii salphaan akka argatuuf waan yaadaniif gatii hir'isanii gabaa intarneetaaf dhiyeessan.

Kanaafuu warri intarneeta irratti bitachaa jirtan dhamaatii fi kabaja maatii Haacaaluuf jecha erga bitattanii booda miidiyaalee hawaasaa kan akka YouTube irratti fe'urraa akka of qusattan kabajaan isin gaafanna.
Warri suura keessa akka qilleensa irra isif olu barbada as irra ergu dandessu ⤵️⤵️⤵️⤵️
@ABDETUBOT
@ABDETUBOT
Yaddannoo wagga 1ffaa Hacee kuno ani akkatti dabarse isin hoo ?
Humnootiin TPLF lola baatii saddeetii booda deebiisanii Maqalee to'atan.

Humnootiin TPLF magaalaa guddoo NaannooTigraay, Maqalee to'achuu isaanii maddeen qabatamoo ta'an BBCf mirkanneessan. Ummanni magaalattiis daandiitti bahuun gammachusaanii ibsachaa jiraachuus jiraattonni BBCtti himaniiru.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
2024/09/22 20:33:12
Back to Top
HTML Embed Code: