Waaqayyoo Ajajnaan....
Biyya tokko keessatti dhaabbatni Raadiyoo tokko ayyaana waggaa sababeeffachuun sagantaa adda ta'e tokko qopheesse. Sagantaan kuni sagantaa namoota gargaarsa barbaadan warreen gargaaruu danda'an waliin walitti fidu ture.
Haati tokko gara sagantaa kanaa bilbiluun waan isaan barbaachisu hunda tarree tarreen tokko lama jedhanii himan. Yeroo kana namichi dureessa ta'e tokkoofi jiraachuu waaqayyootti hin amanne Haadha kana irratti qoosuu barbaade.
Hojjattuu isaa waamuun waan haadha kana barbaachisu hunda bittee akka geessituuf achiis haati kun yoo eenyutu naaf erge jedhanii gaafatan Seexana akka jettuun itti himee qarshii itti kenne.
Hojjattuun isaas waan ajajamte mara bittee haadha kanaaf geessite. Haati sun yeroo kana argan baayyee gammadanii Hojjaattuu geessiteef sana eebbisuu jalqaban. Hojjattuun sunis waan Hojjachiisaan ishee jedheen yaadachuun "Haadha koo! Nama waan kana siniif erge baruu hin feetanii?" jettee gaafatte.
Haati kunis deebisuun "Maal naaf godha mucaa koo yoo waaqayyo ajaje Nama miti seexanniyyuu erguu danda'a" jedhaniin. Hojjattuun kunis amantii Haadha kanaan keessi ishee tuqamee deemte. Eeyyoo gaafa Waaqni ajaje Seexanniyyuu arjaa ta'a.
Irra deebiin kan maxxanfamedha.
Baga Ayyaana Qilleen Isin Ga'e.
๐๐โคโค๐๐โคโค
Yoo waa irraa baratte #Share godhi
@Jechootahayyoota

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mul'ata keessan namoota Ijaarama sammuu guddataa fi qajeelaa qabu qooda malee namoota Sammuu Ego fi ijaarama sammuu dhaabbata qabu hin qoodiin.
Jireenya kee keessatti gaaffiin baay'ee bu'uura ta'e "Ani eenyu.? Mul'anni koohoo maalii?!
Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!" Wiiliyaam Jeemsi
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
Mul'anni kee baay'ee gati jabeessadha Jireenya kee kessatti mul'anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu'aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.
Namoota mul'ata fi kaayyoo ofi beeku akka tannu Rabbii nu garagaruu.
@jechootahayyoota

Warraa har'aa jiraachuu keenyaaf aarsaa kaffalaan. Silaa yeroo hundaa keessattiyyuu yoo Qubee Afaan Oromoon kataabnu cufaa goota yaadachuu malleedha.
"Qubeen Keenya kan barreessinee ittiin Gumbii seenaa dhaloota dhaalchifnu malee kan ittiin wal madeessinee egereef gargaar wal fageessinu tahuu hin qabu"
Nagaa keessa turaa!
ABUUBAKAAR MUUSSAA!
Jaawwii Jiillee
@Harargetub

Forwarded from Qerroo media
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.๐ช
Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes!
@Jechootahayyoota
๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi!
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.
โ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.
โ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.
โ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!
โ Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa hin ta'u! Ati karaatti hin haftu! Haala yeroon jijjiirutti hin hirkatin! Ati sichi ija baay'ee godhatta; balballi milkaa'inaa hedduun siif banama.
โ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!
Haalli har'aa hin amanamu:
โฒ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
โฒ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
โฒ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
โฒ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
โฒ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
โฒ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
โฒ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
โฒ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.
Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.
Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.
Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.
Obbolee koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP!
โโโโโโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA

Waan faayidaa qabu dhaggeeffadhu.Sababa barbaadi, yaada gaari dubbadhu. " dubbiin namootaa akka biyyeeti; yoo qilleensa keessa hin balali'in miila jalatti dhiitama. Kana gochuu hin dandeessu taanaan, ofuma keef jiraadhu. Arrabni hin callisu" jedha ogeessi tokko.
Miidhamni hundinuu sadarkaa bilchina haaraati. Wanta jibbitu hundarraa fagaadhu. Waamicha si aarsu tuffadhu. Ergaawwan si miidhan haqi. Waan jaalattu haala ittiin argachuu dandeessu yaalii argadhu.
Waan abdii kee haaressu barbaadi. Waan kamuu dhiisuun fedhii keeti malee hiree kee miti. Yeroon filannoowwan hedduu yoo siif kennite wanta ejjennoo keef malu gara keetti dhiyeessi.
Yeroo ofitti amanamummaa qabnu keessatti immoo, ija qalbi cufnee waan eenyummaa keenya guutuudhaan hin argine ilaaluuf ija sammuu banuun dirqama.

Nama sababaa tokko malee si jibbuuf bakka hin kannin, yeroo fi inarjii(energy) kee firraa hin fixin.
Nama si boodaa si dubbatu, dantaa dhabiif duraanuu wan hundaan waan si booda jiruuf si boodaa si dubbataa.
Nama tokko waliin of hin madaalin, dandeettii fi kannaan Rabbi siif kanneehu lakkaawamee hin dhumuu.
Waan dhumuuf of hin hiraarsin(Adunyaan guutuun dhumtuudha), waan qabduun gammadii jiraadhu.
Naaf gala gorsootan kanneen itti hojachuun ni ulfaata, garuu hanga dandeesse numa yaali.
Aartee jacha badaa hin dubbatin; yeroo muraasa booda Ati waan si aarse san irraanfachu malta,garuu jachi ati dubbatte waggaa dheeraa turuu mala, Lafee nama cabsuu mala!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Guyyaa Gaarii!!!

#Waamicha
#Yuunivarsitii_Waachaamoo
Barattoonni Yuunivarsitii Waachaamootti ramadaman maraaf waamichi taassifameera bifuma kanaan guyyaan waamichaa
Barattoota waggaa 1ffaa.
Gurraandhala 15-16/2015
Barattoota Riimiidiyaa
Gurraandhala 21-22/2015
Barattoota Withdraw guuttan
Gurraandhala 17-18/2015

MAALTU AKKA NATTI DHAGA'AME AMMA ARGITEETTA!
Naappooliyoon mootichi yeroo biyya Raashiyaa weerare mudannoo barumsaaf ta'u tokko qaba ture. Mee isiniifan qoodaa na hordofaa.
Loltoonni isaa naannoo cabbiin haguugame tokkotti lola irra otoo jiranii akka tasaa Naappooliyoon isaan irraa adda ba'e. Isa ta'uu isaa baranii loltoonni Raashiyaa duukaa bu'anii ari'uu eegalan. Lubbuu isaa oolfachuuf jara jalaa baqatee dukkaana xiqqoo suufiin itti gurguramu tokkotti ol lixee, dhoksee lubbuu isaa du'a akka oolchu abbaa dukkaanaa sana kadhate. Namichis garaa laafeefii, gogaa hoolaa walirra nam'ee jiru tokko jala akka seenu itti hime. Naappooliyoonis gogaa hoolaa sana jala seene.
Kanaan otoo jiranii loltoonni Raashiyaa booddeedhaan ari'aa turan dhufanii humnaan balbala dukkaanichaa cabsanii itti seenan. "Diinni keenya eessa jira? Eessa dhoksite?" jedhanii namicha gaafatan. Namichis akka isa hin argiin itti hime. Kutaa dhiphoo sana keessa barbaadanis argachuu hin dandeenye. Fiixee qawwee isaaniin gogaa hoolaa sana tuttuqanis nama keessaa hin argine. Abdii kutanii bakka biraa barbaacha deeman. Naappooliyoonis otoo hin miidhamiin gogaa sana jalaa ba'e.
Yeroo xiqqoo booda loltoonni isaa gurguddoon gara isaa dhufan. Naappooliyoon loltoota isaa wajjin mana isaatii ba'uuf kaanaan abbaan dukkaanaa gaaffii tokko gaafachuu fedhe.
"Gaaffii akkanaa si gaafachuu koof dhiifama naaf godhi. Ati mootii addunyaa kana irratti sodaatamaa fi jabaadha. Amma garuu diina kee baqattee gogaa hoolaa gidduu ciiste. Kana ta'uu isaaf, miira akkamiitu sitti dhaga'ame?" jedhee gaafate. Naappooliyoonis battalumatti fuulli isaa jijjiirame. Aarii guddaadhaan itti iyyee, "Akkamitti gaaffii akkanaa na gaafatta?" jedhe. Namicha gad baasanii ija isaa hidhanii akka isa ajjeesan loltoota isaa abboome. Isaanis ajaja mootichaa fudhatanii, gad baasanii ija isaa hidhan. Namichi akka malee rifatee hafuurri isaa addaan ciccituu eegale. Naappooliyoon achi irraa hiiqee, "Rasaasa kee qopheeffadhu! Itti dhukaasuuf qophaa'i" jedhee ajaja kenne. Namichi lubbuun keessaa ba'uu geessee turte. Otoo du'a isaa eeggachaa jiruu sagalee faana miilla namaa suuta jedhee gara isaa dhufu dhaga'e. Namichi gara isaa deemaa ture sun harka isaa hiixatee wanta ija namichaa hidhe sana irraa hiike. Yeroo ija isaa banatee ilaalu Naappooliyoon ture. Gurra namichaatti jedhee, "Yeroon gogaa hoolaa sana keessa seene maaltu akka natti dhaga'ame amma argiteetta!" jedheen.
Jeemsi Terber akkana jedha, "Dheekkamsaan gara boodaa ykn sodaadhaan gara fuula duraa hin ilaalin; naannoo kee hubannaadhaan ilaali!" jedha.
Ergaan seenaa kanaa ifaadha. Haga ofii argutti namni haala sodaachisaa namni tokko keessa jiru hin hubatu. "Kan dheebotee argetu dheebuu namaa namaaf beeka!" jedha mitii Oromoon? Nama tokko hubachuuf kophee namichaa keessa dhaabannee ilaaluutu barbaachisa!
โEebbisaa Baayisaa.
๐ฅnama biyya Oromootu barreesse.
Madda: Istiiv Andiriyaas
DeemsiIttiFufa
#Share_join_share

๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐ท๐ถ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐:
๐ท. ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ธ. ๐ถ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐น. ๐ป๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐บ. ๐ฝ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ป. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ผ. ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฝ. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐พ. ๐พ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฟ. ๐พ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐ท๐ถ. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ข๐ข๐๐๐๐๐๐
๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโโโโโโโ
๐๐๐๐๐: @jechootahayyoota
๐๐๐๐๐: @jechootahayyoota
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
๐ท. ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ธ. ๐ถ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐น. ๐ป๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐บ. ๐ฝ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ป. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ผ. ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฝ. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐พ. ๐พ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ฟ. ๐พ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐ท๐ถ. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ข๐ข๐๐๐๐๐๐
๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โโโโโโโโโโโโโโ
๐๐๐๐๐: @jechootahayyoota
๐๐๐๐๐: @jechootahayyoota
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
โค๏ธ๐๐๐๐๐ง๐ข๐ง ๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐ญ๐๐๐ง๐, ๐จ๐ง๐ง๐๐๐๐ก๐๐ง ๐ค๐๐ง ๐ฌ๐ข ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐ค๐๐ง๐ง๐ข
๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐๐ฆ'๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐ค๐ค๐๐ก๐ก๐ข๐ , ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐ข ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ข๐ข๐ ๐๐๐โ๐๐๐ก๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐๐. ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐. ๐ผ๐ โ๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ (๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐, ...) ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข๐ ๐๐๐ก๐ก๐๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐โ๐โ๐๐๐ก๐ก๐๐, ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐ข๐'๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ก๐. ๐ผ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐. ๐ผ๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐. ๐พ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐โ๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐๐ข๐๐ ๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐'๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ โ๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐. ๐ผ๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐โ๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐โ๐ข ๐๐๐ก๐ก๐๐๐ก๐ ๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐โ๐โ๐๐๐ก๐ก๐. ๐ท๐ข๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ก๐, ๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐๐๐ ๐ข๐ก๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐. ๐ป๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐ โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐.
๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐โ๐๐๐โ๐๐ง๐ฝโโ๏ธ ๐๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐๐, ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐ก๐๐๐ ๐๐ ๐. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐ข ๐ฆ๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐. ๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐โ๐ข๐๐ โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ข๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐. ๐พ๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐. ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐'๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐.
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐. ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
YEROO ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ค๐ค๐๐๐๐.
๐๐จ๐ข๐ง ๐ฎ๐ฌ๐
๐ @JECHOOTAHAYYOOTA ๐
๐ @JECHOOTAHAYYOOTA ๐
YAADA KESSAAN COMMENTI JALATTI NUUF KENNUU HIN DAGATINAA๐โค๏ธ

Namni yeroo hunda ajaa'ibsiifatamu/dinqisiifamu hin jiru,
โ Namni hamma ati yaadduu oliitti guutuus hin jiru,...
โ hirdhuun guutamuu barbaachisu ni jira,
โ madaan yaalatti hajamu ni jira,
โhanqinni dhokfamuu qabu ni jira,
โ dogoggorri dagatamuu qabus ni jira,
โMucucni irra darbamuu qabus ni jira,
โqomti nama garii dhiphattee tan qoma nama badhatteetti hajamtus ni jirti,..qomti nama hundaa walqixaa miti.
๐ Kanaafuu ati yeroo ilma namaa madaaltu akka malaa'ikaatti osoo hin taane, akka namaatti madaaluu qabda. Nama taโee kan hin dogoggorres hin jiru.
๐๐ข๐๐ก ๐ @Jechootahayyoota ๐

Hubadhu!
โโโโโโโโโโโ
Tarkaafachuun dura
Bakka ejjattu ilaali
Dubbachuukee dura waan jettu madaali
Waan si fayyaduu fu yookaanii sii miidhu dursii itti yaadii
Sirrittii hubadhu
Osoo hin hubatin homaa hin dubatin
Osoo itti hin yaadiin homa hin hojjatin
Irra keessa laalanii keessa hin
Murteessani
Osoo hin hubatin
Quba hin gubatani
Jette oromooni
โ Mohammad Sayid
WAAN HAARAA ARGACHUUF๐
โโโโโโโโโโโโโโโ
Joinโค๐ @jechootahayyoota ๐น

Galma aadaa keenyaa
Eegaa seena keenyaa
Kallachaa tokkummaa
Hundee bilisummaa
Afaan Oromoo
Hundee Oromummaa
Gurratti mi'aawaa
Yaa'aa sagalee kee
Cirracha bishaani
Baay'innii jecha kee
Kan rafee dammaqsaa
Weeyduf walaloon kee
Lakka'amee hin dhumu
Hibboo fi makmaaksii kee
Galata guddaa dhaloota bira qabda!
Goota foontu du'a malee hojiin hin du'u"
Adeeroo Ali lubbuun kee haa jannatu

๐Hordoftoonni Amantaa Muslimaa Hundi keessanuu Baga Ayyaana Id Al-adhaatin isin gahe
Ayyaanni kuni โคต๏ธ
๐ kan milkaa'inaa๐
๐ kan barakaa๐
๐ kan badhaadhaa๐
๐ kan baranaa๐
๐ kan bara egeree๐
Isiniif haa tahu yoo jedhu Maatiin Channalin keenya JECHOOTAHAYYOOTA Gammachuu guddaatu nutti dhagahame๐โญ๏ธ
Taqabalallaahu minnaa wamiinkum Saalihal A'amaal
Happy Id Al-adha to all Muslims
Taqabalallahu minnaa wamiinkum Saalihal A'amaal.

Hubadhu
โช
channel
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
โช
Yeroo hundaa kaayyoo keenya eenyuyyuu caaluuf osoo hin taane of jijjiruuf yoo taโedha iddoo galma keenyaa kana geenyu!
channel
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Waan takka yoo hin feene jijjiiri, jijjiiruu yoo hin dandeenye ilaalcha Waan saniif qabdu jijjiiri.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Milkaa'inaafi Kufaatii:
~ Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf socho'i! Hojjedhu.
~ Hojiikee keessatti dogoggorri uumamuu danda'a. Kufaatiin illee akkasuma. Waanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin.
~Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu.
Kufaatii hin sodaatiin. Kufii_ka'i, kufii_ka'i.
~ Kufuukeetti ittin dhiphatiin, bu'aa jireenyaatu akkasi. Jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha.
~ Yoo Abdii kutatte kufaatii filachuukeeti. Yoo Abdii qabaattee garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo Itti barattu.
~ Kufuunkee gaariidha sababni isaa kufaati irree si jabeessuu danda'a.
Jireenyi akka muziqaati.
~ Muuziqaa meeloodiin isaa takka ol ka'aa, takka gad bu'aa fi gidduu galeessaan yeedaleeffamu muuziqaa miidhagaafi hawwataadha.
~ Jireenyi dhala namas akkasumaan tola.
~ Waa'ee maallaqaa hin yaadda'iin, mallaqni namoota hordofa.
~ Namoonni immoo mul'ata isaanii hordofu. Yoo mul'ata qabaattee, waanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqqaba.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day