Telegram Web Link
Forwarded from Qerroo media
πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Odeeffannoo:

Baratoonni dhalootaan Oromoo tahan Tamasgeen Gannatiifi Eliyaas Asaayyee jedhaman Matakkal caancoo jedhamurraa barumsaaf utuu deema jiranii naannoo Amaara magaalaa Chaaginiittii hidhattoonni Amaaraa mana sireeti butamanii rasaasan yoo rukkutan barataan Tamasgeen Ganna madaayee hospitaala yeroo galu barataan Eeliyaas Bakka geeffame hinbaramne.
~
Oromoon fillannoo geggeessee mootummaa ilmaan isaatiif wabii ta’uu danda’u hamma ijaarratutti barattoonni oromoo yunivarsiitiiwwan naannichaatti ramadaman gara naannoo amaaraa akka hin deemne hubachiisna.


Yaada kessaan karaa @Qeerroo_mediabot irraan nuuf kenna!!
#Oduu_Ammee
Yuunivarsitiin sababa filannof jecha hin cufamu.

Yuuiniversitiin sababa filannoof jecha akka hin cufamneefi guyyaa filanno sanaaf torban tokkoof boqonnaan akka kennamuu dhageenyeerra. Guyyaa boqonnaa kanatti fayyadamuunis arataan barbaade gara maatii isaatti deebi'uun fillannoo irratti hirmaachuu yoo danda'u barataan barbaade ammoo mooraa keessa taa'uun karaa online filachuu akka danda'u MOSHEn murteesseera.

πŸ“ŒWaamichi barattoota wagga 1ffaa filannoon dura akka ta'u odeessi nu ga'ee jira adda baasuun kan isin beeksisnu ta'a.

SABA GUDDAAF MIIDIYAA GUDDAATU MALA
πŸ“‘CHAANALIIπŸ“‘
@OROMOTOO
@OROMOTOO

πŸ“©YaadaπŸ“©
@qeerroo_mediabot
@qeerroo_mediabot
Embasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu guyyaa boruu tajaajila hin kennu!

Waajira Haajaa Alaa Ameerikaatti Biiroon dhimmoota imalaa erga tiwiitaraa maxxanseen Embasiin Ameerikaa Finfinnee jiru guyyaa boruu Caamsaa 21, tajaajilaaf banaa akka hin taane beeksise.

Sababni isaa ammoo Embasiiwwan dhiyeenya Finfinnee jiran irratti mormii gaggeessuuf waamicha gama miidiyaa hawaasaan gaggeefamaa jiruudha jedheera.

Lola naannoo Tigraay keessatti gaggeefamuu eegaleen walqabatee mootummaan Ameerikaa mootummaa Itoophiyaarratti ''dhiibbaa'' gochaa jira.

Mootummaan Itoophiyaas dhimma keessoo irratti gidduu seentummaa qaama alaa akka hin simanneefi birmadummaan biyyaa akka kabajamu beeksisaa ture.

Tibba kana ''dhiibbaa'' mootummaan Ameerikaa Itoophiyaarraan gahu mormuun Embasii Ameerikaa Finfinneetti argamu fuula duratti Alaabaa Ameerikaa gubuu dabalatee, hiriirri mormii akka gaggeefamu waamichi dhiyaachaa ture.

(BBC)
# Oduu_ammee
- Hayyu Dureen Paartii Oromo Federalist Congress - OFC Prof.Maraara Guddinaa miseensota Diploomaatotaa Warra dhihaa (Europe) digdamaa ol ta'an wajjiin imbaasii ingiliizitti waayee bu'a qabeessummaa filannoo ammaa kana irratti mari'atan jiru. Filannoo dura waligalteen biyyaalessaa akkaan barbaachisaa akka ta'es ejjennoo isaanii cimsanii hubachiisanii jiru.Bakka buutonni ABO fi ONLF( Adda bilisa baasaa Ogaadin) illee maricharratti hirmaatanii jiru!
Leenca Zaahiraa
Forwarded from Qerroo media
πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Baga Gammadan Baga Gammanee.

Jaalatoota Channel hundaaf Channel keessaan Misseensa Bayyifachuu barbaaduu?

Maree Beeysiisa duraan Adda Kunee Amma waan Eegaleef Channel keessaa Channeloota Miseensa Kuma 31 Oli waliin waan beeysiifnuuf Dafa galmaa'a jenne.

Akkasuma Channel addatis yeroo dhihooti miseensaa baayyisuu waan Dandeenuuf Isaas addaati galmee Eegalee jira.

Channalotni Nuti beeysifnu

Miseensii isaa 500-Oli Kan ta'e qofaaf.

Galmeen Kara @ABDETUOR Kan keessuumesinu ta'a.

Galatoomaa

Share Share Share Share Share
Gaagurri damma hin qabne
Kan gagaafi kan jiisaati
Gatiin ilma namaa immoo
Akkuma hojiisaati
Madaalliin hojii keetii
Gaariis haa ta’u hamaa
Qodaa namaaf safarteen
Bulee siif safarama
Wal qixxee waamamaaree?
Kan gudunfeefi kan hiike
Dhiyaate lafarratti - fagaate Waaqarratti
Ni argatta gatii kee
Waan hin kaa’iin fuudhuudhaaf
Hin hiixatiin yaa tiruu
Ingirdaada facaaftee
Garbuu haamuun hin jiru!
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (AbΔ‘eta Øbborra)
Bara kana keessaa wanti anis/atis/nutis dhabneefi keessaa ofdhabne keessaa tokko nama gatii nama kanfalchiisu osoo intaane nama gatii namaaf kanfaludha. Michuun harki caalaan bu'aa irratti xiyyeeffatee nama wajjin deema. Kan nama wajjin rakkachuu barbaadu, ba'aa namaa nama wajjin baachuu barbaadu, nama wajjin daaruu barbaadu, rakkina isa tokkoo rakkina mataa isaa godhatee kan baatuu barbaadu lakkoofsaan yaraadha.

Ekeleen maal naaf godhaa/ekeleen maal na affeeraa/ekeleen maal naaf kenna jechuurra kan darbe miti. Barri nuti keessa jirru kun bara lakkoofsa bilbilaa nama tokkoo waan namaaf laataniif gatiin shaayii itti gaafatamaa jirudha.Mana fincaanii nama geessee bara namni bu'aa nama irraa eeggatu. Bara namni harki caalu garaa isaa malee, garaa obboleessa isaa inilaalle. Bara fokkuu wayiiti. Garuumee namatu bara balleessemoo baratu nama balleessee? Ana dabalatee baay'een keenya bara komataa oollahoo. Lamaaniifuu sababa akkamii qabna? Barri barruu inqabne riimootii ittiin nama jijjiirtu maal irratti baattii? Namni waan baay'ee jijjiiruu danda'u. Barri lakkoofsa rabbiiti. Bara wajjin yoo jijjiirame waan baay'ee jijjiiruuf humna guddaa qaba. Duratti wal yaaduunis, waliif yaaduunis nijira. Amma kun marti injiran jechuurra gaaddidduu isa kaleessaatu mul'ata yoo jenne wayya.
✍Abdii Ab
Namaaf gatii kaffali!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@JECHOOTAHAYYOOTA
#Qondaala [πŸ‘€: Fayyisaa Furii]

Osoo gaafa wallaalan
Kan beekutti dhiisani
Osoo gaafa bitatan
Daldaltuutti dhiisani
Osoo diina buqqisuu
Qeerrichatti dhiisani
Osoo gaafa siyaasaa
Hayyichatti dhiisani
Osoo gaafa araaraa
Jaalalatti dhiisani
Osoo gaafa dubbatan
Afooletti dhiisani
Osoo gaafa hoggansa
Nama sirritti dhiisani
Silaa waa hin rakkatan
waan ofii hin dhabani!
YAADANNOO WAGGAA 1ffaa HAACAALUU HUNDEESSAA ILAALCHISEE IBSA MIIDIYAA (PRESS CONFERENCE)

Sagantaa yaadannoo Aartiist Haacaaluu Hundeessaa guyyaa har'a magaalaa Miniiyaapolisitti gaggeeffamuuf dargaggoon Oromoo qophii xumuranii jiru. Sagantaa har'aa kana irratti, miidiyaaleen Oromoo hundi kallattiidhaan ni tamsaasuu.

Kaayyoon sagantaa har'aa kun qophii guddicha (Grand Commemorative Event) kan baatii July 30-31, 2021 qophaa’aa jiru ilaalchisee ibsa miidiyaa addunyaaf kennuudha.

Sangantaan guddichi kun kaayyoo gurguuddaa sadii of keessaa qaba:

1⃣ Waggaa tokkoffaa isaa yaadachuu. [1 Year Memorial]

2⃣ Maqaa, hojii fi gootummaa Haacaaluu Hundeessaa barabaraan akka jiraatuu fi hojii inni dalage hunda akka addunyaatti beekamtii qabuu fi mul’achuu danda’u sirna saayinsaawaa diriirsuu [Preserving and institutionalizing his Legacy]

3⃣ Haga danda’ame boqonnaa gaddaa keessaa bahuudhaan gara sadarkaa itti aanuutti cehuu. [Thinking Beyond National Grieving and Trauma]

✍ Henok G. Gebisa (PHD)
#HaacaaluuHundeessaa

Sagantaan ibsa miidiyaa yaadannoo waggaa tokkoffaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa (Hachalu Hundessa's commemorative event press conference) biyya Ameerikaa kutaa bulchiinsa Miniyaapolisitti gaggeeffamu eegaluuf galmi guuteera. Daqiiqaa muraasa booda karaa fuula fesbuukii 'Oromia 11' fi 'αˆ›αˆˆα‹³ Media' dabalatee miidiyaalee Oromoo kanneen biroo irratti kallattiin ni darba.
Finfinnee Mana Amantaa Kiristaanaa Manber_Betakiristaan fuulduratti mormiin amantootaan gaggeeffame.
[SQ-Caamsaa 25/2021]
Mootummaan amantaa keessaa harka ahaa baafatu kan jedhuu fi mana amantaa gidduutti kaabinee fi kaadireen pp shira xaxan haa dhaaban kan jedhuun guyyaa har'aa Finfinnee Mana Amantaa Kiristaanaa Manber_Betakiristaan jedhamu fuulduratti mormiin amantootaan Kiristaanaan gaggeeffama aosoo jiru humni waraanaa itti ergamuun haala argitan kanaan sagalee mana amantaa sanaa ugguraa jiraachuu maddeen keenya nuuf himan.
Forwarded from Qerroo media
πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
#Saykolojiiin_akka_jeutti

πŸ’Hanga feete ilma kee gorsitus; inni jecha kee osoo hin tahin: gochuma kee jala deema!!

@oromotoo
#Saykolojiiin_akka_jeutti

πŸ’Funyaan fi ijji namaa yoomuu taanan guddachuu hindhaabu

@oromotoo
Qormaata kutaa 8ffaa (Ministirii)...!

Biiroon Barnoota Oromiyaa qormaata kutaa 8ffaa bara 2013 barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 46 ol qoruuf qophii xumuruusaa beeksise.

Hogganaa Itti aanaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Efreem Tasammaa akka himanitti, biirichi barattoota kuma dhibba 5fi kuma 46fi 102f (546,102) qormaata kutaa 8ffaa qoruuf qophii xumureera.

Qormaanni kuniis manneen barnoota kuma 9 fi 206 keessatti kan kennamu tahuullee himan.

Qormaanni kutaa 8ffaa kun manneen barnoota Oromiyaa hunda keessatti Waxabajjii 8 hanga 10, bara 2013tti kan kennamu tahu Obbo Efreem dubbataniiru.
2024/09/23 08:17:00
Back to Top
HTML Embed Code: