Forwarded from Keyralumma
โป๏ธ๐๐ฐ๐น๐น๐ธ๐ฝ ๐น๐ธ๐๐ฐ๐ฐ๐ฒ๐ท๐๐๐ต
โ๏ธ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ฝ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐'๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐:
๐ท.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ธ.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐.
๐น.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐บ.๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ป.๐พ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ผ.๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.
๐ฝ.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.

โป๏ธBOQONNAA SAMMUU
Gorsa Hayyootaa Irraa
Jaartiin takka Umrii ishii bareedinna fuula ishii osoo hin dhabin akka aduu bareeddee fi iftee namootni ishee argan wanticha ajaa'ubuun sababa maaliitin bareedinna akkanatti ife akka gonfatte yoo gaafatan akka asii gadiititti deebifte:-
โงHidhiiwwan kiyya haqaan ala jecha biroo akka hin baafne godhuu kiyyaan
โงSagaleen kiyya Allaahaa (S.W) yaadachuu malee wanta birootiin hafuura illee akka hin baafanne godhuu kiyyaan.
โงIjjeen tiyya halaala malee haraama akka hin ilaalle dhoorkuu kiyyaan.
โงHarki kiyya humna qabuun hiyyeessaa kennuun akka diriiru godhuu kiyyaan.
โงQaaamni kiyya guutuun karaa Allaahaa (S.W) irratti akka qajeelan (Istiqaamaa akka qabaatan) godhuu kiyaan.
โงOnneen tiyya jaalala Allaahaa (S.W) tiin akka qabamtu godhuu kiyyaan
โงSammuun kiyya qarummaa (hikmaa) malee ilaalcha gowwootaatiin akka hin summoofne godhuu kiyyaan.
โงHawwii fi fedhiin kiyya lugaama Iimaanaa akka qabaatan godhuu kiyyaa fi hamilee hongoo fedhiin kiyya ittiin an hogganeen wanta hin hogganaminiifโ jechuun deebifte.
Yaa Allaaha! Beekumsa na beeksifteen fayyadamaa na godhi. Beekumsa na fayyadu illee na barsiisi. Beekumsa illaa naaf dabali. Aamiiin!!โ

Hamma Guyyaa fi Halkan Keessatti Qara'amuu Qabu:
Sahaabonni nabiyyii salallaahu aleeyhi wasallam guyyaa hunda qur'aana irraa hamma qara'uu qaban ofiif murteeffatu turan.
Garuu isaan keessaa namni yeroo guyyaa torba hin geenye keessatti isa xumuruu irratti aadeftate hin jiru. Inumaa yeroo guyyoota sadihii gadii keessatti xumuruu irraa ragaan dhoorgu dhufeera.
Kanaaf, yaa obboleessa kiyya! yeroo kee isa qara'uu irratti dabarsuuf yaali. Guyyaa guyyaan hamma qara'uu dandeessu murteeftadhuu dhimma fedhes yoo ta'e hin dhiisin; waan xiqqaan yeroo hunda hojjatamu isa guddaa jidduun dhiifamu irra caalaa waan ta'eef.
Yoo irraanfatte ykn hirribni irraa si dage, borumtaa san qadaa baasi, Yaa rabbi Qiraati fi itti dalagaa isaatis nuu laaffisi.
Allaahumma salli wa sallim alaa sayyidinaa Muhaammed.

Forwarded from ๐
๐๐ฏ๐๐๐๐ก๐๐ โ๐๐ฎ๐๐ via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
๐ธBarnoota Aqiidaa ๐ธ
๐ธBarnoota Toohidaa ๐ธ
๐ธBarnoota seenaa/siiraa ๐ธ
๐ธBarnoota waa'ee iimaana๐ธ
๐ธBarnoota Toowbaa ๐ธ
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
๐ธBarnoota Aqiidaa ๐ธ
๐ธBarnoota Toohidaa ๐ธ
๐ธBarnoota seenaa/siiraa ๐ธ
๐ธBarnoota waa'ee iimaana๐ธ
๐ธBarnoota Toowbaa ๐ธ
Forwarded from Keyralumma
โป๏ธ๐๐ฐ๐น๐น๐ธ๐ฝ ๐น๐ธ๐๐ฐ๐ฐ๐ฒ๐ท๐๐๐ต
โ๏ธ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ฝ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐'๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐:
๐ท.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ธ.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐.
๐น.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐บ.๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ป.๐พ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ผ.๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.
๐ฝ.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.
โ๏ธ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ฝ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐'๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐:
๐ท.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ธ.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐.
๐น.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐บ.๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ป.๐พ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ผ.๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.
๐ฝ.๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐.
Forwarded from Keyralumma
โป๏ธBOQONNAA SAMMUU๐ง
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
Gorsa Hayyootaa Irraa
โYoo dandeette beekaa ta'i, yoo kana godhuu dadhabde beekuuf xaarii, kana illee godhuu yoo dadhabde beekaa jaaladhu, sana yoo dhabde illee beekaa (Aalima) hin jibbiniโ. [Umar Ibn Abdul-Aziiz).
Abuu Bakris-Siddiiq (R.A) yoo dubbatan โWantootni saddeeti (8) bareedinnaโ jedhanii jiran Isaanis:-
โตBareedinna hiyyummaa nama kadhachuu dhabuu dha.
โถBareedinni jireenyaa qananii (jireenya badhaadhinaa) Allaahaa (S.W) galatonfachuu dha.
โทBareedinni rakkoo Obsa.
โธBareedinni beekusmaa namaa ibsuu danda'uu dha.
โนBareedinni beekumsaa namaa ibsuu danda'uu dha.
โบBareedinni beekaa of xiqqeessuu dha.
โปBareedinni Allaahaa (S.W) Sodaachuu booyuu dha.
โผBareedinni Salaata xiyyeeffannaan onnee sassaabuu (khushuu'i qabaachuu) dha.

แจแ แขแฃแ แแญแญ
แ แแฒแต แฃแแดแต แแตแแ แจแแทแ แแ แต แณแญแแ แฅแแฐ แแแญ แฐแแฃแ แฐแแ แซแฉแแต แฐแแฝ แ แแแฉ แฐแแญแแ แ แแ แแญแแซแต แฅแแฒแ แจแแซ แแ แต แฅแแฐแฐแแ แฐแฝ แฒแ แญแแต แฅแแฐแแจแฐแแ แแแณแแฝ
โงแจแแแฎแผแ แจแแ แ แแญ แแ แแ แฅแแณแซแแก แ แแตแจแแฃ
โงแตแแ แ แแ แ แ แแตแณแแต แฅแแ แ แแ แตแแแฝ แฅแแณแญแ แ แแตแจแแฃ
โงแแญแแผ แจแแแ แ แแญ แแซแแ แฅแแณแซแฉ แ แแจแแจแแฃ
โงแฅแ แฃแแ แ แ แ แแตแ แ แแตแ แต แฅแแฒแแจแ แ แแตแจแแฃ แแแยฑ แ แ แแ แแแแต แฅแตแฒแแ แฅแแฒแแซแธแ แ แแตแจแแฃ
โงแแค แ แ แแ แแ แญ แฅแแฒแ แแต แ แแตแจแแฃ
โง แ แฅแแฎแฌแ แ แฅแ แฅ (แแญแ) แฅแแ แ แแแฝ แ แตแฐแณแฐแฅ แฅแแฒแแจแ แฃแแแตแจแแฃ
โงแแแดแ แแแแด แจแขแแ แแแ แฅแแฒแแซแธแ แ แแตแจแแ แแแแด แ แแซแ แจแแฑ แตแแต แฃแ แแแซแด แแยป แฒแ แแแฑแกแก
โงยซแ แแ แแญ แ แ แณแแ แจแ แฅแแแต แฐแ แแ แ แตแญแแแกแก แจแแ แ แแแแ แแแแต แ แณแแแ แฅแแแตแแ แจแแญแแแกแก แ แแแกแกยป

Sadaqaah
Ergamaan Allaahaa (S.A.W) akkana jedhan:-
โฏNamni cinqiiwwan addunyaa tanaa keessaa Mu'imina tokko irraa cinqii takkattii fure, Allaahaan (S.W) cinqiiwwan addunyaa dhufuu keessaa cinqii takka irraa fura.
โฏNama rakkateef kan laaffise Allaahaa (S.W) addunyaa tanattis ta'ee addunyaa dhufutti isaa laaffisa.
โฏNamni dogoggora (hanqinna) Muslimaa dhokseef Allaahaan (S.W) addunyaa tanattis ta'ee Aakirattis dogoggora isaa ni dhoksaaf.
โฏAllaahaan (S.W) gabricha Isaa gargaaruu irraa duubatti hin deebii'u, yoo gabrichi Isaa Obboleessa isaa gargaaruu irraa duubatti deebi'uu baate. Beekumsa barbaacha karaa kan deeme Allaahaa (S.W) gocha isaa kanaan karaa gara Jannataa fidu isaa laaffisa.
Namootni manneen Allaahaa (S.W) keessaa tokko keessatti kitaaba (Qur'aana) Allaahaa (S.W) dubbisaa tokko kan biroo irraa barataa hin taa'anii:-
โงIsaan irratti tasgabbiin kan bu'e.
โงRahmatni Allaahaa (S.W) kan isaan marse.
โงMalaa'ikootni kanneen isaan marsan.
โงAllaahaan (S.W) Isa bira kanneen jiran (jiraattota Samiiwwanii) wajjiin isaan kan faarsu yoo ta'e maleeโ.
โฏโNama gochi isaa duubatti isa harkise, sanyiin isaa (sanyii beekamaa irraa ta'uun isaa) isa hin ariifachiisu (gara fuul-duraa isa hin tarkaanfachiisu)โ jechuu isaanii Abuu Hurayraan (R.A) dabarsanii jiru. [Muslimtu Gabaase].

โฑAbu Ubeeydaa Binu jarrahโฑ
Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa
Tokko Kan tahe Seenaa
โฑAbu Ubeeydaa Binu jarrahโฑ
Kutaa 3๏ธโฃffaaโ
Kutaa 2ffaa dubbisuu hubadhaa
Abu Ubeeydaan amanamummaa isaa irraa gaafa Rasuulli s.a.w daldaltoota Qureeyishii afaan haa bahaniif ergu, waraanaaf waan siinqii hidhu dhabee tamira qalqalloo takka qofa hogganaa waraanaa sanii; Abu Ubeeydatti kenne. Innis ani amiira jedhee nyaata san ofiif hin kaawwanne. Hundaafuu tamira firee tokko tokko qoodeefii sanuma akka ilmoon harma haadhaa xuuxattutti xuuxxataa, bishaan irratti dhuguun, Rabbiin Barakaa keessa kaaheefii, sunummaan nyaata guyyaa tokko kan ganamarraa hanga galgalaa taateef.
Guyyaa duula Uhudis yeroo ummatni muslimaa cabee mushiriktoonni โgara Muhammaditti s.a.w na qajeelchaa! gara Muhammaditti s.a.w na qajeelchaa.โ jechuun iyyutti seenan, Abu Ubeeydaan tokkoo tuuta kurnan Rasuularraa s.a.w laphee isaaniitiin xiyya mushirikitootaa warra dhorkaa turan keessaa tokko.
Erga waraanni qabbanaahe booda Rasuula s.a.w uffanni lolaa kan sibiilaa irraa tolfame (kombortaan sibiilaa) jabeenna dhahaa kaafirtoota irraa dhonfoora isaa lameen waraanee, ilkaan (qarriffaan) isaa cabde arganiin.
Abu Bakris sibiila dhonfoora Rasuulaa s.a.w waraane harkaan irraa buqqisuuf itti siqnaan, Abu Ubeeydaan Rasuula s.a.w hin dhukkubaa sodaatee โRabbiin si qabe! Anatu irraa buqqisaa naaf dhiisi.โ jedheen. Abbaan Bakriitis akkuma fedha Abu Ubeeydaa ni dhiiseef.
Abu Ubeeydaan sibiila Rasuula s.a.w konfoora waraane yoo harkaan buqqise Rasuula s.a.w laalessaaf sodaatee, ilkaan isaa tan fuulduraa lameenin cininna jajjabaa ciniinuun yeroo sossoosu, seerreen isaa duraa irraa cabde. Yeroo isa lammaffaas irraa buqqisuuf yaalus seerreen isaa tan hafte irra cabde. Akkasumatti sibiila dhonfoora lameen waraane irraa buqqise.
Abban Bakriis booda โAbu Ubeeydaan irra bareedaa shergeeti.โ jechuun isa faarse.
Abu Ubeeydaan nama salphaa angodhaaf hin dheebonnee fi namoota birattis akkaan jaalatamaa ture. Yeroo Rasuulli s.a.w lubbuun jiranitti Abu Ubeeydaan hogganaa waraana guutuu ture. Kanuma keessa Rasuulli s.a.w ganda maqaan isii Balaa jedhamtu, tan haati Amri Binu-Aas keessa jiraattutti Amri Binu Aasin duula salaasilaatti hogganaa waraanaa godhuun erge.
Duula kanarratti Amris biyya haa cabsuuf itti ergame, tolaa fi gorsaan waan ummata toโannaa jala oolchuu dadhabeef, lolaaf waraana dabalata barbaade. Rasuullis s.a.w Abu Ubeeydaa hogganaa waraanaa gochuun โakka angoof wal hin dhabne.โ jechuun Abu Ubeeydaa dhaameefi gara Amrii waraana dabalataa erge.
Yeroo inni achi gahes Amri ati hogganaa narratti hin tatu jechuun dide. Abu Ubeeydaanis nama gadi of-qabaa waan tureef hoggansa Amrii dhiisee jalatti bulee, ummataanis akka salaatu eyyameef.
Bara bulchiinsa Abbaa Bakarii keessattis hogganaa hoggantoota waraanaa ture. Garuu Angoo tana diduun ofirraa buuse.
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaallaah

Telegram
๐KEYRAL-UMMA-TUBE
โฑAbu Ubeeydaa Binu jarrahโฑ
Kutaa 2๏ธโฃffaaโ
Kutaa 1ffaa dubbisuu hubadhaa
Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa
Tokko Kan tahe Seenaa
โฑAbu Ubeeydaa Binu jarrahโฑ
Gumaacha inni godhe keessa tokko; kan guyyaa lola Badrii godhe. Guyyaa kanaโฆ
Kutaa 2๏ธโฃffaaโ
Kutaa 1ffaa dubbisuu hubadhaa
Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa
Tokko Kan tahe Seenaa
โฑAbu Ubeeydaa Binu jarrahโฑ
Gumaacha inni godhe keessa tokko; kan guyyaa lola Badrii godhe. Guyyaa kanaโฆ
Forwarded from Keyralumma
Bareedina Nabii ๏ทบ
Qophii Urjii Ahmad
Rabbiin Rasuula isaa ๏ทบ bareedina qaamaa isa uffise, Jaalalaa
fii sodaa, Kabajaa fii ulfina irratti darbe, fuulli Isaa ๏ทบ akka jiโa
goobaneetti ifa.
Fuulli Rasuula Rabbii ๏ทบ akka aduu fii jiโaatti ifa jaโan warri isa
arguu fii isaa wajji jiraachuu badhaafaman.
Anas bin Maalik akkana jeโa:
โRasuulli ๏ทบ adii bareedaa haalaan ifu, hurkaan Isaa luโluโa
(faaya) fakkaata,โ
Muslimtu gabaase.
Kaโab bin Maalik akkana jeโa:
โHoggaa Gammade fuulli Rasuulaa ๏ทบ ni ifa, akka waan muraa
ykn kutaa jiโaati fakkaata.โ
Hurkaan Nabii ๏ทบ shittoo adunyaa kanarra jiru hundarra
urgaawa. Fuulli isaa bareedinirraa ifaa biftuu fakkaata. Haalli
isaa tolinirraa Rabbiin โyaa Nabiyyii kiyya ati haala fii amala
guddaa fii kabajamaa qabdaโ jeโeenii isa faarse. Jaalallee
Rabbii taheeti filame. Mukaatu isa jaalalaaf booye. Dhagaatu
isa jaalatee irratti salaammate.
Anaa fii ati jaalala isaatiif isa yaannee booyuun nutti xiqqaate.
Adawwii isaa, warra isa arrabsu jibbuu, waan isaan omishan
bituu dhabuu, Nabiyyii Rahmataatiif tumsuun waajiba keenya.
Fidaaka Abii wa ummii yaa Nabiyallaah!
# ๏บ๏ปป _๏บญ๏บณ๏ปฎ๏ป _ ๏บ๏ป๏ป ๏ปช
# Boycott_French_Products
Share godhi

Forwarded from GIBEMEDIA PROMOTION
Jechoota mimmiidhagoo
๐Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda.
๐Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu.
๐ Namni nama jijiruu hin danda'u. Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a.
๐Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti.Situ ifa guddaa sirka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee.
๐Namni irra daddeebiin waan hin qabne lakka'aa oolu,Waan qabu dagata.
๐ Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa, garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuufi dhiisuu keeti.
๐ Bololli Mootii gabra yoo taasisu.Obsi immoo gabra mootii
taasisa.
Dubbiftee fixxeetta taanaan ๐maaloo share godhi

KUTAA 1๏ธโฃ9๏ธโฃFFAA
BARNOOTA MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA
Kuta 18fa dubisu Hubadhaa
0๏ธโฃ2๏ธโฃ GUDDINA RABBII BEEKUU MAQOOLEE FI SIFAATA ISAA
BEEKUU:
โบ Ammas Rabbiin ol taโe guddina isaatirraa Waan hundaa beekumsaan marseera Waan hundaa lakkoofsa isaanii hubateera Dhageettuun isaa sagaleewwaan hundaa wal gaโeera isarratti wal hin rukuttu Wal Isarratti hin fakkaatu Inumaayyuu wal dhabbii lughaa isheetiifi dhimmi ishee adda adda taโuu waliin waca ishee hunda dhagaโa Tokko dhagaโuun tokkorraa isa hin shaagaltu Kadhaan baayโachuun isa hin dogongorsiisu haasaan warra himataa arraba jallaa harka jallachuun dubbii isarratti waliin hin maku Agartuun isaa waan argamu hunda waliin gaโe.
Deemsa mixii gurraattii halkan dukkana keessa dhagaa duudaa irra deemtus ni arga Ghaybiin (fagoon) isa biratti dhihoodha iccitiin isa biratti ifaadha wantoonni samiifi dachii keessa jiran hunduu isa kadhatuu inni yoomuu dhimma keessa jira Dilii araarama Gadda wahii fura rakkoo wahii saaqa Cabaa supha hiyyeessa duroomsa Jallataa qajeelcha Dhamaโaa karaa akeeka Muddamaadhaaf birmata Beelaโaa quufsa Daaraa (kan huccuu dhabe) uffisa Dhukkubsataa fayyisa Mokkoramaa nagaa taasisa Tawbaa qeebala Gaarii hojjataa mindeessa Miidhamaa tumsa Boonaa cabsa Qullaa haguuga Sodaataa nagaa godha Ummata wahii ol kaasa Kan biraa gadi taasisa Odoo warri samiifi dachii isaa jalqabni ummata isaatiifi dhumti isaanii jinnoonni isaaniifi namoonni isaanii akka qalbii namicha hundarra Rabbiin sodaatuu taโanii sun mootummaa isaa irratti homaa hin dabalu.
Odoo warri samiifi dachii isaa jalqabni ummata isaatiifi dhumti isaanii jinnoonni isaaniifi namoonni isaanii akka qalbii namicha hundarra jallataa taโanii sun mootummaa isaa irraa homaa hin hirโisu Odoo warri samiifi dachii isaa jalqabni ummata isaatiifi dhumti isaanii jinnoonni isaaniifi namoonni isaanii
jiraataafi duโaan isaanii jiidhaafi gogaani isaanii dirree tokko irra dhaabbatanii isa kadhannaan hundaafuu kadhaa isaanii kennee sun waan isa bira jiru irraa hanga madaala atomiiyyuu hin hirโisu Inni jalqaba isa dura isaa homaa hin jirreedha Dhuma kan booda isaatii homaa hin jirreedha Gubbaa isa kan isaa ol homaa hin jirreedha Keessoo kan duuba isaa homaayyuu hin jirreedha Inni khayriin isaa baayโatee ol taโee irra haqa godhataa waan faarfameeti Warra gabbarame cufarraa kan haqa godhatuudha Irra caalaa warra galateeffatameeti Irra mararfataa waan mooโeeti Irra arjaa warra kadhatameeti Inni mootii shariika hin qabneedha Tokkicha qixa hin qabneedha.
Of dandaโaadha ilmoo hin qabu Ol taโaa fakkii hin qabneedha Fuula isaa wanti hundinuu ni bada Mootummaa isaa malee wanti hundinuu ni dhabamti Eeyyama isaatiin malee ittiin hin bulamu Beekumsa Isaatiin malee hin fincilamu Ittiin bulamnaan ni galateeffata Diliin hojjatamnaan araarama Adabbiin isaa hunduu haqa Qananiin isaa hunduu tola isaati Irra dhihoo as jiruudha Dhihoo hubataadha Sammuus ni qaba Dalagaa hundaa galmeessa Beellama barreessa Qalbiin isaaf dhaqqabduudha Iccitiin isa biratti mulโataadha Kenni isaas haasaadhaani adabbiin isaas haasaadhaan Ajajni isaa yeroo waa tokko fedhe taโi jechuudha Achumaan taโa Haasaan Ibn Alqayyim asitti xumurame.
0๏ธโฃ3๏ธโฃ BARNOOTA SHARIโAA BARACHUU:
โ inni barumsa isa isa argachuun gara sodaa Rabbiitiifi iimaanni dabaluudhaan nama dhaqqabsiisuudha.
Rabbiin ol taโe ni jedhe gabroota isaa irraa kan Rabbiin sodaatu beektota qofa Iimaanni warra waa beekaniifi waa hin beeknee wal hin qixxaaโu Akkamumatti namni shariiโaa adda adda baasee beeku hiika shahaadatayniifi dirqama ishee waan duโa booda jiru kan akka fitnaa qabrii cinqii dirraa mahshar dhaabbii Guyyaa Qiyaamaa qananii jannataa hikmaa shariiโaan waan tokko halaala godhuufi haraama godhuu keessatti qabu seenaa Nabiyyii ๏ทบ fi gosa barnoota shariiโaa kan biroo kan beeku isa amantiifi ahkaama isaa waan shariiโaan waaโee ghaybii nuuf hime hin beekneen akkamitti iimaana keessatti wal qixxaaโa! inni kun qoodni isaa jaaminaan nama biraa hordofuudha Wanti inni beekumsa irraa qabu xiqqoodha jedhi! Sila warri beekanuufi hin beekne wal qixxaaโuu? (hin qixxaaโu)

Forwarded from Deleted Account
Nama osootin beekne
Akka bofaa si hidduu
Rabbi sirraaqabu
Goree isin gidduu
Namicha yeroo hundaa
Hamaa sitti yaaduuuu
Kan badinsakee arguuf
Irqinfateee aaduuuu
Osooti quban qabne
Aablee sifuuldura qabu
Humna isaatiin
Rabbi sirraaaqabuu
๐Aamiiiiiiiiiiiiin๐
Akka bofaa si hidduu
Rabbi sirraaqabu
Goree isin gidduu
Namicha yeroo hundaa
Hamaa sitti yaaduuuu
Kan badinsakee arguuf
Irqinfateee aaduuuu
Osooti quban qabne
Aablee sifuuldura qabu
Humna isaatiin
Rabbi sirraaaqabuu
๐Aamiiiiiiiiiiiiin๐
Forwarded from Kena
๐นAmantaan islaamaa
Daandii jijjiiramaa
Ifaa jiruu namaa
Rakkoon namaa
Hundi isiidhaan furama
Yaa khaaliqa kiyya
An sumattan iyya
Addaan nan baasini
Amantaa bareedaa
Islaamummaa kiyyaan...
๐คฒAamiiiiiiin๐jedhaa๐
Daandii jijjiiramaa
Ifaa jiruu namaa
Rakkoon namaa
Hundi isiidhaan furama
Yaa khaaliqa kiyya
An sumattan iyya
Addaan nan baasini
Amantaa bareedaa
Islaamummaa kiyyaan...
๐คฒAamiiiiiiin๐jedhaa๐
Forwarded from Kena
Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โข Miโaa milkaaโinaa, obsaa fi carraaqqi waliin dhandhaman.
Namni milkaaโinnaaf tarkaanfi jalqabe ni carraaqa. Namni carraaqu immoo ni obsa. Namni obse immoo In sha Allah ni milkaaโa.

โขYeroo rakkoo obsuuf waa lama of yaadachiisi.
~1ffaa: mindaa obsaan argamu- yommuu obsitu mindaa fi milkaa'inni guddaan si fuundura akka jiru abdadhu. Dhugumatti Rabbiin oltaโaan ni jedha: โWarri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.โ Suura Az-Zumar 39:10

~2ffaa: yoo obsuu dhiiste wanta dhabduu fi miidhaa sirra gahuu yaadadhu. Namni balaa isatti bu'eef yoo obsuu dhiise, kan duraan dhabe caalaa waan biraa dhaba. Akkasumas, miidhaa guddaa ofirraan geessa.

ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
Gosoota Jihaadaa keessaa Muraasa
Jihaadin akkuma Mujaahidaa (Nama qabsoo godhuu) hunda sadarkaa fi akaakuun isaa adda adda.
โงNafsee isaa irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.
โงShayxaana irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.
โงDiinii isaa nan balleessa kan jedhu irratti jihaada (qabsoo) godhuu.
โงMunaafiqoota irratti Jihaada (qabsoo) godhuu.
โงQalamaan Jihaada (qabsoo) godhuu.