Woyii akkam bareeddi gaggeessaaan sheeka keenyaa sheek Abdussamad Muhammad kana fakkaata ture
Ani takkaa argee hin beekuu waan akkanaa ummata saalatu janaazaadhaaf akkas baayyatu seenarratti malee ijaan argee hin beeku
Lakkofsaan lakka'uuf natti jabaatee Yoon karaarra ilaalu biyyi guutuu kaaraan hin mul'atu
Woyi waa ni toltee gaggeessaaan sheeka kiyyaa bareeddee itatee seenaa biyyaa
๐ญYaa rabbii jeennataan isaan qanansiisi๐ญ

By @Imran_jihad
Salaatarratti wol haa yaamnu ๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Sallatni waajiba
Dirqama islaamummaa
Shahaadatti aanee
Kan dhufe isumaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kan nuti ittiin milkoofnu
Bar salaatumaa
Kan nutti mul'isu
Karaa islaamummaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaata haa salaannu
Haa deebinu gara masjiidaa
Saataan haa bareednu
Akka ummata sahaabaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Namni hin salaanne
Kaafira nuun jedhanii
Nabbiyyiin aalamaa
Kan dhageenyee
Maaf callisnee teenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Saalaanne haa beksifnu
Isalaamummaa keenya
Saalaanne haa argannuu
Gammachuu qalbii keenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Yooniifi salaattee
Gara masjiidaa deemte
Gammachuu biyya lamaa
Wollaahii arkatte
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Saaltaa Saalaannee
Haa midhagnu jamaa
Salaataatti wol yaamnee
Haa beeksifnu diin keenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaatni dirqama tahuu
Barree wol haa yaamnu
Gaaraa salaataatti
Isaan haa milkoofnu
Milkii biyya lamaatii
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaata jabeessaa
Erratti wol kakaasaa
Obboleewwan kessanis
Salaataan miidhagsaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Join ๐
@hafiz_jihad
Salaatarratti wol haa yaamnu ๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Sallatni waajiba
Dirqama islaamummaa
Shahaadatti aanee
Kan dhufe isumaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kan nuti ittiin milkoofnu
Bar salaatumaa
Kan nutti mul'isu
Karaa islaamummaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaata haa salaannu
Haa deebinu gara masjiidaa
Saataan haa bareednu
Akka ummata sahaabaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Namni hin salaanne
Kaafira nuun jedhanii
Nabbiyyiin aalamaa
Kan dhageenyee
Maaf callisnee teenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Saalaanne haa beksifnu
Isalaamummaa keenya
Saalaanne haa argannuu
Gammachuu qalbii keenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Yooniifi salaattee
Gara masjiidaa deemte
Gammachuu biyya lamaa
Wollaahii arkatte
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Saaltaa Saalaannee
Haa midhagnu jamaa
Salaataatti wol yaamnee
Haa beeksifnu diin keenyaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaatni dirqama tahuu
Barree wol haa yaamnu
Gaaraa salaataatti
Isaan haa milkoofnu
Milkii biyya lamaatii
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Salaata jabeessaa
Erratti wol kakaasaa
Obboleewwan kessanis
Salaataan miidhagsaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Join ๐
@hafiz_jihad
By @Imran_jihad
Ibnul qayim al jawuziin akkana jedhe
ุงููุฑุขู ูู ุงูุดูุงุก ุงูุชุงู ู ู ุฌู ูุน ุงูุฃุฏูุงุก ุงูููุจูุฉ ูุงูุจุฏููุฉ ูุฃุฏูุงุก ุงูุฏููุง ูุงูุขุฎุฑุฉ...
ูู ู ูู ูุดูู ุงููุฑุขู ููุง ุดูุงู ูู
Qur'aanni dawaa guutuu ta'e kan dhukkuba mararaa namaa fayyisu dhukkuba onneerraa dhukkuba qaamaarraa kana nama fayyisu ammas qoricha duniyaa fi aakhiraati, Namni qur'aanni isa hin fayyifne fayyaa hin qabuu jedhe
Nutis yaa obboleewwan qur'aanaan dawaa haa barbaaddannu har'aa boruu keenya isaan haa tolfannuu
Qur'aana qara'uutii haa jabaannu
Join ๐
@hafiz_jihad
Join godhaa maatii tahaa

Forwarded from Keyralumma
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Forwarded from ๐KEYRAL-UMMA-TUBE
Assalaamu'aleeykum๐ด
Warahamatullahi๐ด
wabarakaatuh๐ด โโ โ Akhlaaqa(Aadaaba) islaamaโฅโฅโ
๐ด๐ด๐ด๐ด ๐ ๐ด๐ด๐ด๐ด
โWaan Namatti wal fakkaturra fagaachuu
โIja qadi qabachuu
โArraba Tiiyffachuu
โQaanfii qabaachu
โObsa qabaachuu
โDhugaa dubbachuu
โif gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu
โHamaa fi zanniirraa faggachuu
โArjummaa (Nama waa khannatu tahuu)
Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!!
namoonni ilaalcha gaarii qaban namoota milkaa.an ni laalan garuu laaaluun isaanii itti hinaafuuf ykn miidha isaanii haasawuuf osoo hin tahin muuxannoo irraa fudhachuu
Gorsa babbareeda argachuufchu
โคต๏ธ๐ฝ๐ฝ๐ฝ๐ฝ๐ฝ

Telegram
๐KEYRAL-UMMA-TUBE
ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
Forwarded from Keyralumma
Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Forwarded from Keyralumma
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @imaan0923
qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @imaan0923
qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Keyralumma
@keyralumma @ibnutemiya6
โฃ๏ธูู ุฃุทุนู ุช ููุจู ููู ุงูโค๏ธ
๐MEE GUYYAA TOKKOLLEE QALBII KEE KANA NYAACHIFTEE BEEKTAA๐
๐ฐ Sa mee qalbii kee kana nyaachiftee beektaa yaa gabricha rabbii atihoo yaa gabrittii rabbii takkaa qalbii tee tana nyaachiftee beektaa, bar qalbiin ilma namaa akkuma qaamni namaa nyaata barbaadutti/fedhutti qalbiin ilma namaatiis nyaata feeti/barbaaddi .
๐ฆปุฅุณู ุน ุฃุฎู ุงูุญุจูุจ
๐Mee dhagahi obboleeysa khiyya jaallatama,
ุฃูุชู ูุง ุฃู ุฉ ุงููู
Atiis mee dhageeyfadhuu yaa gabrittii rabbii,
๐๐ Rabbiin (s.w) ilma namaa kana biyyee irraa uumee lafuma tanarraa isa razzaqee nyaachisee qaama isaa kana akka guddachaa deemu taasise,
Qalbiin ilma namaa tun rabbi biraa waan dhufteef nyaanni qalbii tanaatiis wanni isii ittiin guddisaniis garuma saatti taatuudha, Kan akka Qur'aana qara'uu faa Ammas Zikrii godhuu faa kanaan nyaata qalbii teenyaaf rabbiin (s.w) kurfeeysee jiru khana qalbii teenya haa nyaachifnuu Inshaa Allaah.

Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Deleted Account
๐ฅHiriyyaa Dhugaan jaalattu yoo qabaatte karoora armaan gadii wajjiin baafadhu;
๐QAJEELAN DUBBISI๐
โ Torbaaniin kitaaba tokko erga wajjiin dubbistanii booda qormaata waliif kennaa.
โ Kitaaba tokko yoo dandeettan wajjiin maxxansuu(Baasuu) yaalaa.
โ Ganamaa fi galgala iddoo tokkotti wajjiin nyaadhaa.
โ Torbaan keessaa guyyaa tokko guyyaa Haadhaa fi Abbaa keessanitti tola Ooltan karoorfadhaa.
โ Nama Dandeettii addaa qabu wahii affeeruudhaan hubannoo adda addaa irraa qayyabadhaa.
โ Kennaa adda addaa tan barnoota guddaa uf keessaa qabdu waliif kennaa.
โ Kaassetta beekkumsa ykn barnoota adda addaa isiniif kennu wajjiin dhaggeeffadhaa,booda waan dhaggeeffattan sana hujii irra oolchaa.
โ Ganama salaata "Subhii"hunda torbaan keessatti eennutu dura dhaqa jechuun? wal dorgomaa.
โ wanta addaa waan nama gammachiisu wahii guyyatti wajjiin dalagaa.
โ Muhaadaraa(Da'awaa) wahii wajjiin dhaggeeffadhaa achi booda wal qormaataa.
โ Isin lameenuu mata mataadhaan namoota shan shan filachuudhaan wal barsiisaa(walitti obboloomsaa).
โ Hedduminaan wajjiin deemsa Aadeffadhaaa.
โ Hanga murtaaโee wahii Qurโaana wajjiin Haffazaa.
โ Isin lameenuu duaa'ii jaalattan wahii waliif kadhadhaa.
โ Seenaawwan adda addaa tan beekkumsa guddaa isiniif kennitu,tan obbolummaa teessan jajjabeeysitu waliif himaa.
โ Torbaan keessatti amala keessan keessaa tokko irrattiwanta dalaguu aadeffadhaa.
โ Guyyaa nama walbarnootaa qofa godhadhaa,isin keessaa guyyaa kana eennutu namaan irra wal barata.
โ Torbaan karooraa-Makiinaa oofuu,mana kitaabaa seenuu,Qurโaana waliif eeguu,uffata qulqulleessuu fi kkkf-wajjin baafadhaa.
Itti fufa.....
Hiriyyaa keessaniif ergaa.
๐ See more.. โ๏ธ Nuhordofaa

๐Waasadii waa sadi'iin eegi๐
๐ถQabeenyaakee zakaa keessaa baasuudhaan
๐Dhukkubsataa keessaan sadaqaa kennachuudhaan wollaanaa/fayyifadhaa
โBalaafi Rakkoo adda addaa isinitti dhuftummoo gama Rabbii deebi'uufi du'aa'iidhaan ofirraa deebisaa
๐ถQabeenyaakee zakaa keessaa baasuudhaan
๐Dhukkubsataa keessaan sadaqaa kennachuudhaan wollaanaa/fayyifadhaa
โBalaafi Rakkoo adda addaa isinitti dhuftummoo gama Rabbii deebi'uufi du'aa'iidhaan ofirraa deebisaa
Forwarded from ๐KEYRAL-UMMA-TUBE
#Namoonni na xiqqeessu, na hin jaallatan jettee hin yaaddawin.
#Jaalalli fi kabajni namoonni namaaf godhan yeroo gabaabaaf kan turuudha. Har'a yoo si jaallatan, boru jibba cimaa si jibbuu danda'u. Kanaafu, maaliif jaalala isaanii argachuu kaayyoo kee godhattaa? Kana irra, jaalala Rabbii kaayyoo kee yoo godhatte, tasgabbii hangana hin jedhamne dhandhamta.
#Namoonni si jaallatanii dhiisanii haajaa itti hin qabdu. Namoonni dogongora yoo sirratti argan, si sirreessuu fi dhiifama siif gochuu dhiisanii si jibbu, si hamatu.
#Gooftaan kee immoo karaa adda addaatiin si sirreessa, dhiifama siif godha. Kanaafu, namoota gammachiisuu fi jaalala isaanii argachuuf jette hidha of hin kutin, yeroo kee hin gubin.
(ูููู ุฅููู ููููุชูู ู ุชูุญูุจููููู ุงูููููู ููุงุชููุจูุนููููู ููุญูุจูุจูููู ู ุงูููููู ููููุบูููุฑู ููููู ู ุฐููููุจูููู ู ููุงูููููู ุบููููุฑู ุฑูุญููู ู)
Rabbiin jaalachuun kee ammoo Nabbiyyii rahmataa salallaahu aleeyhi wa sallama, jaalattee hordofuudhaani, hoggaa sana rabbiini si jaalate, zambii keetiif araarama sii godha.
https://www.tg-me.com/joinchat-TyqA8CnQiqOixxXk
#Jaalalli fi kabajni namoonni namaaf godhan yeroo gabaabaaf kan turuudha. Har'a yoo si jaallatan, boru jibba cimaa si jibbuu danda'u. Kanaafu, maaliif jaalala isaanii argachuu kaayyoo kee godhattaa? Kana irra, jaalala Rabbii kaayyoo kee yoo godhatte, tasgabbii hangana hin jedhamne dhandhamta.
#Namoonni si jaallatanii dhiisanii haajaa itti hin qabdu. Namoonni dogongora yoo sirratti argan, si sirreessuu fi dhiifama siif gochuu dhiisanii si jibbu, si hamatu.
#Gooftaan kee immoo karaa adda addaatiin si sirreessa, dhiifama siif godha. Kanaafu, namoota gammachiisuu fi jaalala isaanii argachuuf jette hidha of hin kutin, yeroo kee hin gubin.
(ูููู ุฅููู ููููุชูู ู ุชูุญูุจููููู ุงูููููู ููุงุชููุจูุนููููู ููุญูุจูุจูููู ู ุงูููููู ููููุบูููุฑู ููููู ู ุฐููููุจูููู ู ููุงูููููู ุบููููุฑู ุฑูุญููู ู)
Rabbiin jaalachuun kee ammoo Nabbiyyii rahmataa salallaahu aleeyhi wa sallama, jaalattee hordofuudhaani, hoggaa sana rabbiini si jaalate, zambii keetiif araarama sii godha.
https://www.tg-me.com/joinchat-TyqA8CnQiqOixxXk
Telegram
๐KEYRAL-UMMA-TUBE
ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
Forwarded from Keyralumma
#Niyyaan Kee Rabbiif ta'uu ykn ta'uu dhiisu akkamitti addaan baafattaa?
โขDhugumatti niyyaa ofii sirreessun karaa milkaa'inna irra deeman sararuudha. Niyyaan yoo badde milkaa'innis ni bada.Kanaafi, sababni guddaan namoonni baay'een hin milkoofneef niyyaan isaanii sirrii waan hin taanefi.
โขNiyyaan Rabbiif ta'uu ykn dhiisu addaan baafachuuf tooftaa kanattฤฑ fayyadamu dandeenya:
1-Osoo namni kamu na hin argin kophaatti hojii kana nan hojjadhaa?
2- Hojii kana osoo hojjachuu baadhe maal dhabaa?
#Gaafileen lamaan kunniin dhugumatti niyyaa ofii sirreessu keessatti gahee ol'aanaa taphatu.
#Namni na argaaf hojii gaarii hojjatu yeroo baay'ee hojii san dhoksaatti hin hojjatu. Fkn, yommuu namoonni isa argan salaata ni salaata. Yoo namoonni isa hin argin immoo hin salaatu.
Namni Rabbiif jedhe salaatu immoo ifaa fi dhokaaatti salaata hin dhiisu.
#Gaafi lamaffaa keessatti immoo niyyaa mindaan wal qabsiisuudha.
Namni niyyaan isaa Rabbiif ta'e, "Hojii kana yoo dhiise wanta kana nan dhaba" jedhee waan yaaduuf hojii san hojjachu itti fufa. Fkn, salaata yoo dhiise, jaalala Rabbii nan dhaba, adabbii ฤฐsaatiif of saaxila, mindaa guddaa Aakhiratti kennamu dhaba jechuun yaada.
โขNiyyaan isaa Rabbiif yoo hin ta'in immoo "hojii kana yoo dhiise jaalala ebaluu nan dhaba..." jechuun yaada.
Akka kanatti niyyaa ofii gingilchuun ni danda'ama.

SEENAA ABUU BAKRI SIDDIIQ
Kutaa 2ffaa
.Bara dhalootaa fi ijoollummaa isaani
Abbaan Bakriin bara kam keessa dhalatan Gosa/Sanyii kam keessatti dhalatan
Mudannoo farshoorratti isaan mudannaan farshoo dhiisan
Yeroo tokko erga inni guddatee, booda Abbaan isaa Abu Quhaafaan fuudhee gama siidaan (taabonni) jirutti geessenii, siidaan kun gabbaramtuu keeti gabbari jedheenii, biraa gara dhufetti deebiโe. Abbaan Bakri immo gabbaramtuu ykn siidaa san itti dhihaatee,
Maal siidaa san gaafate maal akka godhuuf irraa barbaade (SIIDAAN) maal godhuufi guutuufi dinnnaan achi booda (SIIDAA) san gabbaruu DIDAN?
Abbaan Bakrii Miskiina/hiyyeesa turan Akkimiti Qabeenya horuu dand'an?
SEENAA GUUTUUSAA DUBBISUUDHAAF ๐

๐ฒjechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. { Kโฃ}
โณ Hangam qaraatee namatti hin himin haa sirraa argan malee
โณNama si duuba waan kee dubbatu itti hin yaadin ( hin
komatin) isaan si duuba jiranii si dura hin jiranii bar.
โ๏ธDallansuu liqmsii Obsa keetiin duroomaa ta'i.