Telegram Web Link
Woyii akkam bareeddi gaggeessaaan sheeka keenyaa sheek Abdussamad Muhammad kana fakkaata ture

Ani takkaa argee hin beekuu waan akkanaa ummata saalatu janaazaadhaaf akkas baayyatu seenarratti malee ijaan argee hin beeku

Lakkofsaan lakka'uuf natti jabaatee Yoon karaarra ilaalu biyyi guutuu kaaraan hin mul'atu

Woyi waa ni toltee gaggeessaaan sheeka kiyyaa bareeddee itatee seenaa biyyaa

๐Ÿ˜ญYaa rabbii jeennataan isaan qanansiisi๐Ÿ˜ญ
By @Imran_jihad

Salaatarratti wol haa yaamnu ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Sallatni waajiba
Dirqama islaamummaa
Shahaadatti aanee
Kan dhufe isumaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Kan nuti ittiin milkoofnu
Bar salaatumaa
Kan nutti mul'isu
Karaa islaamummaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Salaata haa salaannu
Haa deebinu gara masjiidaa
Saataan haa bareednu
Akka ummata sahaabaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Namni hin salaanne
Kaafira nuun jedhanii
Nabbiyyiin aalamaa
Kan dhageenyee
Maaf callisnee teenyaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Saalaanne haa beksifnu
Isalaamummaa keenya
Saalaanne haa argannuu
Gammachuu qalbii keenyaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Yooniifi salaattee
Gara masjiidaa deemte
Gammachuu biyya lamaa
Wollaahii arkatte
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Saaltaa Saalaannee
Haa midhagnu jamaa
Salaataatti wol yaamnee
Haa beeksifnu diin keenyaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Salaatni dirqama tahuu
Barree wol haa yaamnu
Gaaraa salaataatti
Isaan haa milkoofnu
Milkii biyya lamaatii
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Salaata jabeessaa
Erratti wol kakaasaa
Obboleewwan kessanis
Salaataan miidhagsaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน



Join ๐Ÿ‘‡
@hafiz_jihad
By @Imran_jihad

Ibnul qayim al jawuziin akkana jedhe

ุงู„ู‚ุฑุขู† ู‡ูˆ ุงู„ุดูุงุก ุงู„ุชุงู… ู…ู† ุฌู…ูŠุน ุงู„ุฃุฏูˆุงุก ุงู„ู‚ู„ุจูŠุฉ ูˆุงู„ุจุฏู†ูŠุฉ ูˆุฃุฏูˆุงุก ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆุงู„ุขุฎุฑุฉ...
ูˆู…ู† ู„ู… ูŠุดูู‡ ุงู„ู‚ุฑุขู† ูู„ุง ุดูุงู‡ ู„ู‡

Qur'aanni dawaa guutuu ta'e kan dhukkuba mararaa namaa fayyisu dhukkuba onneerraa dhukkuba qaamaarraa kana nama fayyisu ammas qoricha duniyaa fi aakhiraati, Namni qur'aanni isa hin fayyifne fayyaa hin qabuu jedhe

Nutis yaa obboleewwan qur'aanaan dawaa haa barbaaddannu har'aa boruu keenya isaan haa tolfannuu
Qur'aana qara'uutii haa jabaannu


Join ๐Ÿ‘‡
@hafiz_jihad

Join godhaa maatii tahaa
Forwarded from Keyralumma
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Keyralumma
Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Assalaamu'aleeykum๐ŸŒด
Warahamatullahi๐ŸŒด
wabarakaatuh๐ŸŒด โ˜žโ˜…โ˜…Akhlaaqa(Aadaaba) islaamaโ™ฅโ™ฅโ˜œ


๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด ๐Ÿ’  ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

โœ”Waan Namatti wal fakkaturra fagaachuu

โœ”Ija qadi qabachuu

โœ”Arraba Tiiyffachuu

โœ”Qaanfii qabaachu

โœ”Obsa qabaachuu



โœ”Dhugaa dubbachuu

โœ”if gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu

โœ”Hamaa fi zanniirraa faggachuu

โœ”Arjummaa (Nama waa khannatu tahuu)

Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!!

namoonni ilaalcha gaarii qaban namoota milkaa.an ni laalan garuu laaaluun isaanii itti hinaafuuf ykn miidha isaanii haasawuuf osoo hin tahin muuxannoo irraa fudhachuu

Gorsa babbareeda argachuufchu
โคต๏ธ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ
Forwarded from Keyralumma
Qalbii keenya goge
Imaanaaf taqwaa dhabee
Namnis jiraachuu malee
Of yaadachuu dadhabe
Qalbiin sodaa dhabnaan
Tahuudha gaagura onaa
Guddaanis xiqqaa tahee
Eegaluudha boona
Isa har'aa maleessaa
Isa borii yaaduun hafaa
Har'a of dagatanii
Bor qaana'uun fafaa
Tolaa fi rahmata keen
Nuuf kenni sodaa jabduu
Qalbiikeenya shamshitee
Hin taasisin badduu
Forwarded from Keyralumma
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @imaan0923
qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Keyralumma
@keyralumma @ibnutemiya6
โฃ๏ธู‡ู„ ุฃุทุนู…ุช ู‚ู„ุจูƒ ูŠูˆู…ุงู‹โค๏ธ

๐Ÿ‘‰MEE GUYYAA TOKKOLLEE QALBII KEE KANA NYAACHIFTEE BEEKTAA๐Ÿ‘ˆ

๐Ÿ”ฐ Sa mee qalbii kee kana nyaachiftee beektaa yaa gabricha rabbii atihoo yaa gabrittii rabbii takkaa qalbii tee tana nyaachiftee beektaa, bar qalbiin ilma namaa akkuma qaamni namaa nyaata barbaadutti/fedhutti qalbiin ilma namaatiis nyaata feeti/barbaaddi .
๐Ÿฆปุฅุณู…ุน ุฃุฎูŠ ุงู„ุญุจูŠุจ
๐Ÿ‘‚Mee dhagahi obboleeysa khiyya jaallatama,
ุฃู†ุชูŠ ูŠุง ุฃู…ุฉ ุงู„ู„ู‡
Atiis mee dhageeyfadhuu yaa gabrittii rabbii,
๐Ÿ€๐Ÿƒ Rabbiin (s.w) ilma namaa kana biyyee irraa uumee lafuma tanarraa isa razzaqee nyaachisee qaama isaa kana akka guddachaa deemu taasise,
Qalbiin ilma namaa tun rabbi biraa waan dhufteef nyaanni qalbii tanaatiis wanni isii ittiin guddisaniis garuma saatti taatuudha, Kan akka Qur'aana qara'uu faa Ammas Zikrii godhuu faa kanaan nyaata qalbii teenyaaf rabbiin (s.w) kurfeeysee jiru khana qalbii teenya haa nyaachifnuu Inshaa Allaah.
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ‘ฅHiriyyaa Dhugaan jaalattu yoo qabaatte karoora armaan gadii wajjiin baafadhu;
๐Ÿ‘‰QAJEELAN DUBBISI๐Ÿ‘‡
โœ…Torbaaniin kitaaba tokko erga wajjiin dubbistanii booda qormaata waliif kennaa.
โœ…Kitaaba tokko yoo dandeettan wajjiin maxxansuu(Baasuu) yaalaa.
โœ…Ganamaa fi galgala iddoo tokkotti wajjiin nyaadhaa.
โœ…Torbaan keessaa guyyaa tokko guyyaa Haadhaa fi Abbaa keessanitti tola Ooltan karoorfadhaa.
โœ…Nama Dandeettii addaa qabu wahii affeeruudhaan hubannoo adda addaa irraa qayyabadhaa.
โœ…Kennaa adda addaa tan barnoota guddaa uf keessaa qabdu waliif kennaa.
โœ…Kaassetta beekkumsa ykn barnoota adda addaa isiniif kennu wajjiin dhaggeeffadhaa,booda waan dhaggeeffattan sana hujii irra oolchaa.
โœ…Ganama salaata "Subhii"hunda torbaan keessatti eennutu dura dhaqa jechuun? wal dorgomaa.
โœ…wanta addaa waan nama gammachiisu wahii guyyatti wajjiin dalagaa.
โœ…Muhaadaraa(Da'awaa) wahii wajjiin dhaggeeffadhaa achi booda wal qormaataa.
โœ…Isin lameenuu mata mataadhaan namoota shan shan filachuudhaan wal barsiisaa(walitti obboloomsaa).
โœ…Hedduminaan wajjiin deemsa Aadeffadhaaa.
โœ…Hanga murtaaโ€™ee wahii Qurโ€™aana wajjiin Haffazaa.
โœ…Isin lameenuu duaa'ii jaalattan wahii waliif kadhadhaa.
โœ…Seenaawwan adda addaa tan beekkumsa guddaa isiniif kennitu,tan obbolummaa teessan jajjabeeysitu waliif himaa.
โœ…Torbaan keessatti amala keessan keessaa tokko irrattiwanta dalaguu aadeffadhaa.
โœ…Guyyaa nama walbarnootaa qofa godhadhaa,isin keessaa guyyaa kana eennutu namaan irra wal barata.
โœ…Torbaan karooraa-Makiinaa oofuu,mana kitaabaa seenuu,Qurโ€™aana waliif eeguu,uffata qulqulleessuu fi kkkf-wajjin baafadhaa.
Itti fufa.....
Hiriyyaa keessaniif ergaa.
๐Ÿ‘‰ See more.. โœ๏ธ Nuhordofaa
Forwarded from Keyralumma
๐Ÿ”ŽWaasadii waa sadi'iin eegi๐Ÿ”Ž

๐Ÿ’ถQabeenyaakee zakaa keessaa baasuudhaan

๐Ÿ’ŠDhukkubsataa keessaan sadaqaa kennachuudhaan wollaanaa/fayyifadhaa

โš”Balaafi Rakkoo adda addaa isinitti dhuftummoo gama Rabbii deebi'uufi du'aa'iidhaan ofirraa deebisaa
#Namoonni na xiqqeessu, na hin jaallatan jettee hin yaaddawin.

#Jaalalli fi kabajni namoonni namaaf godhan yeroo gabaabaaf kan turuudha. Har'a yoo si jaallatan, boru jibba cimaa si jibbuu danda'u. Kanaafu, maaliif jaalala isaanii argachuu kaayyoo kee godhattaa? Kana irra, jaalala Rabbii kaayyoo kee yoo godhatte, tasgabbii hangana hin jedhamne dhandhamta.

#Namoonni si jaallatanii dhiisanii haajaa itti hin qabdu. Namoonni dogongora yoo sirratti argan, si sirreessuu fi dhiifama siif gochuu dhiisanii si jibbu, si hamatu.

#Gooftaan kee immoo karaa adda addaatiin si sirreessa, dhiifama siif godha. Kanaafu, namoota gammachiisuu fi jaalala isaanii argachuuf jette hidha of hin kutin, yeroo kee hin gubin.

(ู‚ูู„ู’ ุฅูู†ู’ ูƒูู†ู’ุชูู…ู’ ุชูุญูุจูู‘ูˆู†ูŽ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ููŽุงุชูŽู‘ุจูุนููˆู†ููŠ ูŠูุญู’ุจูุจู’ูƒูู…ู ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ูˆูŽูŠูŽุบู’ููุฑู’ ู„ูŽูƒูู…ู’ ุฐูู†ููˆุจูŽูƒูู…ู’ ูˆูŽุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุบูŽูููˆุฑูŒ ุฑูŽุญููŠู…ูŒ)

Rabbiin jaalachuun kee ammoo Nabbiyyii rahmataa salallaahu aleeyhi wa sallama, jaalattee hordofuudhaani, hoggaa sana rabbiini si jaalate, zambii keetiif araarama sii godha.
https://www.tg-me.com/joinchat-TyqA8CnQiqOixxXk
Forwarded from Keyralumma
#Niyyaan Kee Rabbiif ta'uu ykn ta'uu dhiisu akkamitti addaan baafattaa?

โ€ขDhugumatti niyyaa ofii sirreessun karaa milkaa'inna irra deeman sararuudha. Niyyaan yoo badde milkaa'innis ni bada.Kanaafi, sababni guddaan namoonni baay'een hin milkoofneef niyyaan isaanii sirrii waan hin taanefi.

โ€ขNiyyaan Rabbiif ta'uu ykn dhiisu addaan baafachuuf tooftaa kanattฤฑ fayyadamu dandeenya:

1-Osoo namni kamu na hin argin kophaatti hojii kana nan hojjadhaa?

2- Hojii kana osoo hojjachuu baadhe maal dhabaa?

#Gaafileen lamaan kunniin dhugumatti niyyaa ofii sirreessu keessatti gahee ol'aanaa taphatu.

#Namni na argaaf hojii gaarii hojjatu yeroo baay'ee hojii san dhoksaatti hin hojjatu. Fkn, yommuu namoonni isa argan salaata ni salaata. Yoo namoonni isa hin argin immoo hin salaatu.

Namni Rabbiif jedhe salaatu immoo ifaa fi dhokaaatti salaata hin dhiisu.

#Gaafi lamaffaa keessatti immoo niyyaa mindaan wal qabsiisuudha.

Namni niyyaan isaa Rabbiif ta'e, "Hojii kana yoo dhiise wanta kana nan dhaba" jedhee waan yaaduuf hojii san hojjachu itti fufa. Fkn, salaata yoo dhiise, jaalala Rabbii nan dhaba, adabbii ฤฐsaatiif of saaxila, mindaa guddaa Aakhiratti kennamu dhaba jechuun yaada.

โ€ขNiyyaan isaa Rabbiif yoo hin ta'in immoo "hojii kana yoo dhiise jaalala ebaluu nan dhaba..." jechuun yaada.

Akka kanatti niyyaa ofii gingilchuun ni danda'ama.
2024/09/29 21:39:30
Back to Top
HTML Embed Code: