Telegram Web Link
As Wr Wb akkam fayyaadhaa nagaa keessanii kabajamtootaa fi jallatamtoota Maatii chanala keenyaa baga rabbiin guyyaa kabajamaa fi jaallatamaa guyyaa jum'aatiin isin gahe guyyaan kun guyyaa
Kan jaalalaa
Kan tokkummaa
Kan nagaayaa
Kan milkii
Kan qeebaltii isiniif haa ta'u
By @Imran_jihad

Sunnaa guyyaa jum'aa ๐Ÿ‘ˆ

Sunnaa guyyaa jum'aa keessa hojjataman

๐ŸŒนQaama dhiqachuu ๐ŸŒน
๐ŸŒนQeensa qorachuu ๐ŸŒน
๐ŸŒนHuccuu bareedaa uffachuu๐ŸŒน
๐ŸŒนSuwaakii suwaakkachuu๐ŸŒน
๐ŸŒนGanamaan gara masjiidaa demuu๐ŸŒน
๐ŸŒนSuraa kahfiin qara'uu๐ŸŒน
๐ŸŒนSadaqaa sadsaqachuu๐ŸŒน
๐ŸŒนDu'aaii kadhachuu๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒนErgamaa rabbii irratti nageenya fi rahmata buusuu๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Guyyaan jum'aa guyyaa iibaadaati guyyaa rizqiiti

Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
By @Imran_jihad

Shamarran zamanaa ๐Ÿ‘ˆ

Shamarran zamanaa yeroo jennu shamarran karaa ergamaa rabbii dhiisanii karaa yahuudaa ykn Sunnaa diinal islaam dhiisanii worraa faashina hordofanidha

Akkuma video asiin oliirratti argitan islaamummaan dhiifamee kanatu jalqabame

Garuu maaliif?
Kun gaaffii cimaa natti tahee jennaanin dubbachuuf dirqame

Maaliif dirqama rabbiin nurra kaahe dagannaa

Rabbiin subhaanahuu wota'aalaa akkana jedhe (ูŠุงุฃูŠู‡ุง ุงู„ู†ุจูŠ ู‚ู„ ู„ุฃุฒูˆุงุฌูƒ ูˆุจู†ุงุชูƒ ูˆู†ุณุงุก ุงู„ู…ุคู…ู†ูŠู† ูŠุฏู†ูŠู† ุนู„ูŠู‡ู† ู…ู† ุฌู„ุงุจูŠุจู‡ู† ุฐุงู„ูƒ ุฃุฏู†ุง ุฃู† ูŠุนุฑูู† ูู„ุงูŠุคุฐูŠู† ูˆูƒุงู† ุงู„ู„ู‡ ุบููˆุฑุง ุฑุญูŠู…ุง)
(Yaa nabbiyichaa worreetii keetiif ilmaan dubraa kee ajaji ammas dubartoota mu'minaa hunda ajaji akka jarrii jalbaaba jaraa uffattaniif maaliif Jennaan jalabaabni isaaniif bareedina isaan baramanii akka isaan hin miidamneefi rabbiin araaramaadha rahmata godhaadhaa) jedhe

Jecha rabbii kana maaf dagannaa jechii rabbii maaf nu birratti qadrii (hamma) dhabaa?
Itti fufa...

Join ๐Ÿ‘‡
@hafiz_jihad
By @Imran_jihad

Shamarran zamanaa ๐Ÿ‘ˆ

... Ergamaan rabbii (s.a.w) akkana jedhan ummata koorraa dhuufuuf taaha jama'aan dubartoota Kan jennatta hin seenne jennata seenuu mitii Kan foolii jennataa hin arginee ummanii sun worra akkamiiti Jennaan ummanni sun uffata ni uffatanii garuu isaan qullaa dha jedhe maal akkamitti Jennaan uffata qamaa isaanii qabu kan qaamaa isaanii baase muk'isu uffatanii jedhe ammas rifeensi mataa isanii yeroo qabsiifatan akka gooba gaalaatti samiitti ol deebisnii hidhanii isaan kun jennata hin seenanii jennata seenuu mitii folii isii hin araganii jedhan

Yaa subhaanallaah rabbin Jara kanarraa shamarran keenya haa baraaru

Shamarran sunna hordofantu itti aanaa...
Isas argachuuf worri haaraa taatsn

Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad
By@Imran_jihad

Shamarran islaamaa ๐Ÿ‘ˆ

Shamarran islaamaa kan uffannaan isaanii midhagu kan deemsi isaanii bareeduu Kan sagaleen jaraa ol hin fuudhamneedha

Shamarran kun yeroo uffatan uffannaa hijaaba sheri'aa uffatu

Akkuma eragamaan rabbii jedhan (uffannaan shamaaraanii Kan qaama isii guutuu haguugu fulaaf ganaa harkaa malee) jedhan

Kanaafuu yaa ukhtiiwwan koo rabbiif jedhaatii uffannaa keessan tolfadhaa uffannaa sheri'aaf malu uffadhaa

Uffannaan sheri'aa isiniif miidhagina isiniif kabajaadha kabajaa keessan dabarsitanii namaaf hin laatiinaa faashina yahuudaaf jechaa kabajaa rabbiin guddaan isiniif kenne hin dagatinaa

Uffata yeroo uffattan akka dhiira Kan koomeerra gad hin dabarfanne osoo hin taanee Kan miilaa keessan dhoksuu kaayyadhaa

Yaa ukhtiiwwan koo uffnaa faashinaaf jettanii jennata hin dhabinaa

Uffannaan keessan isiniifis islaamummaafis murteessaa waan ta'eef

Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad
By@Imran_jihad

๐ŸŒนWolaloo gabaabduu mata dureen isii

๐ŸŒนUkhtii koo๐ŸŒน
Jettu๐ŸŒน

Ukhtii koo jabadhuu
Diinii kee qabadhuu
Uffanna sheri'aadhaas
Dafitii uffadhuu

Miidhagina rabbiin siif kenne
Diinii keetiin barsiifadhu
Akka sin dagnee
Sheyixaana eeggadhu

Ibaadaa hojachuuf
Jabaadhuu tattaffadhu
Kana hin dagatinii
Irratti of qabadhu

Uffannaa fashinaadhaas
Achitti tuffadhu
Bareediinni Kan kee
Hijaabaanii beekadhu

Rabbiin si haa gargaaru
Sirra haa qabuu hamtuu
Dinii kee irratti
Si haa godhuu qananiituu

Yoo isinitti tole share godhaa

Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad Worreen haaraa taatan join godhaa Maatii tahaa
Yaa jiruu biyya lafaa

By @ibnu_hajar

Biyya dhugaaniif sobni
Wol cinaa goree taa.u
Biyya Najasaaf bishaan
Woliin makamee yaa.u

Biyya sangaan callifnaan
Qacceen kurrisee boo.u
Biyya yakkamaan hundii
Tawubaa callisee taa.u

Biyya beekaan callifnaan
Wollaalli dubbii mooqu
Ajummaan bilisoomnaan
Hundumtuu gaarii qeequ

Biyya tokkoof boo.ichaa
Tokko gammadee seequ
Biyya Aduuniif jiini
Taraa gaadee wol saaqu

Biyya jaamaaniif duudaan
Dhagahee Argee yaadu
Biyya miskiinni quufnaan
Dureessi ciisee Aaduu

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
T.me/hafiz_jihad
By @Imran_jihad

Uffannaa Dhiiraa ๐Ÿ‘ˆ

Uffannaan dhiiraa waan qaama isaa dhoksu tahuu qaba
Yemmuu jennu dirqama handhuuraa fi jilba gidduu dhoksuu qaba

Uffannaan dhiiraa haphii tahuu hin qabu kan qamaa isaa mullisu ammas dhiphoo tahuu hin qabu kan qaama nama addadda baasu

Uffannaa dubraatiin wol fakkachuu hin qabu koomee irra darbee waan biraatiniis

Uffannaa muslimaarraa adda tahuu hin qabu uffannaa worra muslima hin taanee fakkachuu hin qabu

Uffannaan dhiiraa hariirraa tahuu hin qabu

Uffannaa amantii malee uffannaa beekamtii tahuun irra hin jiraatu

Kanaafuu obboleessa koo muslimaa hundi keessan yahuudaa hordofuuf jecha karaa ergamaa rabbii hin didinaa

Uffannaa surrii keessanii udduurratti hin hidhinaa
Koomeerras gad hin dabarsinaa

Ergamaan rabbii (s.a.w) akkana jedhan namni uffata isaa koomeera gadi buuse deme miilli isaa jahannam kessa demmaa jira jedhan

Kanaafuu faashina yahuudaaf jecha jennata kabajaa hin dhabin

Uffannaa sheri'aatiin miidhagii jennata bitadhu yaa obboleessa koo


Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad
By @Imran_jihad

Haqa haadhaa fi abbaa ๐Ÿ‘ˆ

Rabbiin guddaan akkana jedhe
(ูˆุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ูˆุจุงู„ูˆุงู„ุฏูŠู† ุฅุญุณุงู†ุง)
Rabbiin gabbaraa egasii haadhaa fi abbaatti tola oolaa

Hadhaafi abbaan keenya xiqqaarraa nu kaasanii nu guddisaan

Haati keenya ji'a Sagal garaatti nu baatte woggaa lama mana fiincanii mana nyaataa waan hunda nuuf taatee nu guddiste

Nuti immoo sadarkaa isii akkamiin ilaalaa jirra? hadha keenya kanaaf kabajaa akkamii qabna?

Kana gad xiinxallee ilaaluu qabna kabajaa isaaniis waan hundaa ol gochuu qabna
Rabbiin subhaanahuu wota'aalaa ofitti aansee kabajaa isaanii ulfina isaanii dubbate

Ergamaan rabbii (s.a.w) akkana jedhe (jennanni miila haadhaa jala jirti)
Jennata kana akkamiin argachuu qabna?
Yoo tola haadha keenyatti oolle yoo qalbii isii fyyisneef argachuu dandeenya

Abbaan keenya daa'imummaa keenya irraa kaasee Huccuu nuuf bituudhaan kophee nuuf bituudhaan waan nuti nyaannu fiduudhaan fakkeenya guddaa abbummaa ta'uu isaa nutti agarsiisee jira

Nuti maal hojannee Isa gammachiifne nuti akkamiin Haqa isaa guunne?

Yooniif haqa isaan lameenii guunne yooniif nuti isaan kabajne
Yooniif nuti isaaniif ajajamne
Yooniif nuti isaan gammachiifne
Yooniif nuti isaan lameeniif haqa isaanii guunne isaanirraa milkaa'uu dandeenya

Haqni isaanii akka jabaa tahe baruun nurratti dirqama
Haqa isaanii rabbitu jabeesse waan ta'eef

Rabbiin nama haadhaaf abbaa kaddamee irraa milkawu nuhaa itaasisu


Join ๐Ÿ‘‡

@hafiz_jihad
By @Imran_jihad


Qur'aana haa qaraanuu ๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'aanni buu'ura
Jireenya ilma namaa
Hamtuurraa nu dhorkee
Tooltuutti nu yaama
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'annii daandiidha
Daandii hin qabne wollaaluma
Dukkanarraa nu baasee
Ifatti nu yaama
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'annii milkiidha
Kan guyyaa harraaf boruu
Namni isaan hojjatte
Yoomuu hin kasaaru
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'aanni jecha rabbiiti
Mooticha aalamaa
Kan hin qabne qindii
Allaahaan tokkuma
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Jecha hin moofoyne
Hanaga zalaalamaa
Qur'aanni yoomiillee
Inni bar haaruma
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Qur'aana qara'uun
Daandii milkiitii
Isa qaraanee
Haa dhiyaanuu rabbii keenyatti
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน



Join ๐Ÿ‘‡
@hafiz_jihad
ููŠ ู‡ุฐู‡ ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ู…ุจุงุฑูƒุฉ ุตู„ูˆุง ูˆุณู„ู…ูˆุง ุนู„ู‰ ุงู„ู‡ุงุฏูŠ ุงู„ุจุดูŠุฑ
ุนู„ู‰ ุงู„ุฑุณูˆู„ ุงู„ุญุจูŠุจ ุงู„ู…ุตุทูู‰ ุงู„ุบุงู„ูŠ ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡

Guyyaa kabajamtuu kana keessaa nagayaa fi rahmata ergamaa keenya kabajamaa fi jaallatamaa erratti salawaata buusaa (sallallaahu aleyhi wosallam)

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†

Sheekni keenya fi abbaa keenya Kan ta'an sheek Abdussamad Muhammad aadam gara Ganda aakhiraa godaanaan rabbiin rahmata isaanii haa godhu
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†
ุดูŠุฎู†ุง ุงู„ุญุจูŠุจ ุงู„ุดูŠุฎ ุนุจุฏ ุงู„ุตู…ุฏ ู…ุญู…ุฏ ุขุฏู… ุฅู†ุชู‚ู„ ุฅู„ู‰ ุงู„ุฑููŠู‚ ุงู„ุฃุนู„ู‰
ุงู„ู„ู‡ู… ุงุบูุฑ ู„ู‡ ูˆุงุฑุญู…ู‡ ูˆุนุงูู‡ ูˆุงุนู ุนู†ู‡ ูˆุฃูƒุฑู… ู†ุฒู„ู‡ ูˆูˆุณุน ู…ุฏุฎู„ู‡ ูˆุฌุนู„ู‡ ู…ู† ูˆุฑุซุช ุฌู†ุงุชูƒ ุฌู†ุงุช ุงู„ู†ุนูŠู… ูŠุงุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†
2024/09/29 15:34:43
Back to Top
HTML Embed Code: