Telegram Web Link
-----------> معنى لا إله إلا الله
------->HIIKA (LAA ILAAHA ILLALLAAH)

BY:-MUAZ YAKUB
@abu_abdalah1 @abu_abdalah1
*Jireenya ilmaan namaatiif dhimmoota ijoo ta'an keessaa dureen Amantaa qabaachuudha.

*Rabbiin (s.w) kaayyoo uumama jinniifi ilmaan namaa isa gabbaruu qofa akka ta'eefi amantaan tokkichi fudhatama qabu islaamummaa qofa ta'uu qur'aana keessatti bakka hedduutti ifa godhee jira.


*Islaamummaan waa shanirratti ijaarame takkaa waashanirraa ijaarame.

*Shanan sanirraa tokko{ laa ilaaha illallaahu }Rabbii guddaa malee Rabbiin ibaadaa, takkaa isa
guddisuu haqa godhatu, hin jiruu yaaduufi beekudha.


*Duuba akkuma ijaarsi tokko yoo utubaan isaa jige jigutti diin islaamaa yoo wanni shanan keessattuu shahaadaan lamaan dhabamte nama jalaa kufaa ta'a.


Beekumsaa madaalawaa, Kan Baranneerraa, Kan Dhageenyerraa, Kan Arginee dubbifnerraa woliif haa qoodnu.

Nu hordofuuf filannoon keessan 👇

@abu_abdalah1
@hafiz_jihad

https://www.tg-me.com/abu_abdalah1

                               ⓙⓞⓘⓝ
WAAN GOOTANIIF HEDDUU GALATOOMAA!
@keyralumma @Ibnutemiya6

Du'a Keessan Hangam Yaadattanii Beektan?

▪️Nabiyyiin hangaftichii fi garalaafaan. Nabi Muhammad (S.A.W) yoo dubbatan "Nama qaruutee jechuun nama fedhii isaa hacuucee (to atee) jireenya isaa kan du'a booda jiruuf kan dalaguu dha". Jedhan. (Ahmad, Tirmizii fi lbn Maajah).

▪️Abuu Qataadaan (R.A) yoo dubbatan: Namni du'a yaadachuu baay' ise wantoota sadih argata. Isaanis:

▪️Hatattamaan tawbaah godhuu.
▪️Sirraayummaa onnee tiifi
▪️Ibaadaaf kaka' umsa qabaachuu dha.
TOOHIDA KUTAA 1️⃣9⃣FFAA
                 By
   Ibnu_surur
DURA KUTAA 1️⃣8️⃣FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU
https://www.tg-me.com/keyralumma/1523

QOQQOODAMA NAMOOTAA
▪️Al-Walaa’aa fi Al-Baraa’aa Keessatti
Ilmi namaa walaa’aa fi baraa’a haqa isaan keessatti dirqama tayu irratti bakka 3tti qoodamee laalun ni danda’ama.
   🔻QOODNI 1FFAA
▪️Nama Dhugaan (Muslimtoota) jaalatu
kan diinummaan yookin jibbaan Islaamaa fi
Muslimaa wajjiin hin jirre Kun Mu’umina qulqulluu
jedhama.
🔻QOODNI 2FFAA
▪️kan (Muslimoota) Jibbu jibbiinsa qulqulluu kan jaalalli keessa hin jirre kuni Kaafira qulqulluu dha.
🔻 QOODNI 3FFAA:
▪️Kan gama tokkoon jaalataa kan gama
biraatin jibbu kun Mu’umina dilii dalagu jedhama.
Sabani inni jaalatuuf Mu’imina waan ta’eef wanti
jibbuf ammoo Ma’asiyaa shirkiin ala jiru(waan dilii
dalaguufi).

AL-ISLAAM
🔻Islaamummaa jechuun akka lugaatti:
Masakamuu fi of gadi qabuu jala deemuu jechuu
dha.
▪️Islaamni akka shari’aatti ammo:
1. Tawhiidaan Rabbiif masakamuu jechuu dha.
2. ‘Xaa’aa’ (Rabbii tole jechuun) masakamuu.
3. Shirkiim (Rabbitti yagutoomsuu) fi warra isa
hojjetanirraa qulqullaayuu.

🔻ISLAAMUMMAA WALIIGALAA:
▪️Islaamummaa walii galaa yemmuu jennu karaa
Rabbiin godheen isa gabbaruu yoo tayu Rabbiin
ergamtoota erguu irraa jalqabee hanga guyyaa
qiyaamatti kan jiru jechuu dha.

🔻ISLAAMUMMAA BIFA ADDAATIN:
▪️Islaamummaa bifa addaatiin jechuun ammo waan ergamaan Keenya Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم qofti ergamaniin jechuu keenna.

UTUBAALEE ISLAAMAA
🔻Isaanis Shani
1ffaa -Shahaadaa lameen.
▪️Shahaadaa jechuun Ragaa bahuu jechuudha jechi isiitis kana "Ash'hadu an laa ilaaha illallaahu wa'ash'hadu anna muhammadan Rasuulullaah" haqaan gabbaramaan Allah malee hin jiru jedhanii Ragaa bahudha Akkasuma Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلمergamaa isaati jedhanii dhugaoomsuu dha.

2ffaan -Salaata dhaabuu.
▪️Kana jechuun halkanii guyyatti yeroo shan salaatuu dha Seraa fi akkaataa isii guutanii baratanii tolchanii salaatuu dha.
Salaanni sadarkaan (mindaan isaa) haalaan guddaa dha Kanarratti Rabbiin S.W Qur'aana keessatti akkana jedha "Salaata dhaabi Salaanni badii fokkattuu fi jallina jibbamarraa Nama dhoowwiti Ammas salaanni utubaa Islaamaati namni isa dhaabe amantii isaa Islaamaa dhaabee jira.
kan salaata diige (Dhiise) amantii isaa diigee jira.
Ammas salaanni dura waan namni guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuuti isiin tollaan hojiin isaa hundi toltee fudhatama argatti ammoo yoo isiin ir'atte hojiin isaa hundi bu'aa dhabdi. Akkasuma salanni ifaadha.

3FFAAN -Zakaa baasuu.
▪️Kana jechuun qabeenya qabnurraa waggatti harka beekamaa tahe kan seeraan taa’e tokko hiyyeessaa kennuu (gargaaruu) jechuudha.

🔻Fakkenyaaf:- maallaqa bilchoofii meeshaalee daldalaa irraa 2.5% baasuu midhaaniifii oomisha qonnaa irraa 10%  akkauma beyladoota akka gaalaa horii re’eefii hoola irraayis herrega seeran ta’e baasuudha.

4. FFAAN -Ji’a Ramadaanaa soomanuu.
Kana jechuun waggaa waggaan baatii Ramadaanaa soomanuu jechuudha Guyyaa fajrii barii irraa kaasee hanga aduun seentutti- ibaadaa Rabbii itti niyyatanii nyaata dhugaatii qunnamtii saalaa godhurraa uf qabuu wantoota biro kan seerri Islaamaa kaaye (agabuu ooluu) jechuu dha. kanaan Rabbi gabbaruu jechuudha Yeroo kana toltuu akka zikrii sadaqaa qaraatii qur’aanaa du’aaii salaata sunnaa fii kkf heddumeysuu barbaachisa.
Akkuma san hamtuu fii dilii gosa hundarraawuu
fagaachuudhaan towbaa heddumeysanii uf
qulqulleysuun barbaachisaa dha.

5. FFAAN -Hajjii mana Rabbii makkaatti godhuu.
Kana jechuun Namni dandeeyti humna diinagdee
qabu martinuu umrii isaa keysatti yoggu takka karaa biyya makkaa deemee dhaqee sirna ibaadaa hajji godhuu jechuu dha Kunis fadlii sadarkaa guddaa qaba.. . ✍️ Itti fufa insha'allaah

Yaada Qabdanuuf 👉 @ibnu_surur
Forwarded from Keyralumma
        Ibnu_surur
📜 BARNOOTA TOOHIDAA 📚

🌹Assalamualyeekum
🌷Worahamtullaahi
🌻 wobarakaatu
بسم الله الرحمن الرحيم
 
  DURSA JALQABA

Galanni Kan Rabbii Aalamaati nagayaa fi Salaanni xumura Anbiyootaa fi Ergamaa nabiyyii keenya Muhammadii fi warra isaanii hundarratti haa jiraatu Eeganaa
🔻Kuni barnoota qabxiilee yaachisaa fi heddu
barbaachisaa ta’an akkasuma faayidaa guddaa qaban kan isaan malee dalagaan gabricha tokkoo fudhatama hin qabnee fi isa dhugoomsu malee Rabbiin gabricharraa kan hin jaalanne kan taye.. Itti fufa

Hordoftoota keenya jaallatamoo Sagantaa kana karaa toora Facebook fi WhatsApp irraanis kutaa jalqabaarraa eegallee jirra kan hordofuu/barachuu barbaaddan Facebook WhatsApp keenya JOIN & FOLLOW Gochuun fayyadamaa tahaa isiniin jenna 👇👇

https://chat.whatsapp.com/L93j0boaIWlGqz0qJ9zeh0

https://www.facebook.com/keyralumma
🌷Gaaffiin keenya arraa
Kana fakkaata👇
        
         @ibnu_surur ✍️

Sahaabiin yeroo Jalqabaatiif Islaamummaa keessatti dhalate eenyu?

1.Abdallah bin Umar
2.Abdallah bin Zubeyr
3.Abdallah bin Masuud
4.Abdallah bin Abbaas

🙋‍♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin
nuun gahaa👉 @ibnu_surur ✍️
Gama Facebook fi WhatsApp irraanis hirmaachuu dandeessu
👇 👇
https://chat.whatsapp.com/L93j0boaIWlGqz0qJ9zeh0

https://www.facebook.com/keyralumma
🖥 Hafiz ibn hajer official 🦜 via @like
🌷Gaaffiin keenya arraa Kana fakkaata👇                   @ibnu_surur ✍️ Sahaabiin yeroo Jalqabaatiif Islaamummaa keessatti dhalate eenyu? 1.Abdallah bin Umar 2.Abdallah bin Zubeyr 3.Abdallah bin Masuud 4.Abdallah bin Abbaas 🙋‍♂️Yaada…
Hordoftoota keenya deebiin gaaffii keenyaa 2ffaa taha
2.Abdallaah bin Zubeyr worroonni deebistan Maasha'allaah Maasha'allaah Jazaakumullaahu khayiran rabbiin isinirraa hajaallatu
Beekumsa guddaa rabbiin isiniif hadabalu
👍 👍👍 jabaadhaa isiniin jenna worroonni yaaltanis akkasuma jazaakallaahu keyran 👍 👍 JZKLH guddaa galatooma akkasuma hordoffiin keessan itti hafufu jenna

Yaada Qabdanuuf keessaan nudubbisuu dandeessu
Forwarded from 🔈Muaz Yakub💡 (Ibn Yakub)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Obboleettii keenya waan humna keenyaatiin haa gargaarru.
Share Share Share
👇 👇
https://www.tg-me.com/helphayat
https://www.tg-me.com/Help_sis_Hayat

https://m.facebook.com/HelpHayat

https://gf.me/u/y8yc6z
Maqaan nabii keenyaa hadiisa sahiihatti.

{ ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﻟﻲ ﺧﻤﺴﺔ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺃﻧﺎ ﻣﺤﻤﺪ ﻭﺃﺣﻤﺪ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻤﺎﺣﻲ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﻤﺤﻮ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻲ ﺍﻟﻜﻔﺮ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﺤﺎﺷﺮ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺤﺸﺮ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﻋﻠﻰ ﻗﺪﻣﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻌﺎﻗﺐ ‏}

" Ani maqaa shanini qabaa jedhan" rasuulli (salallaahu aleeyhi wa sallam)

• Muhaammed • Ahmed
•Maahii • Haashir • Aaqib


☆ Maahii : jechuun kan rabbiin kufrii isaan lafarraa haqu/laffaaa qulqulleessu jechuudha.

☆ haashir: jechuun kan namni isa booda walitti qabmu jechuudha, kan qiyaamaa malee hin jirre.

☆ Aaqib : jechuun isa booda nabiyyiin hin jiru jechuudha.

imaamu muslim asirratti dabalee maqaa biroo.

Al-muqaffii • wa nabiyyu rahmaa waan jedhu irratti dabalee ture. aleeyhi salaatu wa salaam
❤️Nabiinaaaa ❤️

Akka aduu ganamaa
Ibsaa qalbii namaa
Barsiisaa dhugumaa
Balleessaa doofummaa
Dawwaa wollaalummaa
Kan arganne sumaan


Akka jisaa dammaa
Jaalaltikee gamaa
Ofitti nama yaama
Kanaaf hayyuun namaa
Sitti ida'ama+++++
Kaan carra qabeessummaa
Karaa kee gaxama
Kaanis argaa tuma
Beekaa duudee jaama


Yaa nama Si baree
Beekaa sirra tare
Sheyixaana gabbaree
Aakiraa kassare

Karaa ❤️Nabiinaaaa❤️ irraa rabbi nun maksin

https://www.tg-me.com/Nabiinaa
By @ibnu jihaad
Niyyaa toluu 👈
Obboleewwan kiyya niyyaa toltanii ni beektuu?
Fayidaa niyyaa toluun qabdu hoo ni beektuu?
Waa'ee niyyaa irraan waan xiqqoo isiinf dhaama
Niyyaa jechuun yaada atii fi qalbiin kee osoo hojii tokko hin hojjatin irratti mari'attantu niyaa jedhama
Egaa obboleewwan koo Marti keessan hojii hojjataan hunda keessatti niyyaa tolaa
Wantoota gaariin hojadha jedhaa qalbii keessan amansiisaa
Yoo waan gaariin hojadha jettanii qalbii keessan amansiistan waan gaarii hojjattuu
Yoo waan hin taanee jettanii amansiistanis waanuma hin taane san hojjattu waan ta'eef niyyaa keessan tolchaa
Maaliif Jennaan eragamaan rabbii (s.a.w) hadiisa Umar ibnul khaxxaab iraa dhufe keessatti akkana jedhe(
إنما الأعمال بالنيات وإنما لكل امرء مانوا فمن كانت هجرته لدنيا اومرءة ينكحها ومن كانت هجرته إلى الله ورسوله فهجرته إلى ما هاجر إليه)
Hojiin ilaan namaa hundi niyyaadhaan argamtii
Namni niyyaan isaa duniyaa argachuu ykn intaloo dubaraa fuchuu taate waan San ni argata
Ammas namni niyyaan isaa Gara rabbii fi ergamaa rabbii taate niyyadhuma isaa San argata jechuudhaa) hadiisa bukhaarii fi muslimtu gabaase kanaafuu Jennaan obboleewwan koo niyyaa keenyaa haa jabeeffannu
Ramadana kana keessas waan gaarii haa niyyannu niyyaa nyaata qofa irraa of qabuu qofa osoo hin taanee niyyaa ijaanis gurraanis harkaanis miilaanis soomanuu haa qabannu
Fayidaan niyyaa yoo isii tollee waan gaariitti niyyanne ni arganna jechuudha inni guddaan nuti niyaa toluudha malee
Kanaafuu obboleewwan kiyyaa niyyaa haa tolluu diin ijaarurratti wol haa jabeessinu
Rabbiin worra niyyaa tolee milkaawu nuhaa taasisu
Wossallamu alayikum worahmatullaahii wobarakaatuhu
By Imran_jihad
Kurnan boodaa ramadaanarraa 👈
As Wr Wb obboleewwan kiyya mee Nama meeqatu kanaaf qophaa'aa jira
Nama meeqatu guyyoota darban caala guyyoota kanaaf qophaa'uutti jira
Ergamaan rabbii (s.a.w) guyyoota fi halkan Kurnan boodaa Kana guyyoota ramadaanarraa darban irra caalsisee hojii khayirii hojjata guyyoota Kurnan kana hojii kayiritiin halkan immoo layilii dhaabbachuun dabarsaa turan
Kanaafuu ilmaan namaatiif bayyisee barbaachisaadha halkan Kurnan boodaa kana keessa layilii dhaabbachuun qur'aana qara'uu baay'isuun ruku'ii fi sujuudas baay'isuun
Maaliif Jennaan ergamaan rabbii (s.a.w) akkana jedhe namni imaamaa woliin dhaabbate hanga imaamni xumurutti khayirii halkan guutuutu isaaf katabama.
Ammas akkuma ayishaan nuuf odeessite
عن عائشة (كان رسول الله صلى الله عليه وسلم إذا دخل العشر الأواخر من رمضان احي الليل وأيقظ اهله وشد المئزار)
Ergamaan rabbii (s.a.w) yeroo Kurnan boodaa ramadaanarraa dhufe halkan ni taa'a Maatii isaa ibaadaatti kaasa marxoosallee ibaadaadhaaf jabeeffata
Kanaafuu obboleewwan koo nutis Kurnan kana keessa ibaadaatti jabaachuu qabna
Worreen haaraa taatan
👇
@hafiz_jihad
Join godhaa Maatii tahaa
By @Imran_jihad
Hojii Ergamaa rabbii Kurnan boodaa keessaa sheikh salihul fawuzan rabbiin Isa haatiksuu
@hafiz_jihad
By @Imran_jihad
Seenaa 👈
As Wr Wb obboleewwan kiyya
Seenaa namticha tokkoon sahaabarra isiniif hima
Julayibib nama jedhamu dhageessanii beektu?
Julayibib eenyu?
Julayibib nama akkamiiti?

Julayibib sahaabaa ergamaa rabbitti
Julayibib nama akkaan miskiina
Julayibib nama bareedina hin qabne
Julayibib garuu nama akkaan ergamaan rabbii (s.a.w) jaallatanidha
Gaaf tokko Julayibib utuu ergamaa rabbiitii woliin hasa'aa jiruu ergamaan rabbii (s.a.w) akkana jedhe gaafate
Yaa Julayibib ati fuuteettaa jedheen maaliif hin fuune jedheen
Yeroo kana Julayibib akkana jedhe yaa ergamaa rabbii ani Julayibibii bar ani namticha hiyyeessa Kan fuulli isaa namatti hin tolle kan namni millattee nan ilaalle akkamittan fudhaa eenyutu Julayibibiitti heeruma jedhe
Achumaan ergamaan rabbii natu si fuusisa yaa Julayibib jedheen
Achummaan mana worra ebeluu demii ulaa itti rukutii eenyu yoo siin jedhan ergamaa rabbiitu na erge jedhi yoo jarii maaliif siin jedhan
Intala keessan fuchuudhafi ergamaan rabbii na erge jedhiin Jennaan Julayibib deemee akkuma eragamaan rabbii jedhanin jedha
Achumaan worri mana saniis nama ergamaan rabbii nutti erge didnaaree jedhani nikaa godhaniif
Achiin Julayibib nikaa godhate guyyaan cidha isaa geesse cidha godhee otoo haadhaa worraa isaatiin wol hin qunnamin
Waamichi jihaada deemu dhufe Achumaan Julayibib jihaada deeme karaa rabbii keessatti woreegamee shahidomee
Ergamaan rabbii Julayibibiin ija duraa dhabanii Julayibib eessa jira jaalalleen koo Julayibib eessa deeme jedhaanii gaafatan
Achumaan namoonnis inni guyyaa cidha isaa shahiide jedhaniin ergamaan rabbii achumaan gaddan!
Seenaan kun yoo sitti tole chanala Kenya kana
👇
@hafiz_jihad
👇
Join godhii Maatii chanala
Keenyaa tahi
Sagaleedhaanis kunooti
2024/09/29 19:27:43
Back to Top
HTML Embed Code: