Telegram Web Link
Forwarded from Ethiopia Check
#FakeChannelAlert

ይህ ከ200,000 (ሁለት መቶ ሺህ) ሰው በላይ የሚከተለው የቴሌግራም ቻናል የጠ/ሚሩ እንዳልሆነ ኢትዮጵያ ቼክ ከፕረስ ሴክረተሪያት ቢሮ ዛሬ አረጋግጧል፣ እየተላለፈ ያለው መልእክትም ሀሰተኛ እንደሆነ ተረጋግጧል።

ትክክለኛው የጠ/ሚሩ የቴሌግራም ቻናል ይህ እንደሆነ መረጃ ደርሶናል:

https://www.tg-me.com/AbiyAhmedAliofficial

ሀሰተኛ ገፆችን፣ ቻናሎችን እና አካውንቶችን ባለመከተል የሀሰተኛ መረጃ ስርጭትን በጋራ እናስቁም።

@EthiopiaCheck
Jaalala Rasuulaa qabaachuun jaalala Rabbii qabaachuudha. Fidaakaa Habii waa ummii yaa Rasuula Allah
Gaafiillee deebii dhaban (16)
1Wangeela guutu keessatti iddoon Iyesus of isaatiif "Ani Waaqayyoodha " jedhe dubbate hin jiru.
2Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon "Sagalichi yesusiidha ykn yesus Sagalee dha jedhu kan yesus of isaatiif dubbate tokkollee hin jiru.
3Wangeela guutu keessatti iddoon Iyesus of isaatiif durse "Ani cubbuu keessanif jecha du 'e Mukarratti rarrraafama" jedhe dubbate hin jiru.
4Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti akka yaada warra Kristaanatti gaafa yesus du'a ka'e jedhamu "namni tokkichi yeroo sana ija isaanin arge" tokkichi hin jiru.
5 Macaafa Qulqulluu kaakuu moofaa jedhamu keessatti iddoon maqaan yesus jedhu itti dubbatame hin jiru.
6Iyesus hanga biyyaa lafarraa jirata ture sana guyyaa tokkollee maqaa Ammanu'el jedhamun waamame hin beeku.
7Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon jechi "Sillaase" jedhu itti dubbatame tokkollee hin jiru.
8 Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon " abba, ilma fi Hafuura qulqullu sadan Waaqa tokko " jedhu itti dubbatame tokkollee hin jiru.
9Formula ilaala Dogoggoora warra nuti Kiristaana ofin jedhu 1+1+1=1 jedhu kitaaba macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon itti dubbatame tokkollee hin jiru.
10Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon itti yesus amanta Kiristaana jedhe dubbate fi hundeesse jedhu hin jiru.
12Wangeela guutu keessatti iddoon Dubreen Maariyaam ilma ishee Iyesusin Waaqeeffate ykn Waaqayyoo jette waamte hin jiru.
13Maqaa fi Harmeen dubree Maariyaam Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon itti dubbatame hin jiru.
13Kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti iddoon maqaan kitaabicha "Macaafa Qulqulluu " jedhame itti dubbatame tokkollee hin jiru.
14Wangeela guutu keessatti guyyaan,ji'in fi bari yesus itti dhalate jedhame kabajamu kun hin jiru.
15 Wangeela guutu keessatti iddoon itti yesus Guyyaa dhaloota isa kabaje ture jedhu hin jiru.
16Wangeela guutu keessatti iddoon itti guyyaa Dilbata guddaa (Sunday ) Church deema Waaqeeffadha jedhame itti abboomin kenname hin jiru.
=》Warri nuti Kiristaana ofin jedhu yoo ati Gaafiillee arman ol deebii hin qabne kana gaafatu deebisu dhiisan waan bira dubbatu.

Yaa warra nuti Kristaana ofin jettu:-
Yesus of isaatiyyuu homa na gochuu hin dandahu.homa dandeeti takkallee narratti hin qabu.yoh 5:30
Wangeela guutu keessatti iddoon yesus of isaatiif "Ani Waaqayyoodha "jedhe; dubbate hin jiru.
Yesus ofi isaatiyyuu Gooftaa fi Waaqayyoo bira kan kadhatu fi Waaqeeffatu
qaba.marqoos 12:29, yoh 20:17, mat 11:25.Kanaafu namni ofi isaatiyyuu Gooftaa bira qabu Gooftaa sobati malee Gooftaa dhugaa miti.
Ergamni yesus xumurame jira.Inni warra mana israa'iili badan qofaf ergame. Mat 15:24.Kanaafu inni saba mana israa'iil bade duwwaadhaf karaas dhugaas jireenya ture.Saba amma biyyaa lafarraa jiru hundafu karaan tokkichi karaa Raajiichi Muhammad saw ittin Allaahaan erge qofadha.kanaf immoo yesusiyyuu raajii dubbate jira.yoh 14:16 fi Qur'an 61:6. Warri maqaa yesusin jettu immoo cubbuu guddoo biyyaa lafarraa tti raawwate jirta.Yesus salphina guddaan akka si eegatu mat 7:22-23 dubbate jira.
Maaloo yaa lammii koota ilma nama waalalummaa waaqeeffachu dhiisa Gooftaa Waaqayyoo tokkicha maqaan Isa Allah tahettiamana!!!!!!!!!!kootuu

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi hordofaa
@gababo
NAMA_GUDDAA_TA'UU_NI_BARBAADDAA?
✍️Wantoota 3 (sadii) jireenya namaa keessa jiranii fi irratti hojjachuu barbaachisan:

1️⃣ Kaleessa
2️⃣ Har'a
3️⃣ Bor

✍️Namoonni baay'een kaleessa miidhamaniiru ta'uu danda'a. Har'a irra dhaabatanii waa'ee kaleessaaf dhiphachuun, abdii fuulduratti adeemuuf namni qabu gadi buusa.

👉 Har'i kaleessa irra ni caala.
👉 Har'i boruuf murteessaa dha.
👉 Kaleessi gaariis ta'u gadhees darbeera.
👉 Guyyaan har'aa milkaa'ina boriitiif si qopheessa.
👉 Boriif jennee obsina.

✍️Namoonni baay'een kan dhiphataniif, kan jeeqamanii fi of ajjeesaniif haalli jireenyaa ta'uufii didee miti. Waan barbaadan dhabaniifis miti.

Guyyaa borii maaltu akka jiru, maaltu akka ta'u jalaa dhokate.Guyyaan "bori" jedhamu itti argamuu dhabuu irraan kan ka'ee dha.

Nama guddaa ta'uu ni barbaaddaaree?

✔️ Har'a Karoora kee barreessi !
✔️ Har'a irratti hojjadhu!
✔️ Guddinaa fi Milkaa'ina ati itti of hin eegne irra geessa.
YESUUS AKKUMA DHALA NAMA, AMALA NAMUMMAA HUNDA QABA.
1. Yesuus Akkuma ilma namaatti dhalate
Wangeela Luqaas Boqonnaa 2 lakkoofsa 6 irratti
6 Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;

7 angafa ilma ishee deessee, lafa bultii kara-deemtutii iddoo hin arganne waan turaniif, wayyaa itti martee, siree horiin keessaa nyaatu irra ciibsite.

2, Yesuus beela'uu

Wangeela maatewos Boqonnaa 4 lakkoofsa 2 irratti.

2 Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e.

3,Yesuus dheebechuu.
Wangeela Yohannis Boqonnaa 19 lakkoofsa 28 irratti.

Yesus amma wanti hundinuu. fiixaan ba'uu isaa beekee, dubbii macaafaa fiixaan baasuudhaaf, "Nan dheebodhe" jedhe.

4, Yesuus Dadhabu.
Wangeela yohannis Boqonnaa 4 lakkoofsa 6 irratti
6 Bishaan boollaa Yaaqoob achi ture. Yesus karaa adeemaa oolee waan dadhabeef, boolla bishaanii sana bukkee taa'e; yeroon isaas akka sa'aatii ja'aa ture.

5, Yesuus ni boha.
Wangeela yohannis Boqonnaa 11 lakkoofsa 34 irraa 35 irratti.

34 "Eessatti awwaaltan?" jedhee gaafannaan, "Kottuutii ilaali gooftaa!" jedhanii deebisaniif. 35 Yesus imimmaan isaa dhangalaase.

Kuno bifa kanaan yesuus akka dhala namaa ta'e ifaan ifatti ibsameera.
Haa ta'uu osoo nuti ragaawwan quubsaa ta'an kanneen arginu
abbootiin amantii kiristaanaa,ragaawwan kana kuffisuu Tooftaa adda addaa baasu
Tooftaan isaanii fi deebiin tooftaa isaani akka armaan gadiiti.

Yeroo nuti ragaawwan armaan olii kana dhiheessuun akkamitti namni ( yesuus)kun waaqa jettu? Jennee gaafanne

Deebii "yesuus amala lama qaba : amala namummaa fi amala waaqummaati " nuun jedhu. Itti dabaluun" Yesuus yeroo inni wontoota armaan olii kana mudate yeroo namummaa isaati. Eega gara samiitti ol fuudhame waaqa ta'e" jedhu

Deebii keenya

1, macaafa qulqulluu keessatti bakka tokkolleetti yesuus amala lama qaba jedhamee hin ibsamne. Isin ragaa maali qabattanii yesuus amala lama qaba jechuu dandeessan?

2. Macaafa qulqulluu keessatti akka waaqni hin jijjiiramne ( akka amala lama hin qabne ) ibsameera

(Macaafa Milkiyaas raajchaa Boqonnaa 3 Lakkoofsa 6 irratti)
" Itti fufees, "Ani Waaqayyo waanan ta'eef,hin geeddaramu ; kanaaf yaa ilmaan Yaaqoob isin raawwattanii hin badne."

Akkuma armaan olitti argitan waaqni " hin geeddaramu" jedhe ibseera
Akkana jechuun karaa biraatiin yeroo tokko nama fakkaadhe yeroo biraa waaqa hin ta'u, amala mataa kootiin qaba jechuudha,

Ragaa kanaan jechi kiristaanota waaqni amala lama qaba jedhu fudhatama hin qabu.

3.Yesuus akkuma macaafni qulqulluun ibsutti eega samii ba'ees nama malee waaqatti hin jijjiiramne.

Wangeela yohannis boqonnaa 3 lakkoofsa 13 irratti

13 Ilma namaa isa waaqa irraa gad bu'e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane.

Dabalataan ragaan yesuus eega samii ba'ees akka waaqa hin taane mirkaneessu,
Roomaa Boqonnaa 8 lakkoofsa 34 irratti ibsameera.
34 Eenyutu itti farada ree? Erga Kristos Yesus du'ee kaafamee immoo gara mirga Waaqayyootti argamee Waaqayyoon nuuf kadhatee, kan itti faradu hin jiru.

Kunoo eega samiitti ol bahees waaqa kadhataa jira malee waaqa hin taane, isin essaa fiddani waaqa jettuun?

Deebii isinumaafan dhiisa.
اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْكُفْرِ، وَالْفَقْرِ، وأَعُوذُ بِكَ مِنْ عَذَابِ القَبْرِ، لاَ إِلَهَ إِلاَّ أَنْتَ.

# Translation
O Allah, I take refuge with You from disbelief and poverty, and I take refuge with You from the punishment of the grave ; none has the right to be worshipped except You.

# Transliteration
Allâhumma innî a`ûdhu bika mina-l-kufri, wa-l-faqri. Wa a`ûdhu bika min `adhâbi-l-qabri. Lâ ilâha illâ anta.

# References and remarks
Abu Dawud 4/324, Ahmad 5/42, An-Nasa'i, 'Amalul-Yawm wal-Laylah (no. 22), Ibn As-Sunni (no. 69), Al-Bukhari Al-'Adab Al-Mufrad. Its chain of transmission is good (Hasan), Ibn Baz, p. 26

https://play.google.com/store/apps/details?id=inc.com.youbo.invocationsquotidiennes.free
Salam, I'm using Vmuslim-the best muslim app to get daily Prayer alerts, read quran, athkar and hadith, download Vmuslim app for FREE:
https://sl.vmuslim.com/appshare
Application kana gadi buufadha yaa jamaa
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Baqataa lammii Burundii rakkoon hojii uumsise.

Maqaansaa Innoosant Haavyaarimaanaa jedhama. Lammii Burundii dararaa cimaa keessa darbuun biyyaasaa gadhiisee gara Keeniyaatti baqateedha.
Achiinis kaampii baqattootaa Kaakumaa keessa qubate.
Biyyasaatti barataa gosa barnoota Kemistirii ture.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
حَدَّثَنَا هِشَامُ بْنُ عَمَّارٍ، حَدَّثَنَا عَبْدُ الْعَزِيزِ بْنُ أَبِي حَازِمٍ، عَنْ أَبِيهِ، عَنْ سَهْلِ بْنِ سَعْدٍ السَّاعِدِيِّ، أَنَّ امْرَأَةً، جَاءَتْ إِلَى رَسُولِ اللَّهِ ـ صلى الله عليه وسلم ـ بِبُرْدَةٍ - قَالَ وَمَا الْبُرْدَةُ قَالَ الشَّمْلَةُ - قَالَتْ يَا رَسُولَ اللَّهِ إِنِّي نَسَجْتُ هَذِهِ بِيَدِي لأَكْسُوَكَهَا ‏.‏ فَأَخَذَهَا رَسُولُ اللَّهِ ـ صلى الله عليه وسلم ـ مُحْتَاجًا إِلَيْهَا فَخَرَجَ عَلَيْنَا فِيهَا وَإِنَّهَا لإِزَارُهُ فَجَاءَ فُلاَنُ بْنُ فُلاَنٍ - رَجُلٌ سَمَّاهُ يَوْمَئِذٍ - فَقَالَ يَا رَسُولَ اللَّهِ مَا أَحْسَنَ هَذِهِ الْبُرْدَةَ اكْسُنِيهَا ‏.‏ قَالَ ‏"‏ نَعَمْ ‏"
‏ ‏.‏ فَلَمَّا دَخَلَ طَوَاهَا وَأَرْسَلَ بِهَا إِلَيْهِ فَقَالَ لَهُ الْقَوْمُ وَاللَّهِ مَا أَحْسَنْتَ كُسِيَهَا النَّبِيُّ ـ صلى الله عليه وسلم ـ مُحْتَاجًا إِلَيْهَا ثُمَّ سَأَلْتَهُ إِيَّاهَا وَقَدْ عَلِمْتَ أَنَّهُ لاَ يَرُدُّ سَائِلاً ‏.‏ فَقَالَ إِنِّي وَاللَّهِ مَا سَأَلْتُهُ إِيَّاهَا لأَلْبَسَهَا وَلَكِنْ سَأَلْتُهُ إِيَّاهَا لِتَكُونَ كَفَنِي ‏.‏ فَقَالَ سَهْلٌ فَكَانَتْ كَفَنَهُ يَوْمَ مَاتَ ‏.‏
It was narrated from Sahl bin Sa’d Sa’idi that a woman came to the Messenger of Allah (ﷺ) with a woven sheet – he said: * “What type of woven sheet?” He said: “A Shamlah.” She said: “O Messenger of Allah, I have woven this with my own hands for you to wear.” The Messenger of Allah (ﷺ) took it, since he needed it. He came out to us wearing it as a lower wrap. So-and-so the son of so-and-so.” – a man whose name he told that day – said: “O Messenger of Allah, how beautiful this sheet is! Let me wear it.” He said: “Yes.” When he went inside he folded it up and sent it to him. The people said to him: “By Allah, you have not done well. The Prophet (ﷺ) wore it because he needed it, then you asked for it, and you knew that he would not refuse anyone who asked him for something.” He said: “By Allah, I did not ask for it so that I could wear it, rather I asked for it so that it could be my shroud.” Sahl said: “And it became his shroud the day he died.”


Sunan Ibn Majah
(Chapters on Dress)
English reference : Vol. 4, Book 32, Hadith 3555
Arabic reference : Book 32, Hadith 3684
Grade: Sahih (Darussalam)
NABIYYII RAAHMATAA-{kutaa-3ffaa}
🌸🌼/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\🌼🌸
Guyyaa tokko Rassuulli ﷺ waqtii saafaa kana gara iddoo wayii adeemaa jira. Aduun gammoojjii Arabiyaa akkaan nama waada. Haala kana irratti dubartii dullattii takka tan subbaa uffataa yookiin afaan yeroo ammaatiin shaanxaa mataa isheetti baattee adeemtu arge. Yeroo kana Rassuulli ﷺ ba’aa kana dullattii kana irraa fuudhee baadhachuudhaan ishee gargaare.
-
Rassuullis ﷺ Osuma ba'aa kana baadhateefii adeemuu Essaa adeemaa akka jirtuu fii maalif akka adeemtu dullattii tana gaafate.
-
Isheeniis akkana jechuun deebifteef; «Namticha falfaltuu/moortuu Muhammed ﷺ jedhamu tokkootu magaalaa kana keessa jira jechuu dhagayeetiin magaalaa kana lakkisee bahutti jira.»
-
Rassuulli keenya ﷺ nama akkaan obsa qabeessaa fi gara-laafeessa waan tu'aniif wanta isiin haasooftu hunda jecha tokkittii illee osoo hin deebisiniif cal’isaniituma hanga xumuratti obsaan dhaggeeffatan. Dullattiinis waan magaalaa keessaa itti baateef iyyachuu ittuma fufte.
-
Gabaabdumatti garuu wanti isheen magaalaa keessaa bahaa turteef hammeenya waa’ee nabi Muhammed ﷺ kan naannawa ishee irraa dhageesse malee isheen isa hin beektu turte. Yeruma haasooftu kanallee kan itti haasawaa turte isa akka tahe hin beekne.
-
Garuu deemsa wajjiin deemte keessatti gurbaan dardaraa kan ba’aa isheerraa fuudhee ishee gargaare kun nama fuulli isaa seeqinsaan ife fi kashoo/danboobaa/bashaasha akka tahe hubatte. Dargaggeessa kana (Nabi Muhammed ﷺ )dafqi isaa akkan urga’a. dubartittiinis baay’ee ajaa’ibsiifatte.
-
Yeroo iddoo dubartiin itti deemtu sana gahan, Nabi Muhammed’iis ﷺ borsaa ishee lafa kaa’eefii yeroo gara galee balbala bahuuf ka’utti, Dullattin akkana jetteen; «yaa gara-laafeessa namaa! Yoo xiqqaate (waan biraallee siif gochuu dadhabu) maquma kee naaf himi?» jettee.
-
Rassuulliniis ﷺ akkana jechuun deebiseef; «Ani namticha ati sababa isaatti ati magaalaa keessaa itti baate sani.»
-
Yeroo kana dhageessu dullattiin tun baay’ee naate, baay’ee dinqisiifattes. Namni gara-laafeessi akkanaa, namni akkanatti nama gargaaru, namni dhuqa qabeessi akkanaa kun gonkumayyuu akka jarri jedhan falfaltuu/moortuu tahuu hin danda’u jettee yeruma sanitti islaamummaa fudhatte. Allaahu Akbar! Nabiyyii keenya ﷺ jechuun kana. Sallallaahu Aleeyhi wassallam!
-
Nabiyyii Keenya ﷺ qaalii Kana yoo jaalatte salawaata irratti buusi. Seenaa kana ....share.... godhi.


Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
👇👇👇
www.tg-me.com/gababo
2024/09/27 23:23:10
Back to Top
HTML Embed Code: