Telegram Web Link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
As wr wb Akkam jirtu obboleewwan muslimaa Rabbiif Jecha woliif tola ooluun Bu'aa malee kasaaraa hin qabu
Akkasumas miidiyaa Islaamaa Guddisuun Of guddisuudha malee Xiqqeenya Hin qabu Namni Youtubii Qabdan Dubbiftanii bira hin darbinaa Rabbiif jedhaatii liinkii Gadii Tuquun Subscribe nuuf godhaa Nu jajjabeessaa Youtubiin tokko hojii Eegaluuf Miseensa 1000 Barbaada isinis Rabbiif Jecha Subscribe Gochuun miseensa nuuf Ta'aa irraa fayyadamaa Ta'aa
Namni Rabbiif Jecha waan tokko godhe miindaan isaa Rabbuma bira
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
As wr wb Abbootiin chaaneelii Dhimma kana irratti hirmaadhaa

Dhimmi Isaa Chaaneelii Islaamaa Guddisuudha Woliin hojjennee Woliin ummata keenya Tajaajilla Namoonni Miseensi Keessan 10k ykn Kuma kudhanii Ol ta'e Admin Wol Jijjiirree Woliin Hojjechuu dandeenya Chaaneeliin Keenyas @Gaaddisa_dhugaa kan Jedhudha
Namoonni Miseensa 10k dhaa Ol qabu Karaa @Kaayyoo_koo tiin ykn karaa @Gaddisa_Comment_bot tiin nu qunnamuu dandeessu Woliin Hojjenne woliin Amantii keenya Haa bareechinuun Dhaamsa keenya
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
EENYUTU MIIDIYAA ISLAAMAA GUDDISUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

As wr wb obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa adaraa subscribe nuuf godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nuttii agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa
Watch "๐๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐ข๐ง๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ ๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š" on YouTube
https://youtu.be/a46fF3iUPsM
Forwarded from Deleted Account
Chaanelii Telagramii kana keessa yoo seente Ni bashannanta Ni Bohaarta Ni baratta Ni Hubatta Seenaa Ajaa'ibaa Dhageessa Faayidaa malee Kasaaraa Hin qabu Chaanaalii Kana Argachuuf wonti Sirraa eegamu harkuma Kee Qofaan Join Kan jettu Tuquu Qofa Karaa Youtube tiin Hordofuu Yoo feete Subscribe gochuu Qofa Sana booda Ergaa achirratti Darbu Hordofuutu Sirraa eegama๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
๐ŸŒHaqa bakka inni jiru barbaaddadhu.

๐Ÿ–ฒhaqa barbaaddachuuf immoo dura haqa fudhachuuf of qopheessi.
๐Ÿ“กsabummaa irraa fagaadhu haqa fudhachuurraa si fageessitii.
๐Ÿ“ขSunnaa barbaaddadhu bida'aarraa fagaadhu.
๐Ÿ”ฒBeekumsaaf tattaafadhu haqa argachuuf si gargaartii.
๐Ÿ”•Nama beekumsaa irraa fudhattullee laalladhu akka waan gaarii irraa dhaaltuuf. Fkn isaa akka burqaa bishaaniiti. Burqaan bishaanii qulqulluu yoo ta'e bishaan qulqulluu irraa waraabbatta ykn immoo booruu ta'ee yoo dhugde garaa kee dhukkubaaf si saaxilaa.
๐Ÿ”‡Beekumsa kees fiqihii fi siiraa qofaan hin daangeessin barnoota Aqiidaatiif dursa kenni akka sunnaa barattuuf.
โญ•๏ธNama Aqiidaaf(Tawhiidaaf) dursa kennus barbaaddadhu saahiba sunnaa waan ta'eef.
๐ŸšทNama dursa Waan biraatiif kennu(Kanneen akka Akhlaaqaa,Tokkummaa)irraa fagaadhu saahiba sunnaatii mitii.Waan dursi da'waa rasuulaa sallallaahu aleyhi wasallam Tokkummaa ykn Akhlaaqa hin ta'iniif. Kan isaan ittiin eegalan Tawhiidaani waan ta'eef

T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
ODUU GAMMACHIISAA

Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf ๐Ÿ‘‡
@Islamnew_hiwote

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf ๐Ÿ‘‡
@kaayyoo_koo

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf ๐Ÿ‘‰ @ibnul_islaam

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf๐Ÿ‘‡
@ibnul_islaam
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Watch "MUAZ_HABIB_NEW_COMEDY_AND_NESHIDA_ON_TIKTOK" on YouTube
https://youtu.be/yjtJklIdkMY
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Kun affeerraa kooti ilaalaa

https://youtu.be/yjtJklIdkMY
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
As wr wb Abbaatu Of kabaja jechuun Isa kana Mee gaaffii Tokkon Isin Gaafadha Miidiyaan Afaan Amaaraa fknf Minew shawa tube, Hope intertainment, Moissa kan kana fakkaatan Karaa youtube tiin Subscriber Kuma Dhibba Tokkoo Gad hin Qabanu Garuu Kan Oromoo Immoo Kuma Tokko Gahuuf Kadhaa baayyee fi laffaatii Hedduu Qaba Kan Oromoo ni tuffatama Mee Kana itti yaadaatii OROMOMMAAN KEENYA Karaa youtube tiin Addunyaarratti Haa beekamu Oromootu Oromoof Quuqamuu qaba Akkasumas miidiyaan Afaan Oromoo yeroo dhihootti Subscribe Kuma Dhibba Akka gahu Abdii qabna Maaloo liinkii gadii tuquun Subscribe gochuun qooda keessan Bahadhaa Baayyina Ummata OROMOOAddunyaatti Beeksisaa GALATOOMAA https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Haqa Haadhaa -
Xiyyeeffannoon Haa Dubbifnuu !

Namni Saaliha Tahe Tokko Waa'ee Haqa Haadhaa Gaafatamee Yommuu Deebisu Akkana Jechuun Gorsa Kennee Jira;

1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin
3. Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin
4. Maqaa isheetiin ishee hin yaaminiin
5. Hirriba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsiniin
6. Sababa yoo qabaatte malee ishee dursitee hin socho'in
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsaa kee gadi qabiif
8. Osoo si yaamtee hin xumurin "Yaa" jechuun dafii jalaa awwaadhu
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti
10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin
13. Haasawa ishee hin tuffatin
14. Yommuu dhiphatteenii agartuun mari'adhuun
15. Yommuu rakkatte itti dhihaadhuu qarqaariin
16. Yommuu dhukkubsatte ishee yaalchisiin
17. Yoo daaromte daara ishee baasi
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi
19. Yaadaa fii karoora ishee qoodami
20. Rahimoota isheetti hidhami
21. Jaallota ishee jaaladhuuf
22. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu
23. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu
24. Suuta jedhi ishee hubachiisi
25. Haasawaa fii haala ishee hubatuu dandeessuun isheen haasawi
26. Du'aa'ii ishee barbaadadhu
27. Eebba ishee irratti wal dorgomi
28. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin
29. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in
30. Salaata hunda irratti du'aa'iin ishee hin irraanfatin

Harmee koo Rabbiin teessoo kee jannata haa godhu!

Dabalataaf ๐Ÿ‘‡
@gaaddisa_dhugaa

de.resolution.yf_android.apk
5.5 MB
Your Freedom VPN Client by Applied

@Gaaddisa_Dhugaa irraa

Size: 5.54MB
VPN kana buufadhaa mootummaan kun connection cufuu mala waan ta'eef yoo cufame akka step armaan gadiitti fayyadamtu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Akkaataa Itti Fayyadama isaa @gaaddisa_dhugaa irra seenuun Ilaaluu dandeessu
Kan Alagaa Qofa Gochuutu Boodatti Nuhambise Abbaatu Of kabaja jechuun Isa kana Mee gaaffii Tokkon Isin Gaafadha Miidiyaan Afaan Amaaraa fknf Minew shawa tube, Hope intertainment, Moissa kan kana fakkaatan Karaa youtube tiin Subscriber Kuma Dhibba Tokkoo Gad hin Qabanu Garuu Kan Oromoo Immoo Kuma Tokko Gahuuf Kadhaa baayyee fi laffaatii Hedduu Qaba Kan Oromoo ni tuffatama Oromootu Oromoof Quuqamuu qaba Akkasumas miidiyaan Afaan Oromoo yeroo dhihootti Subscribe Kuma Dhibba Akka gahu Abdii guddaa qabna Maaloo liinkii gadii tuquun Subscribe gochuun qooda keessan Bahadhaa Kan alagaayyuu godhaa jirtu kan keessan immoo hin dagatinaa Baayyina Ummata OROMOO Addunyaatti Beeksisaa GALATOOMAA https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Asc wr wb? Nagaa jirtuu hordoftoota chaanalii keenyaa?
Baga walitti deebine.
Haqa Haadhaa -
Xiyyeeffannoon Haa Dubbifnuu !

Namni Saaliha Tahe Tokko Waa'ee Haqa Haadhaa Gaafatamee Yommuu Deebisu Akkana Jechuun Gorsa Kennee Jira;

1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin
3. Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin
4. Maqaa isheetiin ishee hin yaaminiin
5. Hirriba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsiniin
6. Sababa yoo qabaatte malee ishee dursitee hin socho'in
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsaa kee gadi qabiif
8. Osoo si yaamtee hin xumurin "Yaa" jechuun dafii jalaa awwaadhu
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti
10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin
13. Haasawa ishee hin tuffatin
14. Yommuu dhiphatteenii agartuun mari'adhuun
15. Yommuu rakkatte itti dhihaadhuu qarqaariin
16. Yommuu dhukkubsatte ishee yaalchisiin
17. Yoo daaromte daara ishee baasi
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi
19. Yaadaa fii karoora ishee qoodami
20. Rahimoota isheetti hidhami
21. Jaallota ishee jaaladhuuf
22. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu
23. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu
24. Suuta jedhi ishee hubachiisi
25. Haasawaa fii haala ishee hubatuu dandeessuun isheen haasawi
26. Du'aa'ii ishee barbaadadhu
27. Eebba ishee irratti wal dorgomi
28. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin
29. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in
30. Salaata hunda irratti du'aa'iin ishee hin irraanfatin

Harmee koo Rabbiin teessoo kee jannata haa godhu!

Dabalataaf ๐Ÿ‘‡
@gababo join tolchaa
2024/09/28 09:30:59
Back to Top
HTML Embed Code: