Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hanga kaffaltii olaanaan/Hanga jijjiirraa ajaa’ibaan nu biraa fudhadhaa
Ayyaana waggaaf, biyya alaatii karaa SWIFT keenya CBORETAA, Faast Peyii fi Appilikeeshinii Bilookcheenii Zahaaw ykn karaa dhaabbilee dabarsa maallaqaa nu waliin hojjataniin maallaqni isiniif ergamee, nu biraa fudhattan ykn maallaqa alaa jijjiirrattan, hanga jijjiirraa ajaa’ibaa daballii dhibbentaa lamaa waliin isinii qopheessinee jirra
Ayyaana gaarii!
#Coopbank #UnitedAfricaLogistics #MOU #DigitalFinance #FinancialInclusion #LogisticsInnovation #Ethiopia
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ብልጫ ባለው የክፍያ መጠን /የምንዛሬ መጠን ከኛ ይቀበሉ
ለበዓሉ ከውጭ ሀገር በስዊፍት ኮዳችን CBORETAA፣ በፋስት ፔይ እና Xhau የብሎክቼይን መተግበሪያዎቻችን ወይም ከኛ ጋር በሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ገንዘብ ተልኮልዎ ከኛ ሲቀበሉ እንዲሁም የውጭ ገንዘብ ሲመነዝሩ ብልጫ ያለው የምንዛሬ መጠን ከ 2 በመቶ ጭማሪ ጋር አዘጋጅተንልዎታል።
መልካም የትንሳኤ በዓል!
#Coopbank #UnitedAfricaLogistics #MOU #DigitalFinance #FinancialInclusion #LogisticsInnovation #Ethiopia
Guyyaa Dubartoota Idil-addunyaa baranaa sababeeffachuun sagantaa 'Women Tech makers Addis' qopheessan Waajjira Muummee Baankii keenya, Giddugala 'DxValley 2.0'tti keessummeessuu keenyatti gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Sagantichis, dubartoota ciccimoo teknoloojii fi kalaqaan beekaman kan hirmaachise yoo ta’u, Woorkishooppii AI, Marii paanaalii ho'aa fi Carraa waliin hojii milkeessuuf bu'aa guddaa akka qabu kan agarsiifamedha.

የዘንድሮውን ዓለም አቀፍ የሴቶች ቀን ምክንያት በማድረግ Women Techmakers Addis ያዘጋጀውን ፕሮግራም  በዋና መሥሪያ ቤታችን በDxValley 2.0 ማዕከል በማስተናገዳችን የላቀ ደስታ ይሰማናል። በዝግጅቱ ላይም በቴክኖሎጂ እና በፈጠራ ሥራዎች ዙሪያ የጎላ ሚና ያላችው ሴቶች የተሳተፉ ሲሆን፣ የ AI ዎርክሾፖችን፣ አሳታፊ የፓናል ውይይቶችን እና ጠቃሚ የግንኙነት እድሎችን የሚያበረታታ መሆኑን አሳይቷል።
#Coopbank #InternationalWomensDay2025 #WomenTechmakersAddis #DxValley2_0
#WomenInTech #CoopbankEmpowersWomen
#DigitalInclusion
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %4 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 4% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Ergaa ayyaanaa keessan karaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin yoo akka ergamu taasiftan, eeggannoo sirriin qabamee, gatii jijjiirraa gaarii fi dabalata dhibbentaa 4'n baay'atee harka isin gaha.

የበዓል መልእክትዎን በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በኩል እንዲላክልዎ ካደረጉ በበቂ ጥንቃቄ ተይዞ፣ በጥሩ የምንዛሬ ተመን እና 4 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ተባዝቶ ከእጅዎ ይደርሳል።

#Coopbank #RemitBetterWithCoopbank #AttractiveRatesAlways #FastPay #CBORETAA
#ExtraBonus #MoreValueMoreLove
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %4 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 4% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Ergaan ayyaanaa keessan dhibbentaa 4'n baay'atee saffisa ajaayibaan harka isin gaha!

የበዓል መልእክትዎ በ4 በመቶ ተባዝቶ በሚያስደንቅ ፍጥነት ከእጅዎ ይደርሳል!
#Coopbank #Exchangerate
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gatii Jijjiirraa Olaanaafi Dabalata %4'n, Gammachuu Kennaa Ayyaanaarraa Argattan Dachaa Dachaa Taasifadhaa!

Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

Ayyaana Gaarii!

#Coopbank #RemitBetterWithCoopbank #AttractiveRatesAlways #FastPay #CBORETAA
#ExtraBonus #MoreValueMoreLove
Cooperative Bank of Oromia
External Vacancy Announcement.pdf
External Vacancy Announcement
The Cooperative Bank of Oromia (Coopbank) is a prominent financial institution in Ethiopia, established to provide banking services that cater specifically to the needs of its members and the broader community. Founded in 2004, Coopbank operates under the principles of cooperative banking, which emphasizes mutual assistance and community development. The bank has positioned itself as a key player in promoting economic growth and social welfare across the country. Coopbank’s mission is to empower communities through financial inclusion, sustainable development, and innovative banking solutions. The bank envisions a future where all members of society have access to financial resources that enable them to improve their livelihoods and contribute positively to their communities. This aligns with its purpose: “Empowering Community Transforming Lives!”
To strengthen its work units, the bank is seeking qualified, motivated, and skilled applicants who fulfill the following requirements to fill its vacant positions.
Use the below links to apply the vacancies.

1.Job Title: - Branch Manager II
.Work Place: Jimma Distirct, Aba Jifar Branch

.Registration link:
https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3293&company=cooperat05

.Work Place: Bale District, Agarfa Branch
.Registration link:
https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3824&company=cooperat05

.Work Place: Chiro District, Deder Branch
.Registration link:

https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3738&company=cooperat05

Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the above link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.
.Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure
.Applicants must attach recent work experience letter gained with in the past six months.
.Female applicants are strongly encouraged to apply.
.Language Proficiency: Proven proficiency in listening, speaking and writing of Afaan Oromoo, Amharic and English languages.
.Only shortlisted applicants will be contacted.
.Application deadline: April 22, 2025.
2025/04/16 12:03:47
Back to Top
HTML Embed Code: