Telegram Web Link
Jannatni Qur'aana Keessatti Yeroo Meeqa Dubbatamte
Anonymous Quiz
31%
A. 68
40%
B. 65
9%
C. 67
20%
D. 66
Ibiddi Yeroo Meeqa Qur'aana Keessatti Dubbatame?
Anonymous Quiz
28%
A. 126
12%
B. 127
28%
C. 125
32%
D. 236
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#vote
Sirni filannoo Amiirrotaa Faawundeeshinii #waa_islaamaa marsaa 5ffaa waggaa lama lamaan gaggeeffamu guyyaa har'aa haala ajab nama jechisiisuun lafaa fi qilleensa irrattis sa'aa 7:00 irratti akka lakk. Biyyaatti ni gaggaffeema.
#Carraa_Gaarii
Kaadhimamtoota teenyaaf hawwina. Jzk
โœWarroonni Miseensa F/Waa Islaamaa Taatan Liinkii Kanaan Seenuun Filadhaa.
๐Ÿ‘‰ https://www.tg-me.com/+1i8Sjdnw3M04YzA8
ู…ุงุดุงุกุงู„ู„ู‡
Namatti Tola
Sahaabaan Madiinatti Muslimtootaaf Imaama Ta'ee Salaachise Eenyu?
Anonymous Quiz
53%
A. Mus'ab bin Umeyr
17%
B. Bilaal bin Rabaah
30%
C. Zeyd bin Haaris
ุงู„ุฃุณุชุงุฐ ุนุฏู†ุงู† ุงู„ุณุงู„ู…ูŠ
Namni Suuraa Irratti Argitan Kun Ustaaz Adnaanassaalimii Jedhama.
โœ Hawaasni Tokko Waa Sadi Malee Hawaasa Cimaa fi Jabaa Ta'uu Hin Danda'u Jedhe.
โœ’๏ธ Waa Sadan Sunis
๐Ÿ‘‰ Aklaaqa Gaarii.
๐Ÿ‘‰ Aqiidaa Qulqulluu.
๐Ÿ‘‰ Beekumsa Faayda Qabeessa.
Bismillahirrahmanirrahim jedhu

Assalamu alaikum warahmatuallahi wabarakatuhu

Sahabii Ansaarii keessaa tokko akkana jedhe Nabiyyiin (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) duโ€™aa'ii kana salaata booda siโ€™a 100 akka qaraโ€™u dhagaโ€™eera

ุงู„ู„ู‡ูู…ูŽู‘ ุงุบู’ููุฑู’ ู„ููŠ ูˆูŽุชูุจู’ ุนูŽู„ูŽูŠูŽู‘ ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุฃูŽู†ู’ุชูŽ ุงู„ุชูŽู‘ูˆูŽู‘ุงุจู ุงู„ู’ุบูŽูููˆุฑู
Allahumma Agfirli Wa tub Alayyaa Innaka Antat-Tawwabul-Gafuur

Yaa Rabbi naaf araarmi tawbaa kiyyas qeebali, Ati qeebalaa towbaa, rahmata godhaa waan taateef.
2024/09/28 21:21:24
Back to Top
HTML Embed Code: