.....Gabbaramaan hin jiruu Rabbi Tokkichaaโ๏ธmalee...... โฃโฃโฃ
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee @goinsaid
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee @goinsaid
Forwarded from ุงูุฏุงุนูุฉ ู
ุญู
ูุฏ ุงูุญุณูุงุช
ูุจููุฑูุง ูุงุณุชุจุดูุฑูุง. โฅ๏ธ
ุงููู ุงูุจุฑ ุงููู ุงูุจุฑ ุงููู ุงูุจุฑ ูุง ุฅูู ุฅูุง ุงููู.. ุงููู ุฃูุจุฑ ุงููู ุฃูุจุฑ ูููู ุงูุญู ุฏ

@SamSamireee

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐S.A.W๐คฒ
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
Salaata iida Ad'haa-Masjiid Al-Aqsaa Bara 1442H
Falasxiin Magaalaa Al-Quds
BAGAA ITIIN ISIN GEHEEE Isiin Hundanu
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
Falasxiin Magaalaa Al-Quds
BAGAA ITIIN ISIN GEHEEE Isiin Hundanu
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
HubadhuโคโคโคHALAL ๐๐๐๐๐ค๐๐ค๐๐ค๐๐ค๐
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
JOIN๐๐๐
@samsamireee
@samsamireee
๐๐คฉ๐คฉ๐คฉ๐คฉโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
Love ๐๐ป๐๐๐๐งก
Join๐๐๐
@SamSamireee
@SamSamireee
Love ๐๐ป๐๐๐๐งก
Join๐๐๐
@SamSamireee
@SamSamireee
๐ITTI YAADI .......... !!!
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Doktora tokkotu ariifataa gara Hospitaalaa seene.
Sababni isaatis nama haalaan dhukkubsatetu jira
koottu jedhanii itti bilbilan. Innis akkuma itti
bilbilameen saffisaan dhufe. Uffata isaa jijjiiratee
gara kutaa baqaqsanii hodhuu osoo deemaa jiru,
abbaa ilmi jalaa dhukkubsate waliin walitti dhufe.
Yeroo kana abbaan dallansuudhaan
โMaal jechuu keeti? Maaliif turte? Ilmi kiyya
rakkoo hamaa keessa akka jiru hin beeytuu? Bar
dalagaa kana nama haa tajaajiltaniif isin
qaxaran?โ jedhaa iyyaa doktoricha gaafate.
Doktorichis seeqataa, โDhiifama naaf godhi.
Hospitaala keessa hin turre. Akkuma natti
bilbilaniin haga dandaโeen saffisaa garana dhufe.
Tasgabbaahi, ilma kankee siif yaalaโ jedheen.
Namichis deebisee, โTasgabbaahi?! Osoo ka siree
irra ciisee duโaa fi jiruu jidduu jiru sun ilma kee
taโee, ni tasgabbooftaa?โ jedheen. Doktorichi
ammas irra deebisee, โTasgabbaahi, haga humna
keenyaatiin tajaajila ilmi kee argatuu qabu ni
kenninaafi. Ilma keetii ammoo duโaaโii godhi.
Duโaaโiin kee dalagaa keenya irratti gargaarsa
guddaa nuuf taโaโ jedheen.
Namichis deebisee, โNamuu yoo rakkoon isa
mudachuu baatte, nama gorsuu irratti jabaadhaโ
jedhee taaโee waan mudatu eeguu jalqabe.
Saโaatii muraasaa booda, mucaa dhukkubsate
baqaqsanii hodhan. Wanti hundi nagayaan
raawwatame. Kana booda doktorichi gad bahee,
โRabbiin galanni haa gahu! Ilmi kankee amma
nagaya jira. Yoo wanti barbaaddu jiraate warra
narsii dubbisiโ jedhee, osoo namicharraa dubbii
takkallee hin dhagahin ammas akkuma dhufe
sanitti saffisaan bahee deeme.
Namichi ilmi isaa nagaya taโuu isaatti
gammadeera. Garuu namichi saffisa saniin
deemuun isaa ajaaโiba itti taโe. gara Narsii takkaa
deemee, โDoktorichi maaf akkanatti fiiga.
Haguma galata isaaf galchuufuu maaf
dhaabbatee na hin eegne. Nama tuffata moo?โ
jedhe gaafate. Narsiin sunis imimmaan ija isii
keessa maraa, โIlmi isaa kaleessa balaa
konkolaataatiin duโe. harra awwaalaaf osoo
deemuuf taโan itti bilbille. Awwaala dhiisee ilma
keetiif jecha garana dhufe. Amma dalagaa kana
waan ofirraa geesseef ilma isaa geggeessuuf
deemaaraโ jetteen. Namichis rifatee teessoo
kooriidara hospitaalaa keessa jiru irra gad taaโe.
Waan tokko murteessuun dura haalaan itti yaadi.
Waan hunda ija kankee qofaan hin ilaalin. Yeroo
tokko tokkos bakka namoota biroo buโuutii ilaali.
Rabbi obsa nuu haa kennu.
JOIN๐

Irra caalaan Zikrii halkaan Jummaa fi guyyaa Jummataa Salawaata. Nabiin ๏ทบ akkana jedhan:
"Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 isarratti buusa, cubbuu 10 irra haqa, sadarkaa 10 isaaf ol fuudhaHoo
Sallallaahu Aleeyhi Wassalam.
JOIN ๐๐๐

Dubartii Diin Qabdu Fuudhuun Maaliif
Marbaachisa ?
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Shabaabni sababa 21 kana dubbisaa Share Waliif
Godhaa
1. Taqwaa (fear of Allah) (Sodaa rabbiif
qabaachuu). (Rabbi sodaatti amrii rabbii jala
butamtuu dha).
2.beekkumsa diinii qabdi.
3. Waan Rabbiin ajaje hojjatti waan Rabbiin irraa
isii dhowwe irraa fagaatti.
4.haraamarraa of tiiksiti.
5.qabeenya kee tiiksiti.
6.Ajaja jaarsaa malee manaa hin baatu.
7.Karaa rabbii /ibaadaa rratti si kakkaafti.
8.Hamlee si jajjabeessiti.
9. baayyee si hin rakkiftu.
10.Bifaa fi qabeenyaan si hin madaaltu.
11. ilmaan kee akka diinii rratti guddatan taasifti
ykn diinii dhaalchifti.
12.hammeenya jahannam waan beeytuuf Zinaa
rraa of tiiksiti.
13.Rabbi waan sodaatuuf waadaa ykn irbuu hin
diigdu.
14. rakkoo si mudatu kamuu si cinaa dhaabbatee
si gargaarti.
15.Cinaa imaanaa siif guutti.
16.Haraama rraa ija kee fi qaama kee akka
tiiksituuf si gargaarti.
17.Jireenya gaarii kan imaanaan faayame akka
jiraattu si taasifti.
18.Qananiin jiruu duniyaa dubartii gaarii waan
taheef dubartii gaarii fuudhuun filatamaa dha.
19.Akhlaaqa Haalaaf amala gaarii /naamusa
gaarii qabdi waan taheef si kabajji maatii kees ni
kabajji.
20.yaadni keetiif yaadni isii yaada Aakhiraa waan
taheef waliin jirachuun hin rakkisu.
21..Waliin jannata seentan waan taheef dubartii
Haalaan diin qabdu fuudhuun akkaan
barbaachisaa dha.
Rabbiin Jaartii gaarii tan diinii qabdu isiniif haa
Join!
๐๐๐

#Illaa_Rasuulallaah
โฅRabbiin(SW) Nabiyyoota hundaa Qurโaana keessatti maqaa isaaniitiin isaan yaame(YaaAadam, Yaa Yahyaa, Yaa Muusaa)
Garuu Rabbiin takkaa Nabi muhammadiin(ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ) maqaa isaatiin isa yaamee hin beeku.
(ูุง ุฃููุง ุงููุจู.....)
Nama Rabbiin maqaa isaa irraa saalfate....gadheen maqaa dhahuuf yaalti...
๐Rabbiin jazaa Arraba keetii duniyamarratti nu haa garsiisu!
Join๐๐
@Samsamireee