This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππΉπ Subhaanallaah ππΉπ
NAMNI GARIIN HANGA IFIIF GUBATUTTI BEEKHULLEE DHUGAA HIN FUDHATU...
Joinπππ
@SamSamireee

Obboleettii teenya Hayatiin Rabbii haa aafiyu.
Nama gargaaruuf nama tahuun qofti gahaa dha.. wlh
Allaahan fayya tee si haa deebisu yaa obboletti tenaπ’
@SamSamireee β Official

Kana bektuu Mallattoo qiyaamaa xiqqoo irraa
Hanga xumuraatti dubbisi
1- Dubartiin heddummaachuu
2- Dubartiin uffata qaama isii muldhisu kaahatuu
3- biyya muslimaa Keessatti farsoo fi zinaan baay'atuu
4- duuti dingataa baay'achuu
5- Infiloniizaa booyyee irraa dhufu ; ergamaan rabbi nuuf odeessee jira dhukkuba wabaa irraa zamana boodaa dhufu inni ganaa dhufuu taa,a booyyee irraa eegasii namni ni eegala booyyee ajjeesuu haga nabi iisaan aleyhissalam bu'ee booyyee boodarra hafte ajjeesutti
6- Manneetiin dhedheeratuu ( fooqii )
7- Diskoo fi Sirbi haala guddaan faca'uu
8- Fitnaa ammas fitnaa ammas fitnaa
10- Dhiirri dubartitti fakkaatuu
Hin xiinxallee kun hundinuu akka muldhate ?!!
Haa jennuu mee ati dammayxe guyyaa tokko keessa eegasii iyyansa namaa dhageette akka waan isaan shakkanii halaakamuuf ...ni ilaalan hundi isaaniituu gara samii rifannootaan : Eehee isiin aduudha
Gara dhihaatiin baatee jirti .........................
Kana jechuun !!
Hulaan towbaa kalas cufamtee jirti jechuudha , dalagaanis
Join πππ

π‘Rasuulli s.a.w Muslimni akka itti wolirraa haqa qabu nutti himu haqa jechuun haqa shariikummaa haqa saahibummaa kan wojjin jireenyaa
ββββββββͺββ«βββββββ
ββββββββͺββ«βββββββ
Muslimni Muslimarraa haqa shan qaba jedhan
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΆ)Salaamataa hoggaa obboleessi muslimaa tokko siin jedhe atis jalaa deebisuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(β·)Yoggaa inni dhukkubsatee bira dhaqxee gaafattee jajjabeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΈ) Yoggaa inni du'e eega erratti salaattee kaatee boodas janaazaasaa jala deemtee geggeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΉ) Hoggaa inni si waame waan haraamaarratti yoo hin ta'in jala deemuu ykn wojjin deemuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΊ) Yoggaa inni axxiffatee Alhamdu lillaah jedhe atis yarhamukallaah jettee eebbisuudha
ββββββββͺββ«βββββββ
β Namni yoggaa haqa amma dubbanne shanan kana woliif guutan jidduu isaaniitti jaalala wol kabajuu wol mararfatuutu argama
ββββββββͺββ«βββββββ
Wol jibbuu, wolitti inaafuu, wol tuffachuufi k.k.f Qalbiirraa ni qulqullaa'a
ββββββββͺββ«βββββββ
Nama haqa wolii guutee wol jaallatu Rabbi Nuhaa taasisu
ββββββββͺββ«βββββββ
Channel keena kana Akka #JOIN
Godhattanii faayidaa guddaa erraa argattanu kabajaafi jaalala guddoodhaan isin affeerra isin seentaniituma join tuquu qofa

Duniyaa irraa dantaa dhabi!
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad (ο·Ί) tti dhufee " yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti mee na qajeelchiβ jedhe
Rasuulli (ο·Ί) "Duniyaa irraa dantaa dhabi! Rabbiin si jaalata. Waan harka namaa jiru irraa garagali(kajeellaa dhiisi)! Ilmi namaa si jaalataβ

π΄π΄@Gorsaa_Dhiirootaf...π
π²π²
π@Shamarre #Bareeddu hin Fuudhin Mana Bahuu Si yaaddeessiti !
πShamarre #Fokottu hin Fuudhin Manatti Galuu Si yaaddeessitii !
πShamarre #Dheertuu hin fuudhin Oso Ati hin Dulloomin Si Dura Dulloomtii
πShamarre #Gabaabdu hin Fuudhin hunduu ijoolle Sa'eeti Si biratti itti Qoosaπ !
πShamarre #Gurraattiπ hin Fuudhin Gaafa hirriba kaate Fuula keessa ilaaltu Guyyan hunduu Dukkana Sitti Fakkaata !
πShamarre #Diimtu hin Fuudhin Rakko hin dandeessu Qarchii ke Mana Yaalatti Fixxi !
πShamarre #Qalloo hin fuudhin Nyaata ishee dadhabdaaπ !
πShamarre #Furdoo hin Fuudhin Oso Mana Keessa Gangalattu Agabuu Si Oolchitii !
πShamarre #Jarjartuu hin Fuudhin Nama Keesatti Si Qaanessitii !
πShamarre #Suute hin Fuudhin Oso firra Gara-gaggaltuuti Mana Keessa Si Oolchitii !
πππππππππππ
Namnii Gariin #Hin_Fuudhi #hin_fuudhi jatte Fixxe Malfuuna re ka ja'us hin dhabamuu.
πππππππππππ
Akka Barumsaas irra Arkattani ittis Buhaartan Abdiin Qabaπ
Shamarran Natti Artanis Yoo jiraattan dhiifamaan isiniin ja
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Forward Walif Godha Jzkl
ππππππππππChannel kiyyas Join godha