Telegram Web Link
πŸ’šπŸ’™πŸ’š find
@SAMSAMIREEE
🀝Dhiifama godhuun
πŸ‘‰ khafalachuu caalaa Mi'aawa wlh nama beekhuuf !!!
☝️Rabbuma khee irratti dhiisi ati hundaahu qalbii teetis qulqulleyfadhu !!!
JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SAMSAMIREEE
πŸ‘‰AMANTII ISLAAMA KHEEYSATTI DUBARTIIN SADARKAA GUDDO QABDI
πŸ‘‡πŸ‘‡

βœ…Dubartiin takka eega dhalatte booda haadhaa fi Abbaan isii yoo Guddisaa baredduu Guddisan Sababaa isiitiin jannata seenan 😊

βœ…Dubartiin yeroo Heerumtee haadha Manaa taatu Abbaa manaa isiitiif walakkaa imaanaa guuttii😊

βœ…Akkasuma isiiniis yoo ajaja Abbaa Manaa isii goote Gamachiifte jannata Argattii😊

βœ… yeroo ilmoo dessee (dhalte) haadha Taatees ilmaan isiitif jananni rabbii miila Isiii jala jira😊

♀ jannata seenuun dubartiif hedduu saalphaadha #Ergamaan Rabbii (Salawaatullahi wasalaamu aleeyhi) Haadiisa Sahiiha kheeysatti Akkana ja'an #Dubartiin yoo salaata Shanan salaatte somana ji'a Ramadaanaa Soomante qaama ofii haraamirraa tiiyfatte qaalii (Ajaja) Abbaa manaa isii goote Hulaa Jannata Saddettan Kheeysaa tan barbaadde seentii 😊

Ukhtaye Anaafii Atiis Rabbiin Warra hulaan Jannata Saddettan banamtuuf sanirraa nuha taasisu @SAMSAMIREEE
πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SAMSAMIREEE
Kursii Harree Gubbaa jirtuutu harka meeqa Harree kursii gubbaa jirtu caala!😊
Salaamullahi aleykum warahmatullah wabarakatuh πŸ₯° Abdiin #Gaariin ... Allaahi (Jalla Jalaaluh)#Qajeelchaan gaariin ... Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam)
❀ Sagaleen gaariin (Azana)
😭HUBADHA WAA HUNDAFU😬
WAY JIRUU ZAMANAA πŸ‘€πŸ‘€
πŸ‘€πŸ‘€πŸ‘€

@SAM SAMIREEE
Inna lillaahi wa inna ileeyhi raajiuun sheikh Dr Abdushakur mahammad RABBIIN jannatu firdoows ha kannuuf 😭😭😭
♻️Guyyaa tokko malakuul moowti Nabii Nuuhiiti {A.S} dhufe yaa nabiyyii umrii dheera jiraate mee duniyaa tana akkamitti ilaalta jedhee gaafate?.
Nabii nuuhiis akkana jedhee deebiseef addunyaan akka mana hulaa lama qabuuti, hulaa takkaan seentee hulaa taaniin baatuuti jedheen.
Nabii nuuhii (A.S) nama akkan umrii dheerttuu addunyaa kana irraa jiraate waggaa 1000 booda haala duniyaa akkanaati ibse.
♻️Ergamaan rabbii Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan umriin ummaata kiyya irraa hedduun isaanii 60_70 bira achii hin darbuu jedhan.
Yeroo ni fiigdi garuu umriin teenya gabaabduudha rabbiin boru irraa nu gaafatuuf ta'aa. Yaa obbolewwan koo umrii teessan hanguma hafte waan keeyrii irraati dabarsaa. 😭☝️
♻️Rabbiin ol ta'e qura'aana isaa keessati akkana jedhe,
~Dhugumatti qiyamaan dhufa jirti kana keessa shakkiin hin jiru, garuu irraa hedduun nama hin amanaan.

{Qur'an 40:59}

Yaa Rabbii warra yeroo qabu waan keeyrii irraati dabarsee boru gaafii jalaa najaah bahu nu taasisi.

@SAMSAMIREEE
βš˜πŸ™ALAHAMDULILAH πŸ₯°πŸ˜
MORNING TIME

#SAMSAMIREEE
Namni garin kha si midha jiru wan akka tola sitti olu jiru if fakkassa rabbin nama akkanatirra nun godhin amiin ja'a mee

@SAMSAMIREEE
✍ Hubadhu
πŸ‘‰ # Namni wan dubbatu oso hin tane
Waan hojjatun ibsama😊
Tanafu 🀨
πŸ‘‰ # nama gocha isaatin male jacha isaatin hin madalinπŸ˜‰πŸ™
🀲ALAHAMDULILAH

@SAMSAMIREEE
πŸ™πŸ™πŸ™Yaa Allah NIYAA TENYA NUF GUTII AMIIIINπŸ’šβ€πŸ’š

@SAMSAMIREEE
ALAHAMDULILAH 😭oowaa ZAMANATIRAA
HUBADHA MEEE IT IS VERY HARD TIME πŸ’šβ€πŸ’šπŸ™πŸ™ ÝAA ALLAH HELP EVERY NUFSI

@SAMSAMIREEE
● Sababoolee #Qalbiin itti #Gogduu (Goggoydu)!

πŸ‘‰ Allaamatu Ibnu Utheeymiin (Rahiimahullaah) akki jedhe: Sababoolee Qalbiin itti #Goggoydu keessaa:
β–  Karaa Allaah irraa #Garagaluu
β–  Qur'aana qara'urraa #Fagaachuu
β–  Ilmi namaa #Addunyaan heewasamuu dha
β–  Addunyaan irra #Guddaa yaada isaa tahuu dha
β–  Amriin #Diina isaa (Amriin Diina Islaamaa) isa #Yaachisuu dhabuu dha!
♧ Rabbiif #Ajajamuun laafin #Qalbiiti namaaf #Sabachiisti ammallee gama Isaa (Jalla Jalaaluh) akka deebitu nama gooti!

β–‘ #Qorichi #Goggogina qalbii: Allaah irratti garagaluu dha (Ibaadaa Isaatirratti garagaluu dha) ammas gama Isaa deebi'uudha, Allaah #Yaadachuu heddummessuu dha, Qur'aana qara'uu #Heddummessuu dha, Allaahif ajajamuu heddummeessuu dha haga #Dandeetti teetitti!



@SAMSAMIREEE
Alf Mabruk yaa Muaz Habibi Masha Allah 🀩πŸ₯°πŸ€©

@SAMSAMIREEE
2024/09/30 01:36:50
Back to Top
HTML Embed Code: