Telegram Web Link
@The location
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Eid Mubarak happy night for all of Muslim 💖 💛 💕 💓 😊 💖 💛 💕 💓 😊 💖 💛 💕 💓
As Wr wb

Obboleeytii tiyya tan islaamaa beeki bareedinni fuulaa dawaa adda addaa ifitti dibuuni miti kan argamu, bareedinni kan dhufu iimaanarrahi! tanaafu yoo bareedina feete

1, Bareedina fuulaatiif = Salaata halkanii salaati.
2. Bareedina Ijaatiif= Salaata Keessatti booyi
3.Bareedina Afaaniitif=Mama / Baba tee dhungadhu.
4. Bareedina Qalbiitiif =Zikri godhi.
5. Bareedina Gurraatiif= Qur'aana Dhageefadhu.
6. Jaarsa Gaariif= Du'aa'ii Godhadhu.
7. ilmaan Gaariif= Ati intala gaarii tahi.
8. Jiruu Gaariif= Jiruu laaftuu jiradhu.
Khalaas tana dubbiin gababumatti.
#Ustaaz hakim

@Samsamireee😘
@Samsamireee😍
Sheikh Aadam Tuulaa Gara Ganda Aakhiraa Godaanan
October 18, 2022
1
Innaalillaahi wa innaa ilayhi raaji’uun.
 
Abbaa ulamaa’ii hedduu kan tahan Sheikh Aadam Ahmad Hammarroo (Sheikh Aadam Tuulaa) Guyyaa har’aa October 18, 2022 du’aan addunyaa irraa galaniiru.
 
Godina Harargee bahaa Aanaa Kombolchaa ganda Tuulaa keessatti kan dhalatan Sheikh Aadam Ahmad, Maqaan isaaniitis maqaa ganda itti dhalataniitiin moggaafamee Sheikh Aadam Tuulaa jedhamuun beekaman. Sheikh Aadam Ulamaa’ii Oromiyaan qabdu warra lubbuun jiran keeysaa hangafa. Umriin isaanii wagga 110 tti kan dhihaatu yoo tahu, Ulamaa’ii gurguddoo akka Sheikh Abdullaahii Tuquu, Sheikh Ahmad Basiiraa fii sheekotii gurguddoo heddu diin barbsiisanii jiru.
 
Sheekotiin isaan irraa diin baran hedduun yeroo ammaa halqaa ilmii bananii darasoota isaanii barsiisutti jiru. Hojiin Sheikh Aadam Tuulaa ummata Oromootiif gummaachan waan laakkayamee dhumuu miti. duuti isaanii ummata Oromoo hundaaf gadda guddaadha. Ummanni Oromoo guyyaa arraa Nama guddaa dhabe. Rabbiin Jannataan Isaan haa qananiisu jenna. Hawaasa Isaan dhabeefi Maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.
Join 👇👇👇
@Samsamiree
@Samsamiree
إنا لله وإنا إليه راجعون!
إن لله ما أعطى وله ما أخذ وكل شيئ عنده بأجل مسمى،
انتقل الى رحمة الله شيخنا شيخ المشايخ الشيخ آدم بن أحمد بن همرو التولي
رفعه الله في عليين وأخلف على المسلمين من هو خير منه
Oduu gaddaa!
Sheekhni keenya Abbaan Ulamootaa Muftii Sheikh Aadam Tuulaa Umrii waggaa 110 tti daqiiqaa muraasa dura gara fuula Rabbii deemaniiru. Yaa Rabbi maaluma nadhageeysisaa jirta?!

ኢናሊላህ ወእናእለይህ ራጅኡን
የሽኮች ሼክ የሆኑት ታላቁ ዓሊም ሼክ አደም ቱላ ወደ አኽራ ሄደዋል አላህ በጀነቱልፍርደውስ ይቀበላቸው: ሙስሊሙን ኡማ በተሻለ ዓሊም ይተካለት😭😭😭😭😭😭
Join👇👇👇
@Samsamireee
@Ssmsamireee
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
@Samsamireee
Gargarsaa masjidaa ratti hirmadha share walif haa gonuu please
قال حسن البصرى;
Hasan Albasri akkan jedhe

لو شاء الله عز وجل لجعلكم أغنياء لا فقير فيكم،
Allah oso fedhe cufa(hunda) kessan duressa godhu sila nitaasisa hiyyessi tokkolle isn kessatti hin argamu

ولو شاءالله لجعلكم فقراء ولا غني فيكم
Akkasumas oso fedhe hunda kesssan hiyyeessa godhu silaa nigodha duressi tokkolle isn kessatti hin argamu

،ولكن إبتلى بعضكم ببعض لينظر كيف تعملون.
Akkana hajennu male rabbiin garii kessan garii dhan mokkore jira sabani isa akka laaluuf waan isn dagdan jiruu addunya tan kessatti .


@Samsamireee
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#♡BARATOTAA Madarasatul Al islam like follow #share
#Tikitok@samsamireee99
#@Nujajabeysa @obaleyan
👇👇👇👇👇👇
@Samsamireee
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
As wr wb.....Mee....Hadhagefanu.. Masha Allah BARAKA Allahufikum jzk Allah
Nuu jajabsee
👇👇👇👇👇👇
@Samsamireee
@Samsamireee
Channel photo updated
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
https://www.tg-me.com/SAMSAMIREEE/558
As wr wb ...kunn jolee madarasatul Al islam Jaamtii tanafuu akka nugargartan share follow like nugotan jalalaan isiin gafanaa...
🥰😍👇👇👇
@Daru selam
👇👇👇👇👇👇Xuqi gadd
@Samsamireee
@Samsamireee
Share this on story
2024/09/29 05:25:04
Back to Top
HTML Embed Code: