Telegram Web Link
.....Gabbaramaan hin jiruu Rabbi Tokkichaaโ˜๏ธmalee...... โฃโฃโฃ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee @goinsaid
โคโคโค๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
@samsamireee
@samsamireee
ูƒุจู‘ูุฑูˆุง ูˆุงุณุชุจุดูุฑูˆุง. โ™ฅ๏ธ
ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡.. ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑ ูˆู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ
โคโคโค
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@SamSamireee
ูƒุจู‘ูุฑูˆุง ูˆุงุณุชุจุดูุฑูˆุง. โ™ฅ๏ธ
ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงูƒุจุฑ ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡.. ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑ ูˆู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@SamSamireee
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee @Amiiiiiiin
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’šS.A.W๐Ÿคฒ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
Salaata iida Ad'haa-Masjiid Al-Aqsaa Bara 1442H
Falasxiin Magaalaa Al-Quds
BAGAA ITIIN ISIN GEHEEE Isiin Hundanu
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿคฉ๐Ÿ‘Œ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
HubadhuโคโคโคHALAL ๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿค๐Ÿ’š๐Ÿค๐Ÿ’š๐Ÿค๐Ÿ’š๐Ÿค๐Ÿ‘Œ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
๐Ÿ˜€๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ๐Ÿคฉโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
Love ๐Ÿ’˜๐Ÿ˜ป๐Ÿ’œ๐Ÿ’›๐Ÿ’š๐Ÿงก
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
๐Ÿ‘ŒITTI YAADI .......... !!!
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
Doktora tokkotu ariifataa gara Hospitaalaa seene.
Sababni isaatis nama haalaan dhukkubsatetu jira
koottu jedhanii itti bilbilan. Innis akkuma itti
bilbilameen saffisaan dhufe. Uffata isaa jijjiiratee
gara kutaa baqaqsanii hodhuu osoo deemaa jiru,
abbaa ilmi jalaa dhukkubsate waliin walitti dhufe.
Yeroo kana abbaan dallansuudhaan
โ€œMaal jechuu keeti? Maaliif turte? Ilmi kiyya
rakkoo hamaa keessa akka jiru hin beeytuu? Bar
dalagaa kana nama haa tajaajiltaniif isin
qaxaran?โ€ jedhaa iyyaa doktoricha gaafate.
Doktorichis seeqataa, โ€œDhiifama naaf godhi.
Hospitaala keessa hin turre. Akkuma natti
bilbilaniin haga dandaโ€™een saffisaa garana dhufe.
Tasgabbaahi, ilma kankee siif yaalaโ€ jedheen.
Namichis deebisee, โ€œTasgabbaahi?! Osoo ka siree
irra ciisee duโ€™aa fi jiruu jidduu jiru sun ilma kee
taโ€™ee, ni tasgabbooftaa?โ€ jedheen. Doktorichi
ammas irra deebisee, โ€œTasgabbaahi, haga humna
keenyaatiin tajaajila ilmi kee argatuu qabu ni
kenninaafi. Ilma keetii ammoo duโ€™aaโ€™ii godhi.
Duโ€™aaโ€™iin kee dalagaa keenya irratti gargaarsa
guddaa nuuf taโ€™aโ€ jedheen.
Namichis deebisee, โ€œNamuu yoo rakkoon isa
mudachuu baatte, nama gorsuu irratti jabaadhaโ€
jedhee taaโ€™ee waan mudatu eeguu jalqabe.
Saโ€™aatii muraasaa booda, mucaa dhukkubsate
baqaqsanii hodhan. Wanti hundi nagayaan
raawwatame. Kana booda doktorichi gad bahee,
โ€œRabbiin galanni haa gahu! Ilmi kankee amma
nagaya jira. Yoo wanti barbaaddu jiraate warra
narsii dubbisiโ€ jedhee, osoo namicharraa dubbii
takkallee hin dhagahin ammas akkuma dhufe
sanitti saffisaan bahee deeme.
Namichi ilmi isaa nagaya taโ€™uu isaatti
gammadeera. Garuu namichi saffisa saniin
deemuun isaa ajaaโ€™iba itti taโ€™e. gara Narsii takkaa
deemee, โ€œDoktorichi maaf akkanatti fiiga.
Haguma galata isaaf galchuufuu maaf
dhaabbatee na hin eegne. Nama tuffata moo?โ€
jedhe gaafate. Narsiin sunis imimmaan ija isii
keessa maraa, โ€œIlmi isaa kaleessa balaa
konkolaataatiin duโ€™e. harra awwaalaaf osoo
deemuuf taโ€™an itti bilbille. Awwaala dhiisee ilma
keetiif jecha garana dhufe. Amma dalagaa kana
waan ofirraa geesseef ilma isaa geggeessuuf
deemaaraโ€ jetteen. Namichis rifatee teessoo
kooriidara hospitaalaa keessa jiru irra gad taaโ€™e.
Waan tokko murteessuun dura haalaan itti yaadi.
Waan hunda ija kankee qofaan hin ilaalin. Yeroo
tokko tokkos bakka namoota biroo buโ€™uutii ilaali.
Rabbi obsa nuu haa kennu.

JOIN๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
Irra caalaan Zikrii halkaan Jummaa fi guyyaa Jummataa Salawaata. Nabiin ๏ทบ akkana jedhan:
"Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 isarratti buusa, cubbuu 10 irra haqa, sadarkaa 10 isaaf ol fuudhaHoo

Sallallaahu Aleeyhi Wassalam.
JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
Dubartii Diin Qabdu Fuudhuun Maaliif
Marbaachisa ?
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
Shabaabni sababa 21 kana dubbisaa Share Waliif
Godhaa
1. Taqwaa (fear of Allah) (Sodaa rabbiif
qabaachuu). (Rabbi sodaatti amrii rabbii jala
butamtuu dha).
2.beekkumsa diinii qabdi.
3. Waan Rabbiin ajaje hojjatti waan Rabbiin irraa
isii dhowwe irraa fagaatti.
4.haraamarraa of tiiksiti.
5.qabeenya kee tiiksiti.
6.Ajaja jaarsaa malee manaa hin baatu.
7.Karaa rabbii /ibaadaa rratti si kakkaafti.
8.Hamlee si jajjabeessiti.
9. baayyee si hin rakkiftu.
10.Bifaa fi qabeenyaan si hin madaaltu.
11. ilmaan kee akka diinii rratti guddatan taasifti
ykn diinii dhaalchifti.
12.hammeenya jahannam waan beeytuuf Zinaa
rraa of tiiksiti.
13.Rabbi waan sodaatuuf waadaa ykn irbuu hin
diigdu.
14. rakkoo si mudatu kamuu si cinaa dhaabbatee
si gargaarti.
15.Cinaa imaanaa siif guutti.
16.Haraama rraa ija kee fi qaama kee akka
tiiksituuf si gargaarti.
17.Jireenya gaarii kan imaanaan faayame akka
jiraattu si taasifti.
18.Qananiin jiruu duniyaa dubartii gaarii waan
taheef dubartii gaarii fuudhuun filatamaa dha.
19.Akhlaaqa Haalaaf amala gaarii /naamusa
gaarii qabdi waan taheef si kabajji maatii kees ni
kabajji.
20.yaadni keetiif yaadni isii yaada Aakhiraa waan
taheef waliin jirachuun hin rakkisu.
21..Waliin jannata seentan waan taheef dubartii
Haalaan diin qabdu fuudhuun akkaan
barbaachisaa dha.
Rabbiin Jaartii gaarii tan diinii qabdu isiniif haa
Join!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
HAYATI........โคโคโคโคโคโค
Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
#Illaa_Rasuulallaah

โžฅRabbiin(SW) Nabiyyoota hundaa Qurโ€™aana keessatti maqaa isaaniitiin isaan yaame(YaaAadam, Yaa Yahyaa, Yaa Muusaa)
Garuu Rabbiin takkaa Nabi muhammadiin(ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) maqaa isaatiin isa yaamee hin beeku.
(ูŠุง ุฃูŠู‡ุง ุงู„ู†ุจูŠ.....)
Nama Rabbiin maqaa isaa irraa saalfate....gadheen maqaa dhahuuf yaalti...
๐Ÿ‘‰Rabbiin jazaa Arraba keetii duniyamarratti nu haa garsiisu!
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Samsamireee
2024/09/29 11:18:43
Back to Top
HTML Embed Code: