Telegram Web Link
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒดWAJJIN haa lalu
BADIIN KEE
akka sirraa.......
haqamtu barbaaddaa?

โ˜†Hadiisa Abdallaah ibn Amruu odeyseen ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "namni lafarra jiru tokko *laa Ilaaha illaLlaah waLlaahu'akbar walaa howla walaa quwwata illaa biLlaah* yoo jedhe , akka hoomacha baharaa taatuus badiin irraa haqamtu malee hin taane" jedhe.

ยค[Sahiihula Jaami' : 5636]

- Kadhaan tun jabduudha. Sababaa kadhaa tana yeroo takka jechuutiin badii teenya hedduuf dhiifama Rabbii arganna. Hiikkaan:

 "Allaah malee haqaan gabbaramaan hin jiru. Rabbiin guddaadha. (Rabbi malee)malaafi humnaas hin qabnu".

 

ู…ุง ุนู„ูŽู‰ ุงู„ุฃุฑุถู ุฃุญุฏูŒ ูŠู‚ูˆู„ู : ู„ุง ุฅู„ูŽู‡ูŽ ุฅู„ู‘ูŽุง ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ูˆุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽูƒู’ุจุฑู ูˆู„ุง ุญูˆู„ูŽ ูˆู„ุง ู‚ูˆู‘ูŽุฉูŽ ุฅู„ู‘ูŽุง ุจุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุŒ ุฅู„ู‘ูŽุง ูƒููู‘ูุฑูŽุช ุนู†ู‡ู ุฎุทุงูŠุงู‡ู ูˆู„ูˆ ูƒุงู†ุช ู…ุซู„ูŽ ุฒุจุฏู ุงู„ุจุญุฑู.

 JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ู„ุง ุญุฒู† ูˆ ุงู„ู‚ุฑุขู† ูŠุชู„ู‰๐ŸŒด Qalbii ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

๐ŸŒด๐ŸŒดYeroo quraanni qaraamu cinqiin hin jirtu ๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š

โคEarphone kee gurratti kaayyadhu dhaggeeyfadhu qalbii tee of qabbaneeysi๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Godha
@SamSamireee
@SamSamireee yaa Rabbi Qalbii teenya Iimaanan nugutiii
@beautiful โคโค~โคโค~โค~โคโค
Bareedumiinaa โฃ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @jaalalahintauu
@Samsamireee
@Samsamireee
@Amiiiiiiin๐ŸŒด๐ŸŒดALHAMDULILAH โฃโฃโฃ
@Brojaalachuu๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee @BROTHERS
Yaa ~Rabbi โค~~~
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @YAAUKTIYEE RABBIN SIIRAA HAA JAALATUU.........
@Samsamireee
@Samsamireee
Firummaa๐Ÿคฉ๐Ÿคฉ
โ—‹Jabeessuun Rizqii namaaf dabala โคโคโคโคโค

Hadiisa Uqbah ibnu Aamir odeeyseen โ€œErgamaan Rabbii ๏ทบ โ€œNamni umriin isaa akka dheeraatu fi Rizqiin isaa akka balโ€™atuuf barbaade Firummaa haa jabeessuuโ€ jedhan โฃ

ุนูŽู†ู’ ุนูู‚ู’ุจูŽุฉูŽ ุจู’ู†ู ุนูŽุงู…ูุฑู ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุตูŽู„ูŽู‘ู‰ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูŽู‘ู…ูŽ ุฃูŽู„ูŽุง ูˆูŽู…ูŽู†ู’ ุฃูŽุฑูŽุงุฏูŽ ุฃูŽู†ู’ ูŠูู…ูŽุฏู‘ูŽ ู„ูŽู‡ู ูููŠ ุนูู…ูุฑูู‡ู ูˆูŽูŠููˆูŽุณู‘ูŽุนูŽ ู„ูŽู‡ู ุฑูุฒู’ู‚ูู‡ู ููŽู„ู’ูŠูŽุตูู„ู’ ุฐูŽุง ุฑูŽุญูู…ู ู…ูู†ู’ู‡ู ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee @HUBADHA
@Garu ๐Ÿ˜Œ๐Ÿ˜Œ๐Ÿ˜Œ๐Ÿ˜Œโฃโฃโฃ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Samsamireee
@Samsamireee
โฃโฃ~~โฃโฃ~~โฃโฃ
RESPECT ME, I WILL RESPECT YOU๐Ÿ˜€
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
ุงู„ู„ู‡ู… ุฅู†ุง ู†ุณุฃู„ูƒ ุงู„ุนููˆ ูˆุงู„ุนุงููŠุฉ ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆุงู„ุขุฎุฑุฉ ๐Ÿคฒ๐Ÿ’œโคโคโคโค
ALHAMDULILAH Today is JUMAA
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee @Amiiiiiiin
โคโคโค โฃโฃโฃ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@Samsamireee
~~~~am Sorry ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™โคโคโคโคโคโค๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee @followme
โฃ.........๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š~๐Ÿ’š๐Ÿ’š@โคโคโค
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SAMSAMIREEE
@Samsamireee
Namni haga Ergamaa Rabbii ๏ทบ nama jaalatu hin jiru. Namni haga isaanii ๏ทบ namaa nahuu fi namaa yaadu hin jiru. Sahaabota isaaniitti guyyaa takkallee jecha hamtuu dubbatanii hin beekan.

Anas ibn Maalik (Rabbii irraa haa jaalatuu) akkana jedhe: An Ergamaa Rabbii ๏ทบ waggaa kudhaniif tajaajile, guyya takkallee โ€œUffffโ€ naan jedhanii hin beekan. Akkasums, Waan an osoo hin dalagin hafe tokkoon โ€˜Maaf waan kana hin dalagin?โ€™ ykn ammoo waan an dalage tokkoon, โ€˜Maa akkas dalagde?โ€™ naan jedhanii hin beekan.


ุฎูŽุฏูŽู…ู’ุชู ุฑูŽุณูˆู„ูŽ ุงู„ู„ู‡ู ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุนู„ูŠู‡ ูˆูŽุณูŽู„ู‘ูŽู…ูŽ ุนูŽุดู’ุฑูŽ ุณูู†ููŠู†ูŽุŒ ูˆูŽุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ู…ุง ู‚ุงู„ูŽ ู„ููŠ: ุฃููู‘ู‹ุง ู‚ูŽุทู‘ูุŒ ูˆูŽู„ูŽุง ู‚ุงู„ูŽ ู„ูŠ ู„ูุดูŠุกู: ู„ูู…ูŽ ููŽุนูŽู„ู’ุชูŽ ูƒูŽุฐูŽุงุŸ ูˆูŽู‡ูŽู„ู‘ูŽุง ููŽุนูŽู„ู’ุชูŽ ูƒูŽุฐูŽุงุŸ ุฒูŽุงุฏูŽ ุฃูŽุจููˆ ุงู„ุฑู‘ูŽุจููŠุนู: ู„ูŠุณูŽ ู…ู…ู‘ูŽุง ูŠูŽุตู’ู†ูŽุนูู‡ู ุงู„ุฎูŽุงุฏูู…ูุŒ ูˆูŽู„ูŽู…ู’ ูŠูŽุฐู’ูƒูุฑู’ ู‚ูŽูˆู’ู„ูŽู‡ู: ูˆูŽุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู.


๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’šAmiiiiiiin yaaa Rabbi
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@SayAmiiiiinโฃ
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’š โฃโฃ
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
YADDACHISA....
โ˜๏ธIbaadaan guyyoota Kurnan๐Ÿ’š jalqaba baatii Zulhijjaa goonu maalfaa?.......

 

1. Guyyoota kanniin haa Soommannu. Guyyaa  jalqabaa hanga guyyaa Iidaatti Soommanaa. Ergamaan Rabbii Muhammad๏ทบ "Karaa Rabbii keessatti namni guyyaa tokko Soommane, Rabbiin isaafi ibidda(Jahannam) jidduu hallayyaa godha. Hallayyaan san akka Samii fi dachiin adda fagaattu kana fagaatti" ja'an.๐ŸŒด

2. Salaata yerootti haa Salaannu. Sunnaa Salaata Fardiillee haa jabeessinu.๐ŸŒด

3. Haadhaafi Abbaa keenyatti tola haa oollu. Obboleeyyan keenyaaf gaarii haa dhaamnu. Fira keenya haa maxxanfannu.๐Ÿ–ค

4. Qur'aana akkaan haa qaraanu. Zikrii jechuus haa heddummeysinu. Kadhaatti jabaadhaa.๐Ÿคฒ

5. Sadaqaa haa kennannu. Sadaqadhaa! Sadaqaan dallansuu Rabbii namarraa oofti.โค

 

โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธYaa Rabbi, Ibaadaa guyyoota๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ kanaan maltu dalagee warra milkaawu irraa nu taasisi.
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
๐Ÿ–ค๐Ÿ–ค๐Ÿ–ค๐Ÿ–คDark
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@SamSamireee
๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”..... โค๐Ÿ’šโค
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
โค๐Ÿ’šโค
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
โคโคโค
JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
2024/09/29 13:30:14
Back to Top
HTML Embed Code: