Telegram Web Link
👌

Join👇👇👇 godhaa
@SamSamireee
@SamSamireee
Dr Abdurrahman Abdullahi gara ganda Aakiraatti godaane
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN
Barsiisaa Yuunivarsitii Finfinnee, kan ta’e Dr Abdurrahmaan Abdullaahii gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagayame. Dr Abdurrahman beekumsaa fi karaa adda addaatiin hawaasa Muslimaa kan tajaajilaa ture yoo tahu, koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa keessattis miseensummaan, Akkasumas baankiiwwaan Islaamaa dhiheenya hundeefaman jidduu hogganaa fi hundeessitoota Baankii Raammis jidduu tokko ture.
Dr Abdurrahman Rabbiin Jannataan haa qananiisu Ahlii fi maatii isaanii maraafu Rabbiin Sabrii haa keennuu.

Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
🤲🤲

Join 👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
🌲🌲HUBADHAA...'🌴🌴----

"Towbadhaa" jechuu malee, akkamitti Towbanna? Ulaagaan Towbaa maali?

Gaafilee tanaaf deebisaan kunooti. Ulaagaan Towbaa akka armaan gadiiti..

1. Towbaa san qulqulleessi. Dhugatti gara Rabbii deebi'uu kee mul'isi. Wanni badii san irraa deebiteef Rabbi waan sodaatteef akkasuma abdatteef tahuu qaba. Guddina Rabbii hubachuu kee mirkaneessita. Nama sodaaf ykn badiin tee saaxilamuu sodaaf as deebi'uu dhabuu kee ibsita.

2. Badii raawwataa jirtu ni dhiista. Dogongora san cittee irraa hafuu qabda.

3. Badii sanitti akka hin deebineef baallama dhugaa seenta. Akkaataan itti baallama seentu, badii san tuffatta. Kaayyoo guddoo uumamteef hubatta.

4. Badii raawwataa turteef ammoo sheenawi. Hammeenya isiin qabdu yayyaaddadhuu gaaroommina Towbaafi Iimaanaa kanaan wal cinatti madaali.

5. Haqa namaa yoo taate ammoo firraa deebisi. Haqa namaa osoo hin galchin Towbaan hin qulqulloytu.
•••
Obboleeyyan hulaan Towbaa banaadha. Osoo aduun dhihaan hin bahin, osoo lubbuun bahuuf kokkee irra hin gahin Towbadhaa. Towbaa jechaan gama Rabbii deebi'uudha. Wanni Towbannuuf jaalala Rabbii arkannee, dallansuu isaa jalaa nagaya bahuufi. Qananiin addunyaa fi aakhiraa gama Rabbii deebi'uun arkamti.

Ilmi namaa laafaadha! Mirqaana xiqqaatu isaan kuta. Laaftumatti Sheyxaanni hillima qopheesseef keessa buusa. Rabbiin kana waan beekuuf hulaa Towbaa banaa godhe. Osoo Sakraanni du'aa itti hin dhufin nama Towbate irraa Rabbiin ni jaalata. Silas Rabbiin gabricha isatti harka kennate akkamitti gata! Fudhatee Rahmata isaa keessa cuupha. Yaa Rabbi du'aan dura warra dhugaan Towbatee, atilleen irraa qeebalte irraa nu taasisi.


Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
▪️ጁሙዓ ነው ፤ ሰለዋት እናብዛ

🔻የአላህ መልእክተኛ - ﷺ - እንዲህ ይላሉ ፦ [ በኔ ላይ አንድ ሰለዋትን ያወረደ ሰው ፤ አላህ በሱ ላይ አስር ሰለዋትን ያወርድበታል። ] (ሙስሊም ዘግቦታል).
____
اللهم صل على محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد، اللهم بارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد.


JOIN👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
🌴Gămmachuñ jiraachudhaf waan hunda qabachun sii hin barbachisu siiriti yoo itti yaade wanti atti amma qabadû sii gamachisudhaf gahadha.
Sababani issa wanta atti amma qabdu kana argachuf kaa hawu nama bayye jira ni'ima rabii nuuf kene irrati allahamadullah haa jenu.

🌴الحمد الله رب العالمين
☆Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
Namni jechi/kalaamni isaa kan xumuraa "Laa'ilaaha illaa Allaah" tahe milkaahe


وَعَنْ عُثْمَانَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رسول الله ﷺ: «مَنْ مَاتَ وَهُوَ يَعْلَمُ أَنَّهُ لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ دَخَلَ الجَنَّةَ» أَخْرَجَهُ مُسْلِمٌ《

Usmaan (ra) irraa akka odeeyfametti, Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: Namni haqaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre osoo beekuu du'ee jannata seene"
Muslim gabaase

وعَنْ عِتْبَان بْنَ مَالِكٍ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: " فَإِنَّ اللَّهَ قَدْ حَرَّمَ عَلَى النَّارِ مَنْ قَالَ: لاَ إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، يَبْتَغِي بِذَلِكَ وَجْهَ اللَّهِ "

Itbaan bin Malik irraa akka odeeyfametti ammoo Ergamaan Rabbii ﷺ ni Jedhan: “nama fuula Rabbii barbaacha haqaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru jadherratti, Rabbiin ibidda haraam irratti godhe”

وعَنْ أَنَسٍٍ، قَالَ: قَالَ رَسُوْلُ اللهِ《ﷺ》: مَنْ مَاتَ وَهُوَ يَشْهَدُ أَنْ لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ، وَأَنَّ مُحَمَّدًا رَسُولُ اللهِ، صَادِقًا مِنْ قَلْبِهِ، دَخَلَ الْجَنَّةَ.- وفي رواية: مَنْ قَالَ عِنْدَ الْمَوْتِ: لاَ إِلَهَ إِلاَّ اللهُ، مُخْلِصًا، دَخَلَ الْجَنَّةَ. ( )

Hadiisa Anas (ra) irraa odeeyfame keessattis Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan "namni qalbii dhugaatiin haqaan gabbaramaan Allaah malee hin jiru, Muhammad Ergamaa Allaah ti jadhee haala ragaa bahuun du'e Jannata seene”

join👇👇👇
@SamSamireee
@Sam Samireee
🌴🌴.......
Akka Rabbiin ija Rahmataatiin nu ilaaluuf, garaa Walii laafuufii waliif araaramutu nurraa eeggama.

Ergamaan Rahmataa ﷺ Akkana je'an:- "Nama ilma namaatiif rahmata hin goone Rabbiinis Rahmata hin godhuuf"

وعن جرير بن عبد الله رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏ "‏ من لا يرحم الناس لا يرحمه الله ‏"‏ ‏(‌‏(‏متفق عليه‏)‌‏)‏ ‏.‏

Bukhaarii fi Muslim gabaase

Ergamaan Rabbii ﷺ hadiisa biroo keessatti ammoo akkana je'an:- "Namni Muslimaa tokko halkan 3 ol waliin ooduun dhoorkaadha, hoggaa walitti dhufan kan walirraa garagalan yoo tahe, kan dura salaamtaa ja'eeniitu irra caala"

عَنْ أَبِي أَيُّوبَ الأَنْصَارِيِّ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ "‏ لاَ يَحِلُّ لِمُسْلِمٍ أَنْ يَهْجُرَ أَخَاهُ فَوْقَ ثَلاَثِ لَيَالٍ يَلْتَقِيَانِ فَيُعْرِضُ هَذَا وَيُعْرِضُ هَذَا وَخَيْرُهُمَا الَّذِي يَبْدَأُ بِالسَّلاَمِ ‏"‏ ‏.‏

Sahiih Muslim

Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
🤔🤔🤔

Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
Watch "من هو الله ؟ | رساله لكل من لا يؤمن بالله | سيقشعر بدنك | الشيخ بدر المشاري" on YouTube
https://youtu.be/FcQQ84M9rDo
Watch "ماصلة القرابة بين عبدالكريم الكدرو والشيخ محمود الحسنات؟؟" on YouTube
https://youtube.com/shorts/IAHNjH1WYro
SUNNAWWAN GUYYA JIMMATAA

🌹Qaama dhiqachuu
🌹ilkaan siwaakachuu
🌹Huccu bareddu uffachu 👕👖
🌹Qaama dhiqachu.
🌹Dibataa shittoo dibachuu.
🌹Yeron gara masjiidaa demuu.
🌹Qur'ana Sura kahaf qara'u.📖
🌹Rassula irratti salawata busu heddummeysuu.
🌹Du'aa'ii heddummysuu.

Rabbin Mindaa guyyaa arra kannamu warra dhabe nun godhin.
•┈┈• ❀°•🌹•°❀•┈┈•
🌙🌴🌷🌸🌻🌹🌼🌴🌙

Peji kenyas join godhun nu hordofa ittis wal afera Jazakallah 🙏

Join👇👇👍
@SamSamireee
@SamSamireee
Seenaa ajaa'iba kana ilaalaa.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

◉Ibnu Hajar Al Asqallaaniin akka dubbatanitti isaan qaadii biyya misraa turan guyyaa tokko tottolfatanii ykn babbareedanii osoo deemaa jiranii gurbaan yahuudaa tokko fageenyatti isaan argee dhaabbadhu jedheen.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Ibnu hajaris dhaabbatanii eegani.
Yahuudichi dhufee akkana jedhe:
Mee akkamitti hiikta jecha nabiyyii keessanii :
(الدنيا سجن المؤمن وجنةالكافر)
Addunyaan mana hidhaa mu'uminaati kaafiraafimmoo jannata kanjedhe kunoo ani rakkataa akkuma argitukana kaafira ta'uukoo waliin
Ati ammoo kunoo akkana toltee tolfattee jirta mu'umina taatee osoojirtuu
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Ati azaaba kam keessa jirta animmoo jannata kam keessan jira jedheen

✾Ibnu hajar akkana jedhan:
Kufrii kana irratti kanduutu yoota'e
Ati waan fuulduratti si'eeggatu laalaa azaabaa irraa rakkina keessa jirtuun walbira qabnaan har'a jannata keessa jirta.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Anisi ammoo yoonin jannata gale waan achitti naafkennamuu deemu qananiin har'a keessa jiruun walbira kan qabamu yoota'e akkawaanin harra manahidhaa keessa jiruuti Jedhanii deebisaniif.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Yahuudichis Ahaa dubbiin akkanaa yaashaykhi jedhen

Isaanis eeyyee akkuma kana jehan.
Achiin yahuudichi
أشهد أن لا إله إلا الله وأشهد أن محمدا رسول الله
Ashhadu allaa'ilaaha illallaahu wa'ashhadu anna muhammada rrasuulullaahi
Jedhee islaamummaa qeebale.
Allaahu akbar.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾


sayfuddiin


◉Obboleewwan kiyya
Miseensa chaanaalii keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ v بلتو موسا
کلی شیین یتخیر انشااللہ
Join 👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
.-Haram relationship 🤪🤪
...Halal relationship🤩😀
Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
فضل.الصلاة.على.النبي.ﷺ.tt
🌴 sadarkaa salaawaata nabiin ﷺ irratti buusuun qabdu keessa.

((من صلَّى عليَّ واحدةً ، صلَّى اللهُ عليه عشرًا)).
🌿 Namni yeroo tokko narratti salawaata buuse, rabbi ammo yeroo 10 salawaata isarratti buusaa jedhan.

#الراوي : أبو هريرة | #المحدث : مسلم
#المصدر : صحيح مسلم
🔘 Salawaanni rabbirraa gabrichatti rahmata isaaf godhuudha, Malaa'ika irraa ammo araarama isaaf kadhachuudha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
▪️Namni salawaata tokko nabiin irratti buufate.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
➦| Rabbiin akka nama toltuu 10 dalageetti isaaf kataba.

➦| Rabbiin isa irraa haqa badii inni dalage 10.

➦| Ammaas Rabbiin sadarkaa 10 isa ol fuudha.

➦| Ammaas rabbiin fakkaataa sanii isaaf deebisa, (barakaa fi rahmata kiyya keessa ta'i jedhee deebisaaf)

🔑Rabbiin "s.w" Duraanuu Nabiin "ﷺ" kabajee, waa hunda irra caalchisee jira, salawaata busuun faayidaa lubbuu teennaatiifi. salawaata haa heddumeessinu.

📿{ ALLAAHUMMA SALLI WA SALLIM ALAA NABIYYINAA MUHAAMD }

Join👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
🤩🤩🤩
Join👇👇

@SamSamireee
@SamSamireee
🖤🖤🖤

Join 👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
Towbaa
@Sam Hubadhu yaa Akii Yaa uktii

Namni akka malee hoongawe nama Rabbiin hulaalee Jannataa isaaf banee, inni ammoo didee Rabbi Khallafee badii dalagu.

“Yaa Gabroottan kiyya kan badii dalaguun lubbuu teessan irratti daangaa dabartan! Rahmata Allaah Irraa abdii hin muratinaa; Rabbiin cubbuu hunda ni araarama, Inni Araaramaadha; Garalaafessa(Mararfatadha). Gama Rabbii Keeysanii deebi’aa ammas isaaf if Kennaa; Osoo Azaabni isinitti hin dhufniin duratti, Eegas (eega Azaabni dhufe) hin tumsamtan.”
Az-Zumar: 53-54

قُلْ يا عِبادِيَ الَّذِينَ أَسْرَفُوا عَلى أَنْفُسِهِمْ لا تَقْنَطُوا مِنْ رَحْمَةِ اللَّهِ إِنَّ اللَّهَ يَغْفِرُ الذُّنُوبَ جَمِيعًا إِنَّهُ هُوَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ (53) وَأَنِيبُوا إِلى رَبِّكُمْ وَأَسْلِمُوا لَهُ مِنْ قَبْلِ أَنْ يَأْتِيَكُمُ الْعَذابُ ثُمَّ لا تُنْصَرُونَ (54)

join 👇👇👇
@SamSamireee
@SamSamireee
2024/09/29 21:25:30
Back to Top
HTML Embed Code: