Telegram Web Link
πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ ❣❣

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@samsamireee
@samsamireee
❣❣❣

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SAMSamireee
🀩🀩🀩

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
❣❣❣Hubadhu ❀❀❀

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œβ£β£β£

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘†πŸŒΉπŸ‘† Subhaanallaah πŸ‘†πŸŒΉπŸ‘†

NAMNI GARIIN HANGA IFIIF GUBATUTTI BEEKHULLEE DHUGAA HIN FUDHATU...

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
❀❀❀ 🀩🀩

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
Obboleettii teenya Hayatiin Rabbii haa aafiyu.

Nama gargaaruuf nama tahuun qofti gahaa dha.. wlh

Allaahan fayya tee si haa deebisu yaa obboletti tena😒


@SamSamireee ☞ Official
@SamSamireee
Kana bektuu Mallattoo qiyaamaa xiqqoo irraa
Hanga xumuraatti dubbisi

1- Dubartiin heddummaachuu
2- Dubartiin uffata qaama isii muldhisu kaahatuu
3- biyya muslimaa Keessatti farsoo fi zinaan baay'atuu
4- duuti dingataa baay'achuu
5- Infiloniizaa booyyee irraa dhufu ; ergamaan rabbi nuuf odeessee jira dhukkuba wabaa irraa zamana boodaa dhufu inni ganaa dhufuu taa,a booyyee irraa eegasii namni ni eegala booyyee ajjeesuu haga nabi iisaan aleyhissalam bu'ee booyyee boodarra hafte ajjeesutti
6- Manneetiin dhedheeratuu ( fooqii )
7- Diskoo fi Sirbi haala guddaan faca'uu
8- Fitnaa ammas fitnaa ammas fitnaa
10- Dhiirri dubartitti fakkaatuu

Hin xiinxallee kun hundinuu akka muldhate ?!!
Haa jennuu mee ati dammayxe guyyaa tokko keessa eegasii iyyansa namaa dhageette akka waan isaan shakkanii halaakamuuf ...ni ilaalan hundi isaaniituu gara samii rifannootaan : Eehee isiin aduudha
Gara dhihaatiin baatee jirti .........................
Kana jechuun !!
Hulaan towbaa kalas cufamtee jirti jechuudha , dalagaanis
Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
😍😍😍

joinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
πŸ’‘Rasuulli s.a.w Muslimni akka itti wolirraa haqa qabu nutti himu haqa jechuun haqa shariikummaa haqa saahibummaa kan wojjin jireenyaa
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š


β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š
Muslimni Muslimarraa haqa shan qaba jedhan
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

(❢)Salaamataa hoggaa obboleessi muslimaa tokko siin jedhe atis jalaa deebisuu
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

(❷)Yoggaa inni dhukkubsatee bira dhaqxee gaafattee jajjabeessuu
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

(❸) Yoggaa inni du'e eega erratti salaattee kaatee boodas janaazaasaa jala deemtee geggeessuu
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

(❹) Hoggaa inni si waame waan haraamaarratti yoo hin ta'in jala deemuu ykn wojjin deemuu
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

(❺) Yoggaa inni axxiffatee Alhamdu lillaah jedhe atis yarhamukallaah jettee eebbisuudha
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

β—‰ Namni yoggaa haqa amma dubbanne shanan kana woliif guutan jidduu isaaniitti jaalala wol kabajuu wol mararfatuutu argama
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š
Wol jibbuu, wolitti inaafuu, wol tuffachuufi k.k.f Qalbiirraa ni qulqullaa'a
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š
Nama haqa wolii guutee wol jaallatu Rabbi Nuhaa taasisu
β—Šβ”β”β”β”β”β”βͺβ‚β«β”β”β”β”β”β”β—Š

Channel keena kana Akka #JOIN
Godhattanii faayidaa guddaa erraa argattanu kabajaafi jaalala guddoodhaan isin affeerra isin seentaniituma join tuquu qofa

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
πŸ˜”πŸ˜”πŸ˜”

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
Duniyaa irraa dantaa dhabi!

Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad (ο·Ί) tti dhufee " yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti mee na qajeelchi” jedhe

Rasuulli (ο·Ί) "Duniyaa irraa dantaa dhabi! Rabbiin si jaalata. Waan harka namaa jiru irraa garagali(kajeellaa dhiisi)! Ilmi namaa si jaalata”

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
🀩🀩🀩HBBKIYAA
@Siin jaaladhaπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
❣❣❣
πŸ‘ŒπŸ‘Œ
JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
Yaa ONNEE ❣❣❣

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
🌴🌴@Gorsaa_Dhiirootaf...πŸ˜€
🌲🌲

πŸ‘‰@Shamarre #Bareeddu hin Fuudhin Mana Bahuu Si yaaddeessiti !
πŸ‘‰Shamarre #Fokottu hin Fuudhin Manatti Galuu Si yaaddeessitii !
πŸ‘‰Shamarre #Dheertuu hin fuudhin Oso Ati hin Dulloomin Si Dura Dulloomtii
πŸ‘‰Shamarre #Gabaabdu hin Fuudhin hunduu ijoolle Sa'eeti Si biratti itti QoosaπŸ˜€ !
πŸ‘‰Shamarre #Gurraatti😈 hin Fuudhin Gaafa hirriba kaate Fuula keessa ilaaltu Guyyan hunduu Dukkana Sitti Fakkaata !
πŸ‘‰Shamarre #Diimtu hin Fuudhin Rakko hin dandeessu Qarchii ke Mana Yaalatti Fixxi !
πŸ‘‰Shamarre #Qalloo hin fuudhin Nyaata ishee dadhabdaa😁 !
πŸ‘‰Shamarre #Furdoo hin Fuudhin Oso Mana Keessa Gangalattu Agabuu Si Oolchitii !
πŸ‘‰Shamarre #Jarjartuu hin Fuudhin Nama Keesatti Si Qaanessitii !
πŸ‘‰Shamarre #Suute hin Fuudhin Oso firra Gara-gaggaltuuti Mana Keessa Si Oolchitii !
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
Namnii Gariin #Hin_Fuudhi #hin_fuudhi jatte Fixxe Malfuuna re ka ja'us hin dhabamuu.
πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜‘
Akka Barumsaas irra Arkattani ittis Buhaartan Abdiin QabaπŸ˜‡
Shamarran Natti Artanis Yoo jiraattan dhiifamaan isiniin ja
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
#Forward Walif Godha Jzkl
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡Channel kiyyas Join godha
@SamSamireee
@SamSamireee
β€πŸ’šβ€

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡godhaa

@SamSamireee
@SamSamireee
🀐🀐🀐

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@SamSamireee
@SamSamireee
2024/09/29 23:25:07
Back to Top
HTML Embed Code: