Telegram Web Link
Xaaliyaanonni baandota kanneenirraa odeeffannoowwan gara garaa argataa, akka turjumaanaattis itti gargaaramaa turaniiru. Gochi baandotaafi Xaaliyaanotaa kun Oliiqaa qofa osoo hinta'iin namoota saba isaanii jaalatan hunda kan aarsu ture. Gochi suukanneessaan ummatarratti raawwatamu yeroodhaa gara yerootti babal'achaa dhufuusaarrayyuu roorroon haadha warraa Oliiqaa Dingil, Aadde Gannatawarqi /Moominaa/ Ashanaarra ga'eera jedhamu aarii Oliiqaan duraanuu qabu akka dabalu taasise. Kana malees gaaf tokko baandaa Xaaliyaanii kan ture namichi Baashaa Gabayyoo Waldee fi Oliiqaan otuu Amaariffaan haasa'anii Baashaa Gabayyoon Oliiqaa Dingil akka tuffiitti jecha Oromoon jedhamuu hin feeneen arrabsa.

Guyyaa biraammoo Baashaa Gabayyoon namicha Dhaabaa Maashaa jedhamu wajjin waliigaluudhaan Oliiqaan qarshii ashuuraa walitti qabe dhimma dhuunfaa irra oolfateera jechuun odeessisiisuurra darbee hoogganaa Xaaliyaanii yeroo sanaatti hima.

kutaa 4ffaan Itti fufaa..

Shere Like godhaa.
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan

Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 600 birr

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.

#ENJOY VIP
Hordoftoota keenya jaalatamoo waanti post(maxanfamaa ) jiruu isinitti tolee jira mo hin tollee Yaada kessaan Harkaan nu garsiisaa isinin jenna! Galatooma!!
public poll

👍 – 39
👍👍👍👍👍👍👍 80%

👎 – 10
👍👍 20%

👥 49 people voted so far.
Oliiqaan qawwee dhokfatee qaba jedhees yakke. Odeeffannoo kanarratti hundaa'uun Xaaliyaanonni Oliiqaa qabanii mana hidhaa galchan. Oliiqaan halkanuma sana mana hidhaa cabsee ba'uudhaan, bakka dhalootasaa Deentaa Garee dhaquudhaan qawwee Beeljigii 2fa jedhamu bitatee Dambii Doollootti deebi'e.

Halkan gaaf tokkoo Baashaa Gabayyoo ajjeesee, gara mana Baashaa Gabayyoos dhaqee haadha warraa Baashaa alatti baasuun, "Ati dhirsa kee dhabda, ani immoo haadha warraa koon dhabe" jechuun du'a abbaa warraashee itti himee manicha qabeenya keessa jiru waliin gube. Itti aansee, namicha Dhaabaa Maashaa jedhamummoo Gabaa Dafinoo /Dambii Dolloo/ keessatti ajjeesee, "Anatu ajjeesee nama bira hin gaafatiinaa" jedhee barreessee mukatti maxxanse. Intalasaa fi haadha warraasaa Ganduma 03 keessatti dhiisee deeme.

Kana booda Oliqaan nama durumaa qabee isa bira jiraatu, kan maqaansaa Shaanqoo jedhamu, qawwee namoonni dirqiidhaan Xaaliyaaniif galchuuf deeman irraa booji'ee Shaanqoo hidhachiise.

kutaan 5ffaan Itti fufa
Suuraa kana gubbatti, musxafaa harawwee, halloo daawee, shantam shubissa fi warreen biraatiis, namootan yeroodhaaf maqaa isaanii hin beeyne hedduutu mul'ata. Suuraan kun akka lakkoysa habashaa
Bara 1975 - 1977 E.C. jidduudha. Baroota kana, magaalaa dirree dhawaa keessa hawwiissoo lamaa oltu ture.
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Sin ganu
~~
Haallli fedhe dhufullee
Ani si jin ganuu,
Rakkoo baraa ilaalee
Sitti hin jijjiiramu,

Ati anaaf adda
Onnee keeysa najirtaa
Quuqaa garaa kootii
Dubbattee narraa buqqaaftaa,
.
Jawwee gaafa xiiqii
Bohaarsaa qalbii,
Akka godhe godhee
Sihaa baasu rabbii,
.
Akka taanettiin sijaaladhe
Lamuu akkamittiin sijibbaa,
Sumudaa narra keeyse
Onnee tan too gubbaa,

Qoricha dhukkuba siyaasaa
Fayyisaa sammuu,
Wanti feete dhuftullee
Tasa sitti jijjiiramuu,
.
Waadaan siif seena
Illaa hanga dhumaa,
Hangam yoo turtullee
Bulchaan koo sumaa,
.
Si qofaan amana
Karaa keetu sirrii,
Si qofaan abdadha rabbii gaditti
Ati sin hin jijjiiru barri,
.
Ati anaaf addaam
Qubsuma nakeeysaa qabdaa,
Qorichi koo suma
Leenca ija barbadaa,
.
Filannoon koo sihi
Jawwee koo jaalatamaa,
Gaafa achi gad baate
Siitu naaf moofummaa,
.
Rasaasa warra quufee
Albaasaa diinaa,
Jecha kee itti dhukaastee
Bobeeysita garaa diinaa,
.
Niin dhabe barbaaddee
Leenca akka keetii,
Laaftutti hin argamtuu
Ni caalta warqeef meetii!!

@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetubot fi @Abdetbot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaanis Xaaliyaaniifi baandaarratti tarkaanfii fudhachuu eegalan. Sababoota Oliiqaa 'shiftummaaf' kakaasan keessaa tokko tokko eeruuf.

Namni Tafarii Alabee Goonboo jedhamu Haroo Machaaraarratti fannifamuun, Qanyaazmaach Dhoosaa Abbaa Qoroo qawwee dhoksite jechuun harkasaanii duubatti hidhanii Buraayyuu bakka, “Bakkee Abbaa Boroo” jedhamutti rasaasa torbaan ajjeefamuusaaniifaa eeruun ni danda'ama.

Guyyuma Luba Maammoo Corqaa fi Luba Gidaadaa Soolan Hayilasillaasee wajjin quunnamtii qabdu jechuun harkasaanii lachan duubatti hidhanii Jimmaa Abbaa Jifaar geeffamanii murtoon du'aa itti murta'ee utuu har'a boru duuna jedhanii eegaa jiranii haala hin yaadamneen bilisa ba'anii gara naannawa jirenyaasaaniitti deebi'aniiru.

Oliiqaan erga Gabayyoo ajjeesee deemee booda gaaf tokko halkan keessaa sa'aatii shanitti haala haati warraasaa irra jirtu ilaalee deebi'uuf wayita gara manasaatti qajeelu isheen teessee jirbii fo'aa:

kutaa 6ffaan utti fufa

like shere waaliif godha.
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffa hangaa dhuma ji'a amajjii kennuuf yaadameera.

Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa kan galan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Qormaata kutaa 12ffaa hanga Amajjii xumuratti ‘online’ laachuuf karoorfamuu ministeerichi ibseera.

Ministeerichi Ejansii qormaata biyyaalessaa waliin ta’uu qophii qormaata 12ffaa ilaalchisee Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti koree dhaabbii qabeenya humna namaa fi Teeknoolojiif ibsa laateera.

Laaptoppiiwwan kuma 12 warreen qormaata qoraniif hiruuf qophiin xumuramuu fi Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa kan galan ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaan ibsaniiru.

Maddi:-TOI
Dheebuun du'uu moo, bishaanicha dhuguutu....
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
#Galmee_seenaa_irraa
-
Namichi tokko gammoojjii keessa osoo deemuu bishaan inni baatee ture jalaa dhume. Suutuma suuta dheebuun bishaanii namicha dadhabsiisaa dhufe. Dhumarratti bakka boolla bishaanii wayii bira gahe. Boollichi baay'ee gadi fagoodha; bishaan qabaa, hin qabuu hin mul'atu. Boolla kana cinaa harkistuun bishaanii motora dulloomaa tokkotu jira. Motoricha irratti akkas jedheetu barreeffamee jira. "Motorri harkiftuun bishaanii kun bishaaniin hojjeta," jedha. Namichatti dalga gale. Maal jechuudha? Motora cinaa jookiin tokko guutuun bishaan taa'eetu jira. Jookii sana irratti barreeffama akkas jedhutu jira. "Ilaa yaa lammiikoo, bishaan jookii kana keessa jiru motoratti naqiitii motorichi bishaan baay'ee siif baasa. Kanaafuu namni akka keetii kan biraa kara deemaan hin fayyadamaatii, adaraa atis yeroo bishaan boolla keessaa siif bahe jookii kanatti guuttee kaa'uu hin dagatiin maaloo!" jedha. Bishaan jookii keessa jiru kana motoratti haa naqu moo haa dhugu? Motorichi dulloomaa waan ta'eef hin hojjetu yoo ta'e hoo? Namichi bakka kanatti yaada lamaan dhiphate. "Tokkoffaa motorri kun dulloomeera, yoon bishaan kana itti naqee hojjechuu dide bishaan kana nan dhaba waan ta'eef du'e jechuudha, kanaafuu dhugee jireenyaa koo oolfachuun qaba. Garuu, motorichi bishaaniin malee hin hojjetu erga ta'ee akka kootti kan dheebotee dhufe waan ittiin motora sochoofatu hin qabu waan ta'eef ni du'a," jedhee ofiifis, kanneen biroofis dhiphate. Dhumarra baay'ee dhiphatee murtoo cimaa murteesse. Akkas jedhe, "Bishaan motoratti naquu naaf wayya. Yoo hojjete gaariidha. Yoo hojjechuu dide nan du'a malee, gonkumaa/habadan bishaan kana dhugee deemee umrii koo guutuu waayee boolla kanaa fi bishaan kana dhabanii namoota du'anii yaadaa jiraachuu hin barbaadu," jedhe.

Achii booda bishaan jookumaan fuudhee gara motoricha dulloomaatti naqee, kan motorichi ittiin banamu ( presser ) gadi qabe. Motorrichi sagalee dhageessise.Bishaanis ol baasuu jalqabe. Namichi hin ajaa'ibsiifate. Hanga isa gahus dhuge. Bishaan akka malee yaa'ee naannoo sana ciise. Namichis jookiitti guutee, barreeffama dura jiru irratti dabalee akkas jedhee barreesse. "Lammii koo na amani motorri kun sirriitti hojjeta," jedhee deeme.

Kanaaf;
Ofiif yaaduun kee lubbuun jiraachuudhaafi, kan biroof yaaduun garuu nama ta'uudha. Isa qabdu waakkii malee yoo kennite, waaqni ammoo dachaan siif kenna.

Kanan dubbiserraa!

Horaa bulaa!

#Join share godhuu hin dagatinaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAE7TdvIZEUaX7uKPMw
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Oliiqaa yaa abbaa jigsaa
Ati duute moo jirtaa?
Utuu ati jiraattee
Hantuunni maa warraaqxee?
Yaa abbaa coomaafi booka kootii
Amaaseniin maal na gooti?
jettee isa faarsituu dhokatee dhaggeeffate. Halkan sana dhokatee ishee ajjeesee deebi'uuf yaadeeti kan dhufe. Garuu wayita faaruu haadha warraasaa dhaga'u cancala qawweesaa dhaamsee halkan sana manasaa bulee ganama bariidhaan bakka dhufetti deebi'e. Yeroo yerootti uffata waraana Xaaliyaanii uffatee Dambii Dolloo seenuudhaan mana Aadde Moominaafi Aadde Daasharee Akkayyuutii daadhii dhugee, odeeffannoo barbaachisus walitti qabatee deebi'aa ture. Namoota isa fakkaatan waliinis dhoksaatti ni mariyata ture.
Deggartoota Oliiqaa gocha weerartoonnii fi jala kaattuun warrasaaniirratti raawwatan namoota hedduu aarsee tureera. Haala kanatti aaree kan garaa kutate Oliiqaa duukaa shaffata, warri kuun immoo, naannoodhuma jiran taa'anii deggaraa turan.

kutaan 7ffaan itti fufa..

Namni tokko yoo xiqqatee Nama 5 Ergii!, Like godha
If everybody else joined Bilxiginnaa and I am the only one remaining, I will comfortably stand with you. There shall never be a day that passes by without me remembering and being grateful for whatever you did to us
———
Osoo namni hundi Bilxiginnaatti galee ani kophaakoo hafee kophaa kootin gammachuu guutuun isin cinaa dhabbadha. Guyyaan tokkittiin osoon waa’ee keessan hin yaadiniifii aarsaa nuuf kanfaltaniif isin hin galateeffatin dabrites, dabritus hin jirtu
Kan aangoo argatee(Abiy) fi kan aangoo gate (TPLF) garaagarummaa siyaasaa isaanii mariidhaan furuu irra qawweedhaan furuu filatanii wal-waraansaaf ga’an jedha Jawar mana hidhaa QAALLITTII irraa.

"Mari'ataanii biyya bulchan malee maraatanii biyya hin bulchan" jedhamii oromoon.
Jawar jechuun...
Garsiisaa #Faajjii_Keenya❤️🌳❤️
@OROMOTOO
@OROMOTOO
"Sabboonummaan oromoo Gaaza har'a qabsoo teenya ittiin balbalchinu,Xaa'oo bor oromiyaa Ittiin misoomsinuudha."

Jawaar Mohammad
2024/09/27 11:16:37
Back to Top
HTML Embed Code: