Telegram Web Link
Ilaali fuulashee
Ni dubbata suurrii
Sodaa kan hin qabne
Gootummaa isa sirrii
Guddadhu loosha too
Iftuu biiftuu barii


@Oromotoo
@Oromotoo
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Haala amma keessa jirru.

Maaliifan baacoo kana yaadadhe laata?
Jaartiitu taaksiidhaan deemaa jiru jedhan. Finfinnee
keessa. Dubartii cinaa ishee teessuuf bilbilli bilbilame
jedhan. "Eessa jirta?" jedhee gaafate abbaan bilbilaa.
"Istaadiyeemii geenyeerra" deebii isheeti. Daqiiqaa
muraasa booda ammas nama biraaf bilbilame. "Eessa
jirta?" jedhee gaafate. "Saarisin jira" jettee deebisteef.
Otuma hin turiin jaartiifis bilbilli bilbilame. Ni kaasan.
"Eessa geessaniittu?" gaaffii jedhu gaafataman. Jaartiin
eessa akka jiran hin beekan. Deebii dhaban. "Bakkan ga'e
maalan beeka mucaa koo! Isheen tokko Istaadiyeemii jetti,
kaan immoo Saaris jetti! Ani hin beeku!" jedhan-jaartiin.
Nus haala akkanaa keessa jirra. Tokko tokko haasa'a,
kaan immoo kan biraa. Gidduutti hawaasni burjaaja'e.
Waan fedhe haa ta'u, odeeffannoo qabatamaa fi dhugaa
uummataaf kennuun barbaachisaadha jedheen amana. Wal
burjaajessuun booda gatii nama baasisa.

@Oromotoo
@dedroro
@harargetub
@oroquotes
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ibsa MM Abiy Ahimad!

Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadachiisan.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan biyya seenaa mootummaa bara dheeraa qabdu ta’u eeruun, miseensa biyyoota gamtaa mootummooota gamtoomanii hundeessan keessaa ishee tokko ta’uu kaasaniiru.

Dabalataan Ityoophiyaan hundeessituu gamtaa Afrikaa ta’uu himaniiru.

Ityoophiyaan qajeeltoo seera idila addunyaa kabajuu fi kabachiisuuf ejjennoo hin jijjiirramne qabduu fi biyya seenaa bara dheeraa qabdu ta’uu ishee kaasaniiru.

Akkasumas Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa jalatti nageenya biyyoota garaagaraa kabachiisuu keessatti biyya adda duree ta’uu ishee eeraniiru.

Akka seera qajeeltoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keewwata 2 muraa 7 jalatti tumameetti biyyi kamiiyyuu dhimma biyya biroo birmadummaa qabduu keessa galuu akka hin dandeenye tumamera jedhan Dooktar Abiy.

Maddi:FBC
#Dhaddachaa

Dr.Huseen Kadir Mana Murtii Aanaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti kan dhiyaate yoo ta'u gaafii yeroo dabalataaf hidhaa tursiisu poolisiin Oromiyaa dhiyeesse manni murtii kufaa godhuun wabii qarshii 10,000'tiin akka hidhaarra bahu ajajeera.
#Sabbataa

Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin kiyyeeffame eeruu ummataatiin akka fashalaa'e waajjirri kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa Sabbataa beeksise.

Shirrii kunis Masjiida barbadeessuudhaaf kan kaayyeeffame ta'u isaa Itti Gaafatamaan Bulchiinsaa fi Nageenyaa Ganda 04 obbo Birhaanuu Tarreessan ibsaniiru.

Badiin kunis kan fashalaa'e eeruu poolisii hawaasaatin ta'u isaas obbo Bihaanuun hiamniiru.

Akka waajjirri kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa Sabbataa beeksisetti, ummaatni yeroo kamiyyuu caala naannoo isaaa eeggachu akka qabuu fi shakkii qabu beeksiisuu akka qabu akkasumaas to'aannoo cimaa akka taasisuu dhaamaniiru.
Harka fuune akkam jirtu

Chanela afaan oromoo gurguruu waan barbaannuuf karaa keessaa nu quunnamuun nu haasofsiisaa.

Members 1500 ol qaba .

@abdetuor
@abdetuor


Keessaan nu haasofsisaa.
👇👇👇👇👇👇
@Abdetuor
@Abdetuor
BREAKING!

Diyaago Armaandoo Maaradonaan du'aan addunyaa kan irra boqotaniiru. 😢😢😢😢


Gadaa Sport jaalatoota taphataa Urjii addunyaa kanaaf jajjabina hawwa!
Oduu Addaa!!

Dr. Juliyaan jadhamti University Oxford keessatti qorattuudha. Guyyaa har'aa dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif (United Nations) dhaabbilee Idila-Addungaaf Namni Itoophiyaan hiite nama siyaasaa Afirikaa jijjiiruuf beekumsa qabuudha. Jeequmsa siyaasaa Itoophiyaa keessatti uumamee jiruus nama furmaata kennuu danda'uudha qabsa'aa karaa nagayaa Kan ta'e saayintiistii siyaasaa #Jawar_Mohammed hatattamaan hiikamuu qaba jatte Xalayaa barreessite beeksiste Addunyaa!! Dr. Juliyaan Hedduu nama gammachiifti dhugaa!!

#Thanks_Dr_Juliyan!!
#BBCMonitoring

'BBC Monitoring' MM Abiy Ahimad duulli naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa jiru "eenyuyyu haa da’u eenyu, kan dhaabbatu miti" jedhan jechuun odeeffannoon guyyaa har’aa Fuula Tiwiitarii isaarratti barreesse kan dhugaarraa fagaate ta’uu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Itoophiyaa ibseera.

Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa Itoophiyaa, Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dubbatan jechuun odeeffannoon sobaa 'BBC Monitoring' Fuula Tiwiitarii isaarratti dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee barreesseen kan gaafatamu ta’aa jedheera.

'BBC Monitoring' odeeffannoo kana fuula Tiwiitarii isaarratti erga maxxanse sa'aatii afuriin booda haquu isaa ibsameera.

Maddi: Ethiopia State of Emergency Fact Check
Korma dhugaaf booratu biyyeen ija hin buutu.
Falmaa mirga dhala namaa,
Ati yoomuu anaaf goota goota caalu.
Rakkoon addunyaa tanaa, ka badawni amantaa guutuu ofirraa qabu, hayyoonni ammoo shakkiidhaan guutamanii jiru.

@oromotoo
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
2024/09/27 23:18:30
Back to Top
HTML Embed Code: