Telegram Web Link
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
"Fedhii mootummaa qofaan filannoon hin geggeeffamu. Waliigaltee biyyaa fedha. Rakkoon filannoo danqu koroonaa qofa utuu hin taane, rakkoo bal'aatu jira. Dhiibbaan dhaabbachuu qaba, hidhaan dhaabbachuu qaba. Filannoon geggeeffame qofaaf nagaan hin bu'u"

Prof. Mararaa Guddinaa
"Addi Bilisummaa Oromoo mootummaa ce'umsaa gaafachuun bilchina siyyaasaa irraa kan maddedha" Proffessor Asfawu Bayyanee
#Haacaaluu_Hundeessaa

Yunivarsiitii Amboo kaampaasii Awwaaroon maqaa gootichi artiist Haacaaluu Hundeessaatin moggaafame.
#Haacaaluu_Hundeessaa

Yeroo ammaan kana magaala Amboo bataskaana Iyyasuusitti yaadannoo guyyaa 80ffaa fi eebba siidaa gootichi artiist Haacaaluu Hundeessaa uummatni magaala Amboo fi namoota affeeraman kumaatamaan bakka argamanitti gaggeeffamaa jira.
β€œAkkamitti Yunivarsiitiin maqaa Hacaaluutiin moggaafama?” jedhanii wacuu eegalanii jiru. Oromoo awwaalanii balleessuuf kutatanii jiran jabaannee falmannu malee!

@oromotoo
@oro_fredom
@dedroro
Himatni shororkeessummaa Jawar faa irratti baname jechuun Waajjirri Abbaa Alangaa Facebook isaa irratti maxxansee ture akka boru Fulbaana 21, 2020, ykn Fulbaana 11, 2013 hidhamtootaaf dhihaatu hime. Kanaafuu boru Jawar faa mana murtiitti dhiheessanii akka himannaan shororkeessummaa fi yakki gosa adda addaa 10 al tokkotti irratti baname itti himama jedhamee eeggama.

Haa ta’u malee hanga ammaatti wanti hidhamtotatti ykn abukaatota isaaniitti akkasumas abbaa murtiitti himame hin jiru. Beellamni kun kanuma Facebook Abbaa Alangaa irratti himame qofa. Saa’aa meeqatti akka dhihaatan wanti beekkame hin jiru. Boru dhihaachuu isaaniis Facebook irratti malee hidhamtoota ykn abukaatota isaaniitti wanti himame tokkolleen hin jiru. Jarri mana hidhaa jiru akkamitti Facebook irraa dubbisu? Gabaabumatti dhimmicha Abiy fi Abbaa Alangaa malee hanga saa’aa kanatti namni quba qabu hin jiru.
Irreechi kan ummataati. Kaadreen xalayaan wal qofa affeeruun waan hin taane. Kan xalayaan wal affeeranii baajii mormatti nama kaayan Irreecha irratti miti. Sun walgahii PP ti. Isa durumaa itti jirtu. Baajiin irreechaa garuu Oromummaadha. Mootummaan Oromummaa lagatu baajii Irreechaa qopheessuuf mooraalii hin qabu. Warri Oromummaa cabsaa jiru Irreechi irreeffatame jedhee suuraa ka’ee diraamaa nurratti hojjatu Oromoon dursee beeka; hin hayyamu. Oromoo yaa’ee irreeffachuu qaba. Geejjibni akka danqamu ajaja dabarsitan Oromoo Irreecha irraa hin hambisu. Oromoon miilaan deemee dhaqee irreeffata. Ammarraa eegaltanii akka Oromoon Finfinnee hin seenne karoorfattan hin milkaa’u! Dhiisaa! Aadaa Oromoo guddicha Irreecha cabsuuf wanti godhaa jirtan balaa guddaa isinitti kaasuuf deema. Irreechi kana Oromoof dhiisaa!

@oromotoo
@dedroro
@oro_fredom
@harargetub
Marii keenya galgala kanaatin qabiyyee Jechoota beektota lamaanii kana irratti yaada ilaalcha keenyaa wal jijjiirra.


πŸ‘‰Nama ija balleesse tokko ija isaatis kan balleessinu yoo ta'e addunyaa guutuun ballaa(jaamaa) taati.
#mahatama_gandhi

πŸ‘‰Namni toltuu hojjate jajjabeefamuu, Namni balleessaa hojjate ammoo murtii argachuu qaba.
#confisous

Mari'achuufπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@vipofficia
@vipofficia
@vipofficia
Yunivarsiitiin Amboo kabajaa guddaa qaba waan hin irranfatamnee kanaa dalaggu isaf

Haceen immoo yoom iyyuu taanan yadannoo saammuu keenyati
Hacee koo
Jabaa ilma hundessa
Hacee koo
Dugugguru qabsooko
Yoommu sifaana jirra.

"ANI SABAKOOF QAALIDHA, HIN GURGURAAMU YOOMUU HIN BITAMU"
jedhe du'eeka gootni koo
Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
πŸ‘‰β€πŸ™ŒWOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
πŸ™CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸŒ²πŸŒ²πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDETUOR
πŸ™ @ABDETUOR πŸ™
@ABDETUOR
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Goota onnee miliyoonotaa keessa jiraatu. Nagaan boqodhu!

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Goonkuma harka hin kennin.
πŸ’―Kuftuus ni kaata garuu irraa baradhu
πŸ’―dhabduus niin arkadhaa amani
πŸ’―Jaalalaan miidhamuun kee carraa gaarii siiflaataa akka jiru hubadhu.
@JECHOOTAHAYYOOTA
2024/09/29 01:19:49
Back to Top
HTML Embed Code: