Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Abbaan #Haacaaluu akkas jedhee dubbate yaa dargaggoo Oromoo yaa Qeerroo Oromoo jabaadhaa falmadhaa biyya ofii jechuun haadha ofii jechuudha kun ergaa guddaadha caqasaa.
Kun faajji kooti

This is my flag

ይሄ ነው ባንዲራዬ
⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉༄༄༄⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉

𝐋𝐄𝐓 𝐆𝐎 𝐎𝐅 :

Fear
Negativity
Gossiping
Comparing
Complaining

𝐇𝐎𝐋𝐃 𝐎𝐍 𝐓𝐎 :

Faith
Wisdom
Kindness
Good vibes
Loyal friends

⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉༄༄༄⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉⑉
#tips
GABRUMMAA SAMMUU.

↪️ Namni Sammuun gabroome of waliin wal loleetu , orma jaarsummaa lakkaaawwata.

↪️ Namni Sammuun gabroome nadhii dammaa gateetu , gagaa nyaachuuf olkaawwata.

↪️ Namni Sammuun gabroome mataa ofii hojiin ala godhee , kan nama biraan ergifatee yaaduu barbaada.

↪️ Namni Sammuun gabroome , harka hojii irra harka kadhaaf beekamtii kenna.

↪️ Namni Sammuun gabroome , waanuma isaan jedhan of se'a. Yoo horii jedhaniin , falmachuu dhiisee , marga dheeduu shaakala. Farda yoo jedhaniin dugdi isaa akka kooraaf baachuuf tolu ilaala.

↪️ Namni Sammuun gabroome , iddoo kennaniif taa'a , waan kennaniif nyaata , waan itti fe'an baata.

↪️ Namni Sammuun gabroome , nama ta'uu isaa namni biraa akka mirkaneessuuf ifaaja.

↪️ Namni Sammuun gabroome , hayyama namaan nyaata, karaa nama biraa irra kaata, abba torbii orma lakkaawwata.

↪️ Namni Sammuun gabroome , milkaa'ina warra biraa tolcha (magic) jedhee Odessa.

↪️ Namni Sammuun gabroome , bara irratti hojjechuu caalaa , barruu isaa raagduun akka jetteen bula.

↪️ Namni Sammuun gabroome haaraa ofiif bitate irra ,moofaa ormaa yoo miccatee uffate itti tola.

↪️ Namni Sammuun gabroome , gabrummaa isaa bilisummaa se'a.

↪️ Namni Sammuun gabroome, akka ofiitti yaaduu irra akka nama biraatti yaaduun qarooma jedhee amana.

↪️ Namni Sammuun gabroome, warra isaaf falman irra warra isatti falman jaalata.

© Galataa Tsaggaa Naggasaa 2020


@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
🏆🏆🏆🏆🏆
YAADAF👉 @ABDETUBOT
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
booda
<unknown>
Seenaa Oromoo Bardhibbee 16ffaa Booda.
#Bu'aa Duulli Oromoo Bardhibbee 16ffaa buuse
#Oromoo Fi Nageenya Gaanfa Afrikaa
#Ilaalcha Habashaa Ummata Oromoof Qaban


Maddoota:
1) Geetaachoo Hayilee Ye abbaa Baahire Dirsetoch Oromochn kemmimeleketu senedoch Gara : Oromochn, Finfine 2004,(1997 EC) , fuula 106,126,149, 123 & 123
2) Toleeraa Tasammaa fi Hundasaa Waaqwayyaa Seenaa Saba Oromooo fi Seenaa sirna Gadaa, Finfine 1995,....fuula, 73-74, 135
Waan hojjachuu yaadde hatattamaan hojitti hiiki.
Garagarummaan namoota Milka'anii fi  hin Milkoofne takkittiin,  namoonni milkaa'an waan yaadan hatattamaam hojitti hiiku.

Kufaati hin sodaatin.
Yeroon kufaati yeroo itti waa bartuudha. Akka hin kufne of amansiisuu qabda,  garuu dogongoroota kee irraa barachaa deemu qabda. Ilaalchi gaariin kun gara milka'inaa si geeysa.

Adda tahii argami waan addaa hojjatta.
Imala karaa milka'inaa jalqabuuf of-taate deemu qabda, matuma keetittu ofii keetiif amanuu qabda, atiis waan adda hojjatta, daddeebisii ofitti himi ati nama addaati.

Icitiin kee eeggadhu.
Imala kee garam akka tahe nama tokkofillee hin himin, yoo dubbatte hojjachuu irraa ni laafatta akka waan hojjatetti of ilaalata firii milkaa'ina keeti namoonni haa argani ati hojjadhu.

Ilaalcha gaariin if-marsi.
Ni danda'ama, itti gayama niin hojjadha ja'ii ofitti amani, namoota ilaalcha fokkotaa qaban irraa fagaadhu.

Guyyarraa sammuu tee harayoomsi.
Ofitti amani.
Ofitti amanuun milka'inaaf lafee-duydaati.

@DEDRORO
@DEDRORO
@DEDRORO
@OROMOTOO
#ODUU_AMMEE
~
Aadde Birtukaan Miidhagsaa aangoo dura taa'ummaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa fedhii ishiitiin gad lakkistee jirti!
Osoo OPDOn nama taatee jiraattee guyyaa Harra
Addababyi masqalaatti #Finfinnee handhuura
Oromiyaatti geeraree kan nugeerarsiisu sirbee kan
nubooharsu onnee gutuu dhan nutti kakaasu #Haace ture. Hiriyoota isaa wajjiin dhufee bakka qeerroowan miliyoonan laakkaahaman argamanitti artii Oromoo
calaqqisiisa ture.
Eega maal godhuu ?
Abiyyi Hacee Galafatee❗️
Hiriirri Mormii guddaan Qarree Oromoo Columbus, Ohio, Minneapolis Minnesotatti gaggeeffamaa jira;
#Slogan(Dhaadannoo)
1, FREE Jawar Mohammed, FREE Shamshudin, FREE Abdi, FREE Baqale, FREE Hamza...
2, FREE ALL OROMO POLITICAL PRISONERS,
3, STOP Genocide Oromo People, Ethiopia government STOP Killing Oromo People,
4, Abiy is a Killer, Abiy is a great Dictatorship,
5, NO JUSTICES NO PEACE, JUSTICE FOR OROMIA, JUSTICE FOR HACALU HUNDESSA,
6, JUSTICES Oromo People Down Down Abiy, Abiy Must go...........
Qarree Oromoo ummata keessaniif Sagalee taatan
Galatoomaa
Wayyaaneen Oromoo irratti yakki hojjatte yoomuu kan irraanfatamuu miti. ∆
Filannoo Tigraayin walqabatee garuu waan sadi sirriitti hubachuun barbaachisaadha...\
#Tokkoffaan ~ Wayyaanen Qabsoo Ganama Manaa
Baatef Tasuma Irraanfachuu Dhabuu Isheeti. Eenyuf akka qabsaa’aniifii maalif akka qabsaa’an hin daganne. Yeroo aangoorra turanis Ummata ofiitiin
qaana’anii hin beekan ~ Ummmata Warqii jedhanii
Ummata ofii ibsa turan. Ummata Tigraayif daggala
seenan, aarsaa kanfalanii aangoo qabatan, har’as
gaafa Oromoon Finfinneedhaa ofirraa ari’e Ummata isaanitti galan. Ummanni isaaniis nurraa deemaa jedhee hin ariine. Garaa bal’atee simate. Inni keenya immoo Ummata keessaa bahe rasaasaan akaaya, sanuu qaanyiif gara nyaattii tokko malee;
#Lammaffaan ~ Wayyaaneen hawwii Abiy Ahmad biyya guutuu kallattii ofii fedhuun masakuudhaaf
abjootu harkaa fashalsuu isaaniiti. Abiy sirna Nama
tokkoof itti sagadamu ijaaruu barbaada. Wayyaanen hiree keenyarratti murteessuudhaaf aangoo hin qabdu jetteen. Lameenuu ni dhaadatan, Abiy dhaadatee qilleensarratti hafe, isaan dhaadatanii qabatamaan itti agarsiisan. Filannoo gaggeessanii har’as Ummanni nu waliin jira jedhanii qabatamaan agarsiisan;
#Sadaffaan ~ Wayyaaneen Filannoodhaan walqabatee
Abiy Ahmadiin Adduunyaa duratti saaxiluu isheeti.
Abiy akka filannoo hin moo’anne waan hubateef
filannicha karaa seeran alaatiin dheeresse, aangoo
ofiitis seera malee dheereffate. Kanaaf sababni Kooroona ture. Kooroonaan akka sababa gahaa tahuu hindandeenye Wayyaneen Adduunyaatti agarsiisteerti. Bilxiginnaan kufus kufuu baatus Wayyaaneen Ummata ishee irraa koontraata wagga shanii dabalatteerti.
Kana eenyumtuu harkaa fudhachuu akka hin
dandeenye tilmaamun nama hin rakkisu.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ኑፍጠኛው አብይ አህመድ ሀገር ውስጥ genocide እያደረገ በውጪ ያሉት ስደተኞች በአብዛኛውን ኦሮሞዎች ወደሀገር እንዳይመለሱ በማድረግ ብዙዎቹ በተላላፊ በሽታ እየሞቱ ይገኛሉ Al jazeera እንዲህ ዘግቦታል
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ነፍጠኛ እንዴት ኦሮሞን በባርነት ይሸጥ እንደነበር እኝህ ቤተ እስራኤል ( ፈላሻ) የታሪክ ምሁር ይናገራሉ ።
ይህንን ነው የከፍታ ዘመን የሚሉን ወደኃላ እንመለስ የሚሉን

ሁሉም ብሄር ብሄረሰብ ነፍጠኛ የብሄር ብሄረስብ የምንግዜም ጠላት መሆኑን አዉቆ የኦሮሞ ትግልን መቀላቀልና ነፍጠኛን ለአንዴና ለመጨረሻ ግዜ ወደ ቀብር መክተት ያለባቹ
Ni deemtuu irree barana??

Bara haarawaa nuu dhuftee?
Moo baranaa nutti dhuftee?
Balbaala taam! nuuf bantee?
Balbaala taam nurraa cuftee?

Akkumaa barootaa darbee
Kichuu nurraa Soorattaa?
Moo mataa ol nu qabdee
Dhiifamaa nu gaafattaa?

Bara dhiiga dhuguu moo?
Bara dhugaa dhuguu?
Bara sanyii facaasuu moo?
Bara Sanyii duguuguu?

Bara gaafii deebisuu moo?
Bara gaafii gaafatuu?
Bara haqaa deebisuu moo?
Bara haqaa nyaatuu???

Hundaafuu baga dhuftee
Gaafiin si jaanjeessiinee
Waan jilleef Waan rakkanneef
Gaafii hedduummeessiinee!

Yaa Rabbii baraanaa baasii
Haqaa ijoollee tanaa
Itiittuu nu Obaasii
Nun Obaasiin canaa!

~ by S. T., 11/09/2020.

👇👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
Forwarded from Deleted Account
💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Waamicha guddaa namoota channel qabdan maraaf!!
Promotion chaanaali oromotaaf
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'i dandeessu
👉@ABDETUOR
👉@ABDETUOR
Oromiyaa guddoo keenya kallatti hundumaam haa guddisnu!
Chanaalotni afaan oroomoo afaan oromoo giddiisuu keessatti gahee guddaa qabu afaan keenyaan odeeffannoo, bashanana fi barnoota addaa addaa dabarsuun kanaaf chanalota afaan keenyaaf iddoo haa laannu!!
Galmaa'uuf👉@abdetuor
HUB:
Channee keessaan miseensa 10,000 gadi kan qabdanii yeroo gabaabatti gatii madaalawan ni hojjena
@abdetuor
@abdetuor
@abdetuor
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Oromoon akka malee dhiigaa fi du’aa jira. Warrii nuu ajjeesaa fi nu hidhaa jirani bor uffata mimidhagaa uuffatanii cooma murachaa ayyaana kabajatu. Harmeen oromoo garuu ijoollee ishee dhabdee bo’aa oolti. Nuti Hamilee kamiinuu ayyaana borii hin kanajinu. Kanaaf mormii keenya ibsuufi akka photo irrattii argamu kanattii , waraqaa irrattii “Free All Political Prisoners” , “Stop killing Oromo” , “Stop Arbitrary Arrests” barreessuun suura waliin ka’aatii bori(guyyaa ayyaana) post godhaa. Social media hunda duula kanaan guutu qabna. Kunii dirqama oromumma dha.
Samuel Bekele irraa
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een gatii madalawaadhan yeroo gababduu kessatti hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ABDETUOR

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ABDETUOR
2024/09/29 11:14:10
Back to Top
HTML Embed Code: