Telegram Web Link
Jette harreen qoraaniin..!

Akkuma dheengaddaa
Akkuma kaleessaa
Hanga yoomii ol baatee
Dugda koorra teessaa?
Si baadheen dadhabe
Waggaa dhibbaafi jaarraa
Nan nuffe - naaf game
Gadi bu'i narraa...
Namni daaraa hin beekne
Waa'ee abiddaa hin himtu
Mee na baadhuu ilaali
Akka ba'aan cimtu
leta kenei Aga
Usmee akkas hin janneetii shamarran keenya kun wanta miilatti kaayyatan kana hiikkaa isaa ni beekhan moo akkanumatti naqatanii ya'aniin??
#Sanuu ammafaa ganda guutuutu uffatuu eegalemoo maali waan saa? Nama baayyeerrattiin arkaa๐Ÿค”
#Wanti kun hedduu biyya faranjii keeysatti uffatama.
#Miila mirgaatti uffachuufii miila bitaatti uffachuun hiikaa adda addaati qaba. #Quba miilaatti uffachuuniis hiikkaa mataa isaati qaba. Ati maaliif jacha uffatte??๐Ÿ‘Ž.....!
๐Ÿ™ˆHin uffatin dhugaan siin ja'aatii๐Ÿ™
#Silaa waan inni tahe siif himee hanga amma uffatteehuu ni sheenoytaa๐Ÿ˜ข

๐Ÿ™ŠWay joollee baraa wahuma agartee dhageeyse cufaan boonuu feetaa waan si salphisullee yoo taheยฟยฟยฟยฟ
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“๐Ÿ’“
Waamicha guddaa namoota channel qabdan maraaf!!
Promotion chaanaali oromotaaf
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'i dandeessu
๐Ÿ‘‰@ABDETUOR
๐Ÿ‘‰@ABDETUOR
Oromiyaa guddoo keenya kallatti hundumaam haa guddisnu!
Chanaalotni afaan oroomoo afaan oromoo giddiisuu keessatti gahee guddaa qabu afaan keenyaan odeeffannoo, bashanana fi barnoota addaa addaa dabarsuun kanaaf chanalota afaan keenyaaf iddoo haa laannu!!
Galmaa'uuf๐Ÿ‘‰โœ…@abdetuor
HUB:
Channee keessaan miseensa 10,000 gadi kan qabdanii yeroo gabaabatti gatii madaalawan ni hojjena
@abdetuor
@abdetuor
@abdetuor
Kabajamtoota memberoota channeli ORO FEDERALISM UNION hundi keessan baga geessan isiniin hin ja'u.
Maalif? yoo jettan an lakkoofsa baraa kan habesha kanatti hin fayyadamu ja'ee kakadheetin jira ganallee itti hin fayyadamu kun murtii kiyya!!
Ok dhimma fardii har'atti yoon dabru yaada haaraa tokkon qabadhee dhufe. Barreeffamoota asirratti gad dhiifamu kana irratti yoo waliin mari'anne gaarii natti fakkaata warroonni fedhii qabdan Link groupii asii gadii kana join gochuun irratti hirmaachuu ni
Dandeessu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธWalaloo lataa qanaโ€™ii haadhakoo...
๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐˜€ ๐—ท๐—ถ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐˜€ ๐—›๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐˜‚๐˜‚ ๐—›๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ถ๐—น๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐—ป๐—ฒ ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—บ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚

DHUGAA ๐Ÿ‘

SOBA ๐Ÿ‘Ž
#FULBAANA 30 booda Qaamni Ani motummaadha ofin jedhu hin jiru!"

Dhuga ๐Ÿ‘


soba ๐Ÿ‘Ž


@OROMOTOO
@DEDRORO
@OROMOTOO
.........
Gafarsatti dabranii
qoraan cabsuunis hafe.
Hurufa Boobiirratti
jabbilee yaasuun hafe.
Bara jarri dhufanii loon teenyas indhumanii.
Idda Mashashaan dhufee birmadummaanis hafe.



...murtiin yaaโ€™ii Oromoota Gullallee bara sanaa (1875) inni walaloo-dhaan dabarfameeyyu*

Koottu,
Dhufe, Akka ati dhufte,
Nagaan biyyattaa dhufu,
Toltuun warrattaa dhufu,
Kormi gorbattaa dhufu,
Midhaan qeyeettaa dhufu!

Tume seera,
Muree seera,
Seerri seera Gullalleeti,
Seerri seera Tuulamaati,
Seerri seera abbootii Oromooti,
Hin darbatamu,
Hin dagatamu!

Luugama fardarraan baasin,
Meendhacha harkarraan baasin,
Kan dhufaa jiru diinaa,
Diinatti harkan kennatin!

Dhakaa kattaa tayii,
Dura jaajji,
Wantaa baldhaa tayi,
Dura jaajji!

Tume seera,
Mure seera,
Hin darbatamu,
Hin dagatamu!


Seenaa gosoota oromoo Tuulamaa fi Macca bahaa
#kurnan Gullallee
#Jahan Bachoo
#Sadeen Sooddo
#Afran Walisoo
#Jahan Ammayyaa
#Torban Kuttaayee
#Sadeen Aabbuu
#Afran Abbichuu
#Jahan Galaan

Yeroo dhiyootti nu eeggadhaa.
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Join godhaa

Hiriyoota kessanif #share #share


Yaada Fi gaaffii keessaan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ABDETUBOT
@ABDETUBOT
Nuun gaha
Kabajamtoota memberoota channeli ORO FEDERALISM UNION hundi keessan baga geessan isiniin hin ja'u.
Maalif? yoo jettan an lakkoofsa baraa kan habesha kanatti hin fayyadamu ja'ee kakadheetin jira ganallee itti hin fayyadamu kun murtii kiyya!!
Ok dhimma fardii har'atti yoon dabru yaada haaraa tokkon qabadhee dhufe. Barreeffamoota asirratti gad dhiifamu kana irratti yoo waliin mari'anne gaarii natti fakkaata warroonni fedhii qabdan Link groupii asii gadii kana join gochuun irratti hirmaachuu ni
Dandeessu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
Galmee Jawaar Mohaammad faa, waa'ee
qabeenya fi herrega baankii dhorkamee ilaalchisee har'a ajajni mana murtiitin kenname gara แ‰ แŒ แ‰…แˆ‹แ‹ญ แ‹.แˆ•. แ‰ แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆ แ‹จแ‰ฐแŒˆแŠ™ แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ถแ‰ฝ แˆ›แˆตแˆ˜แˆˆแˆต แ‹ณแ‹ญแˆฎแŠญแ‰ถแˆจแ‰ต geeffamee jira. Hojiirra oolchu moo maal godhu bullee laalla.
Dhimma Mishaa Cirrii ilaalchisee Abbaan Alangaa Mirga Wabii irratti Mana Murtii Waliigala Federaalaatti oliyynnaa gaafate waan ta'eef mirgi wabii eegamee ture haga yoonaa hojii irra hin oolle. Abukaatonni kanuma dhaddachatti iyyachuuf deemanillee abbootiin seeraa hin jiran waan jedhameef har'aaf hin milkoofne.
Garaagarummaa leenca fi jeedalloo ilaalamee!
#Jawar Live ~20000 waan inni jedhu dhaggeeffata.
#Abiyyi live ~257

~Oromoon eenyuu jaalataree?
A.jawar ๐Ÿ‘

B.Abiyyi ๐Ÿ‘Ž
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... ๐Ÿ‘†
Faayidaalee dhaqna ykn qaama dhiqachuu muraasa
ใ€Š1ใ€‹ Hanga sukkaaraa qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
ใ€Š2ใ€‹ Hargansuu fayyaalessa akka qabaannuuf ni tola.
ใ€Š3ใ€‹ Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa.
ใ€Š4ใ€‹ Hirriba ga'aa rafuuf.
ใ€Š5ใ€‹ Muddamuu nurraa qolata.
ใ€Š6ใ€‹ Wantoota barbaachisoo hin ta'iin qaama keenya keessaa ni dhabamsiisa.
ใ€Š7ใ€‹ Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala.
ใ€Š8ใ€‹Dhukkubbii maashaa ni hir'isa.
ใ€Š9ใ€‹ Fuula qulqulluu fi bareedaa akka qabaatnu taasisa.
ใ€Š10ใ€‹Of jibbuu nurraa ittisa.

Kanaafuu dhaqna ykn Qaama keenya dhiqachuun fayyaa keenya haa tumsinu.
Galatoomaa.

Fayyaan faaya


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Chaanaalii kana keessatti:-

๐Ÿ‘‰kitaabilee dubbisaaf tolan
๐Ÿ‘‰Cuunfaa kitaabilee
๐Ÿ‘‰Barreeffamoota Xiinsammuu
๐Ÿ‘‰Walaloowwan dhaamsa qaban
๐Ÿ‘‰Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
๐Ÿ‘‰Qaaccessawan garaa garaa
โšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธ ni argattu!

Maarree ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@IBSAMTUBE
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO
@OROMO7 join godhaa!

โœ”Waan filattaniif galatoomaa!๐Ÿ™
Dargaggeessi, Qeerroon jabaadha falmadhaa."Haadhoon ofii biyya ofiiti"

Obboo Hundeessaa Boonsaa Har'a OBN irratti
2024/09/29 13:20:06
Back to Top
HTML Embed Code: