Telegram Web Link
JECHOOTA JAWAAR MOHAAMMAD
1. Quba natti qabuu mitii Qabsoo oromootiif
jecha qawweellee yoo natti qaban daqiiqaa
tokkoofuu hinlimsadhu.
2. Beekkumsaaf dandeetti qabnuun sabaaf halkaniif guyyaa hojjannee diinni nu tuffachuu ture hunduu fakkii nu godhatee
Waan hundaan Lik Inda oromowochu akka jedhanni goona.
3. Nuti Gabrummaa hiddaan buqqisna bilisummaa ilmaan dhaalchisna.
4. Woyyaaneen tun oromoo jiilchuuf yaaddee akkanatti dhiiga jiksiti,Akka dhiigni jiguun
garuu dhiigni daran danfa.
5. Mallas oromoo biyyeetti makeera jedheetiin shakkiidhaan malee du'e, tolte ka'ee bakka nuti geenye kan osoo argeetii lammata rifaatuudhaan du'a.
6. Dhakaa diinni nutti darbuun dallaaf OMN ijaarre dhakaa firri darbuun ammoo gidaara manaaf biyya ijaarraa beekaa.
7. Dursi koo oromummaa kooti.
8. Hin rafnu jennee hinrafnee qilleensa oromiyaadhaa bilisoomsine.
9. Qabsoof dhiigni qeerroof ummanni oromoo murannoon godhan gootaaf hayyuu diina wajjiin ture hundaa bobaa diinaatii baasee
qabsootti makeera.
10. Diinni lammata qeerroo oromoo gabroomsuuf yaade abjun hiika wohiituu
hinqabne abjoote jechuu beekaa.
11. OPDO'n walitti mufanne malee garaan addaan akka nu hincitin haa beekan.
12. Akkuma lammaa dura morme abiyyiinis morma, gaafa hojii gaarii sabaaf dalagu arge hunda caala anatuu abiyyiinis gama hundaan deegara.
13. Olaantummaan ilmaan alagaadhaa qilleensa oromiyaarratti qabdu cabde.
The modern political icon jewar mohammed


@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
by #abdetu
Kana Beektu laata?
1980 keessa Joorj namichi jedhamu dhukuba OCD kan qabu of ajjeesuudhaaf jedhee rasaasa sammuu isaatti gadhiise
Rasaasattin sammuu Joorj balleessuu dhiistee Qorichaa tateef waggaa 5n booda Joorj straight A fiduun Barataa kolleejjii cimaa tahee.
Ampooliin kun bara 1901 A. L. A irraa eegalee hanga arraa ifaa jira.... ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ


#kana_beektu_laata?

@DEDRORO
@DEDRORO
Lammii Amerika kan taate Nadea Suleman bara 2009 A.L.A ijollee 8 yeroo tokkotti dhaltee turte....wanti daran ajaa'iba namatti ta'u hundi isaani lubbuun ni jiru yeroo amatis waggaa 11 ta'anii jiran...
Odeeffannoo, yaadaa fi gaaffii qabdan ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ @ABDETUBOT ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ irratti nuuf ergaa. Galatoomaa!
.
.
.
.
.











@OROMOTOO
@DEDRORO
แ‹จแ‹“แˆˆแˆ›แ‰ฝแŠ• แ‰ตแˆแ‰ แ‰€แŠ•แ‹ต แŠ แ‹แŒฃ แ‰ แŠฅแˆญแ‹แˆ˜แ‰ฑ 91 แˆดแŠ•แ‰ฒแˆœแ‰ตแˆญ แ‹ญแ‹ฐแˆญแˆณแˆ! ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿš
#Join_Us & #Share ๐Ÿ™


@DEDRORO
@DEDRORO
Chaanaalii kana keessatti:-

๐Ÿ‘‰kitaabilee dubbisaaf tolan
๐Ÿ‘‰Cuunfaa kitaabilee
๐Ÿ‘‰Barreeffamoota Xiinsammuu
๐Ÿ‘‰Walaloowwan dhaamsa qaban
๐Ÿ‘‰Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
๐Ÿ‘‰Qaaccessawan garaa garaa
โšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธ ni argattu!

Maarree ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@IBSAMTUBE join godhaa!

โœ”Waan filattaniif galatoomaa!๐Ÿ™
"Harargummaan lafa - Oromummaan nafa" jedhan warri Harargee! Animmoo kana dura walaloo koo keessatti akkas jedheen ture:
~
Wal horree baay'anneetuu
Gargar facaane malee
Kaan aanaa taanee -
Kaanis godina taane malee
Hiddaanis ta'e jilbaan
Gargar miti gonkumaa
Eessayyuu yoo jiraate
Oromoon koo tokkuma!
~
"Isaan kun warra Gujii
Isaan sun warra Iluu"
Jettee ishee nu ciccirtu
Jinniin mataatti haa galu
"Isaan kun warra Booranaa
Isaan sun warra Jimmaa"
Jettee isheen nu qoqqooddu
Haa taatu nyaata rirmaa!
"Isaan sun warra Arsii
Isaan kuni Baaleedha"
Jettee isheen nu qoqqooddu
Hiika hin qabdu gaaleedha
"Isaan kun warra Shawaa
Isaan sun kan Wallaggaa"
Jettee ishee nu facaastuuf
Waaqnuu hin sifeessiin dhangaa
"Isaan kun warra Walloo
Isaan kun warra Harargee"
Jettee kan nu facaastu haadhoo re'ee haa fakkaattu
Eegeefi gaafni itti margee!
~
Warra gamanaa miti
Warra gamasiis miti
Hortee hidda abbaa tokkoo
Oromoodha nu marti!
Eenyummaa dhugaan bula
Ijaarsa sobaa diiga
Oromoo kan tokko godhu
Siyaasa miti - dhiiga!
Diinoonni ummata Oromoo lamaan Nafxega fi TPLFn yeroo dhiyootti Lola banuuf qophii irra jiruโ—๏ธDhimmi Nafxega fi TPLFn wal rukute dhimma ummata Oromoo miti! Kanaaf Ijoollee Oromoo Raayyaa ittisa Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Humna addaa Oromiyaa keessa jirtan Lubbuu keessan waan dhimma Oromoo hin taane irratti balleessuu irra akka
of qusattan dhaamsa isiniif goona! TPLF fi Nafxega waliin lola seenu irra Qeerroofi Qarree Mormii irra jiran bira dhaabachuutu ummata Oromoo fayyada hubadhaa!! Ijoollee Oromoo Raayyaa ittisa
Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Humna addaa Oromiyaa keessa jiran biraan ga'aa!
Qeerroo Harargee jirtuu?
Qeerroo Shawaa jirtuu?
Qeerroo Arsii jirtuu?
Qeerroo Wallaggaa jirtuu?
Qeerroo Baalee jirtuu?
Qeerroo Gujii jirtuu?
Qeerroo Booranaa jirtuu?
Qeerroo Jimmaa jirtuu?
Qeerroo Iluu jirtuu?
Qeerroo Walloo jirtuu?
Qeerroo Karrayyuu jirtuu?

Maalitti Jirtuu?
Forwarded from Bahar Tech Insights
Amaloota Namoota Gammachuu qabanii.

1)  Rabbii waliin hariiroo cimtuu qabu.
2) Hedduu hin dubbatan.
3) Waan haraya baruuf tattaafatu.
4) Nama hundahuu gammachuun simatu.
5) Obboroon/Subiin ka'u.
6) Mul'ata guddaa qabu.
7) Seequ heddumessu.
8) Dhugaa qofa dubbatu.
9) Hiriyyaa gaarii filatu.
10) Waan qaban guddifatu.
11) Obboleessaaf gammadu.
12) Nama gargaaru.
13) Waan hin taane kessa hin galan.

www.tg-me.com/IbsamTube
Akkana laal...โ˜˜

Ol jattee jiraachuuf gad jattee hojjachuun ykn barachuun dirqama keeti.
๐Ÿค”Odoo hiyyeeyyi taanee jirruu,odoo wallaala qabnuu,odoo waa hedduu hawwinuu,odoo karoora dila karoorfannee jirruu,odoo guddannee mullachuu feenuu hojii tuffachuufii gad jannee hojjachuurraa hifachuun kun eeysaan akkatti dhufee nuun marse laata..
โœKaayyoo qabdu bira gahuuf hifannoota si keeysa jiruufii lubbuutee mootee yooniif irra aanuu baatte na amani kaayyoo kee bira gahuu dhiisiitii jireenya kee khana xiqqo tokkoohuu achi siiysuu hin dandeeysuutii...!
๐Ÿ˜Dhaamsi itti fufa...โ˜˜
๐ŸŒธ @oromotoo
/// //// //// //// ///

YAADA BABBAREEDAA AFUR!

1โƒฃ Ofi duuba laalii, muuxannoo fudhu!
2โƒฃ Fuuldura kee ilaalii, abdii horadhu!
3โƒฃ Cinaa kee ilaalii, dhugaa jiru hubadhu!
4โƒฃ Keessa kee ilaalii, mataa kee bari!
โœ @oromotoo
2024/09/29 21:22:25
Back to Top
HTML Embed Code: