Telegram Web Link
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
A-Abbaa Qeerrooti
B-Bareedaa Namaati
C-Carraa Qabeessa
D-Daandii Bilisummaati
E-Eebbifamaa Namaati
F-Farraa Dinaati
G-Goota Haqaa dubbata
H-Haayyuu Sabaati
I-Ija Ummataati
J-Jaanjeessaa Wayyaaneetii
K-Kennaa Oromooti
L-Leenca Sabaati
M-Maandisa Qabsooti
N-Naadhii Dammaati Dubbiinsa
O-Oromoo Qulqulluudha
P-Partii Ummataati
Q-Quqamaa mirgaa dhala namaati
R-Roraasaa Dinaati
S-Sabboonaa Oromooti
V-Video Ummataati
T-Tokkummeessa Oromooti
W-Wixinee Qabsooti
Y-Yaaddeessa Nafxanyati
Z-Zeroon Baayisa Dinaa Hundaati
#Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Maqaan keenya tokkumma
Walumati waamamne
Madaan keenyas tokkumma
Waluman dhaanamne



"Leta Kenei Aga"
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Gaafa Tokko Mucaan Waggaa Afurii Kan Gurri Isaa Hin Dhageenye Tokko Waraqaa Barsiisaan Isaa Itti Kanne Tokko Kiisii(Giiphii) Keeysa Kaawwatee Gara Manaa Gale.Barreeyfamni Barsiisaan Barreeysee Itti Kanne Kuniis " Toomiin kee barnootatti Dadhabaa waan taheef lammata Mana barumsaatti hin ergin"Kan Jadhu Ture. Haatii Mucaa Kanaas Erga Waraqaa Kana dubbiftee Booda "Toomiin Koo Dadhabaa Miti Aniyyuu Naan Barsiifadhaa"Jatte.
Namni Kun #Toomas_Idisan Ture
Toomas Idisan Jachuun Nama Ifaa( Electric)Yeroo Jalqabaatiif Argateedha‼️
πŸ‘ˆAtiis Ilaalcha Kee Jijjiiri Waan Barbaadde Ni Hojjattaa‼️
πŸ‘ˆAti Dadhabaa Miti Ilaalcha Keetiituu Si Sobaa Jira Malee‼️
"Injifachuu Ni Dandeeysa Dura Akka Dandeeysu Sammuudhaan Itti Amani"
#Kophaa tee taatullee dandii sirriidha jattee itti amanterra deem ! #Daandii san gaafa xumurte irraa achi baate namoota hedduu si hordofan tokkoon walitti bahuuf jiraattaatii !

😍Dhaamsi itti fufa..._!

Join share godhudhan nu cinaa dhaabadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
β“α‹­αˆ…αŠ•αŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆ‰β“

β˜‘οΈα‰³α‹­α‹‹αŠ• α‹αˆ΅αŒ₯ α‹«αˆˆ αŠ αŠ•α‹΅ αŠ«αˆα“αŠ’ αˆ°αˆƒαŠ•α£αˆ›αŠ•αŠͺα‹« αŠ₯αŠ“ ሹካ αŠ¨αˆ΅αŠ•α‹΄ αŠα‹ α‹¨αˆšα‹«αˆ˜αˆ­α‰°α‹α’ αˆ΅αˆˆα‹šαˆ… ምግα‰₯αˆ…αŠ• αˆ΅α‰΅αŒ¨αˆ΅ αˆƒαŠ‘αŠ•αˆ αˆ†αŠ αˆ›αŠ•αŠͺα‹«α‹αŠ• መα‰₯αˆ‹α‰΅ α‰΅α‰½αˆ‹αˆˆαˆ…α’

#Join_Us & #Share πŸ™

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@DEDRORO
@OROMOTOO
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
Turtii Dhaddacha Waaree Duraa Ragaa Dhoksaa (Maggaaraa Duubaa) Dhagahuu

Galmee Jawaar Mohaammad faa N-14 kan Qorannoo duraa (α‰€α‹³αˆš ምርመራ) ilaalchisee ragaan abbaa Alangaa har'as dhagahamuun itti fufeera. Abbaan alangaa ragoota 4 dhiyeessuusaa ibsee, haaluma kanaan qondaalli Foolisii Oromiyaa olaanaan eenyummaan isaa hin ibsamin tokko Waaree Dura jecha ragummaa isaa kenneera.

Dhimma dhagahamuu fi ragaa maggaarajaa duubaa akkasumas eenyummaa dhoksu kanarratti komannee oliyyannoon keenya Mana Murtii Olaanaatti ilaalamaa kan jiru tahullee ragumti nu mormine kunniin Mana Murtii Sadarkaa Duraarratti itti fufee dhagahamuun waan nama dhibu. Oliyyannoo dhimma kanarratti dhiyeessine dhaddacha kaleessa ooleen Qaammee 3 bara 2012 Sa'aa 8:00'titti beellamamuun ni yaadatama.

Waaree Booda kana ragoonni hafan kan dhagahaman tahu dhaddachi ibsee laaqanaaf bahamee jira.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Allahan Qaba)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!❀❀
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”“πŸ”‘ JOINπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β¬‡β¬‡β¬‡β¬‡βœ… πŸ‘‰πŸ‘‰ @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
A-Abbaa Qeerrooti
B-Bareedaa Namaati
C-Carraa Qabeessa
D-Daandii Bilisummaati
E-Eebbifamaa Namaati
F-Farraa Dinaati
G-Goota Haqaa dubbata
H-Haayyuu Sabaati
I-Ija Ummataati

@OROMOTOO
@DEDRORO
Ethiopia political uncertainty and Oromo persecution disturbing – Australian MP

@OROMOTOO
@DEDRORO
Cinaachi cinaa male
Oromoon jawaar male
Ciise hin bulu

#hiiki_ni_hiiktaa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Maqaan keenya tokkumma
Walumati waamamne
Madaan keenyas tokkumma
Waluman dhaanamne



"Leta Kenei Aga"
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
ORO PEACE AND FREDOM
β›³πŸ™HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KANA JALATTI BEEKSISA HOJJATAMU KANA NAMOOTA BEEKSISA HOJJATAN QUNNAMUUDHAF JOIN GODHA!

JOIN JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@OROPRO πŸ‘ˆ
@OROPRO πŸ‘ˆ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
https://www.tg-me.com/OROPRO
β€‹α‹­αˆ…αŠ•αŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆ‰?

🐜🐜
αŠ α‹αˆ΅α‰΅αˆ«αˆŠα‹« α‹αˆ΅αŒ₯ α‹«αˆˆα‹ α‰₯ልሎግ αŠ αŠ•α‰΅ α‹¨α‰°α‰£αˆˆα‹ αŒ‰αŠ•α‹³αŠ• αŠ¨α‰°αŠ“α‹°αˆ α‰ 15ደቂቃ α‹αˆ΅αŒ₯ αˆ˜αŒα‹°αˆ α‹­α‰½αˆ‹αˆ ! !πŸ˜“
#Join_Us & #Share πŸ™


@DEDRORO
@OROMOTOO
β€‹β€‹β€‹α‹­αˆ…αŠ• ያውቁ αŠ–αˆ―αˆβ“

BOWHEAD WHALE α‹¨α‰°αˆ°αŠ˜α‹ α‹¨αŠ αˆ³ α‹αˆ­α‹« ከ2 αˆ˜α‰Ά αŠ αˆ˜α‰³α‰΅ α‹ˆα‹­αˆ 2 century α‰ αˆ‹α‹­ αˆ˜αŠ–αˆ­ α‹­α‰½αˆ‹αˆα£ α‹­αˆ…αˆ α‰₯α‰ΈαŠ›α‹ ለርα‹₯ም αŠ αˆ˜α‰΅ α‹¨αˆšαŠ–αˆ­ አαŒ₯α‰’ αŠ₯αŠ•αˆ°αˆ³ α‹«α‹°αˆ­αŒˆα‹‹αˆ
#Join_Us & #Share πŸ™


@DEDRORO
@HARARGETUB
2024/09/30 01:21:33
Back to Top
HTML Embed Code: