Warri suura keessa akka qilleensa irra isif olu barbada as irra ergu dandessu ⤵️⤵️⤵️⤵️
@ABDETUBOT
@ABDETUBOT
@ABDETUBOT
@ABDETUBOT
Humnoonni Nageenyaa Federaalaa magaala Maqalee gadhiisanii bahuu isaani gabaafame!
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Poolisii Federaalaa magaalaa Maqalee keessatti qubatanii turan Wixata, Waxabajjii 21, 2013 ALH sa'aatii booda guutummaa guutuutti magaalittii gadhiisanii bahuu isaani jiraattonni ijaan argan himan.
Humnoonni nageenyaa federaalaa magaalitti gadhiisanii bahuu isaanii hordofee humnoonni finciltoota (ABUT) gara Maqalee galuu eegalu isaani jiraattonni ijaan argan kun eeraniiru.
Humnoonni nageenyaa mootummaa federaalaa konkolaata waraanaa fi siivilii baay'een meeshaalee waraanaa guutuu fe'atanii karaa Kuwihaa fi Ashagoodaa gara naannoo Affaar bahuu isaani jiraattonni kun himaniiru.
Har'a irraa eegalee Daandiin Xiyyaara Itoophiyaa balalii gara naannoo san godhu kan dhaabe yoo ta'u, Televizhiniin mootummaan naannichaan hogganamaa ture 'Tigrai TV' tamsaasa isaa addaan kuteera.
Barattoonni mooraa yuunivarsitii Maqalee keessaa ba'uu akkasumas seenuullee dhorkamanii jiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA.

Humnootiin TPLF lola baatii saddeetii booda deebiisanii Maqalee to'atan.
Humnootiin TPLF magaalaa guddoo NaannooTigraay, Maqalee to'achuu isaanii maddeen qabatamoo ta'an BBCf mirkanneessan. Ummanni magaalattiis daandiitti bahuun gammachusaanii ibsachaa jiraachuus jiraattonni BBCtti himaniiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Humnootiin TPLF deebiisanii Maqalee to'atan
Humnootiin TPLF magaalaa guddoo NaannooTigraay Maqalee to'achuufi ummanni daandiitti bahuun gammachusaanii ibsaa jiraachu maddeen qabatamoo ta'an BBCf mirkanneessan.
Waraana Tigiraay: Dhimma Tigraay irratti US fi UKn 'walgahii hatattamaa UN waaman'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57629417
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57629417
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: UN dhimma Tigraayirratti walgahii hatattamaa akka waamuuf gaafatame
Ameerikaa, Biriteen fi Ayarlaand dhimma waldhabdee naannoo Tigraay irratti mari’achuuf jecha walga’ii hatattamaa mana maree nageenya UN waaman.
Watch "NEW Diraama ijoolee Oromoo Daawadhaa" on YouTube
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
YouTube
NEW Diraama Ijoolee Harargee Dawaadha
Kabajamtoota keenya jaalatamoo like share subscribe gochuu hin dagatinaa jechaa itti Aansudhaan Diraama Aja'ibaa qophessaa waan jiruuf yeroo dhihotti nuu Eegaa isinin jenna
Hariiroon mootummaa naannoo Tigraay bulchaa ture Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) fi mootummaa Federaalaa giduutti hammaate gara waraanaatti jijiiramee torban sadii keessatti raayyaan ittisa biyyaa magaalaa guddoo Tigraay Maqalee to'ate.
Aanga'oonniifi humnoonni TPLF Maqalee keessaa baqatanii jüoota saddetiin booda deebiyanii Waxabaji 28, 2021 magaalatti to'achuun isaanii himameera.
Wiixata waaree boodarraa kaasee muddama keessa kan turte magaalaan Maqalee, halkan humnoonni finciltootaa kun magaalattii keessatti mul'achuusaanii hordofee jiraattonni hedduun daandiitti bahanii alaabaa naannichaa mirmirsaa gammachuusaanii ibsachaa akka turan gabaasaaleen mul'isaniiru.
Magaalaan Maqalee to'annoo mootummaa Federaalaatiin ala ta'uushee aanga'aan mootummaa tokko akka mirkaneesseef burqaan oduu Firaans Ajaans Firaans Pirees gabaaseera.

Dhuka dubbiiti
"Hachalu koo sis dhabeen dhugaa keetis dhabe.
Kan si nyaattees kan si nyaachiftes ishuma (miciyyoo sibira turte) sani."
Jaartii Hachalu Hundessa
"Humnan Dhabe malee nama Mucaa koo ajjeese nan beeka" Abbaa Hachalu Hundessa
Osoo maatiin akkanatti ifa baasee dubbachaa jiruu dhugaa Hachalu irra taa'anii bu'aa siyaasatiif oolfachaa jirti murni aangorra jirtu.
Dhiiga mucaa kanaa ittii daldalaa dhugaa akka hin baanef haguuggi itti tahanii lafarra harkisaa jiru.
Gumaan Haacaaluu qabsoon malee akka hin baanes kanaaf beekun dirqama tahe. Haacaaluu qofa osoon taane gumaan ilmaan oromoo qabsoo oromorratti kufanii hundi qabsoon malee qoosaa akkanaa kanaan hin baatu.
Dubbii teenyarratti intalti isa bira turte suni maqaa ragaatu dhabame jedhuun mirga wabiitin akka baatu murtaahun isaa ni yaadatama.

Namichi leenca manatti guddisaa ture sababa Tik Tokn harkaa fudhatame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57622204
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57622204
BBC News Afaan Oromoo
Namichi leenca manatti guddisaa ture sababa Tik Tok'n harkaa fudhatame
Leenci karaa seeraan alaa mana namaa galfatamuun osoo hammatamuu fi dhaqinsaa miicamuu viidiyoon isaa karaa miidiyaalee hawaasaa bahee argame, aanga'oonni akka fudhatan ta'e.
Obbo Jawaarfaa "murteen mana murtii kabajamaa hin jiru" jechuun dhaddacharraa hafan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57634154
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57634154
BBC News Afaan Oromoo
Obbo Jawaarfaa "murteen mana murtii kabajamaa hin jiru" jechuun dhaddacharraa hafan
Obbo Jawaar dabalatee namoonni afur "murteen manni murtii kennu kabajamaa hin jiru" jechuun dhaddacha har'aa irraa hafan.
Murtee waraanaa dhaabuu Tigraay fi gaaffilee deebii hin argatiin
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57655440
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57655440
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Murtee waraanaa dhaabuu Tigraay fi gaaffilee deebii hin argatiin
Sababii waraana naannichatti gageeffamaa turen walqabatee aanga'oonniifi humnoonni Ittisa Tigraay kan Maqaleedhaa baqatanii turan, ji'oota saddetiin booda Waxabajji 28, 2021 deebi'anii Magaalaa guddiittii naannichaa to'atan.
Waraana Tigraay፡ Deebii dippilomaatootiifi biyyoonni murtee dhukaasaa dhaabuu mootummaa Itoophiyaaf kennan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57662816
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57662816
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay፡ Deebii dippilomaatootiifi biyyoonni murtee dhukaasaa dhaabuu mootummaa Itoophiyaaf kennan
Waamicha naannoo Tigraay keessatti dhukaasa dhaabuu addatti motummaan Itoophiyaa ofiin taasiseef qaamooleen adda addaa walitti bu'insicha dhaabuuf tarkaanfii gaariidha ta'u ibsaan.
Waraana Tigraay: 'Raayyaan ittisaa ajajamnaan Maqalee deebisee to'achuu danda'a'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57665021
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57665021
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: 'Raayyaan ittisaa ajajamnaan Maqalee deebisee to'achuu danda'a'
Waraana Tigiraayiin loltoonni fi lammiilee nagaan lakkoofsi isaanii guddaa tahe ajjeefamuu Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen himan.
Yeroo humnoonni TPLF Maqalee galan maaltu ta'e?
Humnoonni naannoo Tigraay waraana baatiiwwan saddeetiin ol tureen booda Waxabajji 28, 2021 magaalaa Maqalee yeroo deebisanii qabatan ummanni hedduun gammachuu ibsachuuf daandiitti bahan.
Jiraattoonni magaalattii alaabaa mirmiirsaafi richiitii dhukaasaa miira gammachuu isaanii akka ibsatan dubbatu.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Humnoonni naannoo Tigraay waraana baatiiwwan saddeetiin ol tureen booda Waxabajji 28, 2021 magaalaa Maqalee yeroo deebisanii qabatan ummanni hedduun gammachuu ibsachuuf daandiitti bahan.
Jiraattoonni magaalattii alaabaa mirmiirsaafi richiitii dhukaasaa miira gammachuu isaanii akka ibsatan dubbatu.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Telegraph
Yeroo humnoonni TPLF Maqalee galan maaltu ta'e? - BBC News Afaan Oromoo
Loltoonni Eertiraa magaalaa Shiree keessaa bahuu hordofee, deeggartoonni TPLF wayita gammachuu ibsatan Humnoonni naannoo Tigraay waraana baatiiwwan saddeetiin ol tureen booda Waxabajji 28, 2021 magaalaa Maqalee yeroo deebisanii qabatan ummanni hedduun gammachuu…