Telegram Web Link
Forwarded from Qerroo media
𝐒𝐈𝐑𝐁𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐘𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀.💪
Barattootni Mana barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) qabxii 669 boonsaa galmeessan.

Barattan Mana Barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) Yuunivarsiitii bara 2012 qabxii Olaanaa galmeesisuun rikardii araa 669 galmesee 👏

Barattan Buruk bagaa gammadeee mattin isalee bagaa gammadan

Qabxiin isaa kan armaan gadittii 👇
📌Biology 97
📌Chemistry 95
📌Civics 98
📌English 95
📌Mathematics Nat. Sc. 95
📌Physics 96
📌Scholastic Aptitude 93

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Yeroon seensaa yuunvarsiitii

Yeroon seensaa yuunvarsiitii fi qabxiin darbiinsaa ilaalchisee Ministeeraa Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa olaanoo waliin hojjetamaa jiraachuu Dooktar Dilaamoo Otaree himaniiru.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Wareegamtoota ilmaan Oromoo Walloo
1. Aliyyi Hasee Bulee - G/H/Tukkuyyee
2. Ahmad Aliyyi Gilalaa- G/D/Coqorsoo
3. Xoohaa Adam Xoohaa- G/B/Ededaa
4. Abdallaa Umar Boruu- G/C/R02
5. Adam Hasan Daayid- G/Haraa
6. Ahmad Muhee Xaahiir- G/Shaashoo
7. Umar Muhammad- G/Fursee
8. Ahmad Muhammad Maahessaa(Jazbe
e)- G/Fursee
9. Hasan Ahmad Arbiyyee- G/C/Dirree
10. Umar Ahmad Adee- G/C/Dirree
11. Umar Muhammad Muusee- G/C/Dirree
12. Hasan Husseenee Hasanee- G/C/Dirree
13. Muhammad Ahmad Abduu- G/C/Dirree
14. Ahmad Yuusuf Siraaj- G/C/Dirree
15. Ahmad Yuusuf Bayyanaa- G/C/Dirree
16. Ahmad Husseen Diingoo- G/C/Dirree
17. Umar Ahmad - G/C/Dirree
18. Abdallaa Umar- G/C/Dirree
19. Muhammad Hasee- G/H/Tukkuyyee
20. Ahmad Kadir-G/C/Dirree
21. Ahmad Husseen Khaliil- G/Jaarraa Qacamaa
22. Abduu Aliyyi 2 G/D/Coqorsoo
23. Husseen Adee 10 G/D/Coqorsoo
24. Sayiduu Muhalee 7 D/Coqorsoo
25. Sayid Husseen 5 D/Coqorsoo
26. Muhammad Sayid She Muhee 4 D/Coqorsoo
27. Ahmad Husseen 10 B/Ededaa
28. Muhammad Husseen Boruu B/ Ededaa
29. Aliyyi Abbeeroo B/Ededaa
30. Ahmaddiin Muhammad Jibriil B/Ededaa
31. Muhammad Adam Xoohaa B/Ededaa
RIP
Forwarded from OBORRAA POST (I ªM ABĐªŦÙ)
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 550 birr
5000 member _ _ _650birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Geerarsa Haacaaluu (Full Text)
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
Jirtuu?, Hin Dhagaahamu, hin dhagaahamu jechaa jiru warri
Ameerikaa.
Jirtuu?, Jirtuu?...
Ijoolleen Goojjam Jirtuu?
Goojjam Matakkal Jirtuu?
Ijoolleen Raayyaa Jirtuu?
Raayyaa Raayituu Jirtuu?
Ijoolleen Walloo Jirtuu?
Walloo Kamisee Jirtuu?
Ijoolleen Wallaggaa Jirtuu?
Ijoolleen Arsii Jirtuu?
Ijoolleen Booranaa Jirtuu?
Ijoolleen Tuulamaa Jirtuu?
Ayiiiiiiiiiiiiiii..
Ani Maalan godheree
Maalan gochuu dideree
Manni Keenya holqaare(×)
Tabba Gubbaadha malee(×2)
Oromoon Biyya Diigaaree
Biyya Ijaara Malee(×2)
Ya Ijoollee Biyya kootii(×2)
Hundumtuun Haadhoo Kooti(×2)
Hangariin Garaa siree
Nooraan garaa dhidheessaa
An Yooman garaa hiree
An Haacaaluu Hundeessaa
Nan Joore Nan Joorekaa
Foon maddii na qoorekaa
Ya ijoollee biyya kootii(×2)
Hundumtun haadhoo kooti(×2)
Qamalee koo Qamalittii(×2)
Yaa Ishee goongoorra utaaltu
Arbi ciinjiijjiitti dhale
Akkamiin rafnee bulla
Fuulduraan otoo eegnuu
Diinni boroodhaan gale
Akkamiin Rafnee Bulla
Nuti Jaalala jenna
Diinni Ammas nuun ciisne
Kunoo mi'eessoon galee
Rasaasaan nu waxalee
Akkamiin rafnee bulla
Diinni silaa nuun ciisne
Kunoo cinaaksan gale
Rasaasaan nu waxalee
Nurraa Dhowwi ya Lammaa
Nurraa Dhowwi ya Abiyyii
Nurraa Dhowwaa yaa biyyaa
Yookaan qeerroottan iyyaa...
Gaarri shiraan tuulame
Biiftuu Baatu Dhoksaaree
Kan Du'e Seenaatti Hafe
Kan lufe silaa lufe
Kan dhufes dhiigaan dhufe
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoophiyaa jigde kaasekaa
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoo_eertiraa walitti araarsekaa
Nan sobee...Nan Sobee...Nan Sobee
Nan Sobee Ijoollee Oromoo
Nan Sobee Ijoollee Biyyakoo
Galma Dhugaa Ijaaruuf
Galma Sobaa Raasekaa
Galma Dhugaas Lafeedhaan
Ni Ijaarranna Boru
Galma Dhugaas Jaalalaan
Ni Ijaarranna Boruu
Otuma Moortuun Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Otoo Addageen Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Ni Hora Abbaan Horu
Ni Hora Abbaan Horuuu.
⚫️🔴⚪️
Waggaa waggaan [April 1] guyyaa gowwomsaa [April Fools' Day] jedhamuun keessumaa biyyoota Lixaattti kabajama.

Guyyaa kana namoonni qoosaafi odeeffannoo sobaallee namaa qoodu. Gaafa abbichi waan jedhame san raawwate 'si gowwomsee [April Fools]' jechuun itti cooku.

Wantoota akkanaa irratti namoota qofa osoo hin taane miidiyaaleen illee qooda fudhatu. guyyaa san akka hin gowwoomfamne of eeggata.

#Nuti ammoo wanni akka kanaa #Aad malee jenne!!!

#Dirqama sobas jara irraa dhaaluu hin qabnu.

#Sobanii nama gammachiisuufi Qoosanii nama naasiisuun hin jiru. Kuni,


#Aad maleee.
👉ABDII HIN KUTIN👈

🔐 wanti gadhee (jibbisiisaa) akkuma jiru

🔑 wanti kheyris nii jira

🔐 rakkinni akkuma jiru

🔑 furmaanni isaas nii jira

🔐 milkaa'uu dhabuun akkuma jiru

🔑 milkaa'unis nii jira

🔐 wanti jabaan akkuma jiru

🔑 wanti laafanis nii jira

ABDII HIN KUTIN

Yoo sitti tole Like 👍 Gochuun ni danda'ama,

❤️🌹 @OROMOTOO
Xumura dubbii!
Kan dammaqe, kan gurmaa'eefi kan hidhate yoomillee injifataadha!
🗣 Dr Hayilee Fidaa
Akka dur daran isin yaadna,
Hedduudha isiniif araadna,
Bakki isin hin jirre dukkana,
Bal'innuu isin malee rakkina,

Sabni isin malee hin arreedu,
Leencoota dhugaaf baroodu,
Diinni isin agarraan gadooda,
Diidni haqaa isiniini bareeda,

Isin malee jiruun duwwaadha,
Kan isin uggure gowwaadha,
Gameeyyoota sabni jaalatu,
Qareeyyoota sabaaf laalatu,

Qulqulleessitoota xurii qaqaa,
Yaa ibsitoota dungoo haqaa,
Dhugaan keessan baden hafu,
Sabni isin wajjiin jiraa hin rafu.

Saphaloo Kadiir
Ebla, 2021 | Oromiyaa.
Hidhaa jiru malee erga filanne turree jirra.

Filanne jirra, kaardii filannoo hin fudhannu, filannoo sobaa hin filannu. Kuni murtii Oromoo hundaati.
Makmaaksota Oromoo
🙏
Cidha gannaa abbaatu ofiin dida. Du'a gannaa rabbiitu namaan dida.

Ana haa nyaatuun beela nama hin baasu.

Dhugaa Waaqa hin dhoksan, qullaa lafa hin dhoksan.
Dummessi yoo Ulfaate
Aduu baha dhowwaa ree
Haqnis ni tura malee
badee achiin hafaa ree
Itti Aanaa presedaantii Yuuniversiitii Jimmaa dabalatee namoonni 7 yuuniversiitii Jimmaa qabamuun hidhaman.
[SQ-Ebla 2/2021]
yuuniversiitii Jimmaatti Ebla 2/2021 ganama lafa barii namoonni Torba qabamanii hidhamuu maddeen kjeenya nuuf gabaasan.
Namoonni hidhaman Professor Tokko dabalatee Doktorrota sadii fi kanneen biroo ammaaf gahumsa isaanii baruu hin dandeenye moora ayuuniversiitii bakka hojjettootni kunneen jiraatan Appaartamaa jiraatan keessaa qabamani akka hidhaman baruun dandahameera.
maqaa namoota hidhamanii akkuma arganneen isiniif maxxansina.
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Oromiyaan haqa ishee hin laattus kan nmaaa hin tuqxu

Lammiileen haqa kana tiksanis Oromiyaan hanga wareegama lubbuutti nageenya isaaniif wabii ni taati
Intake-Capacity-for-2011-Entry.pdf
1.3 MB
#2011 Ethiopian Universities Intake Capacity

Dandetti yuunivarsitii simaannaa barattoota kan bara 2011.

@OROMOTOO
Seexanatu na kabale
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Hin hafin jaalallee koo
Boru beellama qabnaa
yoo narraa hafte
Ajandaa guyyaa dhabnaa

Akkuma amala keenyaa
Qabnee wal hammannaa
Akkuma paarlaamaa keenyaa
Kolfinee taphannaa

Bishaaniif hin dhiphatin
Amma darbaa si dhoorkaa
Barbaannu duumessa ajajannee
Roobsanna bokkaa

Biyya haadha koo nan gaafatin
Yaa magaala qalloo
Biyyashee beektaaam atuu
Haati kiyya walloo

Galiin biyya keenyaa
Dhibbeentaadhaan dabalee
maalif jette naan hin jedhin
Seexaanatu na kabale..

Amee
Bitootessa 23/2021
Adaamaa!!

@OROMOTOO 👍 godhaa!
Ossoo magaalaan harar umar al-Ridaan (sheikh Abaadiirn) hin hundaawiin dura akka oromoon
Naannawa magaalaa Harar qubachaa turtee maali ragaan?
Ragaan tokko kana:- akka ragaan barreeffama ibsutti ossoo umar al-Rida (sheikh Abaadiir) Bara 1234 gara harar hin dhufiin dura ilmaan oromo namni lama Quraana barachuuf Yaman dhaqan.isaaniis shiekh usman kan gosti isaa jaarsoo fi sheikh Ali kan gosti isaa Alaa Abbaadhoti. Sheekootiin tun yeroo biyyati dacha'aan umar Al-Rida (shiekh Abaadiir) akka
Ummata isaanni ilmi barsiisuuf gara biyyaa fiidanii dhufan.achii booda ega biyya Oromo dhufee boodas jarri kun sheekh Abaadrii fi oromoota jiddutti turjumaana tahanii hojjacha
turan.achii booda lafa Amma magaalaan harar
Irra jirtu tana sheikh Abaadiir akka galma itti jaaratuuf kannameef.
Yeroo San gooroo fugugitti gadaan gadaa dagga goobanaa jedhama.magaalaan guddoon bulchinsa Dakkar Goobana jedhamti.
2024/09/24 13:26:47
Back to Top
HTML Embed Code: