Telegram Web Link
ABO'n dhimma lola Oromoo Walloo irratti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee ibsa kaleessa baasee keessatti milishootni naannoo Amaaraa bulchiinsa naannoo Oromiyaa keessatti Godinoota Qeellam Wallaggaa-aanaalee Gidaamii, Haawaa Galaan (Gabaa-Arbii), Muggiifi bakkoota biroo, Wallagga Bahaa aanaalee Hangar Guutee (Guttin) fi Haroo-Limmuu, Horroo Guduruu Wallaggaa-aanaalee Agamsaafi Amuuruu, Shawaa Dhihaa-aanaalee Gindabarat fi Jalduu, Shawaa Kaabaa- aanaa Dharraa fi naannooshee keessatti akka seenanii jiran odeessa qabatamaa argachuu eereera.
Walloo Odaa Garaadoo!

Ummata Oromoo Walloo sababa lola humna addaa naannoo Amaaraa itti baneen qe'ee fi qabeenya isaarra buqqa'ee akkasuma kanneen miidhaan irra gahee gargaaruuf karaa baankii daldala Itoophiyaa qarshii walitti qabu kaleessa jalqabameera.

Qopheessituu af-gaaffii LTV duraanii Beteeliheem Taaffasaa, dargaggoo Iyyaaspeed Tasfaayee, Amalawarq Kabbadaa fi Abiyoot Balaachoo duula gargaarsa kana itti gaafatamummaan qindeessaa jiru.

Hanga har'a ganamaatti (sa'aatii 20 gidduutti) qarshii kuma 197 (197,000) walitti qabu danda'ameera. Duulli kun guyyoota lama booda xumuramee namoota gargaarsa kana isaan barbaachisuuf waan ergamuuf warri qooda Oromummaa keessan bahachuun waan dandeessan gargaaru barbaaddan 'dafaa galfadhaa' dhaamsa qindeessitootaati.

๐Ÿ“Œ Baankii Daldala Itoophiyaa
๐Ÿ“Œ Betelihem & Amelework & Abiyot
๐Ÿ“Œ Lakk.herreega: 1000389446231
๐Ÿ“Œ Kanneen biyya alaarra ergitaniif: Swift code - (CBETETAA)
#Tigray

Dubartoonni Naannoo Tigraay loltoota Eertraa fi Itiyoopiyaan humnan gudeedamuu himan.

Tigraay keessatti dubartoonnii fi durboonni haeellaan humnaan gudeeddii irratti raawwatamuu dubbatan kanneen 580 ol taโ€™an miidhaa qaamaa fi sammuuf kan saaxilaman taโ€™uu VOAf ibsaniiru.

Gargaarsa argachuuf gara waaltaalee eegumsa fayyaa addaa addaa dhaqan miidhamtoonni kun umuriin isaanii waggaa saddeetii hanga sagaltamaa akka gaโ€™u ragaan waajjira dhimma dubartootaa irraa argame tuqee jira.

Haleellaa irratti raawwatameen dhibee kan akka HIV fi dhukkuboota dadarban ka biroos kan saaxilaman, miidhaan qaamaa kan irra gaโ€™ee fi ulfa of irraa baasuuf kan dirqaman jiraachuun ibsamee jira.

Maddi: VOA
Cinaachi miidhamee..
Mataan eessan rafa.
Walloon achii tuqamee
akkamittin irraa hafa.
Walloo koo
Dhiira ilma warqituu.
Sin beeka duruu gad jattee
Diinaaf garaan hirtuu.
Akkuma aadaa keetii
Finiinsi qabsoo itti jirtu.
Itti fakkaatte malee
Si jilbiiffachiisun fagoodhaa.
Gadheen haa bartu
Irraan hafu Anis walloodhaa
.
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
โœ GORSA โœ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ

๐Ÿ‘‰ Nama tokkoof ala lama ol hin bilbiliin. siif hin kaasan taanaan waan baayyee barbaachisaa ykn dirqamaa keessa jiru ta'a.

๐Ÿ‘‰ Qarshii liqeeffatte dafiitii deebisi. qarsii tokkos dhibbas haa ta'u; osoo namichi sin gaafatiin. kun amanammummaa kee agarsiisa.

๐Ÿ‘‰ Namni affeerraaf yoo si waame, nyaata qaalii hin ajajiin. yoo dandeesse kan fedhakee naaf ajaji jedhiin!

๐Ÿ‘‰ Yoo namni bilbilarraa suuraa sitti agarsiisu gara bitaa ykn mirgaatti hin dabarsiin; waan itti aanee jiru hin beektuuti.

๐Ÿ™๐Ÿ™ kannen ni raawwatta taanaan ati LIKE cuqaasadhu!
Saree hindunnee fi bishaan ciisu amantee itti hindeemiin.
- Jarmanoota

Bakka itti kufte caalaa bakka itti mucucaatte yaadadhu.
- Afriikaanota

Gorsaa fi soogidda osoo hingaafatamiin hin kenniin.
- Xaaliyaanota
#Share gootu malee biran darbin

Artist Nasra Oromo Gursumiif kun hin malle, kaleessa akkumasheen sirba lakkifteen halkan edaa namoota hin beekkamneen akkana taate , oromoonni biyya Egypt jirtan bira nuuf dhaabbadhaa, amma mana yaalaa jirti sa'a kana...
Bosona gubuun #WBO balleessuun hin danda'amu!

WBO'n ummata keessa jira!โค
Suurawwan qalbii na hatan keessaa tokko, kan mucaa kanaati!
#oromummaa #ABO'ummaa
#Dhaloota borii



Mee isinis kan jaalattan @Abdetubot irratti nuuf ergaa siniif maxxansina!
Forwarded from Qerroo media
๐’๐ˆ๐‘๐๐Ž๐Ž๐“๐€ ๐€๐…๐€๐€๐ ๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐Ž๐Ž ๐ˆ๐“๐“๐ˆ ๐ƒ๐‡๐ˆ๐˜๐€๐€๐ƒ๐‡๐€๐€.๐Ÿ’ช
Hanga feete ilma kee gorsitus; inni jecha kee osoo hin tahin: gochuma kee jala deema!!

Like ๐Ÿ‘ Godhi
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.
โคโคโคโคโคโค
@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
INBOX!!

Bara 2015 Fincilli Diddaa Gabrummaa Gincii irratti of haaromsee akka ichimamu kan sabaa tahe ciramuu bosona Cillimoo ture. Har'ammoo haala sanarra hamaa taheen bosonni Oromoo godinaalee adda addaa keessatti yeroo tokkotti itti qabsiifamee gubachaa jira. Kun akkuma tasaatti waan tahe miti. Kaameeraa duratti biqiltuu dhaabu. Kaameeraa duubatti bosona gubu. Akkana!
(Inbox) Baalee goobbaa irrahi.

Bosonni gaara baalee kan gaara goobbaa irratti argamu yeroo amma kana haala yaadessaa ta'een gubataa jira
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Faayidaalee Qullubbii adii
========!!!!!==========
1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa
2. Dhibee asmiif
3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf
4. Dhibee mar'ummaan keenyaaf
5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf
6. Dhibee kintaarootiif
7. Dhibee buusaa qaamaaf
8. Madaa ni qoorsa
9. Dhabiinsa hirribaa ni hir'isa
10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf
11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa
13. Fedhiin nyaata keenyaa akka banamuuf ni gargaara
14. Itita dhiigaa ni hambisa
15. Dafanii dulloomuu ni hir'isa
16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada
17. Qufaa daa'immanii adda hin citne ni fayyisa
18. Nyaatni akka daakamu taasisa
19. Babal'ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka
20. Kaanserii harmaa fi buubbuu (anus) ni dhowwa
21. Kaanserii hadhooftuu ni dhorka
22. Tatamsa'ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa
23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa
24. Madaa malaa makate ni fayyisa
25. Dhibee sombaa(TB) ni yaala
-----
Galatoomaa
Share Follow
#Forward Godhaa...!
Haccee koo!!!
INBOX WALLOO IRRAAHI!!!!


Aanaa Arxummaa Fursii Waajjira poolisiitti liyyuu Haayiliin Amaaraa boombii darbate .
[SQ-Bitootessa 27/2021]
kaaba Oromiyaa walloo Aanaa Arxummaa Fursii magaalaa caffaa Roobit keessatti humnootni ijaarsa liyyuu haayilii qabanii fi tumsa Amaaraa qaban boombii waajjira poolisiitti darbataniin miidhaan qaqqabuu maddeen nuuf himaniiru.
Akka maddeen keenya nuuf himanitti miidhaa qabeenyaa fi nam irra qaqqabe ammaaf kan adda hin baanee fi boombiin ganma irra darbatamuu nuuf himuun erga boombiin darbatamee boodas naannoo sanatti sagaleen dhukaasaa akka ture nuuf himaniiru.
๐•๐ข๐š ๐‚๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐ƒ๐š๐ ๐ ๐š๐Ÿ๐š๐š ๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐†๐š๐ฅ๐š๐š๐ง
#๐‰๐ข๐›๐š๐š๐ญ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข ๐๐š๐ ๐ ๐š๐ฅ๐š
๐๐จ๐จ๐ซ๐š๐ญ๐š๐ญ๐ฎ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ ๐š๐ฅ๐š
๐Š๐จ๐ซ๐ฆ๐š ๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐š๐š๐Ÿ ๐ค๐š๐ซ๐š๐š๐๐ก๐š
๐†๐š๐ง๐ญ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐›๐š๐ฅ๐š๐š๐๐ก๐š.!!!
๐‹๐ข๐ฑ๐š ๐ฌ๐ก๐š๐ ๐ ๐š๐ซ ๐›๐จ๐ฌ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐‰๐ข๐›๐š๐š๐ญ ๐ ๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐š๐š
๐ฃ๐ข๐ซ๐š.๐๐จ๐ฌ๐จ๐ง๐š ๐ ๐ฎ๐›๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฅ๐ฎ๐›๐›๐ฎ_๐ช๐š๐›๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข
๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ ๐š๐š๐๐๐ข๐ฌ๐š ๐๐ก๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š.
2024/09/24 17:23:14
Back to Top
HTML Embed Code: