Telegram Web Link
Hubadhaa: Boru beellama Jawar faa hordofuu yoo deemamu hiriira mormii gochuun hin barbaachisu dhaadannoon hin barbaachisu, bifa humnoota nageenyaa waliin atakarootti nama galchuun mallattoo agarsiisuus hin barbaachisu. Dhaddacha hordofu yoo seensisuu didan ofirra deebi'uudhaan nu dhorkanii miidiyaatti himuu dha. Namuu huccuu fedhe uffatee dhaddachatti argamee hanga galmi qabate yoo seene hangi hafe nagayumaan deebi'ee gara mana ofiitti haa deebi'u.
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
👉 @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.

@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Tilmaamnii guyaa boruu jowaar muhammad jalqabdee jirtii addunyaan
Haccee Yoomu taanan sin daganuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

We Love you ❤️💚❤️
𝐔𝐫𝐣𝐢𝐢 𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐐𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐮𝐫𝐣𝐢𝐢𝐬 𝐬𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Dhaddacha!

Guyyaa har'a Amajjii 27 bara 2013 ganama guyyaa torbaaf lagannaa nyaatarra akka turan himamaa kan ture Obbo Jawaar Mohaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 (namoota 18 dhiyaataniiru) galmee kana jalatti himataman beellama jijjiiramaan Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Damee Lidataatti dhaddachi Farra Shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa tokkoffaatti kan dhiyaatan ta'uus, himatamtoonni "sababa lagannaa nyaataatiin waan dadhabneef jecha laachuu hin dandeenyu" jechuun waan iyyataniif dhaddachi Guraandhala 22 bara 2013'tti beellamameera.
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
#QEERROO_MEDIA
#MISEENSA_13,600 ol
#GALATOOMAA!!!

Miseensa chaanalii kenyaa waan taataniif galatooma. KAAYYOON keenya guddaadha.

TOKKO jennee jalqabnee kunoo har'aa KUMA KUDHA SADI genyee jirra.

DEEGGARSI KEESSAN NU WAJJIIN YOO JIRAATE 100,000 YEROO DHIYOOTI NI GEENYA!!!

Yaada hanga har'aa qabdan @QEERROO_MEDIABOT irrati nuuf ergaa.

Ergaa kana hiriyoota, maati, namoota beektaaniif akkasumas group'i keessaatti erguun nu jajjabeessa.!



¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
#Biyya_Sareen_gatii_qabdutti

Bara 1952 keessa waraanni wahii gidduu #Giriikotaa fi #Bulgaariyoota jidduutti bultii 10f deensifamee ture,lola san keessatti lubbuu namoota 52 wareegame,sababaan lola sanaa maal akka ta’e beektuu laata ?

saree warra Giriikii tokko waraanni warra Bulgaariyaa naannoo daangaa isaaniitti ajjeesan,Giriikonnis gumaa saree isaanii kafalachuuf jecha lola kana banan jedha .
Keenna saree hanqatee jiraaata kunoo .
Share👇
@DEDRORO
@OROMOTOO
Barattootni mana Barumsaa Qophaayinaa sirna pp balaaleffachuun MCBO hundeeffamuu qaba jedhan.


[SQ-Guraandhala 5/2021]

Barattootni mana barnootaa qophaayinaa Amboo osoo Oromoo fi Lammiileen Oromiyaa nagaa dhabanii qormaata hin qoramnu jechuun Mormii dhoosanii jiru.

Mormii barattootni Mana barumsaa Amboo dhoosan kunis akka bakka biraatti babal’atuuf Oromiyaa golee biraaf waamicha dhiyyeessanii jiru.
Sagalee mormii barattoota mana barumsaa qophaayinaa har’aatiin Oromiyaa keessatti Filannoo Biyyoolessaa dura MCBO hundeeffachuun nagaa fi Tasgabbiin lammiilee Oromiyaaf akka dhugoomu erga goonee booda ajjeechaa sukkaneessaan akka dhaabbatu kan hidhame akka hiikamu erga godhamee Filannoo gaggeessuun ni dandahama hanga kuni hin jirre Lammiileen Oromiyaa Filannoo dura MCBO hundeeffachuun dirqama tahuu dhaamsa dabarfataniiru.
Jawar faa guyyaa 10ffaaf lagannaa nyaataa itti fufanii jiru.
Ergaa nama mana hidhaa dhaqee dubbise irraa.

“Harr'a ganama Galaan Waajjira Poolisii deemee Mikaa'eel Booranaa (Ijaa fi Narviin kan dhukkuffatu) fi Kennaasaa (Sukkaara kan dhukkufatu) dubbiseen ture. Lagaannaa itti fuufuu irraa kan ka'e hagas mara dubbachuu hin danda'ani. Dhihootti kufuu danda'u, Oromoon callisee waanta kana ilaaluu hin qabu.”
Oduu Rifaasisaa - Haalli Qaallittii Jiru Akka Malee Sodaachisa Dha
-----
Galmee Jawaar Mohaammad'faa jalatti hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran diigdama (20) keessaa namoonni afur (4) gaggaabanii kan kufan yoo ta'uu, namoonni lama (2) gulukosiidhaan akka jiran beekamee jira. Haala amma jiru kanaan lubbuun hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran kamiituu gaga'amuu akka danda'u sodaa guddaatu jira. Eenyufaa sadarkaa maalirra akka jiran gabaasa guutuu qorannoon hakiimaa akkuma nu gaheen ibsina.
------
“Uffata #Keelloo narraa baasuu danda’u ,Kaayyoon Abbaan koo itti hidhame garuu Onnnee koo keessaa baasuu hin danda’an.”

~Roobsan Dajanee Xaafaa !!
2024/09/25 15:21:33
Back to Top
HTML Embed Code: