Telegram Web Link
"Itoophiyaa mooftuu burcuqqoo haaraatti naqanii nu obaasuu barbaadu; Abadan hin dhugnu!"
Mootummaa oromoo Jawar Mohammed ...
#jecha_jawar

Jecha hayyuu keenna jawar nuuf ergaa deebisne qillensa irra isinif olchinaa!

Waal yaadachisumaaf!

Kanaan nuf ergaa👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
@QEERROO_MEDIABOT
📧inbox jalqabaa nuuf dhufte jecha jawar irraa📧
👇👇👇👇👇👇👇
#jecha_jawar

"Qabsoon oromoo kan guddate dhiga ilmaan oromooti malee gumaata alagaati miti"

#jecha_jawar

#QEERROO MEDIA CHANNEL

Yaadaf
@QEERROO_MEDIABOT
📧inbox isaa lamaffaa irratti nuuf Eerge jecha jawar irraa📧
👇👇👇👇👇👇👇
#jecha_jawar

Oromoo tahuun keenya erga isaan aarse daranuu isaan aarsina jenneeti "I'm Oromo First" Jennee kaane.

Inbox_ from "DR ADNAN "

#jecha_jawar

#QEERROO MEDIA CHANNEL

Yaadaf
@QEERROO_MEDIABOT
📧inbox jecha jawar 📧
👇👇👇👇👇👇👇
#jecha_jawar

"Nama Oromoo ganee dabarteef hin argine ka salphate malee"


#jecha_jawar

#QEERROO MEDIA CHANNEL

Yaadaf
@QEERROO_MEDIABOT
📧inbox jecha jawar 📧
👇👇👇👇👇👇👇
#jecha_jawar

"Biyya kana keessatti akka oromoon tahe bineensinuu hin taane"...Jawar mahaammad


#jecha_jawar

#QEERROO MEDIA CHANNEL

Yaadaf
@QEERROO_MEDIABOT
#Jecha_Oromoo
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

1-Afaan dubbii baree bulluqaa alanfata.

2_Abbaan iyyatu malee uollaan hin birmatu.

3-Abbaatu of mara jedheu bofti hantuuta liqimsee.

4-Akka madaa qubaa, yaadni garaa guba.u

5-Ana haa nyaatuun beela hin baasu.

6-Badduun fira ishee yoo uhamattee, baddubaatuun niitii ishee hamatti.

7-Bakka kufte osoo hin taane, bakka mucucaatte bari.

8-Hammaan warraa du'eet olaan hirriiba dhaba.

9-Kan taa’umsatti jibban kaateeti namatti ragaddi.

U10-Kan gamatti jibbanu gamana namaatti ceeti.

11-Najaaladhuun jaalala hin taatu.

12-Oo'ee jedhanii caama aduu hin lagatan.

13-Raachiifi naachi bishaan keessatti wal beeku.

14-Waan tufan hin arraban.

15-Waraabessi olaa hin nyaatu dhabu hagabuu hin bulu.

Hiriyoota keenyaaf #Share godhun waliif haa qoodnu.
Nama itti afeerra channalii kessanii. 👇 #Share👇
👇
👇

https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Namni hundi waan beeku Osoo dubbate nibareeda.

-Yeroo Ana fi ati duniyaa gubbaa jirru tanatti Namni waanuma dhagahe akka waan beekuu godhee odeysa 🤔.

Hin ajaaibin waan kanarra ajaa'ibaatu jiraa.
Irra hedduun Kenya waanuma namarra dhagenye daliila itti tolfannee nama beekkumsa qabu wajjin mormina. Inuma yoo Namni nuwajjin mormu san nurraa qeebalu dide itti aarraahu😡

Nadhagahi siyaasaaniis yoo baratan malee akkanumatti odeyu qofaan namaaf hin galtu. Ee barachuttin jira waahe siyaasa kan post godhan hunda niin dubbisa jachuun Kenya hin oolu. Garu school siyaasa itti baratan Internet gubbaa miti.

Hin aarin wanni hundi school qaba. Siyaasa qofa miti waanuma dubbattu fi barreysitu hunda baradhu malee waan nama irra dhageyseen hin fiigin. Kessaafu shariyaan akkas hin taatu bar. Beekaatin shariya fi siyaasa tuqa malee waan heddu Osoo hin baranne barsiisu fi barreysu jirra. Inumaa waan takka takkafa gizee agarte ajaa'ibu qofa Osoo hin taane ajaa dibuu feetahu. Gizee akkasi afaan bira kuteetin funyaan qabadha. Pleaser namuu waan beynu irratti xiyyeeffanna!
https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Nama qaamnisaa sababa garaagaraan gubate tokko yeroo arginu hanga mana yaalaa ga'utti gargaarsi nuti jalqaba gochuu qabnu maalidha?
1. Namni qaamni isaa gubate sun ammas akka hin gubanneef dafnee bakka sana ykn wanta isa guberraa fageessuu qabna. Yoo gubaatiin sun sababa elektrikii irraan dhufe ta’e dursa huma ibsaa sanaa dhaamsuun baay’ee barbaachisaadha.
2. Uffata,qabattoon/saaqqii fi faayaa harkaa uffateera ykn uffateetti yoo ta’e irraa baasuu.
3. Tarii wantootni ujummmoo qilleensaa isaa cufan afaan isaa keessa yoo jiraatan afaan keessaa ilaallee baasuu qabna.akkasumas Namni qaamni gubate sun hafuura baafachaa jiraachuu isaa sirriitti baruu qabna. Yoo hafuura baafachaa hin jiru ta’e hafuura keenya itti baafachuun hafuura kennuufii qabna.
4. Uffata qulqulluu ta’een bakka qaamni isaa gubate sana haguuguu qabna.
5. Qaama gubate sana gama onnee nama gubate sanaa olitti ol qabuu
6. Gubaatii Dhangala’aawwan sababa keemikaalaan dhufaniif naannoo Gubaatii sanaa bishaan qulqulluu itti naquu.
7. Sababa Gubaatii irraan kan ka’e gogaa keessatti madaa’ee yoo bishaan kuufate madaa sana buruqsuu hin qabnu.
8. Gubaatiin sun xiqqoo yoo ta’eef mana yaalaa deemuun hin barbaachisu yoo tahe dibata looshinii kan allooveeraa jedhamfaa itti dibuun baayyee gaariidha.
9. Akkasumas Gubaatii xixiqqoof qaama gubate sana bandage qulqulluun haguuguu.
10. Miirri dhukkubbii isinitti dhagahama yoo tahe qoricha dhukkubbii fudhachuu.
Hub: gubaatiiwwan xixiqqoo ta’an manatti of yaaluun ni danda’ama. Gubaatiiwwan sasalphoo hin taane karaa garaagaraa hamma bishaan qaama keeenyaa akkasumas fayyaa qaama keenyaarratti miidhaa waan geessisuuf hatattamaan mana yaalaa geessuun baay’ee barbaachisaadha.
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Nafyad Getu.


@DEDRORO
@DEDRORO
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Jaappaanonni akka je'anitti ati fuula sadii qabda.

Fuulli inni jalqabaa, kan ati gad baatee addunyatti agarsiistu dha.

Kan lammadaa, Fuula ati hiiriyoota sitti dhihooti fi maatii keetitti agarsiistu dha.

Kan sadaffaa ammoo nama tokkottillee goonkuma hin agarsiistu. Inni kun calaqqee sirrii eenyummaa keetiti. Isa yeroo kopaa kee jirtuu sani.

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
uummanni bal'aan Oromoo ammas kan gaafannu hanga hooggantoonni qaalin paartilee siyaasa keenyaa hidhaa dukkanaatii ba'anitti filannoo kan jedhamu akka murratti odeeffamu hin barbaannu.
Dhuguma filannootu barbaadamee, biyya
tasgabbeessutu barbaadame taanan mootummaan ija dunuunfatee jaaminaan lubbuu qaalii dhala namaa harcaasuu fi qabeenya balleessurraa of
qusachuu qaba.
Kanaafis furmaata tokkicha hayyootaa fi
hidhamtoota siyaasaa mara hiikuu qaba. Sagaleen uummata bal'aa haa dhagaa'amu.. kanaan ala hooggantoota filannoorratti hirmaatan hidhanii, alatti waayee filannoo haasawunuu mataan isaa filannoon hinjiru "anatu abbaa irreeti'' jechuudha.
Sodaataa Amma Hiikii hayyoota hiite sanaa!
"Obsuun waanuma jiru
Obsinee hamma obsaa
Erga sodaa fakkaatee
Ka'een ishiitti cabsa!"
Jettee kalee nuuf falmitee
Man'ee diinaa barbadeessite
Ol nu qabuuf ofii kufte
Nuuf jiraattee nuuf duutee
Karaa keerra nutu hiriira
HACEE yaa mootii dhiiraa!
Abbaan feete haa gantu
Abbaan feete haa hattu
Karaan keenya karaa keeti
Ni falmanna akkuma keetti
Bakka yartuun jirtu san dhaqnee
Man'ee gantuu fi hattuutti cabsinee
Ni falmanna teenyee hinduunu
Karaa keetirraa hin jajallannu!
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @QEERROO_MEDIABOT fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Seenaa Oliiqaa Dingil!!

Kutaa 7ffaa!!!



Daggarsi kennamaa tures, odeeffannoo kennuu, galaa qopheessanii nyaachisuu, meeshaa waraanaa kaa'uufi erguu dabalata. Namoonni adda addaa yeroo waraanni Oliiqaa naannawa tokko galu nyaataa fi dhugaatii dhiyeessuudhaan halkanii guyyaa wajjin dhama'aa turan. Loltoonni Oliiqaa Xaaliyaanii dhamaasaniifi baandaa bakka garagaraatti oliifi gadi joonjessaa fi ajjeesaa turan.

Bakkii da'annoosaanii haala yeroon jijjiirama ture. Lafti akka holqa Qacii, Aggataa, Macaqeddoo, Ondoloqqee, Doggaa, Walal, Cabal, Qilxuu Kaarraa fi Ulaa Biyyaa'oo bakka itti da'atan akka ture dubbatama.

Lola koloneeffattoota wajjin godhame guyyaafi haalli lola Oliiqaadhaan geggeeffame barreeffamaan yoo jiraachuu baateyyuu seenaa afaaniin darberraa hubachuun akka danda'amutti qabsoo ittisa koloneeffataa keessatti Oliiqaa Dingil gumaacha olaanaa akka godhe beekama. Tooftaa mataasaatiin geggeeffamee injifannoowwan gurguddoo galmeessaa tureera.

kutaa 8ffaan itti fufa...

Namni tokko yoo xiqqaate Nama 5f Ergii #like godhi.
#share share join join
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-R5ciaYWQTi3bvYFn
Sabboontonni Oromoo ilmaan haayyaa hundi keessan baga jal-bultii guyyaa WBO Amajji 1'n isin ga'e🙏
FAAYDAA SHUNBURAA MURAASA.

👉Shumbura adii fi gurrachaa Ni soorataa?
Faayidaalee isaa muraasa dubbiisii.

1.Dhukkubbii mataaf.
2. Jijiiraamu sagaleetiif,
3. Dhukkuubbii laagaaf.
4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.)
5. Daballii sparm (rakkiina walqwalqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha )
6. Raammo garachatiif.
7. Dhukkuubbii lappee irriisuf.
8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif.
9. Dhibee sonbaatiif.
10. Cirraacha kalee basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan.
11. Dhìibbaa dhiigaatiif.
12. Gogaa kenyaaf.
13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf..
14. Fayyaa rifeensaaf.
15. Dhibee ilkaaniif.
16.dhiiguu irgoo keenyaatiif.
17. Fayyaa onneef.
18. Fayyaa sammuu keenyaatiif.

FAYYAA TA'A!!
FAYYAAN FAAYA!!
2024/09/27 13:25:00
Back to Top
HTML Embed Code: