Telegram Web Link
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetubot fi @Abdetbot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
kutaa 5ffaa Fi inni Xummuraa Kinoot

#Like $Shere Godhuun Nuu cinaa dhabaadha Namni tokko yoo Xiqaatee Nama 3 Oliif Haa Erguu

Waraanni riphee lolaa gabaabaa kana booda, ABOn addaan faffaca'e, hooggantoonisaa muraasni gara Edenitti deebi'uun dhaabicha deebisanii karaa qabachiisuuf yaalan garuu hin milkoofne.

Jeneraal Taaddasaa Birruu , kan mana hidhaatii ba'ee, qabsoo waraanaa Shawaa keessatti Hayiluu Raggaasaa wajjin itti fufe. Boodarra garuu lamaanuu qabamanii bara 1976 ajjeefaman, garuu WBO inni hundeesse waraana ittuma fufe, namoonni itti makamanis ajjeechaa Taaddasaa booda ni dabale.
😍....Barattootaaf....!

Yaada,shakkii,komiifii wantootaan barattootarraa irra deddeebiin dhagahu takkarrattiin waa jachuu barbaade👇
#Barataan tokko kutaa takkarraa gara kutaa itti aanuutti dabruudhamoo irra deebi'uutu wayya? Waan ja'urratti.

📚Barataan tokko ka baratuuf qorumsa dabruu qofaaf odoo hin taane waa baruufii hubannoo isaa cimsuufi. Ati kutaarraa kutatti dabruu kee caala waan baratte hubachuu keetirratti xiyyeeyfachuu qabda. Ani irra deebi'iis jala muree siin hin ja'u. Kutaa itti aanutti dabriis jala muree siin hin ja'u; garuu jala muree wantiin siif himu yaada kiyyya. Kutaa itti aanutti dabruuf kutaa barattu kana keeysa waan jiru qixa sirriitiin hubattee irra dabruu qabda ykn yoo odoo humaa hin hubatin barri sitti gahe irra deebi'uu qabda.

#Hubadhu imalli barnootaa kun imala kaayyooti kophaa tee taatuus numa imalta. Kanaafuu kutaa itti aanutti dabruuf ifitti amantummaa yoo hin qabaannee irra deebi'uun furmaata kee ijoo siif tahuu qaba. Namni sii waliin irra deebi'u jiraachuu baatuus kophuma tee irra deebi'i maaliif jannaan dandeeytiifii hubannoo tee siitu beekha waaan taheef. Imala kee si qofaaf qofaatuu galmaan gahuu dandaha waan taheef. Hiriyyaa sii waliin waan akka keetii raawwatee sii waliin irra deebi'u dhabuu keetiif jattee odoo hin hubatin, odoo waan baratte hin beekhin akkanumatti nama naa waliin irra deebi'uun dhabe jattee ifin dirqin.

😍Garuu garuu yoo ifitti amantummaa ifirraa qabaatte namaaf jatteetiis irra hin deebi'in yoo hiriyyoonni kee kan akkaan jaalattu si biraaa irra deebi'ellee. Ammallee irra deebi'ee wantiin siif dhaamu hiriyyaan kee kan arraa kun boru si bira jiraachuu dhabuu mala; kaayyoon kee garuu arraafii boruus si waliin imala. Kanaaf kaayyoo kee malee hiriyyaa kee hin hordofin❗️
Xumure galatoomaa❗️
#Dhiifama guddaa yoon dogongorees !

😍Dhaamsi itti fufa...!


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
Yaanni oli barreeyfame kun barataa kamuu ni fayyada caalatti warra 12.

Waa'ee kanaarratti yaadaafi komii yoo qabaattan @ABDETUBOT gubbaan na dubbisaa❗️
Callisuunuu deebiidha!

Yeroo dubbachuun furmaata ta'utti akkuma callisuun dhibaa'ummaa ta'u, yeroo callisuun deebiis dubbachuun wallaalummaadha. Dubbachuu keessaan akkuma dhaamsi dhaamamu, deebiin deebi'u, malli dhahamu, callisuu keessas deebiin galumsaafi furmaanni yeroo isaa eeggate ni jiraata. 'Yoo dubbachuun kee callisuu kee caala ta'e qofa malee hin dubbatiin' kan jedhamu, madaala callisuu kan dubbachuu irratti ol kaasuuf osoo hin taane, bu'aa gidduu galeessaatu yaada keessa galeeti. Eeyyeen, yeroo barbaachisutti callisuunuu deebiidha.

Malleen yaada wal jijjiiruu keessaa callisuun tokko ta'uu yaada keessa galchuun, yeroo hin barbaachiifnetti callisuufi dubbii waa'ee hin baafne yookaan waan nama hin galchine irraa of qusachuun ceephoo irraa nama eega. Addumaan immoo, mata duree siif hin ifne nama biraaf ibsuurraa of qusadhu. Gaafa sii gale, waanjoo ceephoo jala si galcha waan ta'eefi. Callisuunuu deebiidha!

Hubadhu! 'Callisuunuu deebiidhaa'n yeroo hundaa osoo hin taane, yeroo barbaachisu qofaatti. Yeroosaatti callisuunuu deebiidha!

©Abdiisaa Ejjetaa U Bantii, 2020
( @AbdiisaaE )
jireenyii bosonaa
hedduu sitti hammatus
guyyaan tokkoo hin dhufaa
guyyaan atii as batuu

qeerroon siwaliin jiraa
rasaasaa duraa dhabbatee
koodeen isaas yoo du'ee
gaddasaas qabatee

mudhiitti zinnara battaa
gatiittiiti kilaashii qabattee
aduu robaa hin jettuu
dhagaas borafattee

anii jaaladheen mitii
bosonaatti galuun koo
maloo naaf hubadhuu
garbummaa jibbuukoo

jettee nutti himattee
dhugadhaaf falmatta
Alaabaankee Oromiyaarraa
yeroo hundaa dhabataa

by Abdi dibera
Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa Naannoo Tigiraayitti lammiilee buqqa'aniif meeshaalee gara garaa deeggare!
*

Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa Naannoo Tigiraayitti sababa Lola tureen lammiilee qe'eesaniirraa buqqa'an kuma 2 fi birrii miliyoona 3 caaluun deeggarsa meeshaalee gara garaa gumaacheera.

Waldichi Naannoo Tigiraayi bakka garaa garaatti deeggarsa meeshaalee nyaataan walqabatanii fi meeshaalee qulqullina itti eeggatanii fi qorichi keessatti argama.

Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa duula 'olaantummaa seeraa' Naannoo Tigiraayiin walqabatee lammiilee miidhamniif deeggarsa namoomaa kennaa ture.

Deeggarsa yaalaa fayyaa, tajaajila abuulaansii, maatii walirraa badan walqunnamsiisuu, deeggrsa nyaataa fi kanneen biroo deegaruusaa odeeffannoo waldicharraa argame ni mul'isa.
🤝3B( Beeki Beekun Beekumsa)🤝

Kutaan (state) haaraa yoo Ameerikaa keessatti dabalame urjiin haaraa alaabaa USA irratti adoolessa 4 ni ida’ama. 

💙Singaapor keessatti ‘wifi’ nama biraa eeyyamaan ala yoo fayyadamtu argamte hidhaa waggaa 3 ykn qarshii doolaara kuma kudhan adabamta.

♻️Neezerlaand keessatti sababa dhukkuba ykn sababa gara garaatiif osoo waggaa lamaaf hojii dhaabdeetu mindaa ji’aa 70% siif kaffalama. 

✳️Noorwey keessatti barataa addunyaa kamiin irraa dhufuuf mana barumsaa mootummaa irratti kaffaltii malee barsiisu.

💟 Ragaan tokko akka ibsuttii balaa konkolataafi sababa guddaa kan ta’e yeroo konkolachistonni muuziqaa baay’ee jaallatan dhaggeefatanidha. 

💝 Guyyaa 1 keessatti g/g sa’aatii saddeetiif yoo rafte waggaan kee 99 yoo ta’e waggaa 33 hirribatti dabarsite jechuudha. 

💠 Namni tokkoo osoo waggaa 25 fi isaa olitti fuudhee ykn heerumtee dhibbantaa 60n carraa hiikkaa isaan gidduutti uumamu hir’isuu ni danda’u.


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
@DEDRORO. Channel kana join godhaafi mee
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abdetubot fi @Abdetbot fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@HARARGETUB
@DEDRORO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Barsiisonni hunduu gaaf-takka barattoota turan.
Mo'attonni hundi gaaf-takka mo'atamtoota turan.
Hayyoonni ykn beeytonni hundis gaaf-takka wallaalaa homaa hin beeyne turan.

Hundi isaanii ammoo riqicha(dildila) 'barachuu' je'amu irra dabraniiti itti gahan.
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Seenaa Gootaa Kammii isiinii haa dhiiheessinuu?
public poll

OLIIQAA DIINGIL – 53
👍👍👍👍👍👍👍 27%

She/bakrii saaphaloo – 51
👍👍👍👍👍👍👍 26%

Maamoo Muzaamir – 31
👍👍👍👍 16%

Abdiisaa Aagaa – 29
👍👍👍👍 15%

Agarii Tulluu – 21
👍👍👍 11%

Aster Gannoo – 13
👍👍 7%

👥 198 people voted so far.
Vaayrasiin dhibee Covid- 19 haaraan amma argame kan duraa caalaa % 70 saffisa qaba – Saayintiistoota

Saayintistoonni vaayrasiin caaseffama qaccee isaa geeddare jalqaba ji’a kanatti qorannoo gaggeessaniin argamuu ibsaniiru.   Afrikaa Kibbaatti gosti Covid-19 haaraan jalqaba ji’a kanatti argame kun yaaddoo cimaa uumuu ibsameera. Saayintistoonni biyyattii akka himanitti, vaayrasichi caaseffamnisaa vaayrasii Biriitaaniyaa keessatti argameerra adda ta’uu ibsaniiru.  
Intalli Ministira Muummee duraanii Itoophiyaa Obbo Mallas Zeenaawwii, Samahaal Mallas naannoo Tigiraay magaalaa Maqaleetti qabamtee akka hidhamte haati ishee Aadde Azeb Masfin BBCtti himan.

Aadde Azeb Masfin intalli isaanii Samahaal maaliif qabamtee akka hidhamte waan beekan akka hin jirre BBCtti himan.

Gara Maqalees kan deemte lolli naannichatti osoo hin jalqabiin dura akka tahe dubbatan.

Itti dabaluunis, Aadde Azeb intalli isaanii Samahaal kan gara Maqalee deemte kitaaba seenaa jireenya abbaashee Obbo Mallas Zeenaawii irratti bu'uureffatee bifa tiyaatitaraan qophaa'e eebbisiisuuf namoota hedduu waliin tahuu himan.

Samahaal ''ejjannoo siyaasaa kan mataashee qabachu dandeessi, garuu hoggansa paartii, ykn miseensa akkasumas deeggartuus hin turre kan jedhan Aaddee Azeeb, maaaliif akka hidhamte akka hin beeknedha BBCtti himan.
Seenaa Gootaa Kammii isiinii haa dhiiheessinuu?
public poll

OLIIQAA DIINGIL – 53
👍👍👍👍👍👍👍 27%

She/bakrii saaphaloo – 52
👍👍👍👍👍👍👍 26%

Maamoo Muzaamir – 31
👍👍👍👍 16%

Abdiisaa Aagaa – 29
👍👍👍👍 15%

Agarii Tulluu – 21
👍👍👍 11%

Aster Gannoo – 13
👍👍 7%

👥 199 people voted so far.
Jalatamtoota kenyaa falmii meqaa keessaa akka darbbiitaan Naaf gala Amma immo injjiifanoo kan Oliqaa diingiilii waan ta'ee maxxansaa 1ffaa Amma Nuu Eegadhaa.

Hangaasiif yaadaa dhunfaa Kamiinuu
@ABDETUBOT Nuu gahaa

hiirriiyoota keessaan kan Channel kana Hin argiin hundaaf Nuuf qoodaa Isiinniin Jenaa.

Isiin Jaalaana Galtommaa Aadaa, Seenaa , Duudhaa Sabaa kenyaa baruuf Channel kenyaa Join godha.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@HARARGETUB
@DEDRORO
@DEDRORO
Linke Shere Gochuu hin dagatiinaa


Oliiqaa Dingil lammii Oromoo yoo ta'u, ummata Oromoo naannawa Qeellem Wallaggaa keessa jiraatu jidduudhaa kanneen hidda ja'an Sayyoo warra Laaloorraa dhalate. Qorannoon seenaa hangaa har'aatiin maqaa hadhaasaa beekuun danda'amu baatus maqaansaa guutuun Oliiqaa Dingil Bookaa jedhama.

Seenaasaa Ijoollummaa

Bakki dhaloota gooticha Oliiqaa, Qeellem Wallaggaa keessa Yamaaloogii Walal, Ganda Gurraattii Walal, bakka Deentaa Garee jedhamu. Barri dhalootasaa sirriitti qoratamee beekamuu baatus namoota bara sana beeku jedhamanirraa akka himametti, tilmaamaan bara 1890 ta'uu akka hin oole dubbatama.

Oliiqaa Dingil mana barumsaa qeesotaa /lubootaa/ galee akka barate seenaansaa ni mirkaneessa. Erga guddatee umriinsaa hojiif ga'ee booda bara bulchiinsa Hayilasillaasee mootummaadhaan mindeeffamee hojjetaa ture. Ga'een hojii goota kanaas gabaarra naanna'ee ashuura mootummaa walitti qabu ture.

Kutaa 2ffaan Itti fufaa..
Gabaa hedduu inni irra naanna'aa ture keessaa gabaan Ashii, Muggii, Shabal, Qaaqeefaan ni eeramu. Bakki jireenyaasaa magaalaa Dambii Doolloo, Ganda 03 keessa akka ture odeeffannoon jiru ni ibsa.

Oliiqaan, dubartii maqaanshee Gannatawarqi Ashanaa jedhamtu Gidaamiidhaa fuudhee jiraachaa ture. Walumaagalatti Oliiqaan lammii nagaa namaa fi biyyaaf yaaduu fi quuqamu yoo ta'u amalasaa kanaan ummata Oromoo biratti hedduu jaalatama ture.

Qabsoo

Caamsaa 23, bara 1929 wayita koloneeffattoonni Xaaliyaanii Itoophiyaa humnaan weeraranii qabatanitti waggaa tokko booda dhiibbaa koloneeffattoonni kun ummatarraan gahaniin mormee bosona seene. Gocha Xaaliyaanonnii fi sirni gita bittaa Nafxanyootaa ummata biyyattii keessa jiraatan irratti keessumaa Oromoorratti raawwachaa turanirraa kan ka'e haalli jireenyaa, aadaa fi safuun ummatootaa baduu jalqabe. Wayita sana Xaaliyaanonni lammiilee Itoophiyaa tokko tokko ofitti madaqsuudhaan maqaa "Baandaa" jedhamu itti moggaasuun duuka buutuusaanii taasifachaa turaniiru.
2024/09/27 17:22:36
Back to Top
HTML Embed Code: