Telegram Web Link
#TiruneshDibaba

Barruun Atileetikisii beekama biyya Ingilizii Atileetiksii Wiikilii jedhamu hundeeffama isaa waggaa 75 sababeeffachuun dubbisitoota isaarraa sagalee walitti qabeen Atileet Xiruunash Dibaabaa Atileetota dubaraa addunyaarratti waggoota dhihoo as mul'atan keessaa atileetii gahumsaa olaanaa qabdu kan yeroo hundaa jechuun dubbistoonni atileetiksii wiikilii filataniiru. Gama dhiirootaan ammoo atileetiin lammii Jaamayikaa Yusiyaan Boolti filatameera.

Sagalee dubbistootaa atileetiksii wiikilii kennaniin Atileet Xiruunash Dibaabaa 31.1% argachuun yoo dursitu, Yusiyaan Boolti ammoo 55.3% aragchuun dhiirota irraa durseera. Atileet Haylee Gabrasilaasee ammoo 17.1% argachuun atileetii gahumsaa olaanaa qabu sadarkaa 2ffaa ta’uun filatameera.

Maddi: OBS
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Iccitiin dursuudhaa; eegaluu dha.:- Mark Twain
_________________________
@Jechamoota


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Hubachiisa!

Odeeffannoo ykn eeruu naannoo keessan jiru karaa keessaan yeroo ergitan waan gochu qabdan:

* Odeeffannoo guutuu fi qabatamaa ta'ee ergu (yoo danda'ame suuraadhaan kan deeggarame yoo ta'e)

* Yeroo ergitan wantoota miira (deeggarsa ykn jibbiinsa) adda addaa agarsiisan hambisu (odeeffannoo ergamu irratti qofa xiyyeeffadha)

Odeeffannoo ykn eeruu erguuf karaa @ABDETUBOT nu biraan gahaa.
Yaadachiisa!

Qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu akka Oromiyaatti Sadaasa 30 hanga Muddee 2 bara 2013tti (Roobii hanga Jimaata) ni kennama.

* Barattoonni qormaata kana akka Naannoo Oromiyaatti fudhatan qophii xumuraa akka godhan yaadachiisu barbaanna.

@harargetub
@harargetub
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Itoophiyaa - Sudaan

Aljeeziraan oduu daqiiqaa muraasa dura tamsaaseen naannoo lafa qonnaa maqaadhaan 'Al-Fashaga' jedhamu (250 sq. km) kan daangaa Itoophiyaa fi Sudaan giddutti argamu to'annoo humna waraanaa mootummaa Sudaan jalatti akka oole gabaaseera.

Lafti kun kanaan dura to'annoo Raayyaa Ittisa Biyyaa jala kan tureefi qonnaan bultoota Itoophiyaatin qotamaa kan ture yoo ta'u, amma garuu RIB guyyoota muraasa dura bakkicharra kaafamu isaatin walqabate to'annoo humnoota waraanaa mootummaa Sudaan jalatti ooleera.

Ajajaan humna waraanaa Sudaan bakkicha to'ate yaada Aljeeziraaf kenneen, "Ammaan booda waraanni Itoophiyaa bakka kana akka to'atu hin eeyyamnu" jedheera.

Lafa qonnaa kana irratti biyyoonni lamaan waggoota baay'eef osoo wal hin galiin kan turan yoo ta'u, yeroo dheeraaf qonnaan bultoota gama biyyoota lamaani jiran hidhattoota mootummaa kaaniin miidhaan nurra gahaa jira jechuun himachaa turan.

Dhimma kana ilaalchisee mootummaan Itoophiyaa ibsa kenne hin jiru.

@OROMO7
@OROMO7
INBOX (KAN KESSAAN NUUF ERGAME)
👇👇👇👇👇

GODINA ARSI ANAA SUUDETI Magalla darabbati hirriraa deggaarasa Abiyidhaf baha jeechun ummata tokko shanin jeechun hiraarasa jiru guyyan hiriraas guyya 29/3/013tti qeerroon keenya hirirra kanarra ofeeggano goochu qabu.we can not support abiy and abiy plan!!
Lafa deebifannaa Amaaraa.
Amaarri raayyaa, Allaamaaxaa, Daanshaa fi Maayikaadiraatti hiriira gaggeessaa jira.
Hiriiricha kan qindeesse ABIN fi ADP dha,kan qawween dabaalee deemu immoo milishaa fi humna addaa naannoo amaaraati.
Hiriirri kun dhimma waldhabdee lafaa ilaalchisee PPn Amaaraa federaala waliin walii galuu dadhabe irratti dhiibbaa uumuufi. Dhaadannoo haasaa Birgaader jeneraal Tafarraa "harkatti qabannee falmanna malee kenninee hin kadhannu" jedhu qabatanii jiran. Bulchiinsa 'haaraya' naannoo Tigraay waliinis waldhabdeen uumamee jira. Loltoonni Suudaan lafa qonnaa bal'aa Itoophiyaa keessaa waraanaan kan qabatan yoo tahu, humni nu baasu hin jiru jedhaniiru.
Oromiyaan hoo maalitti jirti?
Poolisoonni keenya kanarraa maal barattu?
Namoonni Baay'en tarsiimon qabsoo Oromoo ammatti maal ta'uu qaba?'' Jedhu. Gaaffii sirriiti. Garuu gaaffii
Sirrii bakkaa fi yeroo isaa eeggate kanaaf sababni quubsan otoo jiruu deebii hintaane laachun of wallaaludha. Tarsiimon qabsoo Oromoo ammatti dhimma hidhaa fi ajjeechaa jimlaa uummata keenyarratti adeemaa jiru dhaabsisuutin ala waa biraa ta'uu hinqabu. Yoo ta'es sobaa fi fakkeessuudhaan ololuudha malee waa takka kisaaraa malee bu'aa nuuf hinqabu. Kanaaf waan goonu, maal akka goonu, akkamitti eenyu maal akka gochuu qaburratti miidiyaa fi hooggansaan dhimma hayyoota keenya dukkana jiraniirratti hojjachuu qabna! Kan caalu Dammaqnee falmachuu qabna! Otoo Jawaar mana hidhaa jiruu, waan takka tooftan siyaasaa alatti isa duuba waayee isa baasutiin ala hojjatamu hinjiru. Jiraachus hinqabu!
Bulle barii arguuf !
Biddeena kana odoo siif kannan hin nyaattaa? Ani garuu hin nyaadhu dhugaa. Odoon nama biddeena akkanaan tolfame kana nyaatu argeehuu imimmaantu na qaba.
#Si yaade Jawweye
#I miss U daaddayye!
Jawar jechuun...
"Qawwe dandeenyuu haa tolfaanu qabeenyaa qabnuun haa biitanuu dadhabnuu diinaa keenyaa irra haa hiikkanuu."

Jaarraa Abbaa Gadaa
Jawar Mohammed kan hidhaameef ilaalcha siyaasaa isaatiif malee badii qabatee miti!
😭Hacee sabboonummaa isaatiif galaafatan!
#Justice4Hachalu
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#QEERROO MEDIA

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
#Beeksisa

"Barsiisonni Godina Jimmaa bara 2013 gosa barnootaa Baayilojii fi Keemistiriin eebbifamtanii ramaddiin hojii Godina Shawaa Kibba Lixaa isin gahe gara Godina Jimmaatti jijjiirraa yoo barbaaddan karaa bilbila 0921543499 tiin na qunnamaa"

Via inbox
#Baga_Gammadee
Dr. Lammaa magarsaa Barnoota Doktireetii isaa xumurun
Guyyaa har'a University holland #Laydan_university Irraa Doktireeti isaa fudhateera.
Dr.Lammaan Qoranno Doktireeti isaa Godina Arsii kessatti ''women traficking in Ethiopia and Itis mitigation jedhu irratti hojjate.
Baga Gammadde Goota koo

Namooni Gammachu isaa Jaalattan Share Godhaaf
2024/09/27 21:23:32
Back to Top
HTML Embed Code: