Telegram Web Link
"Wantin ani sodaadhus, wantin ani abdadhus uummatakoo fi rabbi qofa. Hidhamuun ykn ajjeefamuun wareegamni akka jiru duruma beeken itti gale. Ani bar nama otoo umriinkoo waggaa kudhan hin guutin qabsaa'aa Oromoo awwaaledha. Dhiyeenya kana odaan kana dura qabrii isaarra dhaabne guddatee argeen ture. Bakki ani itti dhaladhe bakka cunqursaan hedduu itti hammaatee fi qabsaa'onni baay'en jiranidha. Xiqqaa ta'ee jiruu dukkanaa san keessatti namoonni hedduu na abdatu turani. Waaqnis bakka dukkanaa sanaa gaafa na baasee mission fi kaayyoo kana naaf kennu akkan saba kanaa dabarsuuf akka na waamen hubadhe. Yeroo jalqabaaf Gaafan Ameerikaa dhaqu nama takka hinbeekun ture. Garuu turtii ji'a takka hinguunne keessattin waldaa hawaasa dargaggoota Oromoo hundeessee, Oromoo walitti qabe, strategy baasee sabaafis biyya kanaafis hojjachuu eegale. Biyyi kuni galata hinqabdu malee, namni biyya kanaa galata hinbeeku malee biyya kana waa baay'edhaan oolchine! Qeerroon kuma shanii ol aarsaa itti kaffallee jijjiirama amma butame kana fidne. Ammas ni jirra of duuba hindeebinu. Qeerroon dadhabeera' warri jedhan nu hinbeekan. Qeerron amma kan dur caala jabaatera. Sababnimmoo Qeerron amma waa hunda hubatee jira, jijjiiramni akkamitti akka dhufu argeera, qabsaa'ee jijjiirama fideera, jijjiiramni sun akka hatamee fi butames hubatee qabsoo caalutti deebi'ee jira. Qabsoon uummataa hanga galma ga'utti ummatumaan itti fufa. Anis kana booda wanti fedhe dhufus jiraakoo miti, du'aan kootillee Oromiyaadhaa hinba'u. Wanti nuti eegalle, qabsoodha malee daansii miti. Wanti ani sodaadhus, wanti ani abdadhus uummatakoo fi rabbi qofa. Waaqa biratti, Uummatakoo parsantii 100%n amana!"
Boordiin Filannoo Itoophiyaa filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa Caamsaa ykn Waxabajjii keessa gochuuf yaada ka'umsaa dhiyeesse.

Boordichi kana kan ibse waltajjii marii guyyaa har'aa [Jimaata Onkoloolessa 30] qopheesse irratti ta'u FBC gabaase.

Baatii Caamsaa torbee lamaan xumuraa ykn Waxabajjii torbee lamaan jalqabaa keessa filannoo raawwachuuf yaada qabaaachu hime boordichi.

Filannoon Biyyaalessaa marsaa 6ffaa kun A.L.I Hagayya 23 bara 2012tti ture kan saganteeffame.

Boordiin filannoo sababa weeraa koronaavaayirasiin filannicha yeroo isaa eegee raawwachuu akka hin dandeenye erga beeksiseen duuba murtii mana maree federeeshinii Itoophiyaan yeroon isaa akka dheeratu ta'e.

Fulbaana darbe Ministeerri Fayyaa of-eeggannoon filannoo gochuun akka danda'amu erga yaada dhiyeessee booda boordichi filannoo gochuuf sochii kan eegale.
Koonfaransiin idil addunyaa gumaacha sirna Gadaarratti xiyyeeffatu taa'amaa jira.
Koonfaransichi Yuunvarsiitii Bulee Horaatti taa'amaa jira.

Koonfaransicha kan qopheesse Inistiitiyuutii Gadaa fi Aadaa Yuunvarsiitii Bulee Horaati.
Ijaarsa sirna demokraasii, nageenyaa fi haaromsa Afrikaarratti ga'ee qaburratti mari'atamaa jira.

Yuunvarsiitichi barnoota sirna Gadaa fi nageenyaa hanga sadarkaa digrii 3ffaatti laachuu eegaleera.

Bara dhufturraa eegaluudhan hanga proofeesarummaa kan laatu ta'a jedhan preezdaantiin yuunvarsiitichaa Dooktar Caalaa Waataa.

Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa obbo Kabbadaa Deesisaan sirni Gadaa bu'uura bulchiinsa dimokraasii ta'uu ibsaniiru.
KARRA MILKAA'INA

💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫

Jiruudhaan Milkaa'aa Kan Tatuu Ati Dhugaadhaan Waantii Barbaadu Hundii Siif Dhugaadhaan Kan Sii Barbaachisuu Yaamuu Ta'u.

Addunyaa Kessatti Milkaa'aa Ta'uuf Dadhaba Ta'uun Gahaa Mitii Danboobaa Ta'u Qabda.

Milkaa'aa Ta'uuf Hiriyaa Sii Barbaachisaa Garuu Baay'ee Milkaa'aa Ta'uuf Diina Sii Barbaachisaa.

Madaaliin Milkaa'ina Sirrii Kufaatii Kee Irra Yeroo Meqa Ka'uu Danda'u Ketii.

Dandeettiin Waa Hunda Kan Jiruu Rakkinoota keessa Jirrudha.

Sirriitti Essa Akka Dhabatee Beekuuf Yeroo Takka Takka Akka Gariitti Sololaachu Sirra Jirataa.

Atii Yaalte Yoo Mo’amte Dogoggora Kee Mitii Garuu Atii Osoo Hin Yaaliin Yoo Mo’amte Dogoggoorri Ketii Fi Kee Qofaa.

Milkii Fi Gammachuun Sii Keessa Jiruu.

Milka'iina Booda Rakkoo Guddaan Jiru Wa'e Milkii Haasa’uu Dhabuu Dha.
┉┉✽̶»̶̥ĵøïņ✿śĥăŕę»̶̥✽̶┉┉
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
┉┉✽̶»̶̥🔥🔥»̶̥✽̶┉┉
             
Jawar jechuun...
Namootni haleellaa Westigeetiin al-Shabaab gargaartan jedhaman waggaa 18 fi 33'n adabaman!

Bara 2013'tti magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobiitti Moolii Weestigeet jedhamu irratti haleellaa al-Shabaab raawwateen namootni 67 ajjeefamaniiru.

Hidhattootni garichaa haleellaa kana raawwatan afur waraana Keeniyaan ajjeefamaniis, namootni lama haleellaa kana qindeessuun gargaartaniittu jedhaman keessaa tokko hidhaa waggaa 18'n kan biraan ammoo waggaa 33tiin akka adabaman Manni Murtii ajajeera. Lameenuu lammiilee Keeniyaati.

Hidhattootni al-Shabaab guyyaa afuriif moolii kana to'atanii waraana mootummaa lolaa turan.

Maddi: BBC
😍....Barattootaaf....!

Yaada,shakkii,komiifii wantootaan barattootarraa irra deddeebiin dhagahu takkarrattiin waa jachuu barbaade👇
#Barataan tokko kutaa takkarraa gara kutaa itti aanuutti dabruudhamoo irra deebi'uutu wayya? Waan ja'urratti.

📚Barataan tokko ka baratuuf qorumsa dabruu qofaaf odoo hin taane waa baruufii hubannoo isaa cimsuufi. Ati kutaarraa kutatti dabruu kee caala waan baratte hubachuu keetirratti xiyyeeyfachuu qabda. Ani irra deebi'iis jala muree siin hin ja'u. Kutaa itti aanutti dabriis jala muree siin hin ja'u; garuu jala muree wantiin siif himu yaada kiyyya. Kutaa itti aanutti dabruuf kutaa barattu kana keeysa waan jiru qixa sirriitiin hubattee irra dabruu qabda ykn yoo odoo humaa hin hubatin barri sitti gahe irra deebi'uu qabda.

#Hubadhu imalli barnootaa kun imala kaayyooti kophaa tee taatuus numa imalta. Kanaafuu kutaa itti aanutti dabruuf ifitti amantummaa yoo hin qabaannee irra deebi'uun furmaata kee ijoo siif tahuu qaba. Namni sii waliin irra deebi'u jiraachuu baatuus kophuma tee irra deebi'i maaliif jannaan dandeeytiifii hubannoo tee siitu beekha waaan taheef. Imala kee si qofaaf qofaatuu galmaan gahuu dandaha waan taheef. Hiriyyaa sii waliin waan akka keetii raawwatee sii waliin irra deebi'u dhabuu keetiif jattee odoo hin hubatin, odoo waan baratte hin beekhin akkanumatti nama naa waliin irra deebi'uun dhabe jattee ifin dirqin.

😍Garuu garuu yoo ifitti amantummaa ifirraa qabaatte namaaf jatteetiis irra hin deebi'in yoo hiriyyoonni kee kan akkaan jaalattu si biraaa irra deebi'ellee. Ammallee irra deebi'ee wantiin siif dhaamu hiriyyaan kee kan arraa kun boru si bira jiraachuu dhabuu mala; kaayyoon kee garuu arraafii boruus si waliin imala. Kanaaf kaayyoo kee malee hiriyyaa kee hin hordofin❗️
Xumure galatoomaa❗️
#Dhiifama guddaa yoon dogongorees !

😍Dhaamsi itti fufa...!


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 100 birr
2000member ---- 250 birr
3000member ---- 350 birr
4000member ---- 450 birr
5000 member _ _ _ 550 birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Karaa qajeelaa deemuuf
Qophee dalgaa kaawwattaa?
Gadda obboleessa keetiin
Gammachuu lakkaawwattaa?
Dhadhaan dhabe jettaaree?
Teessee utuu raaftuu dhama
Gaarii dacheerra guute
Ati maaf yaadde hamaa?
Bifti wal fakkaatuyyuu
Daakuufi daaraan firaaree?
Riqicha bososaarraan
Laga ce'uun jiraaree?
Dhugaan bultee ho'iti
Akka abidda dibaa
Karaan sobaan darbanis
Galatti nama dhiba!
Nama rasaasanis tahe waan biraan miidhamee dhiigu tokkoof gargaarsi jalqabaa gochuu qabdan maali!? 🔫
1👉 akkuma beekamu nama rasaasaan dhahame tokko irra caalaatti kan ajjeessu dhiiguu garmaleedha. Kanaaf dhiiga dhangala'aa jiru dhaabuuf jalqabarratti erbee ykn uffata qulqulluun sirriitti bakka dhiigu sana gadi qabuu!
2👉 naannoon miillaaf harkaarra rukutame yoo tahe bakka rukutame irraa xiqqoo ol siiquun erbeedhaan hidhuu.
3👉naannoo mormaa, dugugguruu dugdaa, miillaaf harkaa yoo rukutaman lafees cabsuu waan danda'uuf namni rukutame sun yoo socho'u cabaan lafee hiidda dhiigaaf narvii madeessuun miidhaa daraan waan geessisuuf hamma danda'aametti nama sana ciibsuun akka hin sochoone gochuu!
4👉erga kana gootaniifii booda hatatammaan mana yaalaa isinitti dhiyootti jirutti ergaa!

Fayyaa hin dhabinaa!
Du'a tasaa Isin haa baraaru!
Gorsa Fayyaa dubartoota ulfaaf!
👉Mana yaalaatti yeroo ulfaa yoo fayyaa tahanillee yoo xiqqaate si'a 4 hordoffii gochuu qabu
👉nyaatawwan madaalawaa tahan kanneen akka kuduraaf fuduraa, Atara/baaqelaa, foon, hanqaaquu/killee, Aannan fi yoo argama tahe qurxummii faa soorachuufadha
👉yeroo Ulfa gara jalqabaa sababa jeeqamuu hormooniirran kan Kahe nyaati isaan nyaatan waan isiniif hin sifoofneef(haqqisaa, ol nama xuquu fi fedhiin nyaataaf hir'achuu waan jiruuf nyaata jajjjaboo tahan xixiqqeessuun yeroo Yeroon soorachuu qabu.
👉boqonnaa fudhachuu, Akkasumas ba'aa ulfaataa tahe kaasuu dhiisuu.
👉Qoricha kamillee gorsa ogeessa fayyaa malee ykn ajaja ogeessa fayyaa malee fudhachuu hin qaban. Sababnisaas qorIchoonni tokko tokko daa'ima gadameessa keessaarratti miidhaa waan geessisuuf
👉alkoolii dhufuuf tamboo aarsuurraa of qusachuu qabdu
👉qoricha dhiigaa(ayiranii) yeroo ulfaa ogeessi fayyaa isiniif ajaju addaan kutuu hin qabdan/qaban
👉mallattoowwan akka mataa dhukkubbii, Ho'ina qaamaa(leeydaa), nama joonjessuu(dacheen shir nama jechuu), dhangala'aan foolii qabu gadameessa keessaa dhangala'uu, Dhiiga yoo ofirratti argitan, Bishaan garbaa(gubbee) utuu cimiimmuun hin dhufin yoo isaan irraa dhangala'e hatattamaan mana yaalaa deemuu qabu. Dubartiin haadha, obbolaadha, haadha manaadhas. Kanaaf abbootin manaas haadholii manaa keessan yeroo ulfaa sirriitti kunuunsaa.
©Fayyaa hin dhabinaa
Karaa youtube odeeffannoo fayyaa argachuu yoo feetan👇👇👇


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
#ሰበር_ዜና

ዶናልድ ትራምፕ በምርጫው ተሸነፉ።

ጆ ባይደን 46ኛው የአሜሪካ ፕሬዜዳንት ሆነ ተመርጠዋል።
Sudaan daangaa naannoo Gadaariif Ityoophiyaa waliin qabdu cufte

Sudaan daangaa naannoo Gadaariif Ityoophiyaa waliin qabdu cufuu ishee beeksiifte.   Mootummaan Ityoophiyaa garee finxaaleeyyi ABUT irratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu isaan Sudaan daangaa naannoo Gadaariif Ityoophiyaa waliin qabdu cufuu ishee beeksifteerti.   Aanga’oonni bulchiinsa Gaadaariif har’aa eegalee daangaan naannoo Gaadaariif Ityoophiyaa waliin jiru cufaa ta’uu beeksiisaniiru.  
#BREAKING
BIDEN2020

Joo Bayden Pirezidaantii Ameerikaa 46ffaa ta’anii filataman.

Joo bayden Naannoo Penislavaniyatti ( Pennsylvania ) moo'achuun sagalee filannoo(electoral vote) 270 ol argachuun injifataniiru.
Uummatni keenya waan barbaachisu hundaan qophaa'uu qaba.!"
Yeroo dhiyootti:-
~ teessoon mootummaa niqulqullaa'aa.
~ Qaamni 3ffaan siyaasa Itiyoophiyaa gidduu niseena.
~ hidhamtoonni siyaasaa ni hiikamu.
~ warri har'aa fokkortu kun baayyeen ni hidhamu.
~ siyaasni Itiyoophiyaa gara mariitti jijjiirama.
~ Biyyi kan uummataa ta'a.
Kun ta'uun dura garuu rakkoo baayyeetu ta'a. Du'uti hanga yaadamee oli ta'uu danda'a.!"
Na jaaladhaa jettee qarshiidhan nu bittee ykn qawweedhan nu doorsifteetii miti, 2ffaa otoo dhalatteellee, ykn duuteee otoo carraan 2ffaa jiraachuu siif kennameellee kabajaa fi jaalala JAWAAR MOHAAMMAD uummata Oromoo biraa argate san argachuu goonkumaa hindandeessu. Aangoo fayyadamtee dirqamaan na jaaladhaa' jettee nu hidhuu, nu ajjeesuu dandeessa, abadan garuu onnee keenya keessa jibbaa fi haalodhaan malee jaalalaan seenuu hindandeessu. Kitaaba Seenaa Oromoo fi Oromiyaarratti kan barreeffamu Jawaaruma, kankee barreeffamus mata duree ''Bineensicha MINILIK' jedhamu jalatti barreeffama. Oromoo biraa seenaa bineensa gurraachaa malee seenaa ilmoo namaa hinqabdu. Kaleessas agarreerra, borus sanuma. Seenaa Oromootirratti seenan waraabessoota Minilik hindabalamu, hin idaa'amu. Nuti Oromoo fi Oromiyaadha! NUTI JAWAARI!! Karaa Jawaar Mohaammadirratti jiraachuu qofaaf walitti qabamne qofa otoo hintaane, yoo duunellee deebinee ni jiraanna! Oromoo taanee akka gantuu fi ergamtuun ololtu Karaa Minilikirra jiraachuu hawwina taanan garuu dursineetuu duunee jirra. Nuti warra akkasiitii miti. Nuti ilmaan Taaddasaa Birruu, obboloota Haacaaluu Hundeessaa, dhaloota Jawaar Mohaammad!! Nuti Leencota hammam beelofnullee akka saree raqaa fi akka harree marga hin nyaannu!!
ⓢⓗⓐⓡⓔ
ÂMÁLÀ ÃBBÃÃ ÎRRĒĒ💪
________________________

Daandii Qajeellmmaatii mannaa Daandii Jallinaa Hordofuu,


📌 #Abbootiin_Irree Yeroma hunda Kan hordofan Daandiiwwan Fofokkatoodha,

Sababni isaatis jalqabuma irraa Sirni isaanii #soba,

Gowwoomsuu fi miidhaa irratti kan hundaa'e wanta ta'eefi,

⚡️ Dhugaa osoo hordofanii fi haqa osoo dhugoomsanii Xumura sirna isaanii ta'uu hubatu,


Kun kan ta'u haqaa fi bilisimmaan yoo jiraate ummatichi akka qaamni fooyya'e hooggansa qabatu wanta godhuuf isaan hojii isaanii wanta dhabaniifi,


Ta'uusaatiinis barnoota qajeelaa fi gaarii kamiyyuu yoo Argatan isaaniif hin Aanja'u,


🔰 Filannoon isaanii Daandii hamaa Fi jallinaa isa gowwoomsuun aangoo irra ittiim turaniidha,


> Sababni isaatis jiraatinsa isaanii sana qofaan akka tursiisan ni yaadu wanta ta'eef,

💫Gita bittaa isaanii isa haqa dhabaa ta'e wanta jalaa dhabamsiisu wanta itti fakkaatuuf daandii kallinnaa yoo argan Daandii isaanii godhatanii qabatu,



"yoo karaa Qajeelaa Argan isa karaa hin godhatanu, yoo karaa jallinaa Argan Isa karaa godhatu, kun waan isaan keeyyattoota keenya kijibsiisanii fi ishee irraas dagatoo turanii fi"
(
Qur'aan Al_A'iraaf : 1:46)

______

"Isaan wanta hamaa gochuutti ogeessota, Wanta gaarii gochuu garuu hin barre"

(M,Qulqulluu. Ermiyaas Raajichaa 4:22)


Sabaa If
_________
Join Godhaa Itti dabalamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw

_
Kufiinsi Abbootii Irree wanta Hin Hafne
__________________________

🔶 Abbootiin irree Hammuma fedhe dhaadheffamoo fi Jajjaboo yoo ta'anis kufiinsaaf taasifamuun isaanii hin hafu,

> Akkaataan kufnana isaaniitis suukkanneessaadha,


⚡️ Sababni isaatis jarri miidhaa Raawwattoota wanta Ta'aniif,


🔷 Miidhaa Raawwattoonni Yeroodhaaf kamneen hin mo'atamnee fi kanneen hin tuqamne fakkaatanis milkaa'inaa fi Jaalatamummaa hin Goonfatan,


💫 Injifannoo kan yeroo Goonfatuu Danda'anis kufiinsi isaanii hin hafu,


⚡️ Ta'uusaatiinis carraan Abbootii irreetii fi finciltoota hundaatuu kufaatiidha,


📌 Yeroodhaaf Gonkumaa kanneen hin Injifatamne fakkaatanis kufiinsi isaanii kan hin hafne ta'uu Sirriitti beekuu qabna,



🌷" Dhugumatti Miidhaa Raawwattoonni hin milkaa'anu"🌷 (Qur'aan. Al_Qasas :37)



🌻"Inni boolla gadi fageessee warra kaaniif ni qota, ofuma isaaniitii immoo isa keessa in bu'a"🌻 (M,Qulqulluu. Faarfannaa 7:15)


⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
Dubbisuu keessaniif Galatoomaa hangaata Amala Abbootii irree mata duree biraatiin walitti deebinutti Nagaan naaf jiraadhaa,

⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️

Chanala keenya JOIN Shere Waliif Godhaa
👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw
2024/09/28 09:25:45
Back to Top
HTML Embed Code: