Telegram Web Link
Forwarded from Bahar Tech Insights
"Gaafa CITTOON biyya bulchitu QEENSA magarsuun dirqama" ja'e tokko. 😃😃😃

@IbsamTube
@IbsamTube
@IbsamTube
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Dhugaa 7 kan tarii ati amma dura hin dhagayiin!!
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️


1- Yeroo shunkurtaa ciru jirtu maastikaa nyaachuun akka ijaan gubachuurraa si oolchitu

2- Ilbiisni ololee( cockroach) ja'amu mataan iraa muraamee torbaan tokko akka jiraattu.

3- waraqaan irratti barreessinu tun hangam yoo guddoo taatellee dachaa 18 ol akka hin dachaane.

4- calanqaan(snail) waggaa 3f walitti aansee rafuu akka danda'u.

5- Ijji daa'imaa imimmaan oomishuu hin dandeessu hanga torbaan 6- 8 gahutti.

6- jechoota afaan inglizii keessaa jachi 'set' ja'u jachoota hunda caalaa hiikkaa baay'ee akka qabu.

7- Bineensoota keessaa Arbi qoftiin utaaluu akka hin dandeenye.


#join join join
👇👇👇👇👇👇
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO
"Nama garaan dhaaname dirmammuu hin arganii"jette oromoon.
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆
#Tigray
Naannoon Tigraay filannoo
guyyaa boruu akka naannichaatti gaggeesituuf buufata filannoo 2672 qopheessitee jirti!. Filannicharratti hirmaachuuf filattoonni Miil 2.7 galmaa’anii waraqaa filannoo
fudhatanii jiru.
Kophaatti Hidhamuu (Solitary Confinement)
___
Jawaar Mohaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa kopha kophaatti (Solitary Confinement) ji'a lamaa oliif hidhamaanii kan turan yoo Manni Murtii Sad Duraa Jimaata darbe kophaatti hidhamuun isaanii seeran ala hidhamtoota fedhan wajjiin walitti haa makaman jedhee ajajee ture.

Hanga ammatti ajajni kun hojiirra hin oolle. Kana boodallee Hojiirra oolchuufis 'qaamni olaanaan' akka dhorke hubatachuun danda'ameera. Kophaatti nama hidhuun Seera biyyattii fi seerota mirga namoomaa biyyattiin raggaasifteen mirga nama hidhamee jiruu sarbuu keessaa akka tokkotti fudhatama.
Abbaa Taayitaa Daandiilee Oromiyaa kan ta’e QEERROOn ajaja dabarse cabsuun adabbii hanga makiinaa bilillee irratti daakuu, gommaa dhoosuu fi garagalchanii hojiin ala godhuutti nama adabsiisuun beekame.
Jetti Qarreen OROMIYAA
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆
"Har'a Waaree Dura Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa fi Shamsaddiin Xahaa bakka hidhamanii jiranitti deemee dubbiseen ture."

(Ibsaa Gammadaa)

Obba Baqqalaan harka fi ija isaanii akka dhukkubu naaf mirkaneessan. Nama adda baasanii hubachuuf hedduun rakka dha. Durallee bara WBUT hidhaa keessatti na egale ammas natti hammaachaa jira jedha.

Jawaar dabalatee warri sadan fayyaan isaanii amma gaariirra jira. Shamsaddiin yaalumsa hordofuutti jira.

Dhimma araara fi jaarsummaa jedhamu kan Abbaan Alangaa ibsa irra baase isaan akka quba hin qabne mirkaneeffadheedha. Jaarsummaa eenyuttuu kan hin ergine tahuu erguufillee sababa kan hin qabne balleessas kan hin qabne tahuu ibsa.

Abbaa alangaa dhimma isaanii laalchisuun dhimmi aarara fi jaarsummaadhaan xumuramu hin jiru jechuun ibsa kennuun isaa ni yaadatama.

Hundaa olitti qalbiin isaanii jajjaba. Hidhamaa siyaasaa tahuu isaanii uummata isaaniitiif sagalee waan tahaniif hidhamui isaanii fuuluma isaanii irraayyuu ni dubbifama.

@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROMOTOO
Channel photo updated
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
JAARRAA ABBAA GADAA
ODEEFFANNOO WALIIGALA AFAAN OROMOOTIIN
;#SHARE GOOCHUDHAN GUUDINA AFAAN OROMOOTIIF HAA TUMSINU!!
CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA
🔊🔊🔊🔓🔑 JOIN👇👇👇👇👇👇👇👇
👉👉 @DEDRORO
@DEDRORO
https://www.tg-me.com/dedroro
Forwarded from bhrDbot
Breaking News

'Channalonni telegramii irratti argaman bayyeen isaanii  baysiisa malee hojii dhiise  jira.

Kanaaf namoonni boohartii, bashannana,  seenaa,  walaloo, dhaamsa, jechamoota, gorsa fi kkf barbaaddan gara channel Ibsam Tube dhufuu dandeeysu.

Nan sobee Adminoota keenya👈
#Shamsaddiin_Xahaa
~Beellamni mana yaalaa Shamsaddiin Xahaa har'a
sa'aa 8 irratti ture. Beellama isaa dabarsanii sa'aa 2 booda erga doktorri bahe waan geessaniif yaala malee deebi'ee jira.
Oromo Calgary fi naannawa Calgary /Alberta keessa jiraattan Fulbaana (September) 16/2020 Hiriira guddaa dubartoota Oromotiin qophaaye irratti argamaa
Yeroo tokko tokko biyya akkam keessa jiraachaa
jirra kan jedhu gaaffii natti ta'a❗️
~Poolisiin Itoophiyaa tuni hojii ofii beektii garuu?
~Namni rifeensa ofii guddifachuu hindanda'uu?
~Seerri rifeensa guddisuu dhoorgu jiraa?
~Rifeensa namaa ciruu moo lola daangaan baname qolatuutu dursa?
Heciiiiiii Diikee Wahiii!
~"Holqaa seenani dukkana hin sodaatan".
~Wareegama kaffalanii bilisumaa argatu waan ta'eef, "Qabsoo seenani wareegama hin sodaatan".
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@ABDETUBOT

#ORO_FEDERALISM_UNION

Yaadaf
@Abdetubot
.... 👆
2024/09/29 19:36:49
Back to Top
HTML Embed Code: