Telegram Web Link
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป๐Ÿ’ค โœŠ)
#DUBBIIWWAN_ABRAHAAM_LIINKAAN_GURGUDDOO !
~
1) Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
2) Hiriyyaan koo nama hundumaarra naaf caalu, Nama kitaaba ani hin dubbisne naaf kennedha.
3) Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
4) Waan feete ta'i; garuu itti cimi.
5) Akaakayyuunkoo eenyu akka ta'e hin beeku; ilmi ilma isaa eenyu ta'uuf, ta'uuf akka jirutu na dhiba.
6) Michuun kee nama diina ati qabdu qabuudha.
7) Waan har'a hojjechuu qabdu kamuu boriif hin kaa'iin.
8) Nagaa yoo feete beekamtummaa irraa of fageessi.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
๐Ÿ–ค โ€‹โ€‹Suuta jettee du'uu jalqabda
yoo hin imalle, .
yoo hin dubbisne, .
Sagalee jireenyaa yoo hin dhaggeeffanne .
Yoo of hin dinqisiifanne.

๐Ÿ–ค โ€‹โ€‹Suuta jettee du'uu jalqabda

Yeroo ofitti amanamummaa kee ajjeeste;
Yeroo namoonni kaan akka si gargaaran hin hayyamne.

๐Ÿ–คSuuta jettee du'uu jalqabda

Yoo garba amala keetii taatee Guyyaa guyyaan daandii tokko irra deemte...
Yoo hojii idilee kee hin jijjiirre taโ€™e, .
Yoo halluu adda addaa hin uffanne Ykn warra hin beekne waliin hin dubbanne.

Suuta jettee du'uu jalqabda
Yoo fedhii Fi miira kee isa jeeqamaa ta'ee sitti dhaga'amuu irraa fagaatte;Kanneen ija kee akka calaqqisu Fi onneen kee saffisaan akka dha'atu godhan irraa fagaatte .

๐Ÿ–ค โ€‹โ€‹Suuta jettee du'uu jalqabda

Hojii keetti, ykn jaalala keetiin yeroo hin quufne jireenya kee yoo hin jijjiirre, .
Yoo waan hin mirkanoofneef nageenya qabdu risk fudhachuu baatte, .
Abjuu duukaa yoo hin deemne, ...

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ–‹๏ธ@Oromotoo
@Oromotoo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป๐Ÿ’ค)
Baga Bara Haaraan isin gaโ€™e.

Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa taโ€™u!



@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
BARRI 2๐ŸŒป17 KUN:
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒป Kan Gammachuu!
๐ŸŒป Kan Milkaa'inaa!
๐ŸŒป Kan Badhaadhinaa!
๐ŸŒป Kan Jaalalaa!
๐ŸŒป Kan Tokkummaa!
๐ŸŒป Kan Guddinaa!
๐ŸŒป Kan Haaromsaa!!
   ๐ŸŒบ Isiniif!
   ๐ŸŒบ Maatii keessaniif!
   ๐ŸŒบ Ollaa keessaniif!
   ๐ŸŒบ Hiriyyoota Keessaniif!
   ๐ŸŒบ Biyya KEENYAAF!

๐ŸŽ„Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!

๐ŸŽ„Bara itti bakka yaaddan geessan.

๐ŸŽ„Bara itti hojjettanii milkooftan!

๐ŸŽ„ Bara itti firii keessanitti gammaddan!

๐ŸŒบ ISINIIF HAA TA'U! ๐ŸŒป
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!


@Oromotoo
@Oromotoo
Linki kana start godha Yaala dhugaadha.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


https://www.tg-me.com/catizenbot/gameapp?startapp=rp_20669698

๐Ÿ’ฐCatizen: Unleash, Play, Earn - Where Every Game Leads to an Airdrop Adventure!
๐ŸŽLet's play-to-earn airdrop right now!
2024/09/22 18:16:58
Back to Top
HTML Embed Code: