Telegram Web Link
Milkaa'inaafi Kufaatii:

~ Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf socho'i! Hojjedhu.
~ Hojiikee keessatti dogoggorri uumamuu danda'a. Kufaatiin illee akkasuma. Waanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin.
~Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu.
Kufaatii hin sodaatiin. Kufii_ka'i, kufii_ka'i.
~ Kufuukeetti ittin dhiphatiin, bu'aa jireenyaatu akkasi. Jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha.
~ Yoo Abdii kutatte kufaatii filachuukeeti. Yoo Abdii qabaattee garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo Itti barattu.
~ Kufuunkee gaariidha sababni isaa kufaati irree si jabeessuu danda'a.
Jireenyi akka muziqaati.
~ Muuziqaa meeloodiin isaa takka ol ka'aa, takka gad bu'aa fi gidduu galeessaan yeedaleeffamu muuziqaa miidhagaafi hawwataadha.
~ Jireenyi dhala namas akkasumaan tola.
~ Waa'ee maallaqaa hin yaadda'iin, mallaqni namoota hordofa.
~ Namoonni immoo mul'ata isaanii hordofu. Yoo mul'ata qabaattee, waanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqqaba.


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Kitaaba "The Millionaire Fastlane" kan #MJ_DeMarco barreessee keessaa barnoota kudhan:

1. Daandiin suuta jedhu kiyyoodha. Daandiin suuta jedhu daandii mormii xiqqaa qabuudha. Daandii namoonni baay'een itti deemanidha. Garuu daandii gara giddu galeessatti geessuus. Yoo miliyeenara ta'uu barbaadde daandii saffisaa fudhachuu qabda.

2. Maallaqni galma miti. Maallaqni meeshaadha. Meeshaa xumura tokkotti geessudha. Kaayyoon dhugaa bilisummaadha. Bilisummaa maallaqaa, bilisummaa yeroo, fi bilisummaa bakka. Dhuguma sooressa taΚΌuu yoo barbaadde, qarshii mataa isaa irratti utuu hin taΚΌin, wantoota kana irratti xiyyeeffachuu qabda.

3. Karoora si barbaachisa. Milkaa'uu yoo barbaadde karoora si barbaachisa. Karoora galma kee, tooftaa kee fi yeroo kee ibsu. Karoora malee kaayyoo malee qofa naanna'aa jirta. Ati immoo baayyee fagoo hin deemtu.

4. Cimtee hojjechuu qabda. Naanna'uun hin jiru. Yoo miliyeenara ta'uu barbaadde cimtee hojjechuu qabda. SaΚΌaatii dheeraa fi hojii cimaa hojjechuuf fedhii qabaachuu qabda. Karaan gabaabaan hin jiru.

5. Balaa fudhachuuf fedhii qabaachuu qabda. Wanti mirkanaa'aa jedhamu hin jiru. Milkaa’uu yoo barbaadde balaa fudhachuuf fedhii qabaachuu qabda. Kufaatiidhaaf fedhii qabaachuu qabda. Sababni isaas kufaatiin qaama milkaa'inaati.

6. Ciminaan hojjechuu qabda. Yeroon abdii kutachuu barbaaddu ni jiraata. Yeroon itti dhiisuu barbaaddu ni jiraata. Milkaa’uu yoo barbaadde garuu cichuu qabda. Yeroo wanti cimaa taΚΌettillee itti fufuu qabda.

7. Pozaatiivii ta'uu qabda. Milkaa’inaaf ilaalchi gaariin barbaachisaa dha. Yoo yeroo hunda negative ta'e, gonkumaa galma kee galmaan hin ga'u. Ofii fi dandeettii milkaa'ina qabdutti amanuu qabda.

8. Namoota yaada gaarii qabaniin marfamuu qabda. Namoonni ati ofitti marsitu milkaa'ina kee irratti dhiibbaa guddaa qabu. Yoo namoota negative ta'aniin marfamte gadi si harkisuuf jiru. Namoota gaarii sitti amananii fi dandeettii milkaa’ina kee irratti of marsuun si barbaachisa.

9. Barachuuf fedhii qabaachuu qabda. Addunyaan yeroo hunda jijjiiramaa jirti. Akkasumas, qaxxaamuraa sana dura turuu yoo barbaadde, barachuuf fedhii qabaachuu qabda. Jijjiirama wajjin walsimsiisuuf fedhii qabaachuu qabda.

10. Obsa qabaachuu qabda. Milkaa'inni halkan tokkotti hin argamu. Yeroo, hojii cimaa fi of kennuu gaafata. Yoo obsite dhumarratti galma kee galmaan geessa.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Seenaan qonnaan bulaa buqqee (dabaaqula) dhaabee tokko jira. Qonnaan bulaan kun sababa tokko malee firii buqqee xiqqoo gaanii fuullee irraa tolfame keessa kaa'e. Firiin buqqee gaanii keessa kaa'ame kunis, qixuma bocaafi gita gaanichaatiin guddate. Guddinni firii buqqee kanaa, gaaniidhaan waan daangeffameef, daangaa darbee guddachuu hin dandeenye. Atis daangaa ilaalchi ofiikeef qabdu siif kaa'e dabartee guddachuu hin dandeessu. Ilaalchi ati ofiikeef qabdu guddina yookiin milkaa'ina kee murteessa. Kanaf daangaa ilaacha kee bal'isi.

Galgalaa milkii qabaadhaa!!

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Rest in Peace

Mucaa ol adeemaa jabaa kana du'aan dhabuun keenya hedduu na gaddisiise. Comedian #Soraa_Abdataa mucaa kennaa isaa yeroon beekeedha. Dandeetti inni comedy hojjechuu irratti qabu dinqisiisaadha. Hoteela keessatti waraanamee ajjeefame jedhanπŸ˜₯
Baay'ee nama dhukkuba. Homaa wanti godhamu hin jiru. Lubbuunkee ha boqotun siin jedha.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Forwarded from Qerroo media
Research & Data Analysis by five different software groups
#########
βœ…Concept Note Paper Writing
βœ…Business plan Writing
βœ…Proposal Writing
βœ…Research Papers/Journal Articles
βœ…Data Collection
βœ…Data Analysis and Report Writing
βœ…Plagiarism Checking, Proofreading, and Editing
βœ…SPSS and MATLAB Training
βœ…STATA and EVIEWs Training
βœ…R and SAS Training
βœ…Software analysis & Development
βœ…Baseline surveys
βœ…Market Research
βœ…Latex and beamer writing
What you wants related to analysis part of thesis paper from bachelor degree to dissertation we must create such incredible groups

Location: wherever you wants
Quality: as your expectation and high quality ( neat and clear results)
Iddoo jirtanittii we give any training on statistical Software analysis
πŸ–Call for us 
Mob number 0910662279 or 0923234562

OR TELEGRAM CONTACT
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Fiir1atoolii
@Fiir1atoolii
Aja'ibaa ....

#Namni asi olittii argitaan kun #Troy_Leon_Gergg jedhama. Lammii biyyaa #US Georgia jiraata turee dha.

Yakkaa hojjetee manaa hidhaa senee Murtiin Du'as ittii Murta'ee.πŸ˜”πŸ˜­

Murtiin sun rawwatamuf guyyaan tokkoo (1) qoftii yoo hafuu garuu manaa hidhaa #Georgia kessaa miliquun ba'ee. πŸ˜„πŸ˜„πŸ’ͺπŸ’ͺ

Guyyuma Miliqee ba'ee sana Halkaan Mana bashannana (Mana #Bar ) demee.

MAALTU TA'E ??

Halkanuma sanaa Walittii bu'insaa tasa manaa bashannana sana kessaatti umameen Lubbuun isa darbitee .πŸ˜±πŸ™„πŸ™„πŸ˜°

Guyyaan kee geenyan du'ii wantaa hin oollee!!!

πŸ’«πŸ’«DinqisiisooπŸ’―πŸ’―
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
✨✨✨ @Jechootahayyoota ✨✨✨✨
✨✨✨ @Jechootahayyoota✨✨✨✨
✨✨✨ @Jechootahayyoota ✨✨✨✨
"Hiyyeessa jechuun homaa hin qabdu jechuu miti. Homaa hin hojjettu jechuudha."

#Mayles_Munrieo

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Bakka (oolmaa) kaleessaa har'as irra deebitee oolta taanaan jireenya kee irratti jijjiirama hin argitu.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Research & Data Analysis by five different software groups
#########
βœ…Concept Note Paper Writing
βœ…Business plan Writing
βœ…Proposal Writing
βœ…Research Papers/Journal Articles
βœ…Data Collection
βœ…Data Analysis and Report Writing
βœ…Plagiarism Checking, Proofreading, and Editing
βœ…SPSS and MATLAB Training
βœ…STATA and EVIEWs Training
βœ…R and SAS Training
βœ…Software analysis & Development
βœ…Baseline surveys
βœ…Market Research
βœ…Latex and beamer writing
What you wants related to analysis part of thesis paper from bachelor degree to dissertation we must create such incredible groups

Location: wherever you wants
Quality: as your expectation and high quality ( neat and clear results)
Iddoo jirtanittii we give any training on statistical Software analysis
πŸ–Call for us 
Mob number 0910662279 or 0923234562

OR TELEGRAM CONTACT
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Fiir1atoolii
@Fiir1atoolii
#ODUU_GAMMACHIISAA

100% dhugaadha

βœ… linkii kun kan kijibaa mitii dhugaadha warronnii Telegrami fayyadamtan Isin fayyadaa waan tahefi itti fayyadamaaπŸ‘Œ.
Mallaqa kara #Teelebirr siif kaffala suuraa gadii laalaaπŸ™πŸ™πŸ™
✍Namoota hojii online hojjettan maraaf! Akkasuma warraa Telegramii fayyadamtan maraaf$$

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuun qofaa qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana Start Godhaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r00824729425
https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r00824729425

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda Β«βœ…CheckΒ» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoo Yoo Afeertan birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas bonus ni kafala Kanaaf Isin Ni fayyadaa jedheen yaada!!!! Ittii Fayyadamaa$$
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r00824729425
If a loved one is suffering from depression: 10 ways to support them

Often out of the best of intentions, in trying to help a loved one who is suffering from depression, people make mistakes. What are they and how can they be avoided?

1. Know: he needs you, even if it seems that he does not.

2. Listen.

3. never say "get a grip" unless you are going to give detailed instructions.

4. Remember: depression is an illness. The sufferer may say things they don't really mean.

5. Try to put yourself in your loved one's shoes. What seems simple to you may be an unbearable ordeal for a depressed person.

6. Don't take depression personally. It is not your fault.

7. Be patient. There will be ups and downs.

8. Ask what you can do to help. But the most important thing you can do is just be there for them.

9. Ease life/work pressures if possible.

10. Try to make sure that the depressed person does not feel even more "weird" than they do now.

Join us for more -
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!

1. Karoora kee.

2. Dadhabina kee.

3. Kufaatii kee.

4. Iccitii kee.

5. Sochii kee kan fuul-duraa.

6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
##JOIN SHARE
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Oromoon bokkuu shan qaba. Isaanis,

1.Bokkuu kallachaa
2.Bokkuu Dikaa
3.Bokkuu Biifaa
4.Bokkuu Roobaa
5.Bokkuu Horaa

Dhaloota seenaa fi eenyummaasaa beeku ha taanu! β€πŸ’šβ€ #Share #JOIN
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Forwarded from Qerroo media
Research & Data Analysis by five different software groups
#########
βœ…Concept Note Paper Writing
βœ…Business plan Writing
βœ…Proposal Writing
βœ…Research Papers/Journal Articles
βœ…Data Collection
βœ…Data Analysis and Report Writing
βœ…Plagiarism Checking, Proofreading, and Editing
βœ…SPSS and MATLAB Training
βœ…STATA and EVIEWs Training
βœ…R and SAS Training
βœ…Software analysis & Development
βœ…Baseline surveys
βœ…Market Research
βœ…Latex and beamer writing
What you wants related to analysis part of thesis paper from bachelor degree to dissertation we must create such incredible groups

Location: wherever you wants
Quality: as your expectation and high quality ( neat and clear results)
Iddoo jirtanittii we give any training on statistical Software analysis
πŸ–Call for us 
Mob number 0910662279 or 0923234562

OR TELEGRAM CONTACT
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Fiir1atoolii
@Fiir1atoolii
#Akka_saayikoloojiin_jedhutti

Namoonni gammadoo ta'an warreen fudhatanirra, warreen kennaniidha jedha.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
2024/09/22 12:16:30
Back to Top
HTML Embed Code: