Telegram Web Link
Sodaa

Sodaan deebii yaada keetiti. Sodaan yeroodhan hin kolaafamne taanan humna yaaduu fi waa kalaquu namarraa mulqa. Inni jabaan sodaachuu dhiisudha,gootummaa. Icitiin sodaa kee injifattuun keessaa tokkoo fi jabaan wanta sodaattu hojjachuudha.
.
Maalummaa sodaa tolchii adda baafadhu. Sodaa sumatuu uuma,sammuu kee keessa malee eessayyuu hin jiru. Sammuu kee keessaa dhabamsiisnan eessallee hin jiru jechuudha. Sodaa of keessaa balleesite taanan bakka garaa keetii,bakka abjuu fi Mul'ata keetii ni geessa. Kun immoo jireenya kee keessatti gammachuu fi nageenya guddaa siif kenna.

Madda:The monk Who Sold His Ferarri.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Gaafa eenyuuyyuu na amanuu dide anatu ofitti amane!
Milkaa'ina kanas kanaafan dhuunfaa kootti fayyadama!

Eeyyeen gaaf hundi namootaa hin dandeettu, maal saa ammanna , siin jechaa turan sana ati ofii keef ofitti amantee yoo hojjatte, milkaa'inni kees sumaaf sumatu itti fayyadama
Kanaaf milkaa'ina keef namarra waa hin eeggatin ofumaa ofitti amanii deemi!

#share๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‰join
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#Qubee_Afaan_Oromoo

Warreen Uumamu Qubee Afaan Oromoof Gahee Guddaa
bahatan!!

Isinis Seenaan Isin Yaadata!!

1.Abbaa Gammachiis
2.Sheek Mohammad Abdullee
3.Hayilee Fiidaa
4.Usmaan Odaa

Hubachiisaa: isaan kana qofa miti warreen Afaan Oromoo tokkoomsuufi Qubee Afaaan Oromoo guddisuu keessatti gahee isaanii bahatanis gara fuulduraatti ballinaan kan ilaallu ta'a.


ABDII UMMATA BAL'AA!!
๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@OROMOTOO
@OROMOTOO

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@JAARRAABOT
@JAARRAABOT
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 250birr
2000member ---- 400 birr
3000member ---- 600birr
4000member ---- 800birr
5000 member _ _ _1000birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
โšœ๏ธAddunyaa kanarra namoota hedduutu jira (exist); garuu addunyaa kanarra kan jiraachaa (living) jiru namoota muraasaโ€ผ๏ธ

"Living and existing is different thingโ€ผ๏ธ"
@Oromotoo
@Oromotoo
@Oromotoo
๐’๐š๐ ๐š๐ง๐ญ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐ง JECHOOTA HAYYOOTA ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ:-
1. ๐๐ž๐ž๐ค๐ฌ๐ข๐ฌ๐š ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ก๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š.

2. ๐Š๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ž ๐จ๐ ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐š๐ฆ๐ž '๐ฉ๐๐Ÿ' ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š.

3. ๐Ž๐๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐จ๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐ฒ๐ข๐ญ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ช๐š๐ช๐ช๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ๐ง๐š.

4. ๐๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐Ÿ๐ข ๐จ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฐ๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐š๐›๐š๐ง ๐ก๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฐ๐š๐ฅ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ๐ง๐š.

5. ๐ƒ๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐Ÿ๐ข ๐จ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ค๐š๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฅ๐ญ๐ข๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ญ๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š ๐ญ๐จ๐ฅ๐š ๐จ๐จ๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐ ๐จ๐จ๐ง๐š.
6. Jechoota hayyoota Oromoo fi kanneen biraas Isin biraan ni Geenya.
7. Walaloo Dhaamsa garagaraa qabduu Ni Argatuu.
โ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝโ–ฝ
www.tg-me.com/OROMOTOO tti makamuun taajajjila tola ooltummaa keenya qooddadhaa!

@Oromotoo
@Oromotoo
MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ pinned ยซ๐’๐š๐ ๐š๐ง๐ญ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐ง JECHOOTA HAYYOOTA ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ:- 1. ๐๐ž๐ž๐ค๐ฌ๐ข๐ฌ๐š ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ก๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š. 2. ๐Š๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ž ๐จ๐ ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ž๐ž๐ฒ๐ฒ๐š๐ฆ๐ž '๐ฉ๐๐Ÿ' ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š. 3. ๐Ž๐๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐จ๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐ฒ๐ข๐ญ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ช๐š๐ช๐ช๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ๐ง๐š.โ€ฆยป
Gamni gorsa dhagaha

Dargagummattii wanti ani yaadu hunduu sirriidha yaada jedhu keessa bahi, waan hundayyuu arge malee hin amanu hin jedhiin, dhagahanii amanuun, warra dogongorerra barachuun hubannaa ta'uusa hin dagatiin!

Beekumsa nama waggaa 80 argachuuf dirqama umuriinke 80 ta'uu hin qabu, warra umuriin isaani 80 guute hubannan dhaggeeffadhu
gorsa yoo dhaggeffatte tola baratta, gorsa dhagahuu yoo didde garuu gatii kanfaltee akka barattu beeki, gatii kanfalanii barachuun dadhabsiisaa akkasumas nama gaabbisisa
gamna yoo taate waan namarra gaheerraa baratta gowwaa yoo taate garuu gaafa sirra gahu irraa baratta
waan agarte mul'isi, waan sitti hin mul'atiin dhiisi, waan sirritti hin hubanne hin barsiisiin, waan hin dhamdhamiin nama hin afferiin, waan dhageesse hunda hin amaniin, waan haasofte hundaan sirridha hin jedhiin

kan laatte irranfadhu malee hin odeessiin, dhumasaa osoo hin argiin galata hin bayisiin, osoo aduun hin dhihiin guyyaan kun bareedadha hin jedhiin
ijjike waan fulduraan argamu yoo yaadeyyuu garaanke boodasaa waan dhufu ha yaadu, waan boriirra akka geessuf isa kaleessa in dagatiin, karaan irra deemtu akka si jalaa hin badnetti karaa irra dhufte hin dagatiin.
hojii gaarii abboota fkn godhadhu, jireenya isaan dabarsanirraa baradhu malee jajjuus cabsituus hin ta'iin, namoonni kan biraa waan isaan ta'uu qaban gaafa bartu ati waan ofii ta'uu qabdu akka si jalaa hin badnetti of eeggadhu
jalinni si hin ho'isiin waan gaariniis sitti hin qorriin, jal'inaaf dandeettii yo qabattee waan gaariifis dandettii waan qabduuf hojiinke filannookerratti waan hundawuuf itti yaadi

Kanan dubbiserraa
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
#Saykolojiiin_akka_jeutti

๐Ÿ’Namoonni saffisaan tarkaanfatan namoota suuta tarkaanfatan irra ofitti amanamummaa kan qabaniifi gammachuu akka qaban qorannoon takka argisiifte.

@OROMOTOO
#saykolojiin_akka_jeutti

๐Ÿ’ilma namaa khana hoguu dubbiftu maqaa isaa yaamaa dubbisi ilmi namaa maqaa ofii dhagahuu hedduu jaalatanii

@OROMOTOO
#saykolojiin_akka_jeutti

๐Ÿ’Dubartoonni nama yeroo hedduu bilbiluuf Caalaa
๐Ÿ™…Kan darbee darbee ykn tura keessa bilbiluuf san amala yaaduu qaban

@OROMOTOO
Harka qalleeyyii hanga humna keenyaa Faxarsiisuun, Rabbi bira mindaa keenya ol haa kaayannuu, boriif bu'aa nuuf qabaa.

@OROMOTOO
YEROON MAALII?

๐Ÿ”น๏ธ Namoonni baayโ€™een yeroon isa darbe isa ammaa fi kan fulduraa jechuun ibsu. Akkasumas yeroon duubatti deebiโ€™uu hin dandaโ€™u.(time machine yoo fayyadamtee garuu ni dandaโ€™ama)

๐Ÿ”น๏ธ Mee hangam keenyatu yeroo seeraan itti fayyadamna? Guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan 86400 sana eenyutu seeraan itti fayyadama?
Anis kan harโ€™a jechuu barbaadu guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan jiran kana akka qarshii #86400 siif kennama. Ati garuu mee guyyaa tokko keessatti yeroo kee seeraan kan fayyadamte saโ€™aatii #2 osoo taโ€™eeti qarshii #7200 qofa
fayyadamte; kanneen hafe immoo ni qisaaseesite jechuudha.

๐Ÿ”น๏ธ fakkeenya biraatiin yoo ilaalle namichi hiyyeessi tokko qarshii baayโ€™ee akkuma arge yeroo karaa irratti jissaa deemu yoo argite maal jetta? Fayyaan jiraa namichi kun jettee hin
yaadduu? Sababni isaas qabeenya waan qisaasessaaruuf.

๐Ÿ”น๏ธGaruu na amani ati yoo yeroo gubda taโ€™e isa caalaa gowwaan akka keeti hin jiru. Sababni isaas inni qarshii darbe sana deebiโ€™ee fudhachuu ni dandaโ€™a ati garu yeroo darbe san deebisuu hin dandeessu.


@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
โ—Baguma Geessanโ—
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐ
Kaleessi darbeera
Deebi'ee hin dhufu
Namni Abdii qabu
Kaayyoo maleen kufu
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐ
Murtoon yoo jiraate
Murtii inni wal makaa
Oromoon Biyya diiga
Yoom jedhamee beeka.
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐ
Jireenya har'aa miti
Kan boriitu caalaa
Baga lubbuun jiraattan
Numatu waliif dhaala!!
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐ
Kaayyoodhaan adeemi
Akka nama beekaa
Baguma geessani
Ayyaana Faasikaa!!
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
Baga geessan!!

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!

โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹


Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
2024/09/21 20:03:29
Back to Top
HTML Embed Code: