Telegram Web Link
Tan ati barbaadde cufa, ammuma tti, laaftutti "milkooyte" Rabbi siin haa ja'u!
"In shaa Allah Gaaf tokko..."

Adeeroo Eeyyee gaaf tokko wanni ati barbaadde ni sirrooyti, yoo xiqqaatee xiqqaate amma yoo harka marattee taa'uu baatte.

Malee akkanumatti "In Shaa Allah gaaf tokko..." yoo jette, rooba jiirkaa keessa dhukkee eegutti jirta 🫠
@JemalSheikhBakri1
Eid Mubarak habayib 🤝🥰
Eid Mubarak again
https://www.instagram.com/jemalsheikhbakri?igsh=N3h6aHF3aG5xanRh

Instagram khanaan maatii kiyya tahaa habaayib❤️
Diliin qalbii nama cufti, onnee nama goysiti. Eessa jirtaa fi maalitti jirtaa si dagachiifti.

Rabbiin dilii teenya nuuf haa araaramu
#Araarama
Shamiiza khana gurbaan kheenya kun Iidaaf bitate. Qarshii 1000 'n bitate. Barreeffamni shamiiza khanarra jiru ammoo "Love Like Jesus" ja'a "Akka Iyyasuusitti jaaladhu" akka waan jechuuti.

Ammas Kitaaba qulqulluu keessaa jecha fudhatameetu irratti barreeffame. Yohannis 15:12-13

Gurbaan keenya hiikaa hin beeku, garuu iiduuni jira. Hoggaan iyyaafadhu nama baay'eetu shamiiza akkasii bitate.

Yaa ikhwaan wal beeysisaatii dubbii tana akka gootan godhaa. #Share waliif godhaatii wal biraan gayaa.

#Subhaanallah
@DrZakirNaikAfaanOromoo
gurraachommina qalbiiti malee kan rakkoo qabu, Gurraachomminni bifaa yoom rakkoo qabaate?. #Bifa
Yaadannoo Guyyaa Iidaa

Sheekh Nuuraan Iidarratti Khoflaan nu fixe.
Sheekha biratti dabbaramuun hin jirtu, guyyaa iidaatis akkasumatti dirqiin qirqirsee nu khofalchiisee ergaa dhama qabdu nuu dabarse.

Iiddi iida akkaan bareedduu turte.
Maa Shaa Allah
#Eid
Faaya Waaccuu

Isin kitaaba hin dubbifamini, Silaa kha warri dubbise hundi irraa fayyadamu. Isin bahara takkaa hin gogini kan, namni irraa waraabbate takkaa hin dheebotin.

Sheekh Ahmad Habroo, Sheekha Waaccuu, Abbaa Waaccuu, waa mara waaccuu. Rabbiin umrii teessan nu kheessatti haa dheeressu.
Seequun Sunnaadha 😊😁 isiniin ja'a #JamaalulAalam keessan😁
Namoota bifaan nama madaalan jaarraa kana keessatti arguun baay'ee nama gaddisiisa.🙃
Nama ati isa irraanfachuu hin dandeenyeen irraanfatamuun keessoo nama guba mitii ree?🫠
Arraata isaanii bareedaa san, fafakkeessaa isaanii bareedduu san amantee, gaafa isaan si ganan hin sheenawin. Durumaan if tiysi.

#Sheenaa
Yeroon bareedduun isaan sii wajji qabaatan sun siif yeroo barnootaa taati malee yeroo sheenaa hin godhatin

#Sheenaa 2nd
"Qurxummiin bishaan malee hin jiraattu, waaccuun Sheekha ishii malee hin jiraattu"

Obboleeyyan kiyya Sheeyni kheenya Sheekh Muhammad Zabuur Yoo Rabbiin fadhe guyyaa 4 booda, jechuu guyyaa sabtii gara biyyaa ni dhufan.

Nuti ammoo akkuma duraanii caalatti simannaa isaaniin malu isaaniif godhuu qabna. Namuu quba qabaadhaa wal quba qabaachisaa.
Ifaa tasa siif ifeef jettee, shaamaa yeroo dheeraa siif gubachaa ture hin tuffatin #life
Barattoonni sheekhaa khan galgala sheekharratti online 'iin qara'aa bahan makkatti yeroo sheekha ziyaaran Maa Shaa Allah tabaarakallah 🎉❤️🥰
2024/06/25 04:07:17
Back to Top
HTML Embed Code: