Telegram Web Link
Ani laafaa akkan ta'e wallaaleetii mitii bar, Rabbii jabaa qabaachuu kiyyaatu akkatti na jeynoomsee ๐Ÿซก

#Qaadirโ˜๏ธ
Isaan akkamitti waa'ee beekumsaa nutti himan. Ni dagatan moo? Nuti bar dhaloota #iqraati. ๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ป

Qur'aana kheenya keessatti jechi jalqaba bu'e #dubbisi jechuu ni irraanfatanii. Nuti dubbistoota ๐Ÿ“–

#Nuti_Dubbistoota๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ป๐Ÿ“–
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Yaa Rabbii kiyya akkuma na ajajjetti obsuuttin jira, akkuma beellama naa seentetti na gammachiisi" ja'ii Moowlaatti himadhu obsa khee

#Mowlaa
Yeroo tokko tokko "qabeenya harkaa qabdu gatii isaa hin beeytu" wanni ja'an san dhugaadha.

Wanni garii hoggaa dhabde qaawni ishii sitti mul'ata. Kanaafuu waan si bira jiraa seeraan kunuunfadhu hbby/ty

#Gatii
Knowledge teaches love. So if youโ€™re not loving youโ€™re not learning.

Dr Bilal Philips
Forwarded from ORO-JEN OFFICIAL (J๐“”๐“ mแ—ฌใ‹ก)
Wallaaleetii Mitii Bar...
๐Ÿ’ฌ#MOTIVATIONAL_ORO_โ„š๐•Œ๐•†๐”ผ๐•‹๐•†๐•Š๐Ÿ’ซ๐Ÿคด

โžชแดแด€แด€แด›ษชแดกแดกแด€ษด ๐Ÿซถ โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽJOIN & SHARE Gแดแด…สœแดœแดœษด ๐—ก๐˜‚ ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ”‹
๐—๐—ข๐—œ๐—ก ๐Ÿ””๐—–๐—›๐—”๐—ก๐—ก๐—˜๐—Ÿ ๐Ÿ“ข & ๐—ฆ๐—›๐—”๐—ฅ๐—˜ ๐—Ÿ๐—œ๐—ก๐—ž โšก๏ธŽ
@oroNej

#๐—œ๐˜€๐—ถ๐—ป_๐Ÿ˜˜๐Ÿซถ
๐—ก๐™–๐™–๐™›_๐™‚๐™–๐™ก๐™–๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™ข๐™–๐™–
Saahiba kiyya baga Rabbi si jaare. Bultii gaarii Rabbi siif haa godhu. Wlh hedduu das nama ja'an Isaan lachuu huffaaza maa Shaa Allah

Alfa mabruuk๐ŸŽ‰๐ŸŽŠ ustaaz Guutamaa
Maallaqni yoo ati bakka itti baastu beeyte waan hedduu nama gammachiisu siif ta'a.

Fakkeenyaaf "Yaa ummii tiyya ammaan booda rakkachuun hin jiru" jettee rakkoo ummaa teetii yoo furteef gammachuun sanii achii maali hbby๐Ÿซฐ๐Ÿ˜‡

Yaa Rabbi Rizqii halaal nu bira guuti ๐Ÿคฒ

#Halaal
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู† ๐Ÿ˜ญ

ุฃูŠ ูŠูŽูˆู…ูŠ ู…ู† ุงู„ู…ูŽูˆุช ุฃูุฑ
ูŠูˆู… ู„ุง ูŠูู‚ุฏุฑู ุฃูˆ ูŠูˆู… ู‚ูุฏุฑ ุŸ

ุนูŽู„ูŠ ุจู† ุฃุจูŠ ุทูŽุงู„ุจ ุฑูŽุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนูŽู†ู‡
Qalbiin akka nu cabxetti hin hafnu, Gootichi waan jaalateen wal argate, nutis sanuma khadhanna. Yaa Rabbi shahiidummaa nu waffaqi๐Ÿคฒ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wallaahi eda anaaf halkan ulfaataa ture, hanga ammaatti imimmaan kiyya narra hin dhaabbatu, xiqqo yoonin yaadadhee numan booya waggaa kana keessa qofatti goota gurguddaa lama dhabuun anaaf ulfaatullee akka abdii Rabbiirraa hin murre osoo jiranii nu barsiisanii jiran.

Rabbi jannatatti wal nu haa agarsiisu. Weerartuu israa'el Rabbiin isii cabsee nu haa gammachiisu

ู‚ุถูŠุฉ ูู„ุณุทูŠู† ู‡ูŠ ู‚ุถูŠุชู‰
Qabsaawotaafi hoggantoota akkanaatiin haqni jiraatee waara. Hundeessaa Hamaas Sheekh Ahamd Yaasiin (Rabbi haa araaramuuf) gaafatan.

Gaafataa: Qabsaawuufi loluuf yoo humna dhabne diina (Israaโ€™iil) waliin hariiroo tolfachuu ni dandeenyaa?

Sheekha: Lakkii! Nama fuudha hin dandeenyeef Zinaan hin hayyamamu.
Osman Abdulatif
"Waan si biraa ta'e hunda jaaladhe Yaa Rabbiโ˜๏ธ garuu lola khana nurraa dhaabi"

Wallaahi kha haadhaa fi abbaan irraa dhuman, rakkoon gurguddoon sun kan isaanirra gessu, Cichoominni isaanii, Iimaanni isaanii nama ajaa'iba.

Kuni ummata waan nuti kitaabarratti qaraane zaahiratti dhandhamaa jiru, isaan kitaaba nuti irraa qara'uu qabnuudha.

ุงู„ูŠุณ ุงู„ุตุจุญ ุจู‚ุฑูŠุจ
Alhamdulillaah

Amni garee Kureeth Keessummaa lammataa isaa Ustaaz Ammaarii wajji godhe bifa bareedaa fi baay'ee nama hawwatuun muuxannoo walirraa qoodataa turre nuuf milkaa'e.

Galgala bareedaa Ustaaz Ammaarii wajjiin dabarsine. Rabbiin Hojii gaarii fuula isaa barbaadaaf hojjatamte nuuf haa godhu.

Amna Kaayyoo
Kureeth Team
Namni jabaan nama if qopheesse waan taheef lahzaa takkallee uf qopheessuun alatti hin dabarsin ๐Ÿ’ช

#If_Qopheessuu
Ijoollee teenya arjaa san dinqisiifachuu dhabuun fafa. Saniif sagantaa bareeddun tun qophooyte. Keessummaan keenya Dr Abdurazak Ahmed Mahammed Ustaazni Kheenya Eng. Fati Ahmed akkasuma Hooggantichi kheenya Tofiq Ahmed is ni jira. Khabiirtichi keessan Jemal is achi jira.

Ummata arjaa akkasii saniin Galatoomaa jechuun ni xiqqaatti. In Shaa Allah sagantaa tanarratti isaanis ni galatoomfanna, Rabbiin ammoo waan isaan jaalatan kheeyrii hunda haa guutuuf.

Designed by Sorinaaf Mohammed
" Rabbiif jecha jaaladhu, Rabbiif jecha jibbi" namni Rabbiif jecha jaalatee Rabbiif jecha jibbe waa milkaawee

#Milkii
2024/11/14 12:58:08
Back to Top
HTML Embed Code: